๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒป iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
แ‹จแˆแ‰ณแ‹ฉแ‰ตแŠ• แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ฉ แ‹“แ‹ญแŠ–แ‰ฝ แ‰ฅแแ‹“แŠ• แŠ“แ‰ธแ‹
=Luq 10:23
=แˆ‰แ‰ƒแˆต 10:23
โ–ณ______________โ–ณ
๐Ÿ‘‰ ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘ˆ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ›Ž= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee

โ›Ž iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira

Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona

โ– yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
๐ŸŒป Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
โ›ŽโžœSana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
โ›Žโžœ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.โ€

โ›Žโžœ
#Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.โ€
(Yoh 8:56)

โ–
#Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.

Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu
#Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.

isaan ofii isaanii
#tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)

โœ Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti
#keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan

โ– Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).

โ›Žโžจ Namoonni kun hundi sababii
#amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)

โ›Ž โžจ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin
#afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna

โ– Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna

โ– wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas
#Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.

โ– Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf
#ija jabina qabna

โ–
#ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna

โ– Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis
#maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
โ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธโ™จ๏ธ
โ™จ๏ธGalani Waaqayyofโ™จ๏ธ
๐ŸŒผ dubro Maariyaamiifi ๐ŸŒผ

โ™จ๏ธโ™จ๏ธHaataโ€™u โ™จ๏ธโ™จ๏ธ
โ™จ๏ธAmeenโ™จ๏ธ
โ–ณ.......................โ–ณ
๐Ÿ…ฐ #Deebi isaa kuno ilaala "

๐ŸŒน
#Qophi_kuta_6_ffยชยช
#musilimooni
Waaqayyo hin dadhabu
Kiristoosi maalif dadhabe
Jedhuu...โ“
๐ŸŒนYohannis 4:6๐Ÿ‘‡
#Boolli bishaanii Yaaqoobi
achi jirature.
#Iyyaasus karaa deemuu
isaatiin waan
#dadhabeef boolla bishaanii sana #bira
taa'e Yeroon isaas
gara saa'atii ja'aa(6) ture
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebin keenya
immo Kuno ilaala๐Ÿ‘‡
โžœsababa kiristoos
Dadhabee "Qabxiwwan(5)
====//===//====
๐ŸŒนโžœ1)= Qabxii inni tokkoffan
โ– Fakkeenya Rajoota
Raawwachuufi.
โ– rajoonni heddun nama
Cubbama cubbuu isaa irra
Deebisuufi dadhabani jiru
๐ŸŒน=Yoh 4:38๐Ÿ‘‡
Ani wanta isin itti
hin
#dadhabne akka haammattan isin
ergeera
#Warri kaan itti #dadhabaniiru, isin garuu #bu'aa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.
โžœkan erguu Goofta keenya
โžœkan ergamani duuka buoota
โ– warri kuni kan itti dadhabani
Inni jedhu
#raajoota bara duri
Jechuu isaati
#แ‹ฎแˆแŠ•แˆต_4 :38 แŠฅแŠ”แˆ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ซแˆแ‹ฐแŠจแˆ›แ‰ฝแˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ณแŒญแ‹ฑ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ฐแ‹ตแŠ‹แ‰ฝแˆแค #แˆŒแˆŽแ‰ฝ #แ‹ฐแŠจแˆ™
แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แ‰ แ‹ตแŠซแˆ›แ‰ธแ‹ แŒˆแ‰ฃแ‰ฝแˆ

๐Ÿ…ฐ Luqaasi 10:23-24๐Ÿ‘‡
Sana booda gara
#barattoota isaatti
garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Ijji wantoota isin argaa
jirtan kana argu
gammadaa dha

Ani isiniin nan jedha,
#raajonnii fi #mootonni hedduun wantoota
isin argaa jirtan kana
arguuf kan
#hawwan
taus hin argine
wantoota isin dhagaaa
jirtan kana dhagauuf
kan hawwan
ta'us hin dhageenye.

โ–ibroota 11:13๐Ÿ‘‡
#Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii du'aniiru; taus, #waadaawwan sun yommuu #raawwataman hin argine; kanaa mannaa, #fagootti ilaalanii simatan, akkasumas #biyyattii
keessatti
#keessummootaa fi
yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan ta'uu isaanii
ifatti labsan.

โธ แŠฅแŠแ‹šแˆ… แˆแˆ‰ แŠ แˆแŠแ‹ แˆžแ‰ฑ
แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แŠ•
#แ‹จแ‰ฐแˆตแ‹ แ‰ƒแˆ แŠ แˆ‹แŒˆแŠ™แˆแŠ“ แ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แŠจแˆฉแ‰… แˆ†แŠแ‹ แŠ แ‹ฉแ‰ตแŠ“ แ‰ฐแˆณแˆˆแˆ™แ‰ต แ‰ แˆแ‹ตแˆชแ‰ฑแˆ แŠฅแŠ•แŒแ‹ถแ‰ฝแŠ“ #แˆ˜แŒปแ‰ฐแŠžแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ‘ แ‰ณแˆ˜แŠ‘(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 11:13)
๐ŸŒนโžœRaga dabalata
โœMat 13:16-17
โœ1Mot 19:4
โœyonasi 4:3
โ– kanaafuu rajjoonni
Kuni isaani
#karaa keessa
#Rafaa, kuni isaani #dadbaba
Turani haaluma kan kiristoos
Akkuma isaani dadhabi sana
Irratti hirmate jira
โžœfakkeenya dubbi rajoota
Xumuruufi kiristoosi
Ni dadhabe.
โค๏ธ akkuma yero
#fannifame
#lafeen isaa osoo hin cabini
Hafe, duubi raajota rawwate
โ–ธ โ–ณ Yohannis 19:36
โ–ธ โ–ณ Far-Daawit 34:20
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนโžœ2)=inni lammaffan immo
#Waaqayyo Amala
dadhaba ta'e
Namati mulachun Amala
Waaqayyooti
โœโžœbara duri keessa
#Abrahamatti yero
Mulateti nama dadhabe
Fakkate itti mulate
๐ŸŒนโžœser.Uum 18:1-8
๐Ÿ’’โžœ
#wali_fakkeenya_isa

๐Ÿ…ฐโ– waaqayyoo Abrahamati
Kan mulate sa'aati 6 tti
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos dubarti kaniti
Kana mulate sa'aati 6 tti

๐Ÿ…ฐโ–Abharami waaqayyotti
Deeme
๐Ÿ…ฑโ– dubartin gara kiristoos deemte

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama nama
Dubarti 3 waajjin ciise jira
๐Ÿ…ฑโ– dubartin dhira 5 wajjin ciiste Jirti
โธ=lamanuu cubbu
rawwatani jiru

๐Ÿ…ฐโ– Abrahami bishaani
Waaqayyoof dhiyeesse jira
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos jalqaba bishani
Akka isaa keenitu ishe gaafate

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama xumura irrati
Gammachu argate
๐Ÿ…ฑโ– dubartin xumuraa irrati
Gammachu argate gara
mana ishee deemte

โ– iccitti kuni maalif
Ta'e kan jeetu yoo, tate
Kan dubbisi โžœ(Yoh 4:2-5)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#kuta_1_ffยชยช
Kana irratti xumurama
#kuta_2_ffยชยช itti fufa
โžœibsa
#bareeffama
#sagaleen Hordoffu
Namni barbaduu
#Link kan xuqa seena
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
=====//===//====