๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAfaan nama
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,

#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ŸŽ‹
#แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ฝ
แ‰ฅแ‹™ แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ•
#แ‹ญแˆ˜แŒแ‰ฃแˆ‰
#แˆฐแŠแŽแ‰ฝ แŒแŠ• แŠจแˆแ‰ฃแ‰ธแ‹
แŒ•แ‹ตแˆˆแ‰ต แ‹จแ‰ฐแŠแˆฃ แ‹ญแˆžแ‰ณแˆ‰.
โ—ˆfakkeenya 10:21
โ—ˆแˆแˆณแˆŒ 10:21
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–Gorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ…ฐ ilmi ogeessi
#abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo namni
Qulqulluun akka
#beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni
#dhowwata

๐Ÿ…ฑ Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa

? ilmi hubannaa guddaa
qabu
#waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo
#makaraatti_hirriba
cimaa rafa

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.

๐Ÿ…ฑ Yaadannoon nama
Qulqulluu
#eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada

๐Ÿ…ฐ Namni
#garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa

๐Ÿ…ฑ Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu
#sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni
#qabama

๐Ÿ…ฐ
#Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa

๐Ÿ…ฐ Afaan nama Qulqullu madda
#jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata

๐Ÿ…ฑ
#Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga

๐Ÿ…ฐ Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a

๐Ÿ…ฐ Ogeeyyiin
#beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama

๐Ÿ…ฑ Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.

๐Ÿ…ฐ Hojiin nama Qulqulluu
gara
#jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara
#cubbuutti geessa

๐Ÿ…ฐ Namni
#adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni
#sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa

๐Ÿ…ฐ Namni
#jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha

๐Ÿ…ฑ Dubbiin yoo
#baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni
#arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha

๐Ÿ…ฑ
#Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu

๐Ÿ…ฑ
#Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a

๐Ÿ…ฐ
#Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha

๐Ÿ…ฑ
#Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti

๐Ÿ…ฑ Namni
#hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni
#Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama

๐Ÿ…ฑ Bubbeen yommuu darbu,
namni hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha

๐Ÿ…ฐ Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa

๐Ÿ…ฐ Waaqayyo
#sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni
#gabaabbata

๐Ÿ…ฑ Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada

๐Ÿ…ฑ
#Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef
#dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu
#badiisa dha

๐Ÿ…ฐ Namni Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..

๐Ÿ…ฐ
#Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni
#cita.

๐Ÿ…ฐ Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu
#jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ||
๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’๐Ÿ’’
โ– Erga Yihudaa 1:2๐Ÿ‘‡
Dhifamni,Nagaanii fi
jaalalli isiniif haa,baayatu.
โ–แˆแˆ•แˆจแ‰ตแŠ“ แˆฐแˆ‹แˆ แแ‰…แˆญแˆ
แ‹ญแ‰ฅแ‹›แˆ‹แ‰ฝแˆ (แ‹ญแˆแ‹ณ 1 :2)
==============
โ–wanti sadan Kuni
Guyyaa hundumaa
Nama ni barbaachisaa
๐Ÿ…ฐ dhifama
๐Ÿ…ฑ Nageenya
๐Ÿ…พ jalala.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Qulqulluu_Yihudaan
Maalif jechoota
Kan fayyadamee...โ“
โ–dhifama, nageenya
Fi jalala kan keenuu
Waaqayyo dha.

โ– Waaqayyo
Nama Qulqulluu
Wani filateef akka
Isaan dhifamni
Namoota baayyatu
Nageenyi akka namoota
Baayatu, Jaalalii akka
Namoota baay'atu
Akka raawwataniif..

Kunis ta'u kan danda'u
Nama cubbamaa
Gara Waaqayyotti
Akka dhiyaatu ni Godhu

โ– sababa inni guddaan๐Ÿ‘‡

=1โ™จ๏ธ fakkeenya 10:6
#Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira
แ‰ แˆจแŠจแ‰ต แ‰ แŒปแ‹ตแ‰… แˆซแˆต แˆ‹แ‹ญ แŠแ‹
(แˆแˆณแˆŒ 10:6)

=2โ™จ๏ธfakkeenya 10:11
#Afaan nama Qulqulluu
madda jireenyaa ti,
#Afaan nama hamaa
garuu jeequmsa dhoksee qabata
#แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠ แ แ‹จแˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต
#แˆแŠ•แŒญ แŠ“แ‰ต แ‹จแŠƒแŒฅแŠฃแŠ•แŠ• แŠ แ
แŒแŠ• แŒแ แ‹ญแŠจแ‹ตแŠแ‹‹แˆ
=(แˆแˆณแˆŒ 10:11)

=3.โ™จ๏ธfakkeenya 10:20
#Arrabni nama Qulqulluu
akkuma meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu
แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แˆแˆ‹แˆต แ‹จแ‰ฐแˆแ‰ฐแŠ แ‰ฅแˆญ แŠแ‹
แ‹จแŠ…แŒฅแŠฃแŠ• แˆแ‰ฅ แŒแŠ• แˆแŠ“แˆแŠ• แŠแ‹
(แˆแˆณแˆŒ 10:20)

=4.โ™จ๏ธfakkeenya 10:21
#Afaan nama Qulqulluu
namoota hedduu ni
#soora
แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ฝ แ‰ฅแ‹™
แˆฐแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‹ญแˆ˜แŒแ‰ฃแˆ‰
(=แˆแˆณแˆŒ 10:21)

=5.โ™จ๏ธfakkeenya 10:31-32
#Afaan nama Qulqulluu
ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan
garuu ni cita.

#Arrabni nama
Qulqulluu wanta nama gammachiisu beeka
Afaan hamootaa
garuu jalaa dha
#แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠ แ แŒฅแ‰ แ‰ฅแŠ• แ‹ญแŠ“แŒˆแˆซแˆ
แŒ แˆ›แˆ› แˆแˆ‹แˆต แŒแŠ• แ‰ตแ‰ˆแˆจแŒฃแˆˆแ‰ฝ

#แ‹จแŒปแ‹ตแ‰… แŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ฝ แ‹ฐแˆต
แ‹จแˆšแ‹ซแˆฐแŠ แŠแŒˆแˆญแŠ• แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰
แ‹จแŠ€แŒฅแŠฃแŠ• แŠ แ แŒแŠ• แŒ แˆ›แˆ› แŠแ‹
(=แˆแˆณแˆŒ 10 :31-32)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
 ฮ•ฯฯ‡ฮฟฮผฮฑฮน ฯ„ฮฟ ฮญฮปฮตฮฟฯ‚
ฮท ฮตฮนฯฮฎฮฝฮท ฮบฮฑฮน ฮท ฮฑฮณฮฌฯ€ฮท ฮฝฮฑ ฯ€ฮปฮทฮธฮฑฮฏฮฝฮฟฯ…ฮฝ ฮฑฮฝฮฌฮผฮตฯƒฮฌ ฯƒฮฑฯ‚
--------------------------------
๐Ÿ”ปGalani Waaqayyof
Haataโ€™u Ameen.
---------------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฟ๏ธ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฟ๏ธ