๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.59K subscribers
54 photos
3 videos
10 files
117 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿช€๐Ÿช€๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒป

=โœฆ ilmi namaa
#saaatii isin ni dhufa jettanii hin
yaadnetti waan dhufuuf
#qophaaoo
ta'aa.

โœฆ= โ€œ
#Garbichi amanamaanii fi
ogeessi, yeroo sirrii taetti nyaata isaanii akka isaaniif kennu
#Gooftaan
isaa maatii isaa irratti muude dhuguma eenyu?

=โœฆ Garbichi
Gooftaan
isaa dhufee utuu inni akkana godhuu isa argu sun
#gammadaa dha!

=โœฆ Dhuguman isiniin jedha, inni
#qabeenya isaa hundumaa irratti isa muuda.

โ–ณ= โ€œHaa tau malee garbichi
#hamaan sun garaa isaatti, โ€˜Gooftaan koo ni #turaโ€™ jedhee,

โœฆโœง=garboota
akka isaa taan
#reebuu, warra #machooftuu wajjin nyaachuu fi dhuguu yoo jalqabe,

โœฆ=
Gooftaan garbicha sanaa guyyaa inni hin eegnee
fi saaatii inni hin beeknetti dhufee,

โœฆ=
#adaba guddaa isa adaba; qoodni isaas warra fakkeessituu wajjin akka
tau godha. Achittis ni booa, ilkaan isaas ni qara

โœฆ =Mat 24:44-51
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒป แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ฐแŒแˆž
#แ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ…แ‰ณแ‰ฝแˆ แŠ‘แˆฉแฅ #แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… แ‰ แˆ›แ‰ณแˆตแ‰กแ‰ แ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ต แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแŠ“แข

โœฆ= แŠฅแŠ•แŠชแ‹ซแˆต แˆแŒแ‰ฃแ‰ธแ‹แŠ• แ‰ แŒŠแ‹œแ‹ แ‹ญแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŒŒแ‰ณแ‹ แ‰ แ‰คแ‰ฐ แˆฐแ‹Žแ‰ฝ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆพแˆ˜แ‹
#แ‰ณแˆ›แŠแŠ“ แˆแ‰ฃแˆ แ‰ฃแˆชแ‹ซ แˆ›แŠ• แŠแ‹?

=โœฆ
#แŒŒแ‰ณแ‹ แˆ˜แŒฅแ‰ถ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แˆฒแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แ‹จแˆšแ‹ซแŒˆแŠ˜แ‹ แ‹ซ แ‰ฃแˆชแ‹ซ #แ‰ฅแแ‹• แŠแ‹แค

=โœฆ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠฅแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แ‰ฃแˆˆแ‹ แˆแˆ‰ แˆ‹แ‹ญ
#แ‹ญแˆพแˆ˜แ‹‹แˆแข

โœฆ= แ‹ซ แŠญแ‰
#แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŒแŠ•แกแŒŒแ‰ณแ‹ฌ แŠฅแˆตแŠชแˆ˜แŒฃ แ‹ญแ‹˜แŒˆแ‹ซแˆแก แ‰ฅแˆŽ แ‰ แˆแ‰ก แ‰ขแ‹ซแˆตแ‰ฅแฅ

โœฆ= แ‰ฃแˆแŠ•แŒ€แˆฎแ‰นแŠ• แ‰ฃแˆฎแ‰ฝ
#แˆŠแˆ˜แ‰ณ แ‰ขแŒ€แˆแˆญ แŠจแˆฐแŠซแˆฎแ‰ฝแˆ แŒ‹แˆญ แ‰ขแ‰ แˆ‹แŠ“ แ‰ขแŒ แŒฃแฅ

โœฆ= แ‹จแ‹šแ‹ซ แ‰ฃแˆชแ‹ซ แŒŒแ‰ณ
#แ‰ฃแˆแŒ แ‰ แ‰ƒแ‰ต แ‰€แŠ• แ‰ฃแˆ‹แ‹ˆแ‰ƒแ‰ตแˆ แˆฐแ‹“แ‰ต แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแฅ

โœฆ=
#แŠจแˆแˆˆแ‰ตแˆ แ‹ญแˆฐแŠแŒฅแ‰€แ‹‹แˆแฅ แŠฅแ‹ตแˆ‰แŠ•แˆ แŠจแŒแ‰ฅแ‹žแ‰ฝ แŒ‹แˆญ แ‹ซแ‹ฐแˆญแŒแ‰ แ‰ณแˆแค แ‰ แ‹šแ‹ซ แˆแ‰…แˆถแŠ“ #แŒฅแˆญแˆต แˆ›แ‹แŒจแ‰ต แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ

โœฆ=แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 24 :44_51

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐ŸŒป
yeroo hundumaa waa'ee lubbuu keessan yaada

Link ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha

โ–ณ_______๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•๐Ÿ–•_____โ–ณ
โŒWaaqayyo gooftaan keessan isin gidduudhaa obboloota keessan keessaa #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
โ—ˆ Ser.keessa.deebi 18:15
โ—ˆ HDB 7:37
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Hiikaa jechoota kan ๐Ÿ‘‡
1โžขWaaqayyo gooftaan keessan #isin_gidduudhaa
๐Ÿ‘‰Jechi isin gidduu jedhuu
Sanyi keessan irraa jechuudha
Yookin foonii fi lubbuu keessan irraa jechuudha

๐Ÿ‘‰ sanyii (qoommo) jiran
Keesssa jechuudhaa
#Fakkeenyaaf sanyii
Israaโ€™el 12 ttuu jira
โ–ฌ isin keessa yeroo
Jedhuu sanyii tokkoo
Jechuu isaatii
Sanyin Kiristoos irraa
Dhalate immoo sanyii
#Yihuudaati yookiin ijoollee
Yaaqoobi 12, jechuudha
โ—ˆ ijoolleen Yaaqoobi immoo
#Obbollota jedhamuu
Yaaqoobi hadhaa manaa
4 irraa ijoollee 13 argatee
Jira,,,,
โ–ฌgaruu akka seera
Ibrootaatti
#Dhiraa qofatu lakkaaโ€™ama
=kanafuu 12 dhira, tokko dubartii dha
=12+1=13
โ—ˆser.Uum 46:1-27
โžขKanaafi Musee obboloota
Keesssan gidduu dha jedha.
Walumaagalatti lubbuu fi
Fooni ijoolleen Yaaqoobi irraa
Jechuu keenya.....
โ—ˆ 1sen 28:4๐Ÿ‘‡
Waaqayyo gooftaan Israa'el #Yihudaan geggeessituu akka ta'uuf fo'ateera

#gosa_Yihudaa keessaa immoo qomoo abbaa
kootii ilmaan abbaa
kootii keessaa immoo #mootummaa anaaf
kennuu jaallatee
guutummaa Israa'el irratti bara baraan #mootii akkan ta'uuf na fo'ate.

โ—ˆ Raji-Ermiyaas 23:6๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Bara isaa keessa
Yihudaan in fayya
Israa'elis bir'aa malee
in jiraata
#maqaan isaa #Waaqayyo
Qulqulluu keenyaโ€™ in jedhama

โ—ˆRaaji Ermiyaas 33:17๐Ÿ‘‡
 #Sanyii Daawit keessaa
yeroo hundaa guutummaa Israa'el irratti kan
mo'u hin dhabamu
โ—ˆRaaji-isayaas 9:6-7๐Ÿ‘‡
๐ŸŒพMucaan nuuf dhalateera
๐ŸŒพilmis nuuf kennameera;
๐ŸŒพhumni mootummaa
isaa gatiittii isaa irra jira;

โœmaqaan isaa #Gorsaa
#dinqii Waaqayyo-jabaa
โœabbaa bara baraa
angafa #nagaaโ€ in jedhama
Guddinni mootummaa
isaatii fi guddinni nagaa isaatii
dhuma hin qabu;
๐ŸŒพinni teessoo
#Daawitii fi mootummaa
isaa irratti in mo'a

โ—ˆ Ibroota 7:14
#Gooftaan keenya
gosa #Yihudaa irraa akka
dhufe ifa dha
#Museen garuu #luboota gosa kana keessaa
dhufan ilaalchisee
homaa hin dubbanne
โ–ฌ #แŒŒแ‰ณแ‰ฝแŠ• แŠจแ‹ญแˆแ‹ณ แŠแŒˆแ‹ต
แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹ˆแŒฃ แ‹จแ‰ฐแŒˆแˆˆแŒ  แŠแ‹แŠ“
แˆตแˆˆแ‹šแˆ…แˆ แŠแŒˆแ‹ต แˆ™แˆด แˆแŠ•แˆ
แŠฅแŠ•แŠณ แˆตแˆˆ แŠญแˆ…แŠแ‰ต แŠ แˆแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจแˆ
=แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 7:14
โžขMulโ€™ata Yoh 5:5๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Hin booin Kunoo,
#hiddi Daawit
Leenci gosa #Yihudaa
maraa kitaabaa kana
hiikuu fi chaappaawwan
isaa torban banuuf
injifateera//(mo'eera)
naan jedhe

โ–ฌ แŠ แ‰ณแˆแ‰…แˆต แŠฅแŠแˆ†
แŠจแ‹ญแˆแ‹ณ แŠแŒˆแ‹ต แ‹จแˆ†แŠแ‹
แŠ แŠ•แ‰ แˆณ แŠฅแˆญแˆฑแˆ
#แ‹จแ‹ณแ‹Šแ‰ต_แˆฅแˆญ แˆ˜แŒฝแˆแ‰แŠ•
แ‹ญแ‹˜แˆจแŒ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแ‰ฃแ‰ฑแŠ•แˆ แˆ›แŠ…แ‰ฐแˆ
แ‹ญแˆแ‰ณ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ตแˆ แŠแˆฅแ‰ถแŠ แˆแก แŠ แˆˆแŠ
=แˆซแŠฅแ‹ญ 5 :5
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โŒ#raajii akka kootii
isiniif in kaasa
= kan jechuun Abbaan
Ogumma jalqabaa fi
Beekumsa hundumaa
Waaqayyo, rajjin akka namnii
Dubbatu kan tasisuu
Waaqayyo,, kanafuu maddii
Rajji Waaqayyodha

โ—ˆDubbi Waaqayyo
sanaa namni Dubbata.
=kanafuu yeroo kan
#Waaqayyo wajjin tokko
Tana jechuu keenya
โ—ˆ 1 Qor 11:1๐Ÿ‘‡
Egaa akkuma ani
#fakkeenya Kristos
fudhadhe, isinis
immoo fakkeenya
koo fudhadhaa

โ—‰Museen fakkeenya
Waaqayyo #hordofa
Wani taโ€™ef, raji akka
Kooti, jedha...
โ–ฌEeyyee Waaqayyo
Raji namni akka dubbatu
Gochu qofa mitii ofii isaa
ilee Raji namatti ni dubata

โœ Fakkeenyaafi
โ—ˆRaji Zakaariyaas 12:7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ ulfinni mana #Daawitii fi ulfinni namoota iyarusalemi keessa jiraatanii kan
#Yihudaa irra akka hin caalletti, ani Waaqayyo duraan dursee dunkaana Yihudaa nan oolcha

โ—‰jecha kan bara Kiristoos
Dhalate rawwatamee jira
โ–ฌkan jechuun Waaqayyo
Wanta gara fuula dura jiruu
Dubbachu isatti
โ–ฌKuni immoo amala
Raji keessa tokko Waani
Ta'ef
=sababa kanafuu raji
Jedhe jira Museen
โ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณ
โ– jechi akka koo,jedhu
Immoo,,
โ–ฌfoonii fi lubbuu Nama irraa wani fudhateefi, Kiristoos
#Muusee ni fakkaata

โ˜˜Gargargaruma Muse
Fi Kiristoos
โžขMuseen sanyii lewwota
irraa Dhalate
โžขMuseen durbumma malee
Dhalate
โžขmuseen due Fooni irraa
Tortore jira
โžข Musen Nama kan ajjesee
Cubbu illee hojjatee jira
โžขMuse ijoollee ni qaba
โžขMusen bishaan humna
Waaqayyo addan kutee
โžขmuseen bara mootummaa
Isa waggaa 80, qofa Ture
โžขMuse sibiilaa irraa
Bofa tolche uumata
fayyiseera.....

๐ŸƒKiristoos ilma Waaqayyoti
Sami irraa kan Dhufe
๐ŸƒKiristoos durbumman dhalate
๐ŸƒKiristoos du'a moee ka'e jira
๐ŸƒKiristoos cubbuu tokko illee
Hin hojjannee
๐ŸƒKiristoos Waaqayyo
Wani taโ€™ef ijoolleen isaa
Namota isa dhaga'anii qofa
๐ŸƒKiristoos milaa isaan
Bishaan irraa deemee
๐Ÿƒmootummaan Kiristoos kan Bara baratti
โŒWaaqayyo gooftaan keessan isin gidduudhaa obboloota keessan keessaa #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
โ—ˆ Ser.keessa.deebi 18:15
โ—ˆ HDB 7:37
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Hiikaa jechoota kan ๐Ÿ‘‡
1โžขWaaqayyo gooftaan keessan #isin_gidduudhaa
๐Ÿ‘‰Jechi isin gidduu jedhuu
Sanyi keessan irraa jechuudha
Yookin foonii fi lubbuu keessan irraa jechuudha

๐Ÿ‘‰ sanyii (qoommo) jiran
Keesssa jechuudhaa
#Fakkeenyaaf sanyii
Israaโ€™el 12 ttuu jira
โ–ฌ isin keessa yeroo
Jedhuu sanyii tokkoo
Jechuu isaatii
Sanyin Kiristoos irraa
Dhalate immoo sanyii
#Yihuudaati yookiin ijoollee
Yaaqoobi 12, jechuudha
โ—ˆ ijoolleen Yaaqoobi immoo
#Obbollota jedhamuu
Yaaqoobi hadhaa manaa
4 irraa ijoollee 13 argatee
Jira,,,,
โ–ฌgaruu akka seera
Ibrootaatti
#Dhiraa qofatu lakkaaโ€™ama
=kanafuu 12 dhira, tokko dubartii dha
=12+1=13
โ—ˆser.Uum 46:1-27
โžขKanaafi Musee obboloota
Keesssan gidduu dha jedha.
Walumaagalatti lubbuu fi
Fooni ijoolleen Yaaqoobi irraa
Jechuu keenya.....
โ—ˆ 1sen 28:4๐Ÿ‘‡
Waaqayyo gooftaan Israa'el #Yihudaan geggeessituu akka ta'uuf fo'ateera

#gosa_Yihudaa keessaa immoo qomoo abbaa
kootii ilmaan abbaa
kootii keessaa immoo #mootummaa anaaf
kennuu jaallatee
guutummaa Israa'el irratti bara baraan #mootii akkan ta'uuf na fo'ate.

โ—ˆ Raji-Ermiyaas 23:6๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Bara isaa keessa
Yihudaan in fayya
Israa'elis bir'aa malee
in jiraata
#maqaan isaa #Waaqayyo
Qulqulluu keenyaโ€™ in jedhama

โ—ˆRaaji Ermiyaas 33:17๐Ÿ‘‡
 #Sanyii Daawit keessaa
yeroo hundaa guutummaa Israa'el irratti kan
mo'u hin dhabamu
โ—ˆRaaji-isayaas 9:6-7๐Ÿ‘‡
๐ŸŒพMucaan nuuf dhalateera
๐ŸŒพilmis nuuf kennameera;
๐ŸŒพhumni mootummaa
isaa gatiittii isaa irra jira;

โœmaqaan isaa #Gorsaa
#dinqii Waaqayyo-jabaa
โœabbaa bara baraa
angafa #nagaaโ€ in jedhama
Guddinni mootummaa
isaatii fi guddinni nagaa isaatii
dhuma hin qabu;
๐ŸŒพinni teessoo
#Daawitii fi mootummaa
isaa irratti in mo'a

โ—ˆ Ibroota 7:14
#Gooftaan keenya
gosa #Yihudaa irraa akka
dhufe ifa dha
#Museen garuu #luboota gosa kana keessaa
dhufan ilaalchisee
homaa hin dubbanne
โ–ฌ #แŒŒแ‰ณแ‰ฝแŠ• แŠจแ‹ญแˆแ‹ณ แŠแŒˆแ‹ต
แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹ˆแŒฃ แ‹จแ‰ฐแŒˆแˆˆแŒ  แŠแ‹แŠ“
แˆตแˆˆแ‹šแˆ…แˆ แŠแŒˆแ‹ต แˆ™แˆด แˆแŠ•แˆ
แŠฅแŠ•แŠณ แˆตแˆˆ แŠญแˆ…แŠแ‰ต แŠ แˆแ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจแˆ
=แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 7:14
โžขMulโ€™ata Yoh 5:5๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Hin booin Kunoo,
#hiddi Daawit
Leenci gosa #Yihudaa
maraa kitaabaa kana
hiikuu fi chaappaawwan
isaa torban banuuf
injifateera//(mo'eera)
naan jedhe

โ–ฌ แŠ แ‰ณแˆแ‰…แˆต แŠฅแŠแˆ†
แŠจแ‹ญแˆแ‹ณ แŠแŒˆแ‹ต แ‹จแˆ†แŠแ‹
แŠ แŠ•แ‰ แˆณ แŠฅแˆญแˆฑแˆ
#แ‹จแ‹ณแ‹Šแ‰ต_แˆฅแˆญ แˆ˜แŒฝแˆแ‰แŠ•
แ‹ญแ‹˜แˆจแŒ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแ‰ฃแ‰ฑแŠ•แˆ แˆ›แŠ…แ‰ฐแˆ
แ‹ญแˆแ‰ณ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ตแˆ แŠแˆฅแ‰ถแŠ แˆแก แŠ แˆˆแŠ
=แˆซแŠฅแ‹ญ 5 :5
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โŒ#raajii akka kootii
isiniif in kaasa
= kan jechuun Abbaan
Ogumma jalqabaa fi
Beekumsa hundumaa
Waaqayyo, rajjin akka namnii
Dubbatu kan tasisuu
Waaqayyo,, kanafuu maddii
Rajji Waaqayyodha

โ—ˆDubbi Waaqayyo
sanaa namni Dubbata.
=kanafuu yeroo kan
#Waaqayyo wajjin tokko
Tana jechuu keenya
โ—ˆ 1 Qor 11:1๐Ÿ‘‡
Egaa akkuma ani
#fakkeenya Kristos
fudhadhe, isinis
immoo fakkeenya
koo fudhadhaa

โ—‰Museen fakkeenya
Waaqayyo #hordofa
Wani taโ€™ef, raji akka
Kooti, jedha...
โ–ฌEeyyee Waaqayyo
Raji namni akka dubbatu
Gochu qofa mitii ofii isaa
ilee Raji namatti ni dubata

โœ Fakkeenyaafi
โ—ˆRaji Zakaariyaas 12:7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ ulfinni mana #Daawitii fi ulfinni namoota iyarusalemi keessa jiraatanii kan
#Yihudaa irra akka hin caalletti, ani Waaqayyo duraan dursee dunkaana Yihudaa nan oolcha

โ—‰jecha kan bara Kiristoos
Dhalate rawwatamee jira
โ–ฌkan jechuun Waaqayyo
Wanta gara fuula dura jiruu
Dubbachu isatti
โ–ฌKuni immoo amala
Raji keessa tokko Waani
Ta'ef
=sababa kanafuu raji
Jedhe jira Museen
โ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณ
โ– jechi akka koo,jedhu
Immoo,,
โ–ฌfoonii fi lubbuu Nama irraa wani fudhateefi, Kiristoos
#Muusee ni fakkaata

โ˜˜Gargargaruma Muse
Fi Kiristoos
โžขMuseen sanyii lewwota
irraa Dhalate
โžขMuseen durbumma malee
Dhalate
โžขmuseen due Fooni irraa
Tortore jira
โžข Musen Nama kan ajjesee
Cubbu illee hojjatee jira
โžขMuse ijoollee ni qaba
โžขMusen bishaan humna
Waaqayyo addan kutee
โžขmuseen bara mootummaa
Isa waggaa 80, qofa Ture
โžขMuse sibiilaa irraa
Bofa tolche uumata
fayyiseera.....

๐ŸƒKiristoos ilma Waaqayyoti
Sami irraa kan Dhufe
๐ŸƒKiristoos durbumman dhalate
๐ŸƒKiristoos du'a moee ka'e jira
๐ŸƒKiristoos cubbuu tokko illee
Hin hojjannee
๐ŸƒKiristoos Waaqayyo
Wani taโ€™ef ijoolleen isaa
Namota isa dhaga'anii qofa
๐ŸƒKiristoos milaa isaan
Bishaan irraa deemee
๐Ÿƒmootummaan Kiristoos kan Bara baratti
โ–ธDeebi keenya raguma
Kitaba kana irratii
Bareeffame ibsina..

โœ Yoh 4:19-23
"akkasi jedha"

#Dubartittiinis akkana
jetteen: โ€œYaagooftaa
ati raajii ta'uu
kee hubadheera

#Abbootiin keenya
gaara kana irratti
#Sagada turan
isin garuu bakki
#namoonni itti
sagadu qaban
iyerusaalemi jettu.

#Iyyaasuus akkana
ishiidhaan jedhe
โ€œDubartii nana
na, amani, sa'aatiin
isin gaara kana
irrattis tae
iyerusaalemitti
Abbaa itti hin
Saganee
ni dhufa...

isin wantahin beeknef
Sagaduu nuti garuu
fayyinni karaa
#Yihudootaa waan
dhufuuf wanta beeknuf
Saganna

Haatau malee, sa'aatiin
Sagadoonni dhugaan
#Affuuraafi dhugaadhaan
Abbaa itti sagadan
ni dhufa, sa'aatiin sunis
ammadha

sababiin isaas Abbaan
#namoonni akkanaa
akka isa sagadan...
barbaada
====//===//====
โ– deebi isaa
Warri samariyaa caalisani
Garaa irraatti sagada akka
Turan.dubbi kiristoos irra
Ni hubbanna.

โžœ "kiristoos akka dubarti
Hubbatu jecha fayyinni
Gara yihudoota jedhe
Malee ofuma isaa kiristoos
Gosa yihudaa irra dhalte
๐ŸŒผ ibr 7:14๐Ÿ‘‡
#Gooftaan keenya
gosa Yihudaa keessaa
akka
#dhalate beekamaa dha Museen waa'ee
gosa kanaa yeroo
dubbate immoo
waa'ee luba ta'uu
isaanii homaa hin
dubbanne

๐ŸŒป ibr 8:8๐Ÿ‘‡
Balleessaan isaan irratti argamnaan raajichi,
Kunoo,
#guyyoonni tokko in dhufu; guyyoota sanatti ani mana #Israa'elii fi mana #Yihudaaf kakuu #haaraa iddoodhaan nan ga'aโ€™ jedha gooftichi

๐ŸŒผ ser.Uumama 49:10๐Ÿ‘‡
Siiqqeen
#Yihudaa
irraa hin darbu,

#uleen mootummaas
dhala dhala isaa
harkaa hin dhabamu!

Kunis hamma inni
qabachuun ta'uuf
hamma inni sabni abboomamuuf sun
dhufutti in ta'a
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœ2 mot 17:29-30
โžœAsteer 4:14

โžœmat 2:2
โžœyoh 19:19

โ–Galani waaqayyoof
Haata'u Ameen