๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โ€ผ๏ธ Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne
ani isin deemtanii
#firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera
kanas kanan godhe, wanta maqaa
kootiin Abbaa kadhattan hunda inni akka isinii kennuuf jedheeni.
โ–ท Yoh 15:16

โ–ท..........โ—
Ayyaanni guyyaa 5 fi guyyaa 7 kabajame ollee kuni, Waaqayyo wanii isan filateefi,
firii gaarii namoota argatan kuni fakkeenya guuddaa dha

โžช
#แŠฅแŠ” แˆ˜แˆจแŒฅแŠ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠ แˆแˆ˜แˆจแŒฃแ‰ฝแˆแŠแˆแค แŠ แ‰ฅแˆ แ‰ แˆตแˆœ แ‹จแˆแ‰ตแˆˆแˆแŠ‘แ‰ตแŠ• แˆแˆ‰ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆฐแŒฃแ‰ฝแˆแฅ แˆแ‰ตแˆ„แ‹ฑแŠ“ แแˆฌ แˆแ‰ณแˆแˆฉ แแˆฌแŠ แ‰ฝแˆแˆ แˆŠแŠ–แˆญ แˆพแˆแŠ‹แ‰ฝแˆ "(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 15:16)
๐Ÿ…ฑkutaa-70-ffยชยช.๐Ÿ‘‡๐Ÿ…ฑ๐Ÿƒ
=๐Ÿ‘‰gaaffii fi deebi
=๐Ÿ‘‰Musiliimota
โœYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti.
===================
#Gaaffii isaanii.
1โžฉKiristoos Waaqayyo mitii muka waynii tti malee jedhuuโ“
๐Ÿฅ Deebii keenya.
Lakki kuni fakkeenya malee dhuguma muka wayni isaa lafaa biqiluu sana mitii kani jedhuu ta'a.
๐Ÿ“Fakkeenyaaf sabnii Israa'el waynii ni fakkaata. Ture.
โ“ต๐Ÿ‘‰Farfannaa.Daawit 80:8-9
#Mukti_wayinii #Gibxii keessaa akka baสผu goote. #Saboota(Uumata) #ariitees isa dhaabde Ati iddoo isaaf ni qopheessite, Innis #hidda godhatee biyyattii guute
โž›๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘Ž๐‘“๐‘– ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘š๐‘ข๐‘˜๐‘Ž wayni ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘’ # ๐‘“๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž๐‘“i male ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘ก๐‘Ž ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘“ ๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘–.
๐Ÿ…ฑ musiliimonni lakki fakkeenya mitii yoo, jedhan immoo .nutti gaaffii qabna Kiristoos samii irraa dhufee (Yohaannis 3:13) kanafuu wayni samii irraa ni biqila jenne gafanaโ“
Eeyyee yoo,jedhanii raga fidiโ“
Ragaa hin qabdu yoo,taโ€™e immoo ni sobdaโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉgara mata duree keenya yeroo deebinu ยซ Kiristoos maalif muka waynii ofiin jedhee ยป โ“
๐ŸŒบSababaa
#Tokkoffaa(-1ffยชยช)
Kiristoos waaee malummaa isaa yeroo ibsu Fakkeenyaaf wani fayyadamufi.
โžฉAni bishaanii jireenya kenuu ofin jedha
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:37-38
#Guyyaa xumuraatti jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti #kiristoos dhaabbatee sagalee isaa olii kaasee akkana jedhe: โ€œNamni #dheebote yoo jiraate, gara #koo dhufee haa dhugu. Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, #Lagni_bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaสผa.โ€™โ€
(Yoh 4:13-14)
โž›akkuma bishaanii jireenya kenuu jedhuu kana immoo Ani waynii dhugumaati ,ana malee jireenya hin qabdiin jedha.

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 15:5
#Ani_muka wayinii ti,isin immoo dameewwan isaa ti. Namni Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu hundi #firii hedduu ni godhata sababiin isaas isin Ana #irraa_gargari baatanii matumaa homaa gochuu #hin dandeessan
โžฉakkuma namni bishaanii malee hin jiraanne halumma kana Kiristoos malee jirachuu hin danda'u.
Kiristoos ana malee hoomaa gochuu hin dandeessani ergaa jedhe kuni enyuu laataโ“
A=Waaqa mooโ“
B=Nama laata โ“
โœ deebiin isaa Kiristoos Waaqa ta'u isa ibsaa kuni.
Akkuma jalqabaa waynii jirate isaa booda immoo damee wayni jiruu. โ kuni immoo Kiristoos malee namni kamiyyuu jireenya akka hin qabnee ibsaa.โž
โ“ธ๐Ÿ‘‰Efesoon 2:12
isin yeroo sanatti saba Israaสผel irraa fagaattanii, kakuu abdichaa sanaaf keessummoota taatanii
#Kiristoos_malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi #Waaqayyo_malee jiraachaa turtan.
๐ŸŒบSababa
#lammaffaa(-2ffยชยช.)
Kiristoos wayni kani fakkaatee .
Jalali Kiristoos akka wayni kani miโ€™aawaa wani taeef.
โ“น๐Ÿ‘‰Farfannaa.Daawit 34:8
Waaqayyo
#gaarii taสผuu isaa #dhandhamaa ilaalaa; Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.
โ“บ๐Ÿ‘‰1Pheexiroos 2:3
isin
#Gooftaan_gaarii taสผuu isaa dhandhamtaniittu.
โ“ป๐Ÿ‘‰Roome 8:35
#Jaalala_Kiristoos irraa gargar nu baasuu kan dandaสผu eenyu? Rakkina moo, dhiphina moo, ariสผatama moo, beela moo, daaruu moo, balaa moo goraadee dha?
๐ŸŒบsababa
#sadaffaa(-3ffยชยช)
Akkuma Ani Qulqulluu taโ€™e isaan immoo Qulqulloota ta'a akkuma jedhamuu.(1Phex 1:15)
โœkana yeroo jedhuu jalqabaa Qulqulluu ta'u qaba,
โœhasluma wali fakkata jalqaba dura kiristoos wayni tau qaba isaa booda namooni kuni damee wayni ta'u( Yoh15:4
โ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Jechi immoo wayni kani dhabee Abbaa kooti jedhuu ,immoo Kiristoos Ani Abbaa irraa dhaladhe jedhee jedhu ibsaa.
โ“ผ๐Ÿ‘‰Farfannaa 2:7
Labsii Waaqayyo nan labsa Inni akkana naan jedhe: โ€œ
#Ati_ilma koo ti; Ani harสผa si #dhalcheera
(Ibroota 1:5-6).
โœerga kiristoos Abbaa irraa
#dhalate dhufe Kiristoos fakkeenya waynii  taโ€™e #Abbaan illee fakkeenya #wayni ni jedhama.ta'a
Sababii isaa Kiristoos fi Abbaan Tokko wani ta'aniif.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:30
#Anii fi #Abbaan tokko dha.
โœ akkuma Kiristoos jireenya kenuu Abbaan illee jireenya keena ,kanafis Yohaannis akkasii jedhee.
โ“พ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 5:11-12
Wanti inni ragaa baสผes isa kana,
#Waaqayyo_jireenya bara baraa nuu kenneera, jireenyi kunis #Ilma isaa keessa jira Namni Ilma sana qabu jireenya kana qaba namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana #hin qabu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฒlink kana xuqaa qabxiiwwan jiran hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญโ–ญ