๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿƒkutaa๐Ÿ•น_ยณยฒffยชยช๐ŸŒผ๐ŸŒท
โžงGaafi fi Deebi
๐ŸคMusiliimota๐Ÿฆ

โžงโœYohaannis 9:17
isaan ammas namicha
#Qaro_dhabeessa ture sanaan, โ€œija kee kan
siif bane isa waan taeef, ati waaee isaa maali jettaโ“โ€ jedhaniin. Namichis, โ€œinni
#raajii dhaโ€ jedhe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžGaaffii isaanii
1=Kiristoos
#Raajidha
jedhuโ“
--------------------
๐Ÿ“โžงDeebii keenya.

โœAkka jecha namicha
#Qaro_dhabeessa kanatti
ija isaa fayyuun isa kuni
#dinqi wanii taโ€™ef, yookiin erge dhalate namni iji haaraa Uumee hin jiruu wanii taโ€™ef gochaa kana arge #Raajidha/Dinqidha jedhee malee.*Namichi kunis Kiristoos eessa inni dhufee gonkumaa hin beekuu, garuu sababa gochaa dinqisiisaa kana argeefi raajicha jedhe kana dura taโ€™e hin beekuu wani taโ€™ef

๐ŸŒธRAGAA KITAABA ๐Ÿ‘‡

โ“ต=โœYohaannis 9:25
Namichis akkasi jedhe โ€œ inni cubbamaa tauu fi dhiisuu isaa ani
#hin_beeku. Wanti ani beeku tokko, ani #Qaro_dhabeessa akkan turee fi amma garuu arguu akkan dandae qofa dhaโ€ jedhee deebiseef.

โ“ถ=โœYohaannis 9:32
#Dur_durii jalqabee namni ija nama #qaro-dhabeessa ta'ee #dhalate akka bane matumaa dhagaamee
hin beeku

โ“ท=โœfar_Daawit 40:5
Yaa Waaqa koo Ati wantoota
#dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha. Kan
#siin_gitu tokko illee hin jiru Ani waa'ee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee,
#Lakkoofsi isaanii gita hin qabu.

๐Ÿ“แŠ แ‰คแ‰ฑ แŠ แˆแˆ‹แŠฌ
#แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒแŠธแ‹ แ‰ฐแŠ แˆแˆซแ‰ต แ‰ฅแ‹™ แŠแ‹ แŠ แˆณแ‰ฅแˆ…แŠ•แˆ แˆแŠ•แˆ แ‹จแˆšแˆ˜แˆตแˆˆแ‹ แ‹จแˆˆแˆ #แ‰ฃแ‹ˆแˆซแˆ แ‰ฅแŠ“แŒˆแˆญแˆ #แŠจแ‰แŒฅแˆญ
แˆแˆ‰ แ‰ แ‹› =(แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 40 :5)

โ“ธ=Yohaannis 6:14
Namoonni sun
#dinqii Iyyaasuus(Kiristoos)
hojjete yommuu argan, โ€œKun dhuguma iyyuu
#Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dhaโ€ jedhan.

โ“น=โœ Yohaannis 11:47
#Dura_buutonni
lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii wali_gala walitti qabanii akkana jedhan: โ€œNamichi kun
#dinqii_hedduu_hojjechaa waan jiruuf maali goonuโ“

โ“บ=Yohaannis 12:18
#Namoonni hedduun sunis isa simachuu kan dhaqan, inni dinqii kana hojjechuu isaa waan dhagaaniif ture
*****
โžงWalumaa galatti wanti
Samuu nama olii yoo,hojjatamee
#Israa'el keessaatti dinqii yookiin Raajii jedhama.sababa kanafis namichi Kiristoosiin raaji dha jedhee
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Lakki dirqama Kiristoos Raajii dha, yoo, jedhanii immoo, akkuma Abbaan hojjatu Anis nan Hojadha jedha. Kanafuu Abbaan illee Raajii dha jedhu ta'a.

1โƒฃ=Yohaannis 5:17๐Ÿ‘‡
inni(Kiristoos) garuu,
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira;
#Anis nan hojjedhaโ€ jedhee isaaniif deebise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofuu dandessu๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ‰ โ‰ โ‰ โ‰ โ‰ โจณโจณโจณโ‰ โ‰ โ‰ โ‰ โ‰ 
๐ŸŒนkutaa-103-ffaa๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ•นGaafii fi Deebii pheenxee fi Muslimaa.
โœYohaannis 3:13
#Ilma_Namaa isa samii irraa #gadi buสผe malee eenyu iyyuu samiitti #olii hin baane
๐Ÿ•น๐‘–๐‘‘๐‘‘๐‘œ๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘ก๐‘–๐‘– ๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘–๐‘– ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž #๐‘โ„Ž๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฅ๐‘’ ยซ ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ž๐‘œ๐‘“๐‘Ž ๐‘œ๐‘™๐‘– ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘’๐‘’ ๐‘š๐‘Ž๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘›๐‘– ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž โ„Ž๐‘œ๐‘œ๐‘š๐‘ก๐‘ข โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘—๐‘–๐‘Ÿ๐‘ข ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘ข.โ“
๐Ÿ•น๐‘–๐‘‘๐‘‘๐‘œ๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐‘”๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž #๐‘š๐‘ข๐‘ ๐‘–๐‘™๐‘–๐‘š๐‘Ž ยซ ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ž๐‘œ๐‘“๐‘Ž ๐‘œ๐‘ ๐‘œ๐‘œ โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘›๐‘’ #๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘›๐‘– ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘–๐‘™๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘œ๐‘™๐‘– ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘’๐‘’ ๐‘—๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘˜๐‘–๐‘ก๐‘Ž๐‘๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘‘๐‘œ๐‘”๐‘œ๐‘”๐‘œ๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘ขโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–:
๐ŸŒนjalqabaa duraa samii irraa gadi bue, oli kani bahee Kiristoos qofaa miti.โŒ
Fakkeenyaaf Hafuurri Qulqulluun yeroo hundumaa samii irraa gadi bu'aa olii illee ni deebii'a
โžŠ.Maatewos 3:16
#Iyyaasuus erga cuuphamee booda, battaluma sanatti bishaanicha keessaa baสผe; yeroo kanatti #samiiwwan ni banaman; #hafuurri Waaqayyoos akka gugeetti #gadi_buee utuu isa irra qubatuu arge.
๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘š๐‘Ž #๐‘Ž๐‘๐‘๐‘Ž๐‘› ๐‘–๐‘™๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘– ๐‘๐‘ข'๐‘’ ๐‘˜๐‘–๐‘ก๐‘Ž๐‘๐‘›๐‘– ๐‘š๐‘ข๐‘ ๐‘’๐‘’ ๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘Ž.
โž‹.seera.Uumama 18:3
Innis akkana jedheen #Gooftaa ko, yoo ani si duratti fudhatama argadhe, tajajila(garbicha) kee bira hin darbin.โ€
โžป #G๐‘œ๐‘œ๐‘“๐‘ก๐‘Ž๐‘› ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘– ๐‘๐‘ข'๐‘’๐‘’ ๐‘š๐‘Ž๐‘™๐‘’ ๐‘’๐‘Ÿ๐‘”๐‘– ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘ข โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘‘โ„Ž๐‘ข๐‘“๐‘›๐‘’,๐‘’๐‘Ÿ๐‘”๐‘Ž ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘– ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘‘โ„Ž๐‘ข๐‘“๐‘’ ๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘– #๐‘œ๐‘™๐‘– ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘š๐‘ข.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
A๐Ÿ“โž›amma immoo #dogoggora warra #pheenxee ilaala๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
-akka warri pheenxee odeessaa jiran kanatti kani oli bahee Kiristoos qofaa jedhuu ,namni oli bahee hin jiru jedhuu ,garuu kuni sobaa Fakkeenyaaf #Henok #Eliyaasii oli bahanii jiruu.
โžŒ.Sera.Uumama 5:24
Henook Waaqa wajjin deddeebiสผe; waan Waaqni isa #fudhateef inni deebiสผee hin argamne.(Ibrota 11:5)dubbisi๐Ÿ‘ˆ
โž.2Mootota 2:1
Yommuu Waaqayyon #Eeliyaasiin obomboleettiidhaan gara #samiitti olii fudhachuuf jedhutti, Eeliyaasii fi Eelsaaสผi Gilgaal keessaa baสผanii deemuu jalqaban. (2Mot 2:11).
๐Ÿ•น๐šŠ๐š–๐š–๐šŠ ๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐šœ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š˜๐š•๐š’ ๐š‹๐šŠ๐šž๐šž #๐š‘๐šŽ๐š—๐š˜๐š”๐š’ ๐š๐š’ #๐šŽ๐š•๐š’๐šข๐šŠ๐šŠ๐šœ๐š’ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐š–๐š’๐š๐š๐š’.ยซ ๐š—๐šž๐š๐š’ ๐š’๐šข๐šข๐šž๐šž #๐š–๐šŠ๐š—๐šŠ_๐šœ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š ๐šŠ๐š—๐š’ ๐šš๐šŠ๐š‹๐š—๐šž๐š ๐š˜๐š•๐š’ ๐š‹๐šŠ๐š‘๐šž ๐š๐š’๐š›๐šš๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐š—๐šข๐šŠ,๐š๐šŠ๐š›๐šž๐šž #๐š™๐š‘๐šŽ๐šŽ๐š—๐šก๐šŽ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š–๐šŠ๐š—๐šŠ ๐šœ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š‘๐š’๐š— ๐šš๐šŠ๐š‹๐šž ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐š‘๐š’๐š–๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š–๐š˜๐š›๐š–a ๐Ÿ˜‚

โžŽ. 2 Qorontos 5:1
Yoo dunkaanni #lafa irraa kan nu keessa jiraannu kun diigame #mana_Waaqni_ijaare, mana bara baraa kan harka namaatiin hin ijaaramin #samii irraa akka qabnu beekna.
โž. Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa iddoo jireenyaa baayสผeetu jira; utuu akkana taสผuu baatee silaa isinittin hima ture. #Ani iddoo isinii qopheessuuf achin dhaqaatii.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
B๐Ÿ“โžปAmma immoo #Dogoggora #Muslimoota ilaala.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โžป samii irraa gadi bu'ee ,gara samiitti kani deebi'ee Eeyyee Kiristoos , Muslimooni immoo jecha kani jiranii namoonni gara samii olii bahee jiruu jedhuu.
โžป kayyoo Muslimaa immoo Kiristoos akkuma namoota kani lafa irraa dhufee wani Amananifi, kuni immoo soba isaanitti ,
Mee Fakkeenyaaf Muslimoonni Henok ,Eliyaasii oli bahee jedhu,
Kiristoos wajjiin wali qixeessufi akkasii jedhuu.
๐Ÿ•น๐š๐š‘๐šž๐š๐šŠ๐š— ๐š“๐š’๐š›๐šž ๐š๐šŠ๐š›๐šž๐šž ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐šœ๐š’ ๐š–๐š’๐š๐š๐š’ ๐š“๐šŠ๐š•๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐šŠ ๐š‘๐šŽ๐š—๐š˜๐š”๐š’ ๐š๐š’ ๐šŽ๐š•๐š’๐šข๐šŠ๐šŠ๐šœ ๐š“๐šŠ๐š•๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š๐šž๐š›๐šŠ๐šŠ ๐šข๐š˜๐š˜๐š–๐š’ ๐šœ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š‹๐šž'๐šŠ๐š— ๐š–๐šŽ๐šŽโ“๐Ÿ˜โŒ
โžป๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š‹๐šŠ๐š›๐š’ ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ ๐š‘๐šŽ๐š—๐š˜๐š” ๐š๐š’ ๐šŽ๐š•๐š’๐šข๐šŠ๐šŠ๐šœ๐š’ ๐šŒ๐šŠ๐šŠ๐š•๐šž ๐šŠ๐š—๐šŠ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐šœ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š’๐š›๐š›๐šŠ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š‹๐šž'๐šŽ, ๐šŠ๐š—๐šŠ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐šœ๐šŠ๐š–๐š’ ๐š”๐šŠ๐š—๐š’ ๐š˜๐š•๐š’ ๐š‹๐šŠ๐š‘๐šŽ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŽ๐Ÿ‘
โž.Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi_Namaa iddoo #dur turetti #ol baสผuu argitan akkam taสผinna ree?
โžปkanafuu Henok fi Eliyaasii jalqabaa samii irraa teessoo qabu ree yaa Muslimaa โŒ
๐‘™๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘– ๐‘”๐‘œ๐‘›๐‘˜๐‘ข๐‘š๐‘Ž โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž๐‘›๐‘–.