๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAfaan nama
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,

#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ŸŽ‹
#แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ฝ
แ‰ฅแ‹™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ•
#แ‹ญแˆ˜แŒแ‰ฃแˆ‰
#แˆฐแŠแŽแ‰ฝ แŒแŠ• แŠจแˆแ‰ฃแ‰ธแ‹
แŒ•แ‹ตแˆˆแ‰ต แ‹จแ‰ฐแŠแˆฃ แ‹ญแˆžแ‰ณแˆ‰.
โ—ˆfakkeenya 10:21
โ—ˆแˆแˆณแˆŒ 10:21
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–Gorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ…ฐ ilmi ogeessi
#abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo namni
Qulqulluun akka
#beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni
#dhowwata

๐Ÿ…ฑ Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa

? ilmi hubannaa guddaa
qabu
#waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo
#makaraatti_hirriba
cimaa rafa

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.

๐Ÿ…ฑ Yaadannoon nama
Qulqulluu
#eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada

๐Ÿ…ฐ Namni
#garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa

๐Ÿ…ฑ Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu
#sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni
#qabama

๐Ÿ…ฐ
#Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa

๐Ÿ…ฐ Afaan nama Qulqullu madda
#jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata

๐Ÿ…ฑ
#Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga

๐Ÿ…ฐ Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a

๐Ÿ…ฐ Ogeeyyiin
#beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.

๐Ÿ…ฐ Hojiin nama Qulqulluu
gara
#jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara
#cubbuutti geessa

๐Ÿ…ฐ Namni
#adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni
#sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa

๐Ÿ…ฐ Namni
#jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha

๐Ÿ…ฑ Dubbiin yoo
#baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni
#arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha

๐Ÿ…ฑ
#Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu

๐Ÿ…ฑ
#Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha

๐Ÿ…ฑ
#Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti

๐Ÿ…ฑ Namni
#hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni
#Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama

๐Ÿ…ฑ Bubbeen yommuu darbu,
namni hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha

๐Ÿ…ฐ Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo
#sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni
#gabaabbata

๐Ÿ…ฑ Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada

๐Ÿ…ฑ
#Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef
#dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu
#badiisa dha

๐Ÿ…ฐ Namni Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..

๐Ÿ…ฐ
#Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni
#cita.

๐Ÿ…ฐ Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu
#jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ||