🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
43 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…±kutaa-70-ffΒͺΒͺ.πŸ‘‡πŸ…±πŸƒ
=πŸ‘‰gaaffii fi deebi
=πŸ‘‰Musiliimota
✍Yohaannis 15:1
Ani muka
wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti.
===================
#Gaaffii isaanii.
1➩Kiristoos Waaqayyo mitii muka waynii tti malee jedhuu❓
πŸ₯ Deebii keenya.
Lakki kuni fakkeenya malee dhuguma muka wayni isaa lafaa biqiluu sana mitii kani jedhuu ta'a.
πŸ“Fakkeenyaaf sabnii Israa'el waynii ni fakkaata. Ture.
β“΅πŸ‘‰Farfannaa.Daawit 80:8-9
#Mukti_wayinii #Gibxii keessaa akka baΚΌu goote. #Saboota(Uumata) #ariitees isa dhaabde Ati iddoo isaaf ni qopheessite, Innis #hidda godhatee biyyattii guute
βž›π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Žπ‘“π‘– π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘šπ‘’π‘˜π‘Ž wayni π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘Žπ‘šπ‘’ # π‘“π‘Žπ‘˜π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Žπ‘“i male π‘€π‘Žπ‘›π‘‘π‘Ž π‘π‘–π‘Ÿπ‘Žπ‘“ π‘šπ‘–π‘‘π‘‘π‘–.
πŸ…± musiliimonni lakki fakkeenya mitii yoo, jedhan immoo .nutti gaaffii qabna Kiristoos samii irraa dhufee (Yohaannis 3:13) kanafuu wayni samii irraa ni biqila jenne gafana❓
Eeyyee yoo,jedhanii raga fidi❓
Ragaa hin qabdu yoo,ta’e immoo ni sobda❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩gara mata duree keenya yeroo deebinu Β« Kiristoos maalif muka waynii ofiin jedhee Β» ❓
🌺Sababaa
#Tokkoffaa(-1ffΒͺΒͺ)
Kiristoos waaee malummaa isaa yeroo ibsu Fakkeenyaaf wani fayyadamufi.
➩Ani bishaanii jireenya kenuu ofin jedha
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 7:37-38
#Guyyaa xumuraatti jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti #kiristoos dhaabbatee sagalee isaa olii kaasee akkana jedhe: β€œNamni #dheebote yoo jiraate, gara #koo dhufee haa dhugu. Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, #Lagni_bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaΚΌa.’”
(Yoh 4:13-14)
βž›akkuma bishaanii jireenya kenuu jedhuu kana immoo Ani waynii dhugumaati ,ana malee jireenya hin qabdiin jedha.

β“·πŸ‘‰Yohaannis 15:5
#Ani_muka wayinii ti,isin immoo dameewwan isaa ti. Namni Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu hundi #firii hedduu ni godhata sababiin isaas isin Ana #irraa_gargari baatanii matumaa homaa gochuu #hin dandeessan
➩akkuma namni bishaanii malee hin jiraanne halumma kana Kiristoos malee jirachuu hin danda'u.
Kiristoos ana malee hoomaa gochuu hin dandeessani ergaa jedhe kuni enyuu laata❓
A=Waaqa moo❓
B=Nama laata ❓
✍ deebiin isaa Kiristoos Waaqa ta'u isa ibsaa kuni.
Akkuma jalqabaa waynii jirate isaa booda immoo damee wayni jiruu. ❝ kuni immoo Kiristoos malee namni kamiyyuu jireenya akka hin qabnee ibsaa.❞
β“ΈπŸ‘‰Efesoon 2:12
isin yeroo sanatti saba IsraaΚΌel irraa fagaattanii, kakuu abdichaa sanaaf keessummoota taatanii
#Kiristoos_malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi #Waaqayyo_malee jiraachaa turtan.
🌺Sababa
#lammaffaa(-2ffΒͺΒͺ.)
Kiristoos wayni kani fakkaatee .
Jalali Kiristoos akka wayni kani mi’aawaa wani taeef.
β“ΉπŸ‘‰Farfannaa.Daawit 34:8
Waaqayyo
#gaarii taΚΌuu isaa #dhandhamaa ilaalaa; Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.
β“ΊπŸ‘‰1Pheexiroos 2:3
isin
#Gooftaan_gaarii taΚΌuu isaa dhandhamtaniittu.
β“»πŸ‘‰Roome 8:35
#Jaalala_Kiristoos irraa gargar nu baasuu kan dandaΚΌu eenyu? Rakkina moo, dhiphina moo, ariΚΌatama moo, beela moo, daaruu moo, balaa moo goraadee dha?
🌺sababa
#sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Akkuma Ani Qulqulluu ta’e isaan immoo Qulqulloota ta'a akkuma jedhamuu.(1Phex 1:15)
✍kana yeroo jedhuu jalqabaa Qulqulluu ta'u qaba,
✍hasluma wali fakkata jalqaba dura kiristoos wayni tau qaba isaa booda namooni kuni damee wayni ta'u( Yoh15:4
β–¬β–¬β–¬
Jechi immoo wayni kani dhabee Abbaa kooti jedhuu ,immoo Kiristoos Ani Abbaa irraa dhaladhe jedhee jedhu ibsaa.
β“ΌπŸ‘‰Farfannaa 2:7
Labsii Waaqayyo nan labsa Inni akkana naan jedhe: β€œ
#Ati_ilma koo ti; Ani harΚΌa si #dhalcheera
(Ibroota 1:5-6).
✍erga kiristoos Abbaa irraa
#dhalate dhufe Kiristoos fakkeenya waynii  ta’e #Abbaan illee fakkeenya #wayni ni jedhama.ta'a
Sababii isaa Kiristoos fi Abbaan Tokko wani ta'aniif.
β“½πŸ‘‰Yohaannis 10:30
#Anii fi #Abbaan tokko dha.
✍ akkuma Kiristoos jireenya kenuu Abbaan illee jireenya keena ,kanafis Yohaannis akkasii jedhee.
β“ΎπŸ‘‰1Yohaannis 5:11-12
Wanti inni ragaa baΚΌes isa kana,
#Waaqayyo_jireenya bara baraa nuu kenneera, jireenyi kunis #Ilma isaa keessa jira Namni Ilma sana qabu jireenya kana qaba namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana #hin qabu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–²link kana xuqaa qabxiiwwan jiran hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­