🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.42K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸ€kutaa_15ffΒͺΒͺ☘☘🌺
πŸ’£ Gaafi fi Deebi
β–βŒ MusilimootaβŒβ–

✍ Yohaannis 6:38πŸ‘‡
#Ani samii irraa kanan
dhufe,
#fedhii isa na erge
sanaa
#raawwachuuf
malee, fedhii
#ofii _koo raawwachuuf miti
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…Ύ Muslimooni akkasii
jedhanii,
#Kiristoos_Ergamadha.
Osoo
#Waaqayyo ta’e jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....❓
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌼=Deebi.......πŸ‘‡πŸ‘‡
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
πŸ…Ύ πŸ‘‰Yoh 6:38πŸƒYoh 3:13πŸ‘ˆπŸ…Ύ

🌹Abbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu
samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.

🌹 Kiristoos
Ani #fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa

πŸ…° osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu ta’e, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.

🌹Kitaabni
#Qulqulluun
akkasii Jedha,"

✍Yohaannis 8:39πŸ‘‡
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β€œisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.

🌹 akkuma
#namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.

πŸ…Ύ Haaluma
#walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba

✍Yohaannis 5:19πŸ‘‡
🌹
#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise:
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge
#qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas
#waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.

✍Yohaannis 6:38πŸ‘‡
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu

✍ Yohaannis 6:40
Amma garuu
#ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Yohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β€œ #Ani nyaata jireenyaa ti. πŸ‘‰Namni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.

Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.

Warri
#Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
πŸ‘‹ Kiristoos Waaqayyo
Wani ta’efi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa

πŸ– osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,❓

πŸ‘‹ Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
🀌mee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,🀌
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Yohaannis 16:15🀏
Wanti Abbaan qabu
#hundi
kan koo ti.
#inni wanta kan
koo ta'e irraa
#fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.

✍Yohaannis 6:27-29πŸ‘‡
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.”

isaanis, β€œ
#Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna ree❓” jedhaniin
Iyyaasuus β€œHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dha” jedhee
isaaniif deebise
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍ Link kan xuqaa
hordofaa...πŸ‘‡πŸ‘‹πŸ‘‹
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
πŸŸ’πŸŒΌβš«οΈπŸŒΌπŸŸ€πŸŒΌπŸŸ€πŸŒΌπŸ”˜πŸŒΌπŸ”΄
🌺 kutaa-77-ffΒͺΒͺ.🌺
        πŸ₯₯.gaafii fi deebi
        πŸ₯₯.Muslimoota
✍Yohaannis 17:14
#Ani_dubbii kee isaaniif kenneera; taΚΌus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan #jibbe.
-----------------------
πŸ“gaaffii isaanii.
1βžͺ Dubbiin kani Kiristoos mitii , inni Abba irraa fudhee dubbata jedhuu.❓
===========
Deebi keenyaπŸ‘‡
Lakkii dubbii Kiristoos
illee jira kani jedhuu ta’a.
βΆβž›Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu hundi matumaa hin duΚΌu (Mat7:26)πŸ‘ˆdubbisi.
✍ kanafi Jechi dubbii koo, jedhuu kani Kiristoos ta'u ibsa guutuummaatti =(my word)
jechi Afaani Girikki jalqaba kitabani kuni ittin bareeffame iyyuu akkasi jedha (ἐμὸν λόγον)    
#αΌΞΌΟŒΟ‚_Ξ»ΟŒΞ³ΞΏΟ‚.
β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£β–£
🌺 gaaffii Tokko Muslimoota gaafana " erga dubbii hundi kani Kiristoos miti jettanii dubbii kuni kani eenyutti πŸ‘‡
β·βž›Maatewoos 27:46
Gara saΚΌaatii sagaliitti Iyyaasuu Kiristoos sagalee guddaadhaan,β€œEelii (ΧΦ΅ΧœΦ΄Φ£Χ™) Eelii(ΧΦ΅ΧœΦ΄Φ£Χ™) laamaa(ΧœΦΈΧžΦΈΦ£Χ”) saabaaqtaanii?” jedhee iyye; hiikni isaas β€œYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif na dhiiste?” jechuu dha.
πŸ‘‰ dubbii kuni kani eenyutti kani Abba moo❓kani Kiristoos❓
🌺lakki kani Abbati yoo, jeete Abbaan yoomi dubbatee fannoo irratti.β“πŸ˜
β–£βžͺkani Kiristoos yoo,jeete immoo dubbii Kiristoos akka ta’e hubbate jirta.
βžͺβžͺβžͺβžͺβžͺβžͺβžͺ
Eli Eli  jechuun Afaanii Ibraayisxiitti ΧΦ΅ΧœΦ΄Φ£Χ™  ΧΦ΅ΧœΦ΄Φ£Χ™

Lama Sabaqatani jechuun Afaani Aramic fi Afaan Ibraayisxiitti wajjiin tokko
ΧœΦΈΧžΦΈΦ£Χ” שְׁבֻ֕קוּ
βžͺAfaanii Giriikiitiin immoo.
αΌ¨Ξ»α½Ά αΌ Ξ»α½Ά λΡμὰ  σαβαχθάνι
Kanafi yeroo dubbisa eloye eloye lama sabaqatan
*
Walumaagalatti dubbii kee,kennafi inni jedhu irratti.
Kiristoos dubbii isaa kami kennafi isaa jedhuu ❓beekuu qabna.
πŸ“dubbii Abbaa kani jedhamee.
1πŸ‘‰ Abbaan Kiristoos ergu isa beeku
2πŸ‘‰ Kiristoos ilma Abba ta'u
beekuu.fi amanu
3πŸ‘‰ Kiristoos nama fayyisuu isa beekuu dha.
✍ isaanii sadan sanii dubbi abbaa kani jedhamee.
βš› ragaa keenya
βΈβž›Yohaannis 17:8
Ani #dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani #sii bira akkan #dhufes sirriitti #beekaniiru; akkasumas akka ati na ergite #amananiiru.
βΉβž›Yohaannis 6:69
 
#Nuti ati #Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra; #beekneerras.”
βΊβž›Yohaannis 6:38-40
#Ani_samii irraa kanan dhufe, #fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti. Fedhiin isa na ergee immoo, warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti akka ani #duΚΌaa kaasuuf malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti.  #Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duΚΌaa isa nan kaasa.”
β»βž›Yohaannis 11:27
Ishiinis, β€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen.
βΌβž›Yohaannis 16:29-31
barattoonni isaa akkana jedhan: β€œKunoo, ati amma fakkeenyaan utuu hin taΚΌin ifatti dubbachaa jirta.  Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma
#beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo #biraa_akka dhufte #amanneerra.” Iyyasus,Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: β€œAmma #amantaniif?
β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰
β–ͺβž› namoonni gowwaan tokko tokko Kiristoos dubbii Abba yoo, jedhuu wanta bira godhanii oddeesaa ooluu.
πŸ“Haata’u malee osuma ta’e iyyuu Abbaan ilmaan deemi namoota fayyisi malee wani bira maali jechuun danda'a. Kiristoos immoo Tole deeme nan fayyise jedhee dhufee.
βž‘βž›Yohaannis 3:35
 Abbaan Ilma ni jaallata, wanta
#hundumaas_harka isaatti dabarsee kenneera.
βž’βž›Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee #harka_koo
keessaa isaan hin butatu.
πŸ…Ύ amma iddoo kanatti Kiristoos afaani isaatin harka kiyyaa keessa hoomtuu hin basu jedhee jira. ❝ kanafuu Kiristoos Waaqa ❞ Sababiin
isaπŸ‘‡
βž“βž›Iyyoobi 12:9-10
#Harki_Waaqayyo kana akka hojjete,Wantoota kana hundumaa gidduudhaa kan hin beekne eenyu?  #Jireenyi_uumama jiraataa hundumaa, Hafuurri nama hundumaas #harka isaa_keessa jira
πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚πŸ‚
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼