🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Audio
🌺 Mormii Guddaa Tokkoo
=Orthodoksi fi pheenxee jidduutti ta’e.
πŸ…°
#Orthodoksi irraa #Gutema Gelana
πŸ…Ύ
#pheenxee irraa paasterii #Baayisaa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩pheenxee kuni
#waldaa #Haawariyati isaa jedhamu hordofa.
    πŸ…±
#dogoggora_pheenxee kana ilaala kunoπŸ‘‡πŸ‘‡
β“΅βž©kanafuu erga Phaawuloos
Roome 1:3
Inni waa'ee
#ilma isaa isa #akka_fooniitti_sanyii Daawit keessaa #dhalatee dubbate
=pheenxe kuni dubbii Waaqayyo mitii jedhe😁.
β“Άβž©cuphaan lubbuu qofaa fayyada jedha.fooniifi hin fayyaduu jedha😁
β“·βž©Kiristoos foonii nama mitii samii irraa foonii fide dhufe jedha 😁
β“Έβž©Adaa yihudoota gonkuma hin beekuu.😁
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–²sagalee dhageeffadhaa.