๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ…ฑ kutaa-74-ffยชยช.๐Ÿ…ฑ
๐Ÿ‘‰gaafii fi deebi
๐Ÿ‘‰Muslimoota
โœYohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17:8
แ‹จแˆฐแŒ แŠธแŠแŠ•
#แ‰ƒแˆ แˆฐแŒฅแ‰ปแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆแŠ“ แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แ‰ฐแ‰€แ‰ แˆ‰แ‰ตแฅ #แŠจแŠ แŠ•แ‰ฐแˆ_แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ˆแŒฃแˆ แ‰ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠ แ‹ˆแ‰แฅ แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ #แˆ‹แŠญแŠธแŠ แŠ แˆ˜แŠ‘.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉgaaffii isaanii.
1๐Ÿ‘‰ dubbii Kiristoosi Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ.
๐Ÿ‘‰ Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
โ“ตโžธYohaannis 16:30
Ati wanta
#hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.โ€
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
๐Ÿ‘gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaaโ“
๐Ÿ‡A))๐Ÿ‘‰ dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefiโ“laata Kiristoos.
๐Ÿ‘‡deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana โKiristoos Abbaa bira dhufuu
#beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"โž
๐Ÿค sababiin isaa Jechi
#Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani taโ€™ef.
๐Ÿ‘‰kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi bira mitii, โž โŒ
๐Ÿ‘†barattoonni Kiristoos isaa kana
#Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
โ“ถโžธYohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
โžฉRagaa Dabalataa.
โ“ทโžธYohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon bira akkan
#dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
โžฉJechi
#Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
โ“ธโžธYohaannis 11:27
 Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos,
#Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amanaโ€ jetteen.
โ“นโžธYohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
#inni dhufu sun ana taสผuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.โ€
โ“บโžธYohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ€
๐Ÿ‘‰jecha
#beekuu ๐Ÿ‘†jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡B))โžฉJechi Ani Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsaโ“
๐Ÿ‘‰Kuni immoo Kiristoos
#qofti Abba bira jirachuu ibsa.
โ“ปโžธYohaannis 6:46-47
Isa Abbaa biraa dhufe sana malee
#namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
โ“ผโžธYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taสผee fi #Abbaa_bira jirutu waaสผee Isaa nuu ibse.
๐ŸŒนkanafuu Kiristoos qofti erga Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡C))โžฉKiristoos maalif Ergamee โ“ namoota fayyisuu.
โ“ฝโžธYohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โ€œKana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma
#fayyisaa_addunyaa taสผuu isaas #beekneerraโ€ jedhan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡D)โžฉKiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
๐Ÿ‘‰kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
โ“พโžธYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baสผuu yoo argitan
maal jettu ree?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฃโ—Š waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas
#fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
๐Ÿ…พ,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
โžค link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ