🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌻Raahel ijoollee ishiitiif
ni boosse :
✍ αˆ«αˆ”αˆ ሡለ αˆαŒ†α‰½α‹‹ αŠ αˆˆα‰€αˆ°α‰½
---Maatewoos 2:18
----αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 2:18
====:===:===
βž›Gondansa Dubaroo
Maariyaami #Raaji_Ermiyaas
ፒkan dubbatee akka
#xumuramuuf

#Kuta_2_ffaa
✍ Ermiyaas jechuu
Ifa Waaqayyo bira Dhufe
Jechudha
πŸ‘‰Abbaan isa kilqiiyaa
πŸ‘‰iddoo dhaloota isa Anaatota
✍Waaggaa 40 guutuu raji
Kan dubbate yoo,ta'u
✍kunis dhaloota Kiristoos
Dura waggaa 626 tti
✍Ermiyaas kitaabaa
#5 barreesseera
1=kitaaba jalqabaa
Isaa boqonnaa 52 qaba
maqaa isaa raji #Ermiyaas
Jedhama
2=kitaaba lamaffaa isa
Boqonna 5 qaba
Maqaan isa kitaaba
#Baaroki jedhama
3=kitaaba sadaffaa isa
Boqonna 5 qabda
Maqaa isa kitaaba
#Saqoqaa jedhama
4=kitaaba Afurafan(4)
boqonnaa 6 kan qabuu
Yoo,ta’u kitaaba saqoqaa
Kanatii ane,jiru, boqonnaa
Ja'a irra,eeggala
maqaan isaa #Tarafa
Ermiyaas
Jedhama
5=kitaaba shanaffaa
Boqonna 5 qaba
Maqaa isaa #Tarafa_Baaroki
Jedhama.
===:===:==
gara #mataa duree
Keenya yoo,deebinuu
β—ˆWalumaagalatti
Jechi akkana jedhaπŸ‘‡

✍Achiis #Heroodis
namoonni #urjii lakkaaan
sun akka isa #gowwoomsan yommuu hubatetti baayee
aare
kanaaf, yeroo namoota
urjii lakkaaan sana irraa
sirriitti mirkaneeffatetti fayyadamee, namoota erguudhaan #ijoollee_dhiiraa
umuriin isaanii waggaa
lamaa fi isaa gadi tae Beetaliheemii fi kutale ishii keessa jiraatan hunda
Ni ajjeesise

Yeroo kanatti wanti karaa #Ermiyaas raajichaa akkana
jedhamee dubbatame ni #raawwatame
#Sagaleen booichaa fi wayyoo guddaan tokko magaalaa #Raamaa keessaa ni dhagaame

#Raahel ijoollee ishiitiif ni boosse; isaan waan dhumaniifis jajjabaachuu hin dandeenye
=matewoos 2:16-18
=Raji-Ermiyaas 31:15
➒jalqabaa dura Raaheli
Yero jennuu Raajeli
Eessa dhuftee boose.❓
πŸ‘‰Ijooleen Raaheli Eenyu
fa'a Turan❓
πŸ‘‰Ijoolee Raahel kan
ajjeesee Eenyu❓
πŸ‘‰Raaheli bara mooti
Herodis jirti moo,hin
Jirtu❓
πŸ‘‰magaalaa Raama
Yero jennuu,Raaman
Qofati maalif dhahame
Sagaleen Raaheli
πŸ‘‰Maali Raama eessa jirti❓
πŸ‘‰ dubaroo Maariyaami
Fi Raaheeli wanti walii
Fakkeessuu Maalidha❓

♨️yaadoota kan Deebi
isaa yoo, ibsamuu
Akkana Ture.

✍#Raahel kan jedhamtee
intala laaba yookiin haadha
Mana Yaaqoobi
=ser.Uum 29:6
βž›Yaaqoobi ijoollee 13 qaba
Ijoolee 13 keessa 12 dhira
Isheen 1 immoo dubartii dha
βž›Yaaqoobi ijoollee 13 kani
Argate hadhaa 4 qaba
✍haadha manaa
Yaaqoobi 4 keessa
Tokko Raaheli jedhamiti

✍Raheel immoo Yaaqoobiifi
Ijoolee lama deessee
1=Yooseef
2=biiniyaami
=ser.Uum 35:24//46:19
β—ˆHaata’u malee
Raahel kan boqatte ilma
Biiniyaami jedhamu yeruma.deessu,sana,Ture
βž›Raahel ijoollee isheetti
Bosee kan jedhamuu Tokko
Isaa kan Ture:
=ser.Uum 35:16-18

β—ˆHaata’u malee Raahel
Osuma deemtu akka
#Karaa irratti boqote
Gadan boqotte jirti
β—ˆijoollee Ishe ammalee
Rakkoo yeroo addaan addaan
Akkuma dhuma turan
Ni beekama Ture....
Haaluma kana dhaloota
Gara dhalootan hanga
Yeroo Kiristoos dhaltuu
Ijooleen Ishe eeggani jiru

Raahel bara mooti
Herodis foonii jirachuu
Osoo hin tanee Affuura
Isheen jirti....
Ijoolee Herodis ajjeesse
Sanyi ijoollee Addaami
Ykn sanyii Yaaqoobi
Ajjeessaan Waani ta’ef

🌹maatewos Waa'ee
Raahel fi Goondasa
Dubaroo Maariyaami
Akkamiti walitti fidee kan
Jedhuu irratti.
Wali fakkeenya tokko
Qabu....

=ser.Uum 35:16-17

Isaan #Bet'elii ka'anii in adeeman; biyya #Efraataa ga'uudhaaf amma illee waa hafe utuu jiruu, #Raahel #da'uudhaaf in #ciniinsifatte, ciniinsuun ishees jabaa ture. Utuu isheen da'uudhaaf ciniinsuu jabaa sana keessa jirtuu, deessiftuun ishee, β€œAmmas immoo #ilma dabalachuuf waan jirtuuf hin sodaatin!” ittiin jette
βž›kana Raahel Kana fakkata

✍kan #Maariyaami
immoo ilaalaπŸ‘‡
βž›Mul’ata Yohaannis 12:1-2
Wanti guddaan dinqisiisaan tokko, waaqa keessatti in argame
#dubartiin biiftuu uffattee, ji'a miilla jala kaa'attee, gonfoo urjoota kudha lamaa mataa ishee irraa qabdu tokko in mul'atte

#Isheen #ulfa turte #ciniinsuu da'umsaatiinis dhiphattee in #iyyite

➒Raahel ilma
Dhira deessee