Audio
โ ortodoksi fi pheenxee
โฉ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
โgara tokko Waaqa
โgara tokko nama
โโ nutti orthodoksi biratti
๐ ฐGara tokko waaqa โ
๐ ฑGara tokko namaโ
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
๐ พ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1๏ธโฃ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu ๐
๐ ฐ nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa
1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?โ
๐บRaji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)

๐
ฐ orthodoksi fi pheenxee.
= #orthodoksi irraa Gutema Gelana
= #pheenxee irraa paasterii mangistuu yookiin Tolasa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉmata dura waliin dubbii keenya isa kana ture ๐๐
๐ พmootummaa Waaqayyo kani galuu eenyuu โ
Pheenxee #wangeela_guutuu mooโ
pheenxee makanna iyyasus mooโ
Pheenxee gosa isa kamiโ
โฒDeebi isaa๐
Kani mootummaa Waaqayyo galuu gonkumaa hin beekamuu kani jedhuun .kanafuu pheenxee #rakkoo qaba jedhamee jira=ok
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉmaaloo namoonni dukkana keessa jirtanii pheenxee keessa dafa baha deemaโโโ

๐บ Mormii Guddaa Tokkoo
=Orthodoksi fi pheenxee jidduutti taโe.
๐ ฐ #Orthodoksi irraa #Gutema Gelana
๐ พ #pheenxee irraa paasterii #Baayisaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉpheenxee kuni #waldaa #Haawariyati isaa jedhamu hordofa.
๐ ฑ #dogoggora_pheenxee kana ilaala kuno๐๐
โตโฉkanafuu erga Phaawuloos
Roome 1:3
Inni waa'ee #ilma isaa isa #akka_fooniitti_sanyii Daawit keessaa #dhalatee dubbate
=pheenxe kuni dubbii Waaqayyo mitii jedhe๐.
โถโฉcuphaan lubbuu qofaa fayyada jedha.fooniifi hin fayyaduu jedha๐
โทโฉKiristoos foonii nama mitii samii irraa foonii fide dhufe jedha ๐
โธโฉAdaa yihudoota gonkuma hin beekuu.๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฒsagalee dhageeffadhaa.

ฑ ortodoksii fi pheenxee
๐ #orthodoksi(Gutema)
๐ #pheenxee (Baqala)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1โฉdhuguma nama kabajaa fi jalatama obboolleessa keenya Baqala baay'ee jalana.
2โฉdhuga jiruu himma malee gonkumaa sobaa hin beekuu
3โฉisaa qofa namni samuu fayya, kana dhuga barbaduu.
4โฉBaqalan yeroo dhiyoo keessatti gara dhugaa deemuuf kani ofii qopheessedha.
5โฉWaaqayyo sii, fana Haataโu.
Dafi gara obboloota Qulqulloota Orthodoksi tti gali.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ.
2 Qorontos 6:1 -2
Kana malees, isaa wajjin waan hojjennuuf gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fudhattanii #kaayyoo isaa irraa akka hin #jalสผanne isin gorsina.
Sababiin isaas inni, โAni yeroo fudhatama qabutti si dhagaสผeera, guyyaa fayyinaattis si gargaareeraโ jedha. Kunoo, yeroon #caalaatti fudhatama qabu amma. Kunoo, #guyyaan #fayyinaa_amma.
2 แแฎแแถแต 6:1-2
แ แฅแจแแ แฅแจแ แซแ แจแฅแแแ แฅแแญแ แธแ แ แจแแฑ แฅแแณแตแแ แ แฐแแ แฅแแแแแแแค
แ แฐแแฐแฐ #แฐแแต แฐแแแ แก แ แแณแแ แแ แจแณแแ แก
แญแแแแค แฅแแแฅ #แจแฐแแฐแฐแ แฐแแต แ แแ แแแค แฅแแแฅ #แจแแณแ_แแ แ แแ แแ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Jabadhuu.

๐บ๐ข๐ค๐ง๐ข๐ ๐ค๐ง๐ฉ๐๐ค๐๐ค๐ ๐จ๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐ ๐๐๐๐๐ช๐ฉ๐ ๐ฉ๐'๐
A))โป #Orthodoksi irraa
=Gutema.
B))โป #pheenxee irraa
=Habte.
โ ๐ข๐๐ฉ๐๐๐ช๐ง๐๐ ๐ข๐ค๐ง๐ข๐๐
#Maariyaamin (waaqa)/Waaqayyo deesseeโmoo hin deenye.โ
โ #soba pheenxee kana
ilala๐
โโป๐ง๐๐๐๐-๐๐จ๐๐ฎ๐๐๐จ 9:6
#Mucaan nuuf dhalateera;
ilmi nuuf kennameera;
mootummaan gatiittii isaa irra jiraata.
Innis Gorsaa Dinqisiisaa, #Waaqa_Jabaa,
Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa
jedhamee ni waamama.
แขแณแญแซแต 9:6
แแแ แฐแแแถแแแแแฅ แแแต แแ แ แฐแฐแฅแถแแแแค แ แแ แแตแ แ แซแแแ แแญ แญแแแแค แตแแ แตแแ แแซแญแฅ แแซแ #แ แแแญแฅ แจแแแแ แ แฃแตแฅ แจแฐแแ แ แแ แฐแฅแ แญแ แซแแข
โบkanafuu Jechi แ แแแญ jedhuu Waaqa, jedhama.
โบkanafuu Maariyaamin ๐ ๐๐๐๐(๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐) ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐ฏ๐ฏ
โทโปYohaannis 20:28
Toomaas immoo,deebise โGooftaa koo! #Waaqa koo!โ jedheen.
แฎแแแต 20:28
แถแแตแแฆ แแณแฌ #แ แแแฌแแก แฅแ แแแฐแแต
(Kitaabni pheenxee garuu iddoo kanatti Waaqa kani jedhuu kana Waaqayyo jedhee hike jira
=Waaqa =Waaqayyoo))
#แ แแแญโป๐ฌ๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ช๐๐๐.
#แฅแแแ แฅแแญ โป๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค jechudha.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐๐๐ก๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐ Mormii Guddaa Tokko๐๐
๐ ฐ #Orthodoks irra =
#Gutema-Gelana
๐ ฑ #pheenxee irra=
#paasterii #Milkiyaas
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#Soba paasterii pheenxee kana ilaalaโโโ๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโฌ
โถโป #Mataduree_Tokkoffaa
โwaee #mana_Qulqulluuma irraatti ,mani Qulqulluummaa ni barbaachisaa mooโhin barbaachisu โ
๐Maatewoos 21:13
๐Yohaannis 2:20*4:22
๐maatewos 16:18
๐hojii-duka-buota 11:26
๐ 1phex 2:5-8
๐ Yohaannis 21:10-17
๐ Hoji duka buota 2:14
๐hoji duka buota 1:15
โฌโฌโฌโฌโฌ
โทโป #maataduree_lamaffaa
โ #Maariyaamin maali deessee.โ
๐Raji-isayaas 9:6
๐Mulโata Yohaannis 19:13
๐Yohaannis 1:1*14
๐Roome 1:3
โฌโฌโฌ
โธโป #mataduree_sadaffaa.
โ #Maqaan Waaqayyo inni #yahawe kitaaba Qulqulluu iddoo kami jalqabaa โ
๐seera.Uumama 2:4
๐ seera.Bau 6:3
โฌโฌโฌ
โนโป #mataduree_arfaffaa
โ #Kiristoos guyyaa kami #fannifamee guyyaa #Roobi mooโ#jimataa.โ
๐Marqoos 15:42
๐ Yohannis 19:31
๐ Luqaas 22:1
โฌโฌโฌโฌ
โบโป Matadure-shanaffa
โ dibata Qulqullu kani jedhame kami...โ
Dibata Qulqullu fi afura Qulqullun maaliโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link kana xuqaa hordofa๐๐

๐ Bagaa Geesaan๐
Ayyaana kuni Kiristoos #ilma Abbaa ta'u,fi #Aangoo isaa guyyaa itti ibseedha.
โ. #gaaffii tokko warra #pheenxee fi #Muslimootafi
ยซ maalif yero #Pheexiroos Ati Kiristoos ilma Waaqayyo jirati jedhanii sana Kiristoos immoo Pheexiroos #qofan akkasi jedhe.. kana kani siif ibsee #Abbaa koo isaa samiitti malee #foonii fi #dhiiga miti jedhanii..โ
=yookiin immoo namoonni ati Kiristoos yeroo jedhanii , ykn Iyyaasuus yeroo jedhanii , ykn Gooftaa yeroo jedhanii ykn Waaqa koo yeroo jedhani sana ยป Kiristoos akka Pheexiroosin jedhee sana hin jennee.โโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณAyyaana gaarii isiniif Haataโu
๐ณgara Telegraama kota๐

๐นkutaa-103-ffaa๐
๐นGaafii fi Deebii pheenxee fi Muslimaa.
โYohaannis 3:13
#Ilma_Namaa isa samii irraa #gadi buสผe malee eenyu iyyuu samiitti #olii hin baane
๐น๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ #๐โ๐๐๐๐ฅ๐ ยซ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐๐๐ก๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐ข ๐๐๐โ๐ข.โ
๐น๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ #๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ยซ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐ก๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ขโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐:
๐นjalqabaa duraa samii irraa gadi bue, oli kani bahee Kiristoos qofaa miti.โ
Fakkeenyaaf Hafuurri Qulqulluun yeroo hundumaa samii irraa gadi bu'aa olii illee ni deebii'a
โ.Maatewos 3:16
#Iyyaasuus erga cuuphamee booda, battaluma sanatti bishaanicha keessaa baสผe; yeroo kanatti #samiiwwan ni banaman; #hafuurri Waaqayyoos akka gugeetti #gadi_buee utuu isa irra qubatuu arge.
๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐ ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐ข๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐.
โ.seera.Uumama 18:3
Innis akkana jedheen #Gooftaa ko, yoo ani si duratti fudhatama argadhe, tajajila(garbicha) kee bira hin darbin.โ
โป #G๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐ข โ๐๐ ๐โ๐ข๐๐๐,๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ #๐๐๐ ๐๐โ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐ข.
โฌโฌโฌโฌ
A๐โamma immoo #dogoggora warra #pheenxee ilaala๐๐
-akka warri pheenxee odeessaa jiran kanatti kani oli bahee Kiristoos qofaa jedhuu ,namni oli bahee hin jiru jedhuu ,garuu kuni sobaa Fakkeenyaaf #Henok #Eliyaasii oli bahanii jiruu.
โ.Sera.Uumama 5:24
Henook Waaqa wajjin deddeebiสผe; waan Waaqni isa #fudhateef inni deebiสผee hin argamne.(Ibrota 11:5)dubbisi๐
โ.2Mootota 2:1
Yommuu Waaqayyon #Eeliyaasiin obomboleettiidhaan gara #samiitti olii fudhachuuf jedhutti, Eeliyaasii fi Eelsaaสผi Gilgaal keessaa baสผanii deemuu jalqaban. (2Mot 2:11).
๐น๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐ #๐๐๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐.ยซ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ #๐๐๐๐_๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐,๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐a ๐
โ. 2 Qorontos 5:1
Yoo dunkaanni #lafa irraa kan nu keessa jiraannu kun diigame #mana_Waaqni_ijaare, mana bara baraa kan harka namaatiin hin ijaaramin #samii irraa akka qabnu beekna.
โ. Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa iddoo jireenyaa baayสผeetu jira; utuu akkana taสผuu baatee silaa isinittin hima ture. #Ani iddoo isinii qopheessuuf achin dhaqaatii.
โฌโฌโฌโฌโฌ
B๐โปAmma immoo #Dogoggora #Muslimoota ilaala.๐๐
โป samii irraa gadi bu'ee ,gara samiitti kani deebi'ee Eeyyee Kiristoos , Muslimooni immoo jecha kani jiranii namoonni gara samii olii bahee jiruu jedhuu.
โป kayyoo Muslimaa immoo Kiristoos akkuma namoota kani lafa irraa dhufee wani Amananifi, kuni immoo soba isaanitti ,
Mee Fakkeenyaaf Muslimoonni Henok ,Eliyaasii oli bahee jedhu,
Kiristoos wajjiin wali qixeessufi akkasii jedhuu.
๐น๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐๐ ๐๐๐โ๐โ
โป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐, ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โ.Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi_Namaa iddoo #dur turetti #ol baสผuu argitan akkam taสผinna ree?
โปkanafuu Henok fi Eliyaasii jalqabaa samii irraa teessoo qabu ree yaa Muslimaa โ
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐.

๐นNamoonni dhimma qabdan keessa iyyuu hordofa #Muslimaa fi #pheenxee kani taโe yoo jiratee.
Falmii ykn mormii gochuuf Namni fedhii qabuu yoo jiratee.
Link kana xuqa na dubbisa๐
๐ @Gutema123 ๐
๐๐๐

Baga Geessan Hundi keessan (27)
Yeroo Kiristoos fannifamee sana Mootiin Philaaxoos Afaanii #sadiin(3) bareefama tokko bareesee โ jechi kuni iddoo #lama_qofatti bareefame argama
โโ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐ Luqaas 23:38
2โ๐ก๐๐ข๐๐๐๐๐ Yohaannis 19:20
๐kitaaba warra #pheenxee kani Oromiffaa sana irraa Luqaas 23:38 irraa kani jiruu #balleessan jiruu โ
โ Kani #Orthodoksi irraa jira๐ฏ๐ฏ๐ฏ Afaanii Kitaabni jalqabaa ittiin barreeffame irratti ni argama "Orthodoksi bara bara yaa jiratuu.
๐ฎ Luqaas 23:38 irratti akkasii jedha ยซBarreeffamni isa olitti bareefame turee Afaanii #Girikiitiin, Afaanii Roomaatti fi Afaanii Ibraayisxiitiin inni kuni Mootii Yihudootatiยป jedha.
๐ฎYohaannis 19:20 irratti immoo akkasii jedha ยซiddoon Iyyaasus itti fannifame waan magaalaatti dhiสผoo tureef Yihuudoonni hedduun bareefama sana dubbisaniiru; bareffamani sunis afaan #Ibraayisxiitiin, Roomaatti (Laatiinii) fi Giriikiin barreeffame.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โง Ragaa bira ilaala
Afaanii #Ingiliffaa
Afaanii #Amaariffa
Afaan #Giriikii durii
โก๏ธAyyana gaarii isiniif Haataโu