🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
‼️Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
♨️ αŠ¨α‹ˆαŒˆαŠ•αˆ½ αˆ›αŠ•αˆ α‰ α‹šαˆ… ሡም α‹¨α‰°αŒ αˆ« α‹¨αˆˆαˆ
β›Ž=Luq 1:61
β—‰=αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 1:61
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen

🌻 dhaloota isaa
akkana ture🌻

🌼
#Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan
#maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan

🌻
#Haati isaa garuu deebistee, β€œHin tau! Yohaannis jedhamuu qaba” jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku” jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan

🌻 innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa
#Yohaannisi” jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate

🌻
#Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi,
#Mucaan kun
maali taa laata?” jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas
#Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture

🌻 Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa
#Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1➜yaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif
#xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2➜ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa
#fayyinaa nuu kaaseera
3➜ kunis akkuma
#afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha

4➜
#Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5➜Akkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti
#gara_laafina nutti argisiisa
6➜ kakuu isaa isa
#Qulqulluus ni yaadata
7➜ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya
#Abrahaamiif kakate dha
8➜ akkuma kakuu isaattis harka
diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9➜ sodaa malee
#tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna

10➜ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya
#hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11➜ Ati garuu yaa mucaa
nana,
#daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12➜ sabni isaa dhiifamni
#cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13➜Kunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis
#ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14➜ inni warra
#dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15➜ Mucaan sunis ni guddate,
#Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
▬▬▬▬❖▬▬▬▬
Galani Waaqayyof Haata’u
Ameen
🌻 Kitaabni kaaku haara
lallabaa qabxii tokko
Hanga torba kan jirudha

✍1Qor 15:13-14πŸ‘‡
Duaa kauun warra
duanii hin jiru taanaan
Kiristoos du'aa
hin kaane jechuu dha

Kiristoos duaa hin kane
yoo tae immoo
#lallabni keenya gatii
hin qabu
#amantiin
keessanis gatii hin
qabu jechuu dha

🌻Kuni kan ibsuu
Adeemsa du'a ka'utti
Du'uf immoo dhalchuu
Dirqama ta'a.....,isaa booda
Addeema 1-6 ifaa godha

➒
#faayidaan du'a ka'u
kiristoos Immoo
=1=murteesisufi
=2=jireenya keenudha
Dhala namatiif
➒yeroo kana immoo
Isaa lakkoofsa 7 irraa
Jiru ibsa

=kanafuu kutaa
Lallaba kan jedhamnin
Isaan kana
Isaan kan hundumaa
Immoo seeraa jeena
Kanaafuu wajjoo jechuu
Barumsa kan ofii keessa
Qaba, wa'ee fannoos ni
Ibsa.

✍matewoos 16:24πŸ‘‡

#Iyyaasus sana booda #barattoota isaatiin
akkana jedhe
Namni ana duukaa buuu barbaadu hundi of haa
ganu
fannoo koo baatees
yeroo hunda ana
duukaa haa buu

✍Mat 10:38
✍Luq 14:27
✍luq 9:23
✍Mar 8:34

🌻 Erga Galaatiyaa 6:14πŸ‘‡

#Ani garuu Fannoo
Gooftaa keenya
Iyyaasus Kiristoos
isa akka ilaalcha kootti
#addunyaan
anaaf duee fi isa akka
ilaalcha isaatti immoo
ani addunyaadhaaf due
irraa kan hafe
matumaa wanta
kan biraatiin
hin boonu
=Kuni immoo dirqama
Gara fannoo sii,geessa
Akkamit ati fannoo
Bonnu dandeessa
Mee,morma kee,irratti
Hidhate wa'ee isaa
Dubbacha tti malee

➒fakkeenya bira
Waaqayyo Museef
ulee keenne turee
Ulee sana bishaanii
addan Kutani
=ser.Bahu 14:21-22

➒ fannoo kiristoos
immoo hangama
#ulee
Musee haa,caalu re❓
➒akkuma Musee
Ulee isaa
#harkatti
Qabte diina jala ittiin
Bahee fannoo Kiristoos
#Morma keenya fi
#Lubboonni keenya
Harkati qabatanii
Dinaa jala ittin nuu
Basuu mitti ree❓

✍Muse fakkeenya
lubboota (Mat 17:1-5)

➒fakkeenya biraa
Uffaanni Kiristoos
Inni dhiga hin qabnee
Dubarti waggaa 12
Dukkubsate yeroo
Xuqi qofaan fayyite

➒Mar 5:25-29?
#dubartiin dhiigni
ishii waggaa 12f dhangalaaa ture tokko jirti turte
ishiin
#ogeeyyii fayyaa
#hedduu bira dhaquudhaan
baayee kan dhiphattee fi
wanta qabdu hundumaa
kan fixxe taus

#dhukkubni ishii ittuma
#caalaa deeme malee
itti hin wayyoofne
ishiin waaee Kiristoos
yommuu dhageessu
namoota hedduu
gidduudhaan duuba isaatiin dhuftee
#uffata isaa #tuqxe

sababiin isaas ishiin
β€œAni uffata isaa qofa illee
yoon tuqe nan
#fayya”
jettee yaaddi turte
Dhiigni ishii dhangalaaa
tures battaluma sanatti
ni dhaabate
dhukkuba ishii isa ishii
dhiphisu irraa akka
fayyites
#qaama
ishii keessatti itti
beekame

➒ qoricha goggeesa
Meeqa Ishe fayyisuu
Hin dandeenye
Garuu uffata Kiristoos
Yero tokko qofa xuqate
Fayyite

=Haaluma kan fannoo
Kiristoos immoo
Yoo,xuqane qaamni
Keenya akkamitti
Hin fayyine ree❓

✍Mat 18:20πŸ‘‡
#lama yookiin sadii
taanii bakka maqaa
kootiin walitti qabamanitti
ani isaan gidduutti
nan argama
=Haaluma kana
lubbooni Keenya
fannoo isaa qabatanii
Yoo,nuu,biraatti argaman
Lama fi isa oli tanaa
Inni immoo Waaqani
keenya Nuu,gidduutti
argama...................

🀲 Filiphisiiyus 3:18πŸ‘‡

Namoonni faanno
Kiristoosiif
#diinota taanii #deddeebian jiru; kanaan
dura waaee isaanii
irra deddeebiee
dubbachaan ture
garuu, ammas
#imimmaaniin waaee
isaanii nan dubbadha

#Dhumni isaanii #badiisa #waaqni isaanii
garaa isaanii ti
#ulfinni isaanii
salphina isaanii ti
#sammuun isaanii
wantoota lafaa irratti
kan xiyyeeffate dha.

#Nuti garuu lammiilee
samii ti
#fayyisaa isa achii
dhufu jechuunis
Gooftaa Iyyaasuus
Kiristoosiin
#hawwii
guddaadhaan eegganna

🌾α‰₯α‹™ αˆ°α‹Žα‰½ αˆˆαŠ­αˆ­αˆ΅α‰Άαˆ΅
#αˆ˜αˆ΅α‰€αˆ αŒ αˆ‹α‰Άα‰Ή αˆ†αŠα‹
α‹­αˆ˜αˆ‹αˆˆαˆ³αˆ‰αŠ“ α‰₯α‹™ αŒŠα‹œ ሡለ αŠ₯ነርሱ αŠ αˆαŠ‹α‰½αˆ αŠ αˆαŠ•αˆ αŠ₯αŠ•αŠ³
#αŠ₯α‹«αˆˆα‰€αˆ΅αˆ αŠ₯αˆ‹αˆˆαˆ
=αŠαˆαŒ΅αˆ΅α‹©αˆ΅ 3 :18
🌻seenaa fannoo
Argamu isaa isaa
Media hedduun darbaa
Wajjin jiruu hordofa

✍
#Kutaa_7-ffaan
kanuman xumura
➒Galani Waaqayyof
➒Haadha Waaqayyoofis
➒Qulqulluu fannoo isaf
➒Ergamootaa Qulqulluuf
➒Qulqullota hundumaaf
Haata’u Ameen.

✍Yaada yoo qabataniiπŸ‘‡
#Gutema123

✍ kan channeel πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha

===||===||====