๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒปRaahel ijoollee ishiitiif
ni boosse :
โœ แˆซแˆ”แˆ แˆตแˆˆ แˆแŒ†แ‰ฝแ‹‹ แŠ แˆˆแ‰€แˆฐแ‰ฝ
---Maatewoos 2:18
----แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 2:18
====:===:===
โž›Gondansa Dubaroo
Maariyaami #Raaji_Ermiyaas
แขkan dubbatee akka
#xumuramuuf

#Kuta_2_ffaa
โœ Ermiyaas jechuu
Ifa Waaqayyo bira Dhufe
Jechudha
๐Ÿ‘‰Abbaan isa kilqiiyaa
๐Ÿ‘‰iddoo dhaloota isa Anaatota
โœWaaggaa 40 guutuu raji
Kan dubbate yoo,ta'u
โœkunis dhaloota Kiristoos
Dura waggaa 626 tti
โœErmiyaas kitaabaa
#5 barreesseera
1=kitaaba jalqabaa
Isaa boqonnaa 52 qaba
maqaa isaa raji #Ermiyaas
Jedhama
2=kitaaba lamaffaa isa
Boqonna 5 qaba
Maqaan isa kitaaba
#Baaroki jedhama
3=kitaaba sadaffaa isa
Boqonna 5 qabda
Maqaa isa kitaaba
#Saqoqaa jedhama
4=kitaaba Afurafan(4)
boqonnaa 6 kan qabuu
Yoo,taโ€™u kitaaba saqoqaa
Kanatii ane,jiru, boqonnaa
Ja'a irra,eeggala
maqaan isaa #Tarafa
Ermiyaas
Jedhama
5=kitaaba shanaffaa
Boqonna 5 qaba
Maqaa isaa #Tarafa_Baaroki
Jedhama.
===:===:==
gara #mataa duree
Keenya yoo,deebinuu
โ—ˆWalumaagalatti
Jechi akkana jedha๐Ÿ‘‡

โœAchiis #Heroodis
namoonni #urjii lakkaaan
sun akka isa #gowwoomsan yommuu hubatetti baayee
aare
kanaaf, yeroo namoota
urjii lakkaaan sana irraa
sirriitti mirkaneeffatetti fayyadamee, namoota erguudhaan #ijoollee_dhiiraa
umuriin isaanii waggaa
lamaa fi isaa gadi tae Beetaliheemii fi kutale ishii keessa jiraatan hunda
Ni ajjeesise

Yeroo kanatti wanti karaa #Ermiyaas raajichaa akkana
jedhamee dubbatame ni #raawwatame
#Sagaleen booichaa fi wayyoo guddaan tokko magaalaa #Raamaa keessaa ni dhagaame

#Raahel ijoollee ishiitiif ni boosse; isaan waan dhumaniifis jajjabaachuu hin dandeenye
=matewoos 2:16-18
=Raji-Ermiyaas 31:15
โžขjalqabaa dura Raaheli
Yero jennuu Raajeli
Eessa dhuftee boose.โ“
๐Ÿ‘‰Ijooleen Raaheli Eenyu
fa'a Turanโ“
๐Ÿ‘‰Ijoolee Raahel kan
ajjeesee Eenyuโ“
๐Ÿ‘‰Raaheli bara mooti
Herodis jirti moo,hin
Jirtuโ“
๐Ÿ‘‰magaalaa Raama
Yero jennuu,Raaman
Qofati maalif dhahame
Sagaleen Raaheli
๐Ÿ‘‰Maali Raama eessa jirtiโ“
๐Ÿ‘‰ dubaroo Maariyaami
Fi Raaheeli wanti walii
Fakkeessuu Maalidhaโ“

โ™จ๏ธyaadoota kan Deebi
isaa yoo, ibsamuu
Akkana Ture.

โœ#Raahel kan jedhamtee
intala laaba yookiin haadha
Mana Yaaqoobi
=ser.Uum 29:6
โž›Yaaqoobi ijoollee 13 qaba
Ijoolee 13 keessa 12 dhira
Isheen 1 immoo dubartii dha
โž›Yaaqoobi ijoollee 13 kani
Argate hadhaa 4 qaba
โœhaadha manaa
Yaaqoobi 4 keessa
Tokko Raaheli jedhamiti

โœRaheel immoo Yaaqoobiifi
Ijoolee lama deessee
1=Yooseef
2=biiniyaami
=ser.Uum 35:24//46:19
โ—ˆHaataโ€™u malee
Raahel kan boqatte ilma
Biiniyaami jedhamu yeruma.deessu,sana,Ture
โž›Raahel ijoollee isheetti
Bosee kan jedhamuu Tokko
Isaa kan Ture:
=ser.Uum 35:16-18

โ—ˆHaataโ€™u malee Raahel
Osuma deemtu akka
#Karaa irratti boqote
Gadan boqotte jirti
โ—ˆijoollee Ishe ammalee
Rakkoo yeroo addaan addaan
Akkuma dhuma turan
Ni beekama Ture....
Haaluma kana dhaloota
Gara dhalootan hanga
Yeroo Kiristoos dhaltuu
Ijooleen Ishe eeggani jiru

Raahel bara mooti
Herodis foonii jirachuu
Osoo hin tanee Affuura
Isheen jirti....
Ijoolee Herodis ajjeesse
Sanyi ijoollee Addaami
Ykn sanyii Yaaqoobi
Ajjeessaan Waani taโ€™ef

๐ŸŒนmaatewos Waa'ee
Raahel fi Goondasa
Dubaroo Maariyaami
Akkamiti walitti fidee kan
Jedhuu irratti.
Wali fakkeenya tokko
Qabu....

=ser.Uum 35:16-17

Isaan #Bet'elii ka'anii in adeeman; biyya #Efraataa ga'uudhaaf amma illee waa hafe utuu jiruu, #Raahel #da'uudhaaf in #ciniinsifatte, ciniinsuun ishees jabaa ture. Utuu isheen da'uudhaaf ciniinsuu jabaa sana keessa jirtuu, deessiftuun ishee, โ€œAmmas immoo #ilma dabalachuuf waan jirtuuf hin sodaatin!โ€ ittiin jette
โž›kana Raahel Kana fakkata

โœkan #Maariyaami
immoo ilaala๐Ÿ‘‡
โž›Mulโ€™ata Yohaannis 12:1-2
Wanti guddaan dinqisiisaan tokko, waaqa keessatti in argame
#dubartiin biiftuu uffattee, ji'a miilla jala kaa'attee, gonfoo urjoota kudha lamaa mataa ishee irraa qabdu tokko in mul'atte

#Isheen #ulfa turte #ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in #iyyite

โžขRaahel ilma
Dhira deessee
๐ŸŒนilma koo,Gibxiitti
Nan waamee
โžข แˆแŒ„แŠ•แˆ แŠจแŒแ‰ฅแ… แŒ แˆซแˆแ‰ต
=Raji_Hoose 11:1
=แˆ†แˆดแ‹• 11 :1
||***********||

=Goondasa Dubaroo
Maariyaami
= #Raaji_Hoose
โž›#kutaa_3_Ffaa

โ–Hoose jechuun
Qoricha jechuudha
โ–Abbaan Hoose Beeri
Jedhama
โ–Hoosen raajii kan
Dubbate dhaloota
Kiristoos dura
Bara 721 ttii
โ– Kitaabni Hoosen
Bareesse boqonnaa
#14 qaba
====||====
โœgara mata duree
Keenya yeroo deebinuu.

โžขMaatewoos akkana
Jedhe bareesse๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Namooni oguuma
sun Erga isaan achii
deemanii booda
Ergamaan Waaqayyo abjuudhaan Yoseefitti
mulatee,Kaiitii #mucichaa fi #haadha isaa fudhadhuutii
gara #Gibxiitti baqadhu

Heroodis mucicha ajjeesuu waan barbaaduuf hamma
ani sitti himutti achuma turi
jedheen

Kanaaf, Yoseef kaee
mucichaa fi haadha
mucichaa fudhatee
#halkaniin gara Gibxii dhaqe

Hamma #Heroodis du'uttis achuma ture Kunis kan tae wanti Waaqayyo karaa
#raajii isaa" #Ani ilma koo
biyya Gibxiitii nan waame jedhee dubbate akka raawwatamuufi
=โž›Maatewoos 2:13-15
******
Hubbadha.Gara biyya
Gibxiitti kan waamee
Eenyu.โ“
=biyya Gibxiitti kan
Waame Waaqayyo
Yookin Waaqayyo jechuun
Abbaa jechudha.
=ilma, kan jedhamee immoo
Kiristoos:
๐ŸŒปmaqaan Kiristoos
=~ilma
=~Amaanu'eel
=~Iyyaasuus
=~Gooftaa
Haataโ€™u maqaan isaa
Kuni Kiristoos osoo
Fooni nama iyyuu hin
Qabtni dura iyyuu jira..

โž›ilma jedhee kan
Waame Abba isaa Waani
Taef nuuti ilma jenne
wamana

โœErgaman Waaqayyo
Yooseefin #mucaa yookiin
#Da'imaa fi haadha mucaa
Fudhi jedhee jira

๐ŸŒปKanaafuu Raaji hose
ilma jedhe waamee
Ergamaan immoo da'ima
Jedhe wamee
Jechi #mucaa fi #ilma irratti
Ergama Waaqayyo maalif ilma
Jechu didee mucaa yookiin
Da'imaa jedhee waamee โ“

=ilma kan jedhame Kuni
Addunya dura Abbaa,isaaf
Ilma,Ture..Waaqummaa
Isaan Abbaa isaa wajjin
Waliqixa

โžขErgaman da'ima ykn
Mucaa jedhee kan wamee
Foonni nama,wajjiin Tawudoo
Tau ibsuufi.. jecha kan
Fayyadamne...

โœakkuma Raajiin
isaayaas Dubbate๐Ÿ‘‡
โž›Raaji-Isay 9:6

๐Ÿ‘‰ #Mucaan nuuf #dhalateera #ilmis nuuf kennameera
humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira
#maqaan isaa Gorsaa, dinqii, #Waaqayyo-jabaa
abbaa bara baraa
angafa nagaaโ€ in jedhama
โ—ˆ #แˆ•แƒแŠ•_แ‰ฐแ‹ˆแˆแ‹ถแˆแŠ“แˆแŠ“
#แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ…แˆ แ‰ฐแˆฐแŒฅแ‰ถแŠ“แˆแŠ“
แŠ แˆˆแ‰…แŠแ‰ตแˆ แ‰ แŒซแŠ•แ‰ƒแ‹ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ แˆตแˆ™แˆ แ‹ตแŠ•แ‰… แˆ˜แŠซแˆญ, แŠƒแ‹ซแˆ
#แŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠ แ‰ฃแ‰ต
#แ‹จแˆฐแˆ‹แˆ แŠ แˆˆแ‰ƒ แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‹ญแŒ แˆซแˆ
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 9:6
โž›Haaluma Kana Ergama
Waaqayyo muca ykn da'ima
Fudhi jedhee jira

๐Ÿ‘‰Abbaan ilma isaa
Sababa maalif gara
Biyyaa Gibxiitti wama โ“

โœbiyyi Gibxii saba Israa'el
Waaggaa 430 ofii jalatti
Rakko hedduu irraan geesse.
โžขser.Bau 12:40-41๐Ÿ‘‡
#Barri Israa'eloonni biyya
Gibxii keessa jiraatan
waggaa 430 ture
Dhuma waggaa 430 sanatti guyyaadhuma sana macci #Waaqayyoo hundinuu biyya Gibxii keessaa in ba'an
*****
wanta beekuu qabuu
Qabnu Israa'eloni
Biyya Gibxii keesa
Wagga 215 turan
Biyya karaan keessa
Waggaa 215 turan
=215:+215=430 ta'a

โž›Haataโ€™u malee akkuma
Yero Ilmi laga Yordaanositti
Cuphame Ilmi koo
Kan isaa dhagaa jedhee
Dubbaate...
=Ilmi immoo xalayaa du'a
Laga sana keessa balesse
:Mat 3:17
โœ Haaluma kan Ilmi
isaa biyya Gibxii keessa
Xaawooti kan dua namatti
Fidu,yaa,balleessuu jedhee
#Abbaan isaa, ilma isa
Achiti waamee....

โœRaajiin Kuni xumura kan
Argate sababa,Gondasa
Dubaroo Maariyaami
Ilma ishee Biyya Gibxii
Geessu isheen...........
Yero amma kan biyyi
Gibxii Xaawooti Ishe ammas
Irra deebitee haala gaariin
Itti fufte hojjacha jirti
kanafuu Murti cimaatu
fuula dura Ishe jira..

โœ #kutaa_4_ffaa
~hordofuu yoo barbade~

๐ŸŒป @haadha_Waaqa_naJaladha

====||====||====
๐ŸŒน jalatamoota fi kabajamoota
Keenya ๐Ÿ‘
#Qophii_kutaa_5_ffaa
Kiristoos
Raaji โ“moo miti โŒ
Kan jedhuu irratti
๐Ÿ…พ Deebi isaa hordofa
โ™จ๏ธ Muslimooni Kiristoos
Raaji dha jedhuu
Kitaaba Yohaannis
irratti kana bareeffame ๐Ÿ‘‡
โž› Yohaannis 4:19
๐ŸŒทDubartittiinis akkana
isaan jette: โ€œGooftaa
ati
#raajii ta'uu kee hubadheera
=====//======
โž›jecha kan irratti
Kiristoos
Raaji dha jedhuu
โ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Šโ—Š
=Deebin keenya immoo
Dubartittiin
#caaliste dubbatee
Maalee wa'ee Kiristoos ta'u isaa
Iyyuu hin
#Beektu kan jedhuu ta'a
=======================
โŽโžœYohaannis 4:25
๐ŸƒDubartittiinis, โ€œMasiihiin
inni
#Kiristoos jedhamu
akka
#dhufu beeka
Inni yeroo dhufu wanta
#hundumaa ifatti
nutti himaโ€ isaan jette
#Iyyaasuus โ€œAni inni sitti dubbachaa jiru kun #isa dha" ishiidhaan jedhe ;

๐Ÿ…ฑ kanafuu dubartiin
Oso jalqabaa Kiristoos
Ta'u isaa beektee
Kiristoos ni dhufa
Wanta hundumaa nuti
Himma hin jeetu ture
โžœisheen dogoggoran
Yoo, dubbatee Muslimooni
Immoo lamaffaa maalif
Dogogoruu...โ“

โŽโžœYohaannis 4:28-29๐Ÿ‘‡
Kanaafuu, dubartittiin
okkotee ishii dhiistee gara
#magaalaa dhaquudhaan akkana jettee
namootatti himte

โ€œKottaa,
#namicha wantan
Ani godhe hunda natti
hime ilaalaa.
Namichi kun,
#Kiristoos #tainnaa laataโ“โ€

๐Ÿ…ฑ yeroo lamaffaa
Dubartin shakidhan
Kiristoos ta'in jecha
Jirti,
โžœosoo sirriitti Kiristoos
Ta'u beektee wanta
Hunduma kan natii
Himme Kiristoos
Jechu Qabdi ture
โžœamma garuu
Yero tokko tokko
Kiristoos, yeroo tokko
tokko immoo namicha
Jecha jirti

๐ŸŒนHaataโ€™u malee
Yero gara
#magaalaa
Deemte wa'ee Kiristoos
Dubbatu " akka
Yero
#jalqabaa sana
#Raaji hin jennee
Sababi isheen Raji
Jechu dideefi....
=
#Iyyaasuus ani
Kiristoos
Wani jedhaniifi
โ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณโ–ณ
Kanaafuu Muslimonni
Offi eeggannoo godha.
Hin dogoggorina ๐Ÿ‚

โธโธโธโธโธโธโธโธ
๐Ÿ…ฐ Jechi
Raaji
Jedhu yoomii
Eeggale.....โ“
โ—Šโ—Š=Deebi isaa bara
Samu'eel'

โžœ1 Samu'eel 9:9๐Ÿ‘‡
#Bara duriitti #Israael
keessatti
#namni tokko
yommuu Waaqayyoon gaafachuuf deemu
โ€œKottaa, nama
#mulata argua
sana bira dhaqnaโ€ jedha ture.

Sababiin isaas
namni yeroo
#haraatti_raajii jedhamu, bara #duriitti nama #mulata argu jedhama ture

๐Ÿƒ
#แ‹›แˆฌ_แŠแ‰ขแ‹ญ แ‹จแˆšแ‰ฃแˆˆแ‹ #แ‰€แ‹ตแˆž แ‰ฃแˆˆ #แˆซแŠฅแ‹ญ แ‹ญแ‰ฃแˆ แŠแ‰ แˆญแŠ“ แŠ แˆตแ‰€แ‹ตแˆž #แ‰ แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆฐแ‹
#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• แˆˆแˆ˜แŒ แ‹จแ‰… แˆฒแˆ„แ‹ต แŠ‘
แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฃแˆˆ แˆซแŠฅแ‹ญ แŠฅแŠ•แˆ‚แ‹ต แ‹ญแˆ แŠแ‰ แˆญ
=(1 แˆณแˆ™แŠคแˆ 9:9)

ฮคฮฟฮฝ ฯ€ฮฑฮปฮนฯŒ ฮบฮฑฮนฯฯŒ
ฯŒฯ„ฮฑฮฝ ฮญฮฝฮฑฯ‚ ฮ™ฯƒฯฮฑฮทฮปฮฏฯ„ฮทฯ‚
ฮฎฮธฮตฮปฮต ฮฝฮฑ ฯ€ฮฌฮตฮน ฮฝฮฑ ฯฯ‰ฯ„ฮฎฯƒฮตฮน
ฮณฮนฮฑ ฮบฮฌฯ„ฮน ฯ„ฮฟ ฮ˜ฮตฯŒ ฮญฮปฮตฮณฮต: ยซ
#ฮ ฮฌฮผฮต ฯƒฯ„ฮฟฮฝ #ฮ’ฮปฮญฯ€ฮฟฮฝฯ„ฮฑยป. ฮ“ฮนฮฑฯ„ฮฏ ฮฑฯ…ฯ„ฯŒฯ‚ ฯ€ฮฟฯ… ฯƒฮฎฮผฮตฯฮฑ ฮฟฮฝฮฟฮผฮฌฮถฮตฯ„ฮฑฮน ฯ€ฯฮฟฯ†ฮฎฯ„ฮทฯ‚ ฯ€ฮฑฮปฮนฮฌ
ฮฟฮฝฮฟฮผฮฑฮถฯŒฯ„ฮฑฮฝ ยซ
#ฮ’ฮปฮญฯ€ฯ‰ฮฝยป.
โž›โž›โž›โž›โž›โž›โž›โž›โž›
๐Ÿ’’ Raga dabalataa
Dubbisuu ni dandeessa
โœ2 Samu'eel 24:11
โœ1 sen 26:28
โœ1 sen 29:29
โœ1 Mot 17:13
โœRaji isayaas 30:10
โœRaji Amosi 7:12
==***********=====
โžœ
Raaji yeroo jennu
Akkamit hubbaate...โ“

โžœ Maddi yookiin burqaan
Raaji eenyu... โ“
=Waaqayyo moo โ“
=Nama....โ“
โžขWaaqayyo raji ta'u ni
Danda'a...โ“
โžข raajoonni Hundi
Dhuga ni dubbatu...โ“
โžข wanti namaa dinqisiisuu
Yero arganii fi dhagaan
Namoonni tokko tokko
Kuni raji dha jedhuu...
โž›Ati hoo,Maali jeeta
%โ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธโ–ธ%
โžœrajoota sirrii kan
Jedhamani Akkamitiโ“
=Deebi isaa dubbisi๐Ÿ‘‡

โœSeera.lakkoofsa 11:6
โœseera.lakkoofsa 11:25
โœseera keesa.deebi 18:20
โœ1Samu'eel 19:20
โœ1 Samu'eel 28:6
โœ1Mot 19:16
*******
โœRaji Ermiyaas 1:5
โœRaji Ermiyaas 23:28
โœRaji Ermiyaas 28:13-30
โœRaji Ermiyaas 28:9
โœRaji Hisqi'el 11:4
******
โœRaji Amosi 7:12-16
โœ1 Mot 20:35
โœ2 Mot 3:12
โœ2 Mot 14:25
*****
โœmatewoos 11:9
โœ1 Qor 12:10
โœ1 Qor 13:2
๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’โ€ผโ€ผ๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’
rajoota sobduu
Yero jennuu akkamitti โ“
โœseera.keesa.deebi 18:22
โœ1 Samu'eel 18:10
โœNahimiya 6:12
โœRaji Ermiyaas 5:31
โœRaji Ermiyaas 14:14-15
โœRaji Ermiyaas 23:25
โœRaji Ermiyaas 23:32
โœRaji Ermiyaas 27:14-15
โœRaji Ermiyaas 29:9
โœraji Hisqi'el 14:9
โœraji Hisqi'el,7:26
โœmatewoos 7:15-17
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนLink group kan
Xuqa seenaโ“

โœ
@haadha_Waaqa_naJaladha