Mee dubbisi..!! Joollummaa yaadadhu.
Khubbaa β½οΈGanda kheysaa..πβ½οΈπ
π#Daanyaa hin qabduπ
πTaphni Erga namayyuu #Dadhabee ykn erga salaanni #maghriibaa azaanee halkanawe dhuma π
πtapha kheysatti yoo xiqqaate Gooliin 20-30β½οΈπ₯ ni galti
πTaphataan "..wallaahi...wallaahi #Miila na cabsan." Ja'ee #Kakate Ligooreen/penalty'n ni kaayamtiif π
πTaphataan #Furdaan Barranyaa tahaπ₯ π
πTaphataan Irree qabu hundaa ol kabajama,sodaatama π
πAbbaan Khubbaaβ½οΈ yoo Aare Khubbaa isaa fudhatee deema
πyoo taphattoonni cufti irratti walii galaan Taphataa isaan #jeeqe #tumanii arihanπ
πGareen teetii fii tan taphataa humna πͺqabuu #takka yoo taate ati #milkooyte.πππ
πyoo ligooreen/penalty'n kannamte Barranyaa wal jijjiiruun ni tahaπππ
πTaphataan #Maallaqa fidatee dhufe hedduu kabajama ,jaalatama ....sababnis eega taphni dhumee booda waan #Bishaan namaaf #bituufππ
#Hubadhu:- Jiruu tee kheysatti #guyyoota akkanaa #dabarsitee yoo jiraatte ati dhugumaan #Goota!π
https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Telegram
Hamza mohammedπoffical
Nashiidaa daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana π΄join π΄ godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
Ana (me)
π Na #Tuffachuun duratti - Na #Barsiisi.
π Na #Shakkun duratti - Na #Gaafadhu.
π Na #Arrabsuun duratti - Na #Gorsi.
π Na #Hamachuun duratti - #Fuulduratti na gaafadhu.
π Yoon #Dogoggore - Na #Sirreessi.
π Yoon #Irraanfadhe - Na #Yaadachiisi. #Hubadhu

Forwarded from Anas mohammedβOfficial
Ana (me)
π Na #Tuffachuun duratti - Na #Barsiisi.
π Na #Shakkun duratti - Na #Gaafadhu.
π Na #Arrabsuun duratti - Na #Gorsi.
π Na #Hamachuun duratti - #Fuulduratti na gaafadhu.
π Yoon #Dogoggore - Na #Sirreessi.
π Yoon #Irraanfadhe - Na #Yaadachiisi. #Hubadhu
Gorsaa fi jacha babareeda arkachuf join godhi
ππ
@hbbi11