π» fakkeenyi bofa isa
#Sibila diima isaa
Nasaa irra hojjatamee
nama fayyisuuπ
=1β bofti Sibila Naasa
irra hojjatamee
Fakkeenyi isaa
#Kiristoos
π bofti Kuni sibiila
cimaa irraa
Hojjatame kan
#qoricha ofii keessa
hin qabuu
π»fakkeenyi qoricha
#Cubbu fi sobaa
Kanaafuu Kiristoos
Cubbu Tokko illee
Hin qabuu ( 1Yoh 3:5)
πYoh 8:46π
isinii keessaa namni
#cubbuu hojjetteetta
jedhee na himatu eenyuβ
Ani #dhugaan dubbadha
yoon tae, isin maaliif
ana hin amantan reeβ
2=βbofti #sibiila Kuni
muka irratti fannifamee
Malee lafaa irraa hin
Godhamne Kuni immoo
Fakkeenya Kiristoos
Lafa irraa #olii fudhanii
Kiristoos fannoo irratti
Fannisu ibsa (Yoh 19:17--8)
3=βfakkeenyi sibilla
Nasaa Kuni #dimaadha
kuni immo #dhiga
Kiristoos ibsa
βRaji-isaya 63:2π
#Uffaani kee maaliif
#diimate reeβ
uffanni kee maaliif
uffata nama waynii
#cuunfuu fakkaate ree
βα’α³αα«α΅ 63:2π
#ααα΅α α΅α αα αα?
αα₯α΅α α΅ α ααα αα₯ααα« α₯αα°αα¨αα₯ α°α αα₯α΅
α΅α αα αα°α?
βkanafuu wa'ee
Dhiga Kiristoos
Rajjonni hedduun
dubbatanii jiru
β #Musen dhigaa
Kiristoos Sibila dimaa
taβen ibsee jira
β raajii #isayaas
uffaata diman ibsee jira
βMulβata Yoh 19:13π
πuffata #dhiigni itti
bubue uffateera
#maqaan isaas
Dubbii #Waaqayyoo
jedhama
β uffaata dhiigni irra bu'e
Uffaate jechuun,, foonii
Nama isaa dhiiga qabuu
Uffaate jechuudha
π #Maqaan isaa duubi
Waaqayyo jedhama
jechuun.isa immoo jalqabaa
Sagale turee, (Yoh 1:1)
inni Waaqayyo jedhee
#Sagaleen yookiin Dubbi
Suni foonii nama uffatee
Jechuu isaatii
π»α«α₯α 19:13
#α α°αα α¨α°α¨α¨ αα₯α΅
α°ααα½αα α α΅αα
α¨α₯ααα α₯αα #αα α°α₯αα α
βMulβata 19:15-16π
#Goraadeen qaramaanii fi dheeraan kan inni ittiin
#saboota rukutus afaan
isaa keessaa ni ba'a
#ulee sibiilaatiinis isaan
ni tiksa Kana malees
iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa
isa kan Waaqayyo
Hundumaa Dandauu
ni dhidhiita
#Uffata isaa irratti maqaan, #Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaaβ jedhu
barreeffameera
βHaaluma walii
fakkaatu #Kiristoos
yeroo fannifamee
Mata isaa gubbatti
Mooti yihudoota kan
Jedhu baraffamee jira
βπΉYoh 19:19-22π
#Philaaxosis_barreeffama barreessee #fannoo
sana irratti maxxanse
Wanti inni barreesses
#Iyyaasuus nama
Naazireeti #Mootii
Yihudootaaβ kan jedhu ture
Bakki Iyyaasuus itti
fannifame magaalaatti
dhihoo waan tureef
Yihudoonni #hedduun
wanta barreeffame kana
dubbisaniiru innis
βafaan Ibrootaatiin
βafaan Laatinii fi
βafaan Giriikiitiin
kan barreeffame ture
Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu
Philaaxosiin #Ani Mootii Yihudootaa tiβ akka
inni jedhe barreessi
malee, βMootii
Yihudootaaβ jettee
hin barreessinβ jedhan
Philaaxosis βEgaa, ani
wantan barreesse
barreesseeraβ jedhee
deebise
βKuni yeroo Kiristoos fannifamee kan ibsuudha
Uffaanni isaa dhiga kan
taβe Sababa kanaafi
βHaataβu malee #sibili sunii
Diima ta'u isaan dhigni
Kiristoos fakkeessu isatti
Maali dhigni nama Dima
Waani taβef
β #Museen bofa #sibiilaa
irra Kan hojjatee, Sababiin
isaa Kiristoos #ulee
sibilaan akka Saba
isaa tiksuu ibsuuf
Sibilli #cimaa akkuma taβe
Tikseen keenya Kiristoos
Cima ta'u ibsuu
βYoh 10:11π
#Ani tiksee gaarii dha
tiksee gaariin immoo
#hoolota isaatiif jedhee
lubbuu isaa
dabarsee ni kenna
=4=βfakkeenya biraa
Musen bofaa fannisee
Sana karaa laman(2)
namaa fayyisa
=1=ijan arguudhan nama
Fayyisa
=2=lamaffan immoo
Sagale bofa fannifamee
sanaYoo, dhaga'ani
namni ni fayya
πΉ=Fannoo Kiristoos #ijan
Argani kan fayyan
Fakkeenyaaf
#dukka bu'oota isati
yookiin matii 120
=HDB 1:15
βYoh 20:20π
Erga kana jedhee booda,
#harka isaa fi #cinaacha isaa isaanitti argisiise
#Barattoonnis Gooftaa
arguu isaaniitti guddaa #gammadan
β#Gammachu jechuun
Immo #fayyina arguudha
akkuma Simi'oon jedhee
β=Luqaas 2:28-30π
#Simioon mucicha fuudhee #hammatee akkana jedhee Waaqayyoon galateeffate
#Yaa Gooftaa Oli Aanaa,
akkuma dubbattetti amma #garbicha kee nagaadhaan geggeessi
sababiin isaas #iji koo
isa #fayyina argamsiisu #argeera
πΉ=fakkeenyi warra
#ijaan Oso Hin arginee
sagalee qofan
Fayyani
==//====/===
πΉ Yaada yoo qabataniiπ
#Gutema123
β kan channeel π
@haadha_Waaqa_naJaladha
β #kuta_5_ffaaπ

π
±kutaa-70-ffΒͺΒͺ.ππ
±π
=πgaaffii fi deebi
=πMusiliimota
βYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti.
===================
#Gaaffii isaanii.
1β©Kiristoos Waaqayyo mitii muka waynii tti malee jedhuuβ
π₯ Deebii keenya.
Lakki kuni fakkeenya malee dhuguma muka wayni isaa lafaa biqiluu sana mitii kani jedhuu ta'a.
πFakkeenyaaf sabnii Israa'el waynii ni fakkaata. Ture.
β΅πFarfannaa.Daawit 80:8-9
#Mukti_wayinii #Gibxii keessaa akka baΚΌu goote. #Saboota(Uumata) #ariitees isa dhaabde Ati iddoo isaaf ni qopheessite, Innis #hidda godhatee biyyattii guute
βπππππππ πππππ π‘πππ ππ’ππ wayni ππππ πππβπππ # ππππππππ¦ππi male π€πππ‘π πππππ πππ‘π‘π.
π ± musiliimonni lakki fakkeenya mitii yoo, jedhan immoo .nutti gaaffii qabna Kiristoos samii irraa dhufee (Yohaannis 3:13) kanafuu wayni samii irraa ni biqila jenne gafanaβ
Eeyyee yoo,jedhanii raga fidiβ
Ragaa hin qabdu yoo,taβe immoo ni sobdaβ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β©gara mata duree keenya yeroo deebinu Β« Kiristoos maalif muka waynii ofiin jedhee Β» β
πΊSababaa #Tokkoffaa(-1ffΒͺΒͺ)
Kiristoos waaee malummaa isaa yeroo ibsu Fakkeenyaaf wani fayyadamufi.
β©Ani bishaanii jireenya kenuu ofin jedha
βΆπYohaannis 7:37-38
#Guyyaa xumuraatti jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti #kiristoos dhaabbatee sagalee isaa olii kaasee akkana jedhe: βNamni #dheebote yoo jiraate, gara #koo dhufee haa dhugu. Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, #Lagni_bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaΚΌa.ββ
(Yoh 4:13-14)
βakkuma bishaanii jireenya kenuu jedhuu kana immoo Ani waynii dhugumaati ,ana malee jireenya hin qabdiin jedha.
β·πYohaannis 15:5
#Ani_muka wayinii ti,isin immoo dameewwan isaa ti. Namni Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu hundi #firii hedduu ni godhata sababiin isaas isin Ana #irraa_gargari baatanii matumaa homaa gochuu #hin dandeessan
β©akkuma namni bishaanii malee hin jiraanne halumma kana Kiristoos malee jirachuu hin danda'u.
Kiristoos ana malee hoomaa gochuu hin dandeessani ergaa jedhe kuni enyuu laataβ
A=Waaqa mooβ
B=Nama laata β
β deebiin isaa Kiristoos Waaqa ta'u isa ibsaa kuni.
Akkuma jalqabaa waynii jirate isaa booda immoo damee wayni jiruu. β kuni immoo Kiristoos malee namni kamiyyuu jireenya akka hin qabnee ibsaa.β
βΈπEfesoon 2:12
isin yeroo sanatti saba IsraaΚΌel irraa fagaattanii, kakuu abdichaa sanaaf keessummoota taatanii #Kiristoos_malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi #Waaqayyo_malee jiraachaa turtan.
πΊSababa #lammaffaa(-2ffΒͺΒͺ.)
Kiristoos wayni kani fakkaatee .
Jalali Kiristoos akka wayni kani miβaawaa wani taeef.
βΉπFarfannaa.Daawit 34:8
Waaqayyo #gaarii taΚΌuu isaa #dhandhamaa ilaalaa; Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.
βΊπ1Pheexiroos 2:3
isin #Gooftaan_gaarii taΚΌuu isaa dhandhamtaniittu.
β»πRoome 8:35
#Jaalala_Kiristoos irraa gargar nu baasuu kan dandaΚΌu eenyu? Rakkina moo, dhiphina moo, ariΚΌatama moo, beela moo, daaruu moo, balaa moo goraadee dha?
πΊsababa #sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Akkuma Ani Qulqulluu taβe isaan immoo Qulqulloota ta'a akkuma jedhamuu.(1Phex 1:15)
βkana yeroo jedhuu jalqabaa Qulqulluu ta'u qaba,
βhasluma wali fakkata jalqaba dura kiristoos wayni tau qaba isaa booda namooni kuni damee wayni ta'u( Yoh15:4
β¬β¬β¬
Jechi immoo wayni kani dhabee Abbaa kooti jedhuu ,immoo Kiristoos Ani Abbaa irraa dhaladhe jedhee jedhu ibsaa.
βΌπFarfannaa 2:7
Labsii Waaqayyo nan labsa Inni akkana naan jedhe: β #Ati_ilma koo ti; Ani harΚΌa si #dhalcheera
(Ibroota 1:5-6).
βerga kiristoos Abbaa irraa #dhalate dhufe Kiristoos fakkeenya waynii taβe #Abbaan illee fakkeenya #wayni ni jedhama.ta'a
Sababii isaa Kiristoos fi Abbaan Tokko wani ta'aniif.
β½πYohaannis 10:30
#Anii fi #Abbaan tokko dha.
β akkuma Kiristoos jireenya kenuu Abbaan illee jireenya keena ,kanafis Yohaannis akkasii jedhee.
βΎπ1Yohaannis 5:11-12
Wanti inni ragaa baΚΌes isa kana, #Waaqayyo_jireenya bara baraa nuu kenneera, jireenyi kunis #Ilma isaa keessa jira Namni Ilma sana qabu jireenya kana qaba namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana #hin qabu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β²link kana xuqaa qabxiiwwan jiran hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
βββββββββββ