Forwarded from Gutema Gelana
โผ๏ธ๐ผ โผ๏ธTiskeen keenya innii bilisa nuu,baasee #Kiristoos akka taโe hubatee jirta
๐ warri osoo Waaqayyo taโe maalif yaa,#Abba jedhee
Osoo Waaqayyo taโe maalif #kadhate kan jedhuu irraatti ragaan keenya isaa olii hundumaa dubbisaa
๐ ilma namaa isa samii irraa gadibue malee, namni gara samiitti ol bae tokko illee hin jiru (Yoh 3:13)
โ Kiristoos samii irraa akka dhufe hubbadha, Waaqayyo ta'u isaa hubbadha
๐ป Lakki kan hin ta'u yoo jeette ati #saree dha
12๐2 Phe 2:20-22
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ #Beekumsa sirrii waaee
#Gooftaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoos argachuudhaan #xurii_addunyaa jalaa erga baanii booda, #lammata wantootuma kanatti yoo
deebianii fi isaaniin yoo moaman haalli isaanii inni dhumaa isa jalqabaa irra akka hammaatu beekamaa dha
๐น #Daandii_qajeelummaa sirriitti erga beekanii booda ajaja Qulqulluu isa fudhatan sana irraa garagaluu mannaa, daandii qajeelummaa
sana utuu sirriitti hin beekne taee isaaniif #wayya ture.
๐ #Mammaaksi dhugaan, โ #Sareen_diddiga ishiitti
deebiti; #booyyeen_dhiqamtes_dhoqqee keessa gangalachuu ishiitti deebitiโ jedhu sun isaan irratti #raawwatameera
13๐1 Phe 3:18-19
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น #Kiristoos inni #nama Qulqulluu tae warra #jalootaaf jedhee #cubbuudhaaf
yeroo hundumaaf akka tautti #ali_tokkicha_du'eera; kana kan godhes gara Waaqayyootti isin geessuuf jedhee ti. Inni fooniin ajjeefame, garuu #Affuuraan jiraataadha . Haala kana keessa utuu jiruus, dhaqee #lubbu_mana hidhaa keessa jiraniif lallabe
14๐1 Yoh 4:1-2
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐น Obboloota jaallatamo, #raajonni sobaa hedduun gara addunyaatti waan baaniif, dubbii geggeessaa
hafuuraatiin dubbatame hunda hin amaninaa; kanaa mannaa, dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame
Waaqayyo biraa kan dhufe tauu fi dhiisuu isaa beekuuf qoradhaa.
๐ #Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame #Waaqayyo biraa kan
dhufe tauu isaa kanaan ni beektu: Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatamee fi Iyyaasuus Kiristoos
#fooniin akka dhufe amanee fudhatu hundi Waaqayyo biraa kan dhufe dha
15๐2Yoh 1:7
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โจ๏ธdogoggorsitoonni #Iyyaasuus Kiristoos #fooniin
dhufuu isaa amananii hin fudhanne hedduun gara addunyaatti baaniiru. Inni dogoggorsuu fi Kiristoosiin mormu sun isa kana
โ.........๐นjalate dhiistee
โ..........๐นKiristoos
tiskeedha

๐นPheexiroos isaa duuka bu'aa Waaqayyo taโe irraa โจ๏ธ
Erga ___2 ffaa
โณ....................โณ
2 phex 3:1-14
_______________
โ Obboloota jaallatamo, xalayaan kun isa ani yeroo lammataatiif isiniif barreessu dha; akkuman xalayaa isa jalqabaa irratti godhe isa
kana irrattis isin yaadachiisuudhaan
sirriitti akka yaaddan isin nan kakaasa;
โ kunis wantoota #raajonni
qulqulluun dursanii dubbatan, akkasumas ajaja #Gooftaa fi Fayyisaan keenya karaa ergamoota keessanii
dubbate akka yaadattaniifi
โ Duraan dursaatii, #guyyoota_dhumaatti qoostonni fedhii ofii isaanii
hordofuudhaan wantoota gaarii taanitti qoosan akka dhufan beekaa;
โ isaanis, โNan argama jedhee kan inni abdii kenne eessa jira? Guyyaa abbootiin keenya duanii jalqabee wanti hundi jalqaba uumamaatii kaasee akkuma jirutti itti fufeera.
โ Namoonni kun bara duriitti #samiiwwan akka turan, akkasumas dubbii Waaqayyootiin lafti bishaan keessaa ol baatee jabaattee akka dhaabattee fi bishaan
gidduu akka turte, tae jedhanii
dhugaa kana fudhachuu hin barbaadan
โ kanaanis addunyaan yeroo sana ture bishaaniin liqimfamee bade
โ Dubbiidhuma kanaan
samiiwwanii fi lafti yeroo ammaa jiranis #ibiddaaf kaaamanii, hanga
guyyaa murtii yeroo namoonni Waaqayyoon hin sodaanne itti balleeffamanitti eegamaa jiru.
Yaa obboloota jaallatamo, isin
garuu Waaqayyo biratti #guyyaan tokko akka waggaa kuma tokkoo akka
tae, waggaan #kumni tokko immoo akka guyyaa tokkoo akka tae hin
dagatinaa
โ Namoonni tokko tokko Waaqayyo akka turu godhanii
akka yaadan, inni abdiiwwan kenne raawwachuuf hin turu; kanaa mannaa hundumtuu yaada akka #geddaratan malee, namni tokko illee akka
badu waan hin barbaadneef isiniif jedhee ni obsa
โ Haatau malee, guyyaan waaq Waaqayyo akka #hattuutti dhufa, yeroo sanattis samiiwwan sagalee guddisee huursuun ni darbu, wantoonni samii fi lafti ittiin hojjetamanis hoa cimaadhaan ni baqu,
laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.
โ Wantoonni kun hundi haala kanaan kan baqan erga taee,
amala qulqulluu qabaachuu fi hojii Waaqayyoof kan bulle tauu keenya argisiisan hojjechuudhaan namoota akkamii tauu akka qabdan itti
yaadaa;
โ dhufa guyyaa waqayyo
isa samiiwwan ibiddaan itti balleeffaman, akkasumas wantoonni samii
fi lafti ittiin hojjetaman hoa cimaadhaan itti baqan eeggadhaa; akkasumas sammuu keessanitti dhiheessaa yaadaa!
โ Haatau malee
akkuma inni abdii kennetti, samiiwwan haaraa fi lafa #haaraa warra qajeelummaan keessa jiraatu ni eegganna.
โ Kanaaf yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan
jirtaniif, dhuma irratti isa duratti #xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf wanta isiniif dandaame hunda godhaa.
โณโณโณโณโณโณโณโณโณโณโณโณ
Galani Waaqayyof
Dubaro Maariyaamiifi
Haataโu Ameen.
โณโณโณโณโณโณโณโณโณโณโณโณโณ

โ ilaa Hoolicha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
โ แฅแแ แจแแแแ
แแขแ แต แจแแซแตแแแต
แจแฅแแแ แฅแแญ แ แ
=Yoh 1:29
=แฎแแแต 1:29
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo
๐ปilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
โ jecha kana Kani
Dubbaate #Yohaannis
Cuuphaa turee
โhiika jechoota
=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
โhoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
โWaaqayyo kani
Jedhame #Abbaa dha
(Yoh 8:54)
โ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
โผ๏ธโ ilaa #ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
โ=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
โkan biraa Affuurra
Qulqulluun jira โmoo hin jiruโ
โDeebiii Eeyyee jira
โAbbaan #Affuurra
(Yoh 4:24)
โKiristoos akkana jedhee #Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
๐ป kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,taโe Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
โHaataโu malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu
๐ป jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___โ
๐ปdeebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____โ
โhoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga taโe
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo #Maariyaami
Irraa Dhufe
โ Yoh 1:14
โ Mat 1:23-24
โLuq 2:7-11
โrajii isayaas 7:14
โraaji hose 11:1
โfar.Daawit 2:7
โ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti ๐
โilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
โKiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti๐
โLuq 15:4-6
โYohaannis 10:2
โraji-Ermiyaas 23:1-2
โraji-Hisqi'el 34:11-31
โraji-Hisqi'el 34:1-10
โraji-Zakaariyaas 11:6-17
โHaataโu malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
โNuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
โosoo Kiristoos
Hin fannifamuu taโe
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna
โragaa kitaaba ๐
=1Qor 5:7๐
๐Akkuma amma
bukoo #haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera
โKanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ1 Phex 1:18-19๐
๐ #bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka dhiiga #hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
๐นKanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera
โ Jechi #Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa
โ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa
โKiristoos kanaa Dhufe
Namoota #hundumaaf
Malee #Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa
๐นFakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe taโe
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee
โ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni #barbaachisaa
Jechuu keenyaa
โjecha #cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa reeโ
โ 1Yoh 3:5 ๐
๐ inni kan #dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
โแฅแญแฑแ แแขแ แตแ
แแซแตแแแต แฅแแฐ แฐแแแ
แณแแแแฝแ แ แฅแญแฑแ แแขแ แต
แจแแ =1 แฎแแแต 3:5
๐ป#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,taโe wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabnaโผ๏ธ
โilaa #hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
๐ilaa #fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
๐ilaa #ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
๐ilaa #ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya
๐น=kutaa_3-ffaa
โyaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
โchanneel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)