๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฐ #Deebi isaa kuno ilaala "

๐ŸŒน
#Qophi_kuta_6_ffยชยช
#musilimooni
Waaqayyo hin dadhabu
Kiristoosi maalif dadhabe
Jedhuu...โ“
๐ŸŒนYohannis 4:6๐Ÿ‘‡
#Boolli bishaanii Yaaqoobi
achi jirature.
#Iyyaasus karaa deemuu
isaatiin waan
#dadhabeef boolla bishaanii sana #bira
taa'e Yeroon isaas
gara saa'atii ja'aa(6) ture
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebin keenya
immo Kuno ilaala๐Ÿ‘‡
โžœsababa kiristoos
Dadhabee "Qabxiwwan(5)
====//===//====
๐ŸŒนโžœ1)= Qabxii inni tokkoffan
โ– Fakkeenya Rajoota
Raawwachuufi.
โ– rajoonni heddun nama
Cubbama cubbuu isaa irra
Deebisuufi dadhabani jiru
๐ŸŒน=Yoh 4:38๐Ÿ‘‡
Ani wanta isin itti
hin
#dadhabne akka haammattan isin
ergeera
#Warri kaan itti #dadhabaniiru, isin garuu #bu'aa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.
โžœkan erguu Goofta keenya
โžœkan ergamani duuka buoota
โ– warri kuni kan itti dadhabani
Inni jedhu
#raajoota bara duri
Jechuu isaati
#แ‹ฎแˆแŠ•แˆต_4 :38 แŠฅแŠ”แˆ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ซแˆแ‹ฐแŠจแˆ›แ‰ฝแˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ณแŒญแ‹ฑ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹ฐแ‹ตแŠ‹แ‰ฝแˆแค #แˆŒแˆŽแ‰ฝ #แ‹ฐแŠจแˆ™
แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแˆ แ‰ แ‹ตแŠซแˆ›แ‰ธแ‹ แŒˆแ‰ฃแ‰ฝแˆ

๐Ÿ…ฐ Luqaasi 10:23-24๐Ÿ‘‡
Sana booda gara
#barattoota isaatti
garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Ijji wantoota isin argaa
jirtan kana argu
gammadaa dha

Ani isiniin nan jedha,
#raajonnii fi #mootonni hedduun wantoota
isin argaa jirtan kana
arguuf kan
#hawwan
taus hin argine
wantoota isin dhagaaa
jirtan kana dhagauuf
kan hawwan
ta'us hin dhageenye.

โ–ibroota 11:13๐Ÿ‘‡
#Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii du'aniiru; taus, #waadaawwan sun yommuu #raawwataman hin argine; kanaa mannaa, #fagootti ilaalanii simatan, akkasumas #biyyattii
keessatti
#keessummootaa fi
yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan ta'uu isaanii
ifatti labsan.

โธ แŠฅแŠแ‹šแˆ… แˆแˆ‰ แŠ แˆแŠแ‹ แˆžแ‰ฑ
แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แŠ•
#แ‹จแ‰ฐแˆตแ‹ แ‰ƒแˆ แŠ แˆ‹แŒˆแŠ™แˆแŠ“ แ‹ณแˆฉ แŒแŠ• แŠจแˆฉแ‰… แˆ†แŠแ‹ แŠ แ‹ฉแ‰ตแŠ“ แ‰ฐแˆณแˆˆแˆ™แ‰ต แ‰ แˆแ‹ตแˆชแ‰ฑแˆ แŠฅแŠ•แŒแ‹ถแ‰ฝแŠ“ #แˆ˜แŒปแ‰ฐแŠžแ‰ฝ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ‘ แ‰ณแˆ˜แŠ‘(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 11:13)
๐ŸŒนโžœRaga dabalata
โœMat 13:16-17
โœ1Mot 19:4
โœyonasi 4:3
โ– kanaafuu rajjoonni
Kuni isaani
#karaa keessa
#Rafaa, kuni isaani #dadbaba
Turani haaluma kan kiristoos
Akkuma isaani dadhabi sana
Irratti hirmate jira
โžœfakkeenya dubbi rajoota
Xumuruufi kiristoosi
Ni dadhabe.
โค๏ธ akkuma yero
#fannifame
#lafeen isaa osoo hin cabini
Hafe, duubi raajota rawwate
โ–ธ โ–ณ Yohannis 19:36
โ–ธ โ–ณ Far-Daawit 34:20
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนโžœ2)=inni lammaffan immo
#Waaqayyo Amala
dadhaba ta'e
Namati mulachun Amala
Waaqayyooti
โœโžœbara duri keessa
#Abrahamatti yero
Mulateti nama dadhabe
Fakkate itti mulate
๐ŸŒนโžœser.Uum 18:1-8
๐Ÿ’’โžœ
#wali_fakkeenya_isa

๐Ÿ…ฐโ– waaqayyoo Abrahamati
Kan mulate sa'aati 6 tti
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos dubarti kaniti
Kana mulate sa'aati 6 tti

๐Ÿ…ฐโ–Abharami waaqayyotti
Deeme
๐Ÿ…ฑโ– dubartin gara kiristoos deemte

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama nama
Dubarti 3 waajjin ciise jira
๐Ÿ…ฑโ– dubartin dhira 5 wajjin ciiste Jirti
โธ=lamanuu cubbu
rawwatani jiru

๐Ÿ…ฐโ– Abrahami bishaani
Waaqayyoof dhiyeesse jira
๐Ÿ…ฑโ– kiristoos jalqaba bishani
Akka isaa keenitu ishe gaafate

๐Ÿ…ฐโ– Abrahama xumura irrati
Gammachu argate
๐Ÿ…ฑโ– dubartin xumuraa irrati
Gammachu argate gara
mana ishee deemte

โ– iccitti kuni maalif
Ta'e kan jeetu yoo, tate
Kan dubbisi โžœ(Yoh 4:2-5)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#kuta_1_ffยชยช
Kana irratti xumurama
#kuta_2_ffยชยช itti fufa
โžœibsa
#bareeffama
#sagaleen Hordoffu
Namni barbaduu
#Link kan xuqa seena
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
โ€ผ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha โ€ผ๏ธ
=====//===//====
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa_17ffยชยช๐Ÿ€๐Ÿ€๐ŸŒบ๐Ÿ“Gaaffi fi Deebi๐Ÿ“
โ—ˆMusiliimoota
--------------------------------
โœYohaannis 7:16
Iyyaasuus akkana jedhee isaaniif deebise:
Wanti ani
#barsiisu
kan isa na erge sanaa ti
malee kan koo miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ Gaaffiin isaanii
Kiristoos Barumsa
isaa mitii ,kani Abbaatii
Osoo kani isaa taโ€™e kiyya
Jechuu qaba turee ....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Deebi keenya
โœ lakki kanuma isati
๐Ÿ‘‰Ragaa kitaaba
Qulqulluu

1=โœMatewoos 7:24
Namni
#dubbii_koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,nama hubataa mana isaa
#qarsaa
irratti ijaarrate fakkaata.
_๐Ÿ“dubbii kiyya jedhe jira
Kanafuu ,kan Abbaa hin jennee ,
โ—ˆ mana kani jedhamee
#Qaama_namatii malee
Mana muka ykn,sibiilaan
Ijaaranii miti.
=1Qorontos 3:16_17
#Isin_mataan keessan #mana_Qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii fi
Afuurri Waaqayyoo akka
isin keessa jiraatu hin beektaniiโ“

Namni kam iyyuu mana Qulqullummaa Waaqayyoo yoo diige, Waaqayyo isa ni diiga; sababiin isaas
manni qulqullummaa Waaqayyoo
Qulqulluu dha, manni qulqullummaa
sunis isini.
โ—ˆ
#Qarsaa kan jedhamee
Kiristoos

1Qorontos 3:11
bu'uura isa kaaame,
jechuunis Iyyaasuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu
bu'uura kan biraa kaa'uu hin dandau.

Efesoon 2:20
#bu'uura Ergamootaa fi Raajotaa irratti ijaaramtaniittu;
#dhagaan golee inni bu'uura tae immoo
Kiristoos Iyyaasusi dha.
====
2=โœ Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan koo ta'e irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
๐ŸŒนkanafuu dubbii Abbaa,hundii kan Kiristoos
Dubbi Kiristoos hundi,kan abbaatti,
----------------------------
"garuu Kiristoos osoo
Dubbii kuni kani isaa
Taโ€™e jiruu ,kan Abbaati
Jechuun ,isaa yihudoonni
Kiristoos Waaqayyo ta'u
Isaa wanii hin beekneef

โ—ˆ kanafuu jalqabaa Waaqayyo Abbaa
,yoo beekan ,akkuma salphaatti
Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa beekuu jechudha

โ—yoomi iyyuu yoo,taโ€™e
Abbaa beekanii jechuun
Kiristoos beekan jechudha

1Yohaannis 2:23
Ilma(Kiristoos) kan
ganu hundi Abbaas
immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu #hundi garuu #Abbaas qaba.
=1 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 2:23
#แ‹ˆแˆแ‹ตแŠ• แ‹จแˆšแŠญแ‹ต แˆแˆ‰ แŠ แ‰ฅ แŠฅแŠ•แŠณ แ‹จแˆˆแ‹แˆแค แ‰ แ‹ˆแˆแ‹ต แ‹จแˆšแ‰ณแˆ˜แŠ• แŠ แ‰ฅ แ‹ฐแŒแˆž #แŠ แˆˆแ‹
โœ Yohaannis 8:19
Isaanis, โ€œ
#Abbaan kee eessa jiraโ“โ€
jedhaniin.
#Iyyaasuus, โ€œIsin #Anas ta'e #Abbaa koo hin #beektan.
๐Ÿ‘‰
#Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos nibeektu turtanโ€ jedhee deebiseef.
๐ŸŒนKiristoos beekuu
Jechuun Abbaa beekuu
Jechudha.

โœ2Yohaannis 1:9
#Namni_barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi #Waaqayyoon hin qabu.

๐Ÿ‘‰
#Namni barumsa
kanaan jiraatu,
#inni Abbaa fi #Ilma qaba

2 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 1:9
#แˆˆแˆšแ‹ˆแŒฃ แˆแˆ‰ แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแˆ #แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆ›แ‹ญแŠ–แˆญ แˆฐแ‹ แŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹จแˆˆแ‹แˆ

๐Ÿ‘‰
#แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆšแŠ–แˆญ #แŠ แ‰ฅแŠ“_แ‹ˆแˆแ‹ต แŠ แˆ‰แ‰ต
โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—
"kanafuu dubbii Kiristoos
Hundi kan abbaatti
"dubbii Abbaa hundii
Kan Kiristoos yeroo
Jennuu Kanumaa ibsaa
=================
๐Ÿ“ragaa dabalataa
Dubbisuu yoo,
Barbaadanii
โœKutaa_12ffaa
โœKutaa_15ffaa
Dubbisa
----------------------------
๐ŸŒนlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=====