🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹Namoota fannifamuu
Kiristoos Oso hin arginee
Jecha wangeela qofaan
Amanani fayyina dha

Akkuma
#Kiristoos Toomaasin
Jedhe warri Oso Ana hin argin amanana gammadoo dha jedhe

✍ nuuti fakkeenya
Sana akka fayyinee ibsuu

✍Yoh 20:28πŸ‘‡
πŸ‘‰Toomaasis deebisee, β€œGooftaa ko, Waaqa ko!” jedheen.
#Kiristoos β€œAti waan ana
#argiteef amantee?
#Warri utuu #hin argin
#amanan_gammadoo dha” jedheen

=5=🌻 Fakkeenyi biraa
bofti Sibila irraa hojjatee
Fi bofti lubbuu qabuu sunii
#Qaamni isaanii bofa fakkaatuun
Tokko ta'u isa immoo
#Kiristoos foonii nama uffate
Addaami lammaffaa jedhamuu
Isaa

✍(1Qor 15:45πŸ‘‡

#Addaam namni jalqabaa qaama jiraataa tae
jedhamee barreeffameera
#Addaam inni #boodaa
#Affuura isa jireenya
kennu tae

=6=πŸŒ»βž›bofti qoricha
ofii keessa Qabu hin fannifamee
#bofti Qulqulluu garuu inni sibiilaa irra hojjate
mukaa,irratti fannifamuu isa
Immoo
#Kiristoos qofti ni
Fanifame malee Addaami
Osoo hin fannifamee hafu
Isaa ibsa

β—ˆ 1Qor 1:23πŸ‘‡
#Nuti garuu Kiristoos
isa fannoo irratti
fannifame lallabna
innis Yihudootaaf wanta
nama gufachiisu dha
#namoota saba
Waaqayyoo hin taaneef
immoo gowwummaa dha
=jecha kana irraa kan
Hubbanu "Kiristoos isa
Fanifame lallabaan" yeroo
Jedhu Kiristoos qofatti
Akka fannifamee ifa
Nuufi godha..

=7=✍bofti Museen
fannisee
#tokoo
Qofa malee lama mukaa
Irrati hin fannifamee kuni immoo fakkeenya
Kiristoos qofti akka
fannifamee ibsuu

✍1 Qor 15:20-21πŸ‘‡
β—ˆ Amma garuu
#Kiristoos warra #duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'ee
Sababiin isaas akkuma
#duuti karaa nama
#tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama tokkoo dhufa

β—ˆKanaafuu Musen dirqama
Bofa tokko qofaa akka
Fannise hubbana fakkeenyi
Bofa sibilaa inni fannifamee
Kiristoos erga ta’e
‼️Haaluma kana
#fannoo
Tokko qofatu nama fayyisa
Jechuu keenya...

❀️ jechamaa Kiristoos
Dubbate tokko Akkasi
Jedhee =__________

βž›Luqaas 23:31πŸ‘‡
#Yeroo mukti #jiidhaa
taee jirutti wantoota
kana yoo godhan

yeroo mukti
#gogutti
immoo maaltu taa
laata❓
πŸ‘‰
#α‰ αŠ₯ርαŒ₯α‰₯ αŠ₯αŠ•αŒ¨α‰΅ αŠ₯αŠ•α‹²αˆ… α‹¨αˆšα‹«α‹°αˆ­αŒ‰ αŠ¨αˆ†αŠ‘
#α‰ α‹°αˆ¨α‰€α‹αˆ΅ αŠ₯αŠ•α‹΄α‰΅ α‹­αˆ†αŠ•β“
=αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 23:31

✍hiika isaa beektu
laata=_____❓


✍
#kuta_6-ffaaπŸ‘‡

🌹 Yaada yoo qabataniiπŸ‘‡
#Gutema123

✍ kan channeel πŸ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha

Jalati immoo fannoo
Kiristoos
#morma keenya
irratti hidhachuun
barbaachisaa dha
Moo,hin barbachisu
kan jedhuu ilaalaπŸ‘‡

===||===||===
🌹Waanjoo tolchii
hudhaa isaatiin
#morma keetti hidhadhu
🌾αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠ₯αŠ•α‹²αˆ… α‹­αˆˆαŠ›αˆ
#αŠ₯αˆ΅αˆ«α‰΅αŠ“_α‰€αŠ•α‰ αˆ­ αˆ₯ራ
#α‰ αŠ αŠ•αŒˆα‰΅αˆ…αˆ αˆ‹α‹­ αŠ α‹΅αˆ­αŒ
=Raji-Ermiyaas 27:2.
=αŠ€αˆ­αˆα‹«αˆ΅ 27:2
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=
#kutaa_6_ffaa
=fannoo Kiristoos
Maaliif
morma keenya
irratti hidhaan=___❓

β—ˆ fayyida
#mukaa
namnii kamiyyuu ni beeka
Fakkeenyaf
#balaa muka
irraa Qoricha ni hojjatan
isaa Booda Maqaa isaa
qoricha Jedhame wamama

Fakkeenyaa bira immoo
Muka
#urgooftuu irraa
ixaana ni Hojjatu, Kanaaf
Ixaana jennee wamana
Malee muka hin jennuu

=fakkeenyummaa kan
Immoo Kiristoos muka
irratti fannifamee
isaa booda
#fannoo
jedhame wamama

🌹
#waanjoo jechuun
muka irraa kan
hojjatamuu dha ergaa,hojjatamee immoo
Morma horii itti hidhamuuf
#Uraa yookiin qawwaa
lama
Qaba isaa keesan mukaa
Lama qaqqaalo itti seena
Isaa booda fo'aan walittii
Hidhama
morma horii irratti
Jedhuudha

🌻Walumaagalatti Adeemsii
Kuni
#Waanjoo jedhama

🌹Raajiin Ermiyaas
Wanta kan mormaa isaa
Irraati hidhatee turee
Yeroodhaf
#garbummaa
Israa'elonni biyyaa
Babiloon jala akka
Hidhamni turan ibsuuf
=booda immoo
morma
Ermiyaas irra hikkate
kuni immoo Israa'eloni
Mooti Babiloon jala
#Bahu ibsaa

β—ˆfakkeenya qaba
Jalqaba Ermiyaas mormaa
Isaa irratti hidhachun
#Adaami bittaa Seexanaa
Jalati hidhamuu isa ibsaa

✍Booda Ermiyaas
morma
Isaa irraa busuun immoo
Kiristoos Addaamii waanjoo
Seexanaa jala basu ibsaa

=fakkeenyi saba Israa'el
Ijoolee Adaamaa bakka
Bu'u
=fakkeenyi mooti Babiloon
Seexana bakka bu'aa.....

🌹akkuma
#Ermiyaas
waanjoo sana
Morma isaa irratti baatee
#Kaaku_Haara keessatti
Waanjoo Kiristoos
baachuun
#Dirqama ta'a

✍Maatewoos 11:29-30πŸ‘‡
#Waanjoo koo baadhaa
Ana irraas baradhaa

Ani garaa lafeesaa fi
kanan gadi ofii qabu
waanan taeef
#lubbuu keessaniif boqonnaa
argattu

#Waanjoon koo
nama hin quuqu
#baa'an koos salphaa dha
====||===||===||====

✍ jecha kana kan
dubbatee Kiristoos
turee

✍waanjoon Kiristoos
Akka Ermiyaas sana
Morma kee,irratti baachuu
Qabda

βž›akkuma waanjoon
Fo'aadha
morma irratti
Hidhamuu
➒Nuuti
#fo'aa itti goonee
Fannoo Kiristoos
morma
Keenya irratti
#hidhaan

➒Kanaafuu waanjoo
Kan jedhame gara
tokkon fannoon jedhene
Dubbaanna

✍Sababa fannoon
waanjoo jedhame
dirqama Waanjoon
#Tokko morma
Qofa irratti akka
hidhamu ibsuuf

✍yeroo kamiyyuu
Wajjoon
#harka yookiin
Luka horii/qootiyoo irratti
Hin dhaamu,
morma isaa
irraatti qofaa

🌹Haaluma wali fakkatun
#Iddoon fannoo itti hidhanu
Nuuti himuuf Kiristoos
Fannoo isa waanjoon
Fakkeesse jira

✍ qabxii bira immoo
Waanjoo koo,ba'aa
Ulfaata mitti,lubbuu
Keessanif boqonnaa
Argaatu jedhee
🌻kana jechuun
Namni fannoo kan
Hin fayyadamnee
Lubbun isaa boqonnaa
Akka hin arganne ibseera

=kanafuu akkuma anii
Garaa lafeessa fi kan
Gadi ofii qabuu ta’e ana
Irraa baradha jedhee

✍kana jechuun Oso
Inni Waaqa ta’e jiruu
=akkamitti namni
Naa,fannisa hin jennee
Caalisee fannifamee
Jira
✍Haaluma kana nutti
Gadi ofi qabnee fannno
Isaa kan
morma keenya
Irraatti calisne hidhaan

✍far.Daawit 59/60:4πŸ‘‡
#xiyyaa jalaa akka
Miilqaniif,warra sii,
Sodaatanif
#mallattoo
Kenniteef
πŸ‘‰
#αŠ¨α‰€αˆ΅α‰΅ αŠα‰΅ α‹«αˆ˜αˆαŒ‘
α‹˜αŠ•α‹΅
#αˆˆαˆšαˆαˆ©αˆ… αˆαˆαŠ­α‰΅αŠ•
αˆ°αŒ αˆƒα‰Έα‹
=αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ 59//60:4
✍fakkeenyi xiyya
#Qorumsa,Seexanna
Fi Seexanaa
✍Fakkeenyi
#mallattoo
Immoo fannoo Kiristoos

🌻fakkeenya bira immo mallattoo Waaqayyo
#Abrahaamiifi
Keenne jira

✍ Ser.Uumama 17:11πŸ‘‡
Isin
#gogaa foon keessan haguuge dhagna qabadhaa! Kunis kakuu isa anaa fi isin gidduutti dhaabateef
#mallattoo in ta'a

➒Haaluma kan nutti
Fannoon keenya
Malatoo
#namoota
Kan irraa addaa itti
Banu wani ta’ef
#morma
Keenya irratti mallattoo
Mooti samii hidhaan

🌻akkuma Abrahaam fi.
Maatin isaa dhaqan
Isaani irraa gogaa murani
Mallatoo godhatan
Nuuti immoo
morma
Keenya irratti godhana

✍Hiikaa waanjoo
Karaa biraa seera
Waaqayyotti jennee
Yoo,ibsine immoo
Ammas
#kaakuu_haaraa
Keesaati Dubbi Kiristoos
Dubbata

🌻fakkeenya
Jalqaba dura
=1=Kiristoos Dhalachu
qaba Isaa booda
=2=Cuphaa hundeesu
Qaba, Isaa booda
=3=barsisuu Qaba
isa booda
=4=fannifamuu Qaba
Isaa booda immoo
=5=Guyya sadii fi halkanii
Sadi awwaala keesa
Bulu qaba
=6=isaa booda du'a
Ka'u qaba
=7=isaa booda lamaffaa
Murtif dhufu qaba
✍kaaku haaraa
Jechuun haala
Salphaan qabxii 7
Kan qabuu kanadha
🌻 Kitaabni kaaku haara
lallabaa qabxii tokko
Hanga torba kan jirudha

✍1Qor 15:13-14πŸ‘‡
Duaa kauun warra
duanii hin jiru taanaan
Kiristoos du'aa
hin kaane jechuu dha

Kiristoos duaa hin kane
yoo tae immoo
#lallabni keenya gatii
hin qabu
#amantiin
keessanis gatii hin
qabu jechuu dha

🌻Kuni kan ibsuu
Adeemsa du'a ka'utti
Du'uf immoo dhalchuu
Dirqama ta'a.....,isaa booda
Addeema 1-6 ifaa godha

➒
#faayidaan du'a ka'u
kiristoos Immoo
=1=murteesisufi
=2=jireenya keenudha
Dhala namatiif
➒yeroo kana immoo
Isaa lakkoofsa 7 irraa
Jiru ibsa

=kanafuu kutaa
Lallaba kan jedhamnin
Isaan kana
Isaan kan hundumaa
Immoo seeraa jeena
Kanaafuu wajjoo jechuu
Barumsa kan ofii keessa
Qaba, wa'ee fannoos ni
Ibsa.

✍matewoos 16:24πŸ‘‡

#Iyyaasus sana booda #barattoota isaatiin
akkana jedhe
Namni ana duukaa buuu barbaadu hundi of haa
ganu
fannoo koo baatees
yeroo hunda ana
duukaa haa buu

✍Mat 10:38
✍Luq 14:27
✍luq 9:23
✍Mar 8:34

🌻 Erga Galaatiyaa 6:14πŸ‘‡

#Ani garuu Fannoo
Gooftaa keenya
Iyyaasus Kiristoos
isa akka ilaalcha kootti
#addunyaan
anaaf duee fi isa akka
ilaalcha isaatti immoo
ani addunyaadhaaf due
irraa kan hafe
matumaa wanta
kan biraatiin
hin boonu
=Kuni immoo dirqama
Gara fannoo sii,geessa
Akkamit ati fannoo
Bonnu dandeessa
Mee,
morma kee,irratti
Hidhate wa'ee isaa
Dubbacha tti malee

➒fakkeenya bira
Waaqayyo Museef
ulee keenne turee
Ulee sana bishaanii
addan Kutani
=ser.Bahu 14:21-22

➒ fannoo kiristoos
immoo hangama
#ulee
Musee haa,caalu re❓
➒akkuma Musee
Ulee isaa
#harkatti
Qabte diina jala ittiin
Bahee fannoo Kiristoos
#Morma keenya fi
#Lubboonni keenya
Harkati qabatanii
Dinaa jala ittin nuu
Basuu mitti ree❓

✍Muse fakkeenya
lubboota (Mat 17:1-5)

➒fakkeenya biraa
Uffaanni Kiristoos
Inni dhiga hin qabnee
Dubarti waggaa 12
Dukkubsate yeroo
Xuqi qofaan fayyite

➒Mar 5:25-29?
#dubartiin dhiigni
ishii waggaa 12f dhangalaaa ture tokko jirti turte
ishiin
#ogeeyyii fayyaa
#hedduu bira dhaquudhaan
baayee kan dhiphattee fi
wanta qabdu hundumaa
kan fixxe taus

#dhukkubni ishii ittuma
#caalaa deeme malee
itti hin wayyoofne
ishiin waaee Kiristoos
yommuu dhageessu
namoota hedduu
gidduudhaan duuba isaatiin dhuftee
#uffata isaa #tuqxe

sababiin isaas ishiin
β€œAni uffata isaa qofa illee
yoon tuqe nan
#fayya”
jettee yaaddi turte
Dhiigni ishii dhangalaaa
tures battaluma sanatti
ni dhaabate
dhukkuba ishii isa ishii
dhiphisu irraa akka
fayyites
#qaama
ishii keessatti itti
beekame

➒ qoricha goggeesa
Meeqa Ishe fayyisuu
Hin dandeenye
Garuu uffata Kiristoos
Yero tokko qofa xuqate
Fayyite

=Haaluma kan fannoo
Kiristoos immoo
Yoo,xuqane qaamni
Keenya akkamitti
Hin fayyine ree❓

✍Mat 18:20πŸ‘‡
#lama yookiin sadii
taanii bakka maqaa
kootiin walitti qabamanitti
ani isaan gidduutti
nan argama
=Haaluma kana
lubbooni Keenya
fannoo isaa qabatanii
Yoo,nuu,biraatti argaman
Lama fi isa oli tanaa
Inni immoo Waaqani
keenya Nuu,gidduutti
argama...................

🀲 Filiphisiiyus 3:18πŸ‘‡

Namoonni faanno
Kiristoosiif
#diinota taanii #deddeebian jiru; kanaan
dura waaee isaanii
irra deddeebiee
dubbachaan ture
garuu, ammas
#imimmaaniin waaee
isaanii nan dubbadha

#Dhumni isaanii #badiisa #waaqni isaanii
garaa isaanii ti
#ulfinni isaanii
salphina isaanii ti
#sammuun isaanii
wantoota lafaa irratti
kan xiyyeeffate dha.

#Nuti garuu lammiilee
samii ti
#fayyisaa isa achii
dhufu jechuunis
Gooftaa Iyyaasuus
Kiristoosiin
#hawwii
guddaadhaan eegganna

🌾α‰₯α‹™ αˆ°α‹Žα‰½ αˆˆαŠ­αˆ­αˆ΅α‰Άαˆ΅
#αˆ˜αˆ΅α‰€αˆ αŒ αˆ‹α‰Άα‰Ή αˆ†αŠα‹
α‹­αˆ˜αˆ‹αˆˆαˆ³αˆ‰αŠ“ α‰₯α‹™ αŒŠα‹œ ሡለ αŠ₯ነርሱ αŠ αˆαŠ‹α‰½αˆ αŠ αˆαŠ•αˆ αŠ₯αŠ•αŠ³
#αŠ₯α‹«αˆˆα‰€αˆ΅αˆ αŠ₯αˆ‹αˆˆαˆ
=αŠαˆαŒ΅αˆ΅α‹©αˆ΅ 3 :18
🌻seenaa fannoo
Argamu isaa isaa
Media hedduun darbaa
Wajjin jiruu hordofa

✍
#Kutaa_7-ffaan
kanuman xumura
➒Galani Waaqayyof
➒Haadha Waaqayyoofis
➒Qulqulluu fannoo isaf
➒Ergamootaa Qulqulluuf
➒Qulqullota hundumaaf
Haata’u Ameen.

✍Yaada yoo qabataniiπŸ‘‡
#Gutema123

✍ kan channeel πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha

===||===||====