🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
‼️Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
♨️ αŠ¨α‹ˆαŒˆαŠ•αˆ½ αˆ›αŠ•αˆ α‰ α‹šαˆ… ሡም α‹¨α‰°αŒ αˆ« α‹¨αˆˆαˆ
β›Ž=Luq 1:61
β—‰=αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 1:61
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen

🌻 dhaloota isaa
akkana ture🌻

🌼
#Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo
gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan #maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan

🌻
#Haati isaa garuu deebistee, β€œHin tau! Yohaannis jedhamuu qaba” jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku” jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan

🌻 innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa
#Yohaannisi” jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate

🌻
#Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi,
#Mucaan kun
maali taa laata?” jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas
#Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture

🌻 Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa
#Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1➜yaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif
#xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2➜ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa
#fayyinaa nuu kaaseera
3➜ kunis akkuma
#afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha

4➜
#Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5➜Akkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti
#gara_laafina nutti argisiisa
6➜ kakuu isaa isa
#Qulqulluus ni yaadata
7➜ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya
#Abrahaamiif kakate dha
8➜ akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9➜ sodaa malee
#tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna

10➜ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya
#hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11➜ Ati garuu yaa mucaa
nana,
#daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12➜ sabni isaa dhiifamni
#cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13➜Kunis kan tae
gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis #ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14➜ inni warra
#dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15➜ Mucaan sunis ni guddate,
#Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
Galani Waaqayyof Haata’u
Ameen