Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Mee dubbisi..!! Joollummaa yaadadhu.
Khubbaa โšฝ๏ธGanda kheysaa..๐Ÿ˜โšฝ๏ธ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰#Daanyaa hin qabdu๐Ÿ˜‚

๐Ÿ‘‰Taphni Erga namayyuu #Dadhabee ykn erga salaanni #maghriibaa azaanee halkanawe dhuma ๐Ÿ˜

๐Ÿ‘‰tapha kheysatti yoo xiqqaate Gooliin 20-30โšฝ๏ธ๐Ÿฅ… ni galti

๐Ÿ‘‰Taphataan "..wallaahi...wallaahi #Miila na cabsan." Ja'ee #Kakate Ligooreen/penalty'n ni kaayamtiif ๐Ÿ˜

๐Ÿ‘‰Taphataan #Furdaan Barranyaa taha๐Ÿฅ…๐Ÿ˜Š

๐Ÿ‘‰Taphataan Irree qabu hundaa ol kabajama,sodaatama ๐Ÿ˜ƒ

๐Ÿ‘‰Abbaan Khubbaaโšฝ๏ธ yoo Aare Khubbaa isaa fudhatee deema

๐Ÿ‘‰yoo taphattoonni cufti irratti walii galaan Taphataa isaan #jeeqe #tumanii arihan๐Ÿ˜

๐Ÿ‘‰Gareen teetii fii tan taphataa humna ๐Ÿ’ชqabuu #takka yoo taate ati #milkooyte.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜

๐Ÿ‘‰yoo ligooreen/penalty'n kannamte Barranyaa wal jijjiiruun ni taha๐Ÿ˜€๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

๐Ÿ‘‰Taphataan #Maallaqa fidatee dhufe hedduu kabajama ,jaalatama ....sababnis eega taphni dhumee booda waan #Bishaan namaaf #bituuf๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚

#Hubadhu:- Jiruu tee kheysatti #guyyoota akkanaa #dabarsitee yoo jiraatte ati dhugumaan #Goota!๐Ÿ˜‚

https://telegram.me/httpsHamzamohammed