🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
48 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
β–ΈDeebi keenya raguma
Kitaba kana irratii
Bareeffame ibsina..

✍ Yoh 4:19-23
"akkasi jedha"

#Dubartittiinis akkana
jetteen: β€œYaagooftaa
ati raajii ta'uu
kee hubadheera

#Abbootiin keenya
gaara kana irratti
#Sagada turan
isin garuu bakki
#namoonni itti
sagadu qaban
iyerusaalemi jettu.

#Iyyaasuus akkana
ishiidhaan jedhe
β€œDubartii nana
na, amani, sa'aatiin
isin gaara kana
irrattis tae
iyerusaalemitti
Abbaa itti hin
Saganee
ni dhufa...

isin wantahin beeknef
Sagaduu nuti garuu
fayyinni karaa
#Yihudootaa waan
dhufuuf wanta beeknuf
Saganna

Haatau malee, sa'aatiin
Sagadoonni dhugaan
#Affuuraafi dhugaadhaan
Abbaa itti sagadan
ni dhufa, sa'aatiin sunis
ammadha

sababiin isaas Abbaan
#namoonni akkanaa
akka isa sagadan...
barbaada
====//===//====
❖ deebi isaa
Warri samariyaa caalisani
Garaa irraatti
sagada akka
Turan.dubbi kiristoos irra
Ni hubbanna.

➜ "kiristoos akka dubarti
Hubbatu jecha fayyinni
Gara yihudoota jedhe
Malee ofuma isaa kiristoos
Gosa yihudaa irra dhalte
🌼 ibr 7:14πŸ‘‡
#Gooftaan keenya
gosa Yihudaa keessaa
akka
#dhalate beekamaa dha Museen waa'ee
gosa kanaa yeroo
dubbate immoo
waa'ee luba ta'uu
isaanii homaa hin
dubbanne

🌻 ibr 8:8πŸ‘‡
Balleessaan isaan irratti argamnaan raajichi,
Kunoo,
#guyyoonni tokko in dhufu; guyyoota sanatti ani mana #Israa'elii fi mana #Yihudaaf kakuu #haaraa iddoodhaan nan ga'a’ jedha gooftichi

🌼 ser.Uumama 49:10πŸ‘‡
Siiqqeen
#Yihudaa
irraa hin darbu,

#uleen mootummaas
dhala dhala isaa
harkaa hin dhabamu!

Kunis hamma inni
qabachuun ta'uuf
hamma inni sabni abboomamuuf sun
dhufutti in ta'a
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➜2 mot 17:29-30
➜Asteer 4:14

➜mat 2:2
➜yoh 19:19

❖Galani waaqayyoof
Haata'u Ameen