โ Ulfina #Waaqayyo biraa argamu caalaa
ulfina #namoota biraa
argamu waan jaallataniif ture
= #แจแฅแแแ แฅแแญ แญแฅแญ
แญแแ
#แจแฐแแ แญแฅแญ แแฐแแแ
=Yohaannis 12:43
=แฎแแแต 12 :43
====//=====
#sirna_qidase guyyaa
Kan =6/1/2014)
โkitaaba Yohaannis
12:36-50
=Haataโu malee, nuuti
Lakkoofsaa 34 irraa
eeggala,
โ Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
โNuti #Kiristoos bara
baraan akka jiraatu
Seericha irraa
dhageenyeerra
โMaarree ati akkamitti
Ilmi namaa olii kaafamuu
qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ jedhaniin
โ Kanaaf #Iyyaasuus
akkana isaaniin jedhe
โ #Ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira
ni tura
Kanaaf #dukkanni sun akka
isin hin liqimsine
#yeroo ifa qabdanitti deemaa
#namni dukkana keessa
deemu hundi #garamitti
akka deemu hin beeku
โ isin #ilmaan ifaa
akka taataniif, yeroo ifa
qabdan kanatti ifichatti #amanaa.โ
#Iyyaasus wantoota kana
erga dubbatee booda achii deeme isaan jalaas ni dhokate.
โ inni #dinqii hedduu
isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti hin amanne;
โkunis kan tae
wanti #isaayyaas_raajichi
โYaa Waaqayyo wanta nu
irraa #dhagaetti kan amane eenyuโ
#irreen Waaqayyo hoo
eenyutti mulifameโ jedhee dubbate akka
raawwatamuuf ture
โ #Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee #Isaayyaas
ammas akkana jedheera
โ โ #isaan_ija isaaniitiin arganii
#garaa isaaniitiin hubatanii,
akka hin deebinee fi #anis akka
isaan hin #fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera
#garaa isaaniis #jabeesseera.โ
โ #isaayyaas wantoota kana
kan dubbate #ulfina isaa waan argeef ture
#waaee isaas dubbateera
โTaus #bulchitoota
keessaa illee
hedduun isaanii isatti
amananii turan
haa tau malee
#mana_sagadaa
keessaa akka hin #ariamneef sababii #Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa
#ifatti hin dubbatan turan
โ sababiin isaas #ulfina Waaqayyo biraa argamu
#caalaa, ulfina #namoota
biraa argamu waan
#jaallataniif ture
โ #Iyyaasuus garuu
sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
โ#Namni anatti amanu
hundi, anatti qofa utuu
hin tain isa na ergettis ni amana;
โ #namni na argu hundi
isa na erge Sanas ni #arga
โ #Namni anatti amanu
hundi #dukkana keessa
akka hin jiraanneef
#ani ifa taee gara
addunyaa dhufeera
โ Haa tau malee
namni tokko #dubbii koo dhagaee yoo eeguu baate
ani isatti hin murteessu
sababiin isaas ani
addunyaa #fayyisuuf malee addunyaatti murteessuuf
hin dhufne
โ #Nama ana tuffatuu fi
dubbii koo hin fudhannetti
kan murteessu tokko jira
#Dubbii ani #dubbadhetu #guyyaa dhumaatti isatti murteessa
Sababiin isaas, wanta ani
jedhuu fi wanta ani
dubbadhu Abbaa
isa ana erge sanatu
na ajaje malee
ani ofii kootiin kakaee hin dubbanne
โ #Ajajni isaas jireenya bara baraa akka tae ani beeka Kanaaf, ani
wantan dubbadhu hunda akkuma Abbaan anatti himettan dubbadha
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=hiikkaa jechoota
Bareeffama kana
Keessatti fayyadamnee
Hundi isaa hiika qaba.
=ijoollee #Muslimaa
Hundi isaanii jecha
Kitaaba kan irraatti
Ni guufatuu
=akkuma isaayaas jedhee
iji fi lapheen ijoollee
#Musiliimaa hundi duudaa
Ta'e jira.
= mee, ijoolleen ortodoksii
Yeroo tokko Dubbisa
Yeroo biraa bakka Muslimoonni
Itti dogoggora jiran kan ilaala
โฌโฌโฌโโฌโฌโฌ
Nagaan Tura
๐น=channeel kan irratti๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
โWaaqayyo gooftaan keessan isin gidduudhaa obboloota keessan keessaa #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
โ Ser.keessa.deebi 18:15
โ HDB 7:37
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#Hiikaa jechoota kan ๐
1โขWaaqayyo gooftaan keessan #isin_gidduudhaa
๐Jechi isin gidduu jedhuu
Sanyi keessan irraa jechuudha
Yookin foonii fi lubbuu keessan irraa jechuudha
๐ sanyii (qoommo) jiran
Keesssa jechuudhaa
#Fakkeenyaaf sanyii
Israaโel 12 ttuu jira
โฌ isin keessa yeroo
Jedhuu sanyii tokkoo
Jechuu isaatii
Sanyin Kiristoos irraa
Dhalate immoo sanyii
#Yihuudaati yookiin ijoollee
Yaaqoobi 12, jechuudha
โ ijoolleen Yaaqoobi immoo
#Obbollota jedhamuu
Yaaqoobi hadhaa manaa
4 irraa ijoollee 13 argatee
Jira,,,,
โฌgaruu akka seera
Ibrootaatti
#Dhiraa qofatu lakkaaโama
=kanafuu 12 dhira, tokko dubartii dha
=12+1=13
โser.Uum 46:1-27
โขKanaafi Musee obboloota
Keesssan gidduu dha jedha.
Walumaagalatti lubbuu fi
Fooni ijoolleen Yaaqoobi irraa
Jechuu keenya.....
โ 1sen 28:4๐
Waaqayyo gooftaan Israa'el #Yihudaan geggeessituu akka ta'uuf fo'ateera
#gosa_Yihudaa keessaa immoo qomoo abbaa
kootii ilmaan abbaa
kootii keessaa immoo #mootummaa anaaf
kennuu jaallatee
guutummaa Israa'el irratti bara baraan #mootii akkan ta'uuf na fo'ate.
โ Raji-Ermiyaas 23:6๐
๐Bara isaa keessa
Yihudaan in fayya
Israa'elis bir'aa malee
in jiraata
#maqaan isaa #Waaqayyo
Qulqulluu keenyaโ in jedhama
โRaaji Ermiyaas 33:17๐
#Sanyii Daawit keessaa
yeroo hundaa guutummaa Israa'el irratti kan
mo'u hin dhabamu
โRaaji-isayaas 9:6-7๐
๐พMucaan nuuf dhalateera
๐พilmis nuuf kennameera;
๐พhumni mootummaa
isaa gatiittii isaa irra jira;
โmaqaan isaa #Gorsaa
#dinqii Waaqayyo-jabaa
โabbaa bara baraa
angafa #nagaaโ in jedhama
Guddinni mootummaa
isaatii fi guddinni nagaa isaatii
dhuma hin qabu;
๐พinni teessoo
#Daawitii fi mootummaa
isaa irratti in mo'a
โ Ibroota 7:14
#Gooftaan keenya
gosa #Yihudaa irraa akka
dhufe ifa dha
#Museen garuu #luboota gosa kana keessaa
dhufan ilaalchisee
homaa hin dubbanne
โฌ #แแณแฝแ แจแญแแณ แแแต
แฅแแฐแแฃ แจแฐแแแ แแแ
แตแแแ แ แแแต แแด แแแ
แฅแแณ แตแ แญแ แแต แ แแฐแแแจแ
=แแฅแซแแซแ 7:14
โขMulโata Yoh 5:5๐
๐Hin booin Kunoo,
#hiddi Daawit
Leenci gosa #Yihudaa
maraa kitaabaa kana
hiikuu fi chaappaawwan
isaa torban banuuf
injifateera//(mo'eera)
naan jedhe
โฌ แ แณแแ แต แฅแแ
แจแญแแณ แแแต แจแแแ
แ แแ แณ แฅแญแฑแ
#แจแณแแต_แฅแญ แแฝแแแ
แญแแจแ แแแต แฐแฃแฑแแ แแ แฐแ
แญแแณ แแแต แตแ แแฅแถแ แแก แ แแ
=แซแฅแญ 5 :5
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ#raajii akka kootii
isiniif in kaasa
= kan jechuun Abbaan
Ogumma jalqabaa fi
Beekumsa hundumaa
Waaqayyo, rajjin akka namnii
Dubbatu kan tasisuu
Waaqayyo,, kanafuu maddii
Rajji Waaqayyodha
โDubbi Waaqayyo
sanaa namni Dubbata.
=kanafuu yeroo kan
#Waaqayyo wajjin tokko
Tana jechuu keenya
โ 1 Qor 11:1๐
Egaa akkuma ani
#fakkeenya Kristos
fudhadhe, isinis
immoo fakkeenya
koo fudhadhaa
โMuseen fakkeenya
Waaqayyo #hordofa
Wani taโef, raji akka
Kooti, jedha...
โฌEeyyee Waaqayyo
Raji namni akka dubbatu
Gochu qofa mitii ofii isaa
ilee Raji namatti ni dubata
โ Fakkeenyaafi
โRaji Zakaariyaas 12:7๐
๐ ulfinni mana #Daawitii fi ulfinni namoota iyarusalemi keessa jiraatanii kan
#Yihudaa irra akka hin caalletti, ani Waaqayyo duraan dursee dunkaana Yihudaa nan oolcha
โjecha kan bara Kiristoos
Dhalate rawwatamee jira
โฌkan jechuun Waaqayyo
Wanta gara fuula dura jiruu
Dubbachu isatti
โฌKuni immoo amala
Raji keessa tokko Waani
Ta'ef
=sababa kanafuu raji
Jedhe jira Museen
โณโณโณโณโณโณโณโณ
โ jechi akka koo,jedhu
Immoo,,
โฌfoonii fi lubbuu Nama irraa wani fudhateefi, Kiristoos
#Muusee ni fakkaata
โGargargaruma Muse
Fi Kiristoos
โขMuseen sanyii lewwota
irraa Dhalate
โขMuseen durbumma malee
Dhalate
โขmuseen due Fooni irraa
Tortore jira
โข Musen Nama kan ajjesee
Cubbu illee hojjatee jira
โขMuse ijoollee ni qaba
โขMusen bishaan humna
Waaqayyo addan kutee
โขmuseen bara mootummaa
Isa waggaa 80, qofa Ture
โขMuse sibiilaa irraa
Bofa tolche uumata
fayyiseera.....
๐Kiristoos ilma Waaqayyoti
Sami irraa kan Dhufe
๐Kiristoos durbumman dhalate
๐Kiristoos du'a moee ka'e jira
๐Kiristoos cubbuu tokko illee
Hin hojjannee
๐Kiristoos Waaqayyo
Wani taโef ijoolleen isaa
Namota isa dhaga'anii qofa
๐Kiristoos milaa isaan
Bishaan irraa deemee
๐mootummaan Kiristoos kan Bara baratti

๐น๐kutaa๐น_ยณยฒffยชยช๐ผ๐ท
โงGaafi fi Deebi
๐คMusiliimota๐ฆ
โงโYohaannis 9:17
isaan ammas namicha #Qaro_dhabeessa ture sanaan, โija kee kan
siif bane isa waan taeef, ati waaee isaa maali jettaโโ jedhaniin. Namichis, โinni #raajii dhaโ jedhe.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โGaaffii isaanii
1=Kiristoos #Raajidha
jedhuโ
--------------------
๐โงDeebii keenya.
โAkka jecha namicha #Qaro_dhabeessa kanatti
ija isaa fayyuun isa kuni #dinqi wanii taโef, yookiin erge dhalate namni iji haaraa Uumee hin jiruu wanii taโef gochaa kana arge #Raajidha/Dinqidha jedhee malee.*Namichi kunis Kiristoos eessa inni dhufee gonkumaa hin beekuu, garuu sababa gochaa dinqisiisaa kana argeefi raajicha jedhe kana dura taโe hin beekuu wani taโef
๐ธRAGAA KITAABA ๐
โต=โYohaannis 9:25
Namichis akkasi jedhe โ inni cubbamaa tauu fi dhiisuu isaa ani #hin_beeku. Wanti ani beeku tokko, ani #Qaro_dhabeessa akkan turee fi amma garuu arguu akkan dandae qofa dhaโ jedhee deebiseef.
โถ=โYohaannis 9:32
#Dur_durii jalqabee namni ija nama #qaro-dhabeessa ta'ee #dhalate akka bane matumaa dhagaamee
hin beeku
โท=โfar_Daawit 40:5
Yaa Waaqa koo Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha. Kan #siin_gitu tokko illee hin jiru Ani waa'ee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu.
๐แ แคแฑ แ แแแฌ #แซแฐแจแแธแ แฐแ แแซแต แฅแ แแ แ แณแฅแ แแ แแแ แจแแแตแแ แจแแ #แฃแแซแ แฅแแแญแ #แจแแฅแญ
แแ แ แ =(แแแแญ 40 :5)
โธ=Yohaannis 6:14
Namoonni sun #dinqii Iyyaasuus(Kiristoos)
hojjete yommuu argan, โKun dhuguma iyyuu #Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dhaโ jedhan.
โน=โ Yohaannis 11:47
#Dura_buutonni
lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii wali_gala walitti qabanii akkana jedhan: โNamichi kun #dinqii_hedduu_hojjechaa waan jiruuf maali goonuโ
โบ=Yohaannis 12:18
#Namoonni hedduun sunis isa simachuu kan dhaqan, inni dinqii kana hojjechuu isaa waan dhagaaniif ture
*****
โงWalumaa galatti wanti
Samuu nama olii yoo,hojjatamee #Israa'el keessaatti dinqii yookiin Raajii jedhama.sababa kanafis namichi Kiristoosiin raaji dha jedhee
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Lakki dirqama Kiristoos Raajii dha, yoo, jedhanii immoo, akkuma Abbaan hojjatu Anis nan Hojadha jedha. Kanafuu Abbaan illee Raajii dha jedhu ta'a.
1โฃ=Yohaannis 5:17๐
inni(Kiristoos) garuu, #Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira;
#Anis nan hojjedhaโ jedhee isaaniif deebise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqaa
hordofuu dandessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ โ โ โ โ โจณโจณโจณโ โ โ โ โ