๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โ€ผ๏ธFiroottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
โ™จ๏ธ แŠจแ‹ˆแŒˆแŠ•แˆฝ แˆ›แŠ•แˆ แ‰ แ‹šแˆ… แˆตแˆ แ‹จแ‰ฐแŒ แˆซ แ‹จแˆˆแˆ
โ›Ž=Luq 1:61
โ—‰=แˆ‰แ‰ƒแˆต 1:61
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen

๐ŸŒป dhaloota isaa
akkana ture๐ŸŒป

๐ŸŒผ
#Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan
#maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan

๐ŸŒป
#Haati isaa garuu deebistee, โ€œHin tau! Yohaannis jedhamuu qabaโ€ jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beekuโ€ jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan

๐ŸŒป innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa
#Yohaannisiโ€ jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate

๐ŸŒป
#Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi,
#Mucaan kun
maali taa laata?โ€ jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas
#Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture

๐ŸŒป Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa
#Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1โžœyaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif
#xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2โžœ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa
#fayyinaa nuu kaaseera
3โžœ kunis akkuma
#afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha

4โžœ
#Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5โžœAkkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti
#gara_laafina nutti argisiisa
6โžœ kakuu isaa isa
#Qulqulluus ni yaadata
7โžœ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya
#Abrahaamiif kakate dha
8โžœ akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9โžœ sodaa malee
#tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna

10โžœ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya
#hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11โžœ Ati garuu yaa mucaa
nana,
#daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12โžœ sabni isaa dhiifamni
#cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13โžœKunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis
#ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14โžœ inni warra
#dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15โžœ
Mucaan sunis ni guddate, #Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Galani Waaqayyof Haataโ€™u
Ameen
๐ŸŒนilma koo,Gibxiitti
Nan waamee
โžข แˆแŒ„แŠ•แˆ แŠจแŒแ‰ฅแ… แŒ แˆซแˆแ‰ต
=Raji_Hoose 11:1
=แˆ†แˆดแ‹• 11 :1
||***********||

=Goondasa Dubaroo
Maariyaami
= #Raaji_Hoose
โž›#kutaa_3_Ffaa

โ–Hoose jechuun
Qoricha jechuudha
โ–Abbaan Hoose Beeri
Jedhama
โ–Hoosen raajii kan
Dubbate dhaloota
Kiristoos dura
Bara 721 ttii
โ– Kitaabni Hoosen
Bareesse boqonnaa
#14 qaba
====||====
โœgara mata duree
Keenya yeroo deebinuu.

โžขMaatewoos akkana
Jedhe bareesse๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Namooni oguuma
sun Erga isaan achii
deemanii booda
Ergamaan Waaqayyo abjuudhaan Yoseefitti
mulatee,Kaiitii #mucichaa fi #haadha isaa fudhadhuutii
gara #Gibxiitti baqadhu

Heroodis mucicha ajjeesuu waan barbaaduuf hamma
ani sitti himutti achuma turi
jedheen

Kanaaf, Yoseef kaee
mucichaa fi haadha
mucichaa fudhatee
#halkaniin gara Gibxii dhaqe

Hamma #Heroodis du'uttis achuma ture Kunis kan tae wanti Waaqayyo karaa
#raajii isaa" #Ani ilma koo
biyya Gibxiitii nan waame jedhee dubbate akka raawwatamuufi
=โž›Maatewoos 2:13-15
******
Hubbadha.Gara biyya
Gibxiitti kan waamee
Eenyu.โ“
=biyya Gibxiitti kan
Waame Waaqayyo
Yookin Waaqayyo jechuun
Abbaa jechudha.
=ilma, kan jedhamee immoo
Kiristoos:
๐ŸŒปmaqaan Kiristoos
=~ilma
=~Amaanu'eel
=~Iyyaasuus
=~Gooftaa
Haataโ€™u maqaan isaa
Kuni Kiristoos osoo
Fooni nama iyyuu hin
Qabtni dura iyyuu jira..

โž›ilma jedhee kan
Waame Abba isaa Waani
Taef nuuti ilma jenne
wamana

โœErgaman Waaqayyo
Yooseefin #mucaa yookiin
#Da'imaa fi haadha mucaa
Fudhi jedhee jira

๐ŸŒปKanaafuu Raaji hose
ilma jedhe waamee
Ergamaan immoo da'ima
Jedhe wamee
Jechi #mucaa fi #ilma irratti
Ergama Waaqayyo maalif ilma
Jechu didee mucaa yookiin
Da'imaa jedhee waamee โ“

=ilma kan jedhame Kuni
Addunya dura Abbaa,isaaf
Ilma,Ture..Waaqummaa
Isaan Abbaa isaa wajjin
Waliqixa

โžขErgaman da'ima ykn
Mucaa jedhee kan wamee
Foonni nama,wajjiin Tawudoo
Tau ibsuufi.. jecha kan
Fayyadamne...

โœakkuma Raajiin
isaayaas Dubbate๐Ÿ‘‡
โž›Raaji-Isay 9:6

๐Ÿ‘‰ #Mucaan nuuf #dhalateera #ilmis nuuf kennameera
humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira
#maqaan isaa Gorsaa, dinqii, #Waaqayyo-jabaa
abbaa bara baraa
angafa nagaaโ€ in jedhama
โ—ˆ #แˆ•แƒแŠ•_แ‰ฐแ‹ˆแˆแ‹ถแˆแŠ“แˆแŠ“
#แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ…แˆ แ‰ฐแˆฐแŒฅแ‰ถแŠ“แˆแŠ“
แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแˆ แ‰ แŒซแŠ•แ‰ƒแ‹ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ แˆตแˆ™แˆ แ‹ตแŠ•แ‰… แˆ˜แŠซแˆญ, แŠƒแ‹ซแˆ
#แŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠ แ‰ฃแ‰ต
#แ‹จแˆฐแˆ‹แˆ แŠ แˆˆแ‰ƒ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‹ญแŒ แˆซแˆ
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 9:6
โž›Haaluma Kana Ergama
Waaqayyo muca ykn da'ima
Fudhi jedhee jira

๐Ÿ‘‰Abbaan ilma isaa
Sababa maalif gara
Biyyaa Gibxiitti wama โ“

โœbiyyi Gibxii saba Israa'el
Waaggaa 430 ofii jalatti
Rakko hedduu irraan geesse.
โžขser.Bau 12:40-41๐Ÿ‘‡
#Barri Israa'eloonni biyya
Gibxii keessa jiraatan
waggaa 430 ture
Dhuma waggaa 430 sanatti guyyaadhuma sana macci #Waaqayyoo hundinuu biyya Gibxii keessaa in ba'an
*****
wanta beekuu qabuu
Qabnu Israa'eloni
Biyya Gibxii keesa
Wagga 215 turan
Biyya karaan keessa
Waggaa 215 turan
=215:+215=430 ta'a

โž›Haataโ€™u malee akkuma
Yero Ilmi laga Yordaanositti
Cuphame Ilmi koo
Kan isaa dhagaa jedhee
Dubbaate...
=Ilmi immoo xalayaa du'a
Laga sana keessa balesse
:Mat 3:17
โœ Haaluma kan Ilmi
isaa biyya Gibxii keessa
Xaawooti kan dua namatti
Fidu,yaa,balleessuu jedhee
#Abbaan isaa, ilma isa
Achiti waamee....

โœRaajiin Kuni xumura kan
Argate sababa,Gondasa
Dubaroo Maariyaami
Ilma ishee Biyya Gibxii
Geessu isheen...........
Yero amma kan biyyi
Gibxii Xaawooti Ishe ammas
Irra deebitee haala gaariin
Itti fufte hojjacha jirti
kanafuu Murti cimaatu
fuula dura Ishe jira..

โœ #kutaa_4_ffaa
~hordofuu yoo barbade~

๐ŸŒป @haadha_Waaqa_naJaladha

====||====||====
Audio
๐ŸŒบ๐™ข๐™ค๐™ง๐™ข๐™ž ๐™ค๐™ง๐™ฉ๐™๐™ค๐™™๐™ค๐™ ๐™จ๐™ž ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™š ๐™Ÿ๐™ž๐™™๐™™๐™ช๐™ฉ๐™ž ๐™ฉ๐™–'๐™š

A))โžป
#Orthodoksi irraa
          =Gutema.
B))โžป
#pheenxee irraa
          =Habte.
โœ ๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–๐™™๐™ช๐™ง๐™š๐™š ๐™ข๐™ค๐™ง๐™ข๐™ž๐™ž
#Maariyaamin (waaqa)/Waaqayyo deesseeโ“moo hin deenye.โ“

โœ
#soba pheenxee kana
ilala๐Ÿ‘‡

โžŠโžป๐™ง๐™–๐™–๐™Ÿ๐™ž-๐™ž๐™จ๐™–๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ 9:6
#Mucaan nuuf dhalateera;
ilmi nuuf kennameera;
mootummaan gatiittii isaa irra jiraata.
Innis Gorsaa Dinqisiisaa,
#Waaqa_Jabaa,
Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa
jedhamee ni waamama.
แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 9:6
แˆ•แƒแŠ• แ‰ฐแ‹ˆแˆแ‹ถแˆแŠ“แˆแŠ“แฅ แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ…แˆ แ‰ฐแˆฐแŒฅแ‰ถแŠ“แˆแŠ“แค แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแˆ แ‰ แŒซแŠ•แ‰ƒแ‹ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆแค แˆตแˆ™แˆ แ‹ตแŠ•แ‰… แˆ˜แŠซแˆญแฅ แŠƒแ‹ซแˆ
#แŠ แˆแˆ‹แŠญแฅ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠ แ‰ฃแ‰ตแฅ แ‹จแˆฐแˆ‹แˆ แŠ แˆˆแ‰ƒ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‹ญแŒ แˆซแˆแข
โ–บkanafuu Jechi แŠ แˆแˆ‹แŠญ jedhuu Waaqa, jedhama.
โ–บkanafuu Maariyaamin ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ(๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜) ๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŽ๐šŽ ๐š“๐š’๐š›๐š๐š’ ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ


โทโžปYohaannis 20:28
Toomaas immoo,deebise โ€œGooftaa koo! 
#Waaqa koo!โ€ jedheen.
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 20:28
แ‰ถแˆ›แˆตแˆแฆ แŒŒแ‰ณแ‹ฌ
#แŠ แˆแˆ‹แŠฌแˆแก แ‰ฅแˆŽ แˆ˜แˆˆแˆฐแˆˆแ‰ต

(Kitaabni pheenxee garuu iddoo kanatti Waaqa kani jedhuu kana Waaqayyo jedhee hike jira
=Waaqa =Waaqayyoo))
#แŠ แˆแˆ‹แŠญโžป๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™– ๐™Ÿ๐™š๐™˜๐™๐™ช๐™™๐™๐™–.
#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ โžป๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฆ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ค jechudha.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐šก๐šž๐šš๐šŠ๐šŠ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha