โ ilaa Hoolicha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
โ แฅแแ แจแแแแ
แแขแ แต แจแแซแตแแแต
แจแฅแแแ แฅแแญ แ แ
=Yoh 1:29
=แฎแแแต 1:29
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo
๐ปilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
โ jecha kana Kani
Dubbaate #Yohaannis
Cuuphaa turee
โhiika jechoota
=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
โhoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
โWaaqayyo kani
Jedhame #Abbaa dha
(Yoh 8:54)
โ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
โผ๏ธโ ilaa #ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
โ=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
โkan biraa Affuurra
Qulqulluun jira โmoo hin jiruโ
โDeebiii Eeyyee jira
โAbbaan #Affuurra
(Yoh 4:24)
โKiristoos akkana jedhee #Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
๐ป kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,taโe Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
โHaataโu malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu
๐ป jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___โ
๐ปdeebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____โ
โhoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga taโe
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo #Maariyaami
Irraa Dhufe
โ Yoh 1:14
โ Mat 1:23-24
โLuq 2:7-11
โrajii isayaas 7:14
โraaji hose 11:1
โfar.Daawit 2:7
โ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti ๐
โilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
โKiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti๐
โLuq 15:4-6
โYohaannis 10:2
โraji-Ermiyaas 23:1-2
โraji-Hisqi'el 34:11-31
โraji-Hisqi'el 34:1-10
โraji-Zakaariyaas 11:6-17
โHaataโu malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
โNuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
โosoo Kiristoos
Hin fannifamuu taโe
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna
โragaa kitaaba ๐
=1Qor 5:7๐
๐Akkuma amma
bukoo #haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera
โKanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ1 Phex 1:18-19๐
๐ #bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka dhiiga #hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
๐นKanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera
โ Jechi #Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa
โ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa
โKiristoos kanaa Dhufe
Namoota #hundumaaf
Malee #Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa
๐นFakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe taโe
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee
โ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni #barbaachisaa
Jechuu keenyaa
โjecha #cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa reeโ
โ 1Yoh 3:5 ๐
๐ inni kan #dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
โแฅแญแฑแ แแขแ แตแ
แแซแตแแแต แฅแแฐ แฐแแแ
แณแแแแฝแ แ แฅแญแฑแ แแขแ แต
แจแแ =1 แฎแแแต 3:5
๐ป#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,taโe wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabnaโผ๏ธ
โilaa #hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
๐ilaa #fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
๐ilaa #ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
๐ilaa #ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya
๐น=kutaa_3-ffaa
โyaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
โchanneel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
โ แฅแแ แจแแแแ
แแขแ แต แจแแซแตแแแต
แจแฅแแแ แฅแแญ แ แ
=Yoh 1:29
=แฎแแแต 1:29
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo
๐ปilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
โ jecha kana Kani
Dubbaate #Yohaannis
Cuuphaa turee
โhiika jechoota
=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
โhoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
โWaaqayyo kani
Jedhame #Abbaa dha
(Yoh 8:54)
โ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
โผ๏ธโ ilaa #ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
โ=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
โkan biraa Affuurra
Qulqulluun jira โmoo hin jiruโ
โDeebiii Eeyyee jira
โAbbaan #Affuurra
(Yoh 4:24)
โKiristoos akkana jedhee #Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
๐ป kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,taโe Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
โHaataโu malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu
๐ป jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___โ
๐ปdeebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____โ
โhoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga taโe
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo #Maariyaami
Irraa Dhufe
โ Yoh 1:14
โ Mat 1:23-24
โLuq 2:7-11
โrajii isayaas 7:14
โraaji hose 11:1
โfar.Daawit 2:7
โ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti ๐
โilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
โKiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti๐
โLuq 15:4-6
โYohaannis 10:2
โraji-Ermiyaas 23:1-2
โraji-Hisqi'el 34:11-31
โraji-Hisqi'el 34:1-10
โraji-Zakaariyaas 11:6-17
โHaataโu malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
โNuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
โosoo Kiristoos
Hin fannifamuu taโe
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna
โragaa kitaaba ๐
=1Qor 5:7๐
๐Akkuma amma
bukoo #haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera
โKanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ1 Phex 1:18-19๐
๐ #bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka dhiiga #hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
๐นKanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera
โ Jechi #Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa
โ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa
โKiristoos kanaa Dhufe
Namoota #hundumaaf
Malee #Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa
๐นFakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe taโe
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee
โ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni #barbaachisaa
Jechuu keenyaa
โjecha #cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa reeโ
โ 1Yoh 3:5 ๐
๐ inni kan #dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
โแฅแญแฑแ แแขแ แตแ
แแซแตแแแต แฅแแฐ แฐแแแ
แณแแแแฝแ แ แฅแญแฑแ แแขแ แต
แจแแ =1 แฎแแแต 3:5
๐ป#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,taโe wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabnaโผ๏ธ
โilaa #hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
๐ilaa #fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
๐ilaa #ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
๐ilaa #ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya
๐น=kutaa_3-ffaa
โyaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
โchanneel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)