🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…± kutaa-87-ffΒͺΒͺ πŸ‘‡πŸ‘‡
       🫡 gaaffii fi Deebi
        🐀Musiliimota
----------------------
✍gaaffii isaanii akkasii ture
βΆβž› dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee ❓jedhuu
✍ Ragaa isaanii immooπŸ‘‡
❢.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee
#dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
❷.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu,
#dhagichi akka malee guddaa taΚΌus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
❸.Luqaas 24:2
HaataΚΌu malee,
#dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
❹.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; Ergamaan sunis dhufee
#dhagicha_gangalchee_irra taaΚΌe.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“Deebi keenyaπŸ‘‡
πŸ‘‰hundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.

β“΅βž›πŸ’ akka
#Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta ta’e sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)

β“Άβž›πŸ’akka
#Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
➩Jechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
πŸ“Maarqoos 16:1πŸ‘‡
Sanbatni erga darbee boodas,
#Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.

β“·βž›πŸ’akka
#Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
➩Jechi awaalichaa irraa gangalfame
#ture jedhuu wanta darbee ibsa.
πŸƒdubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
πŸ“Luqaas 23:55-56πŸ‘‡
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buΚΌanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaΚΌame #ilaalan;  achiis #urgooftuu fi dibata urgaaΚΌu qopheessuuf deebiΚΌanii deeman. Haa taΚΌu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
➩Dubartoonni Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.

πŸ“Maarqoos 15:47πŸ‘‡
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaΚΌan #ilaalu_turan.
πŸ“Luqaas 8:2πŸ‘‡
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baΚΌan,
πŸ“Luqaas 24:1πŸ‘‡
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu
#dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.


β“Έβž›πŸ’akka
#Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
πŸ“Maatewoos 28:1πŸ‘‡
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti,
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Xumura irratti.
❢.Kani
#Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta ta’e ibsa
❷.Kani
#Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta ta’e ibsa
❸.Kani
#Yohaannis #sadaffaa irratti wanta ta’e ibsa.
β–¬β–¬β–¬β–¬
Link kan xuqiπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺 kutaa-89-ffaa.πŸ‘‡
   ➻gaafii fi deebii
   ➻Muslimoota
✍ gaaffii isaanii akkasii jedha «
Maariyaam Magdalawitti Iyyaasus isa duΚΌaa kaΚΌe wajjin yeroo jalqabaatiif yoomi wali argite❓
A))➻Wangeelaa Yohaannis irratti kophaa ishi.
Yohaannis 20:16
Iyyaasuus β€œMaariyaam!” jedheen. Isheenis isatti gara galtee afaan Ibraayisxiitiin, β€œRabbuunii!” jetteen. Hiikkaan isaas β€œBarsiisaa” jechuu dha

B))➻Wangeelii Maatewos immoo kophaa osoo hin tanee dubartoota bira wajjiin jedha.
Maatewos 28:9
Yeruma sana kunoo Iyyaasus isaanitti dhufee, nagaa
#isaan gaafate. Isaanis isatti dhiΚΌaatanii #miilla isaa qabatanii sagadaniif.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍ Deebii keenyaa.
Jalqabaa duraa Maariyaami magdalawitti wajjiin kani wali argan ,yeroo ishiin dubartoota hedduu wajjiin jirtu sana dha yookaan immoo akka maatewos ibsee sana.
πŸ‘‡kutaa-88-dubbisa.πŸ‘ˆ
πŸ‘‡kutaa-87-dubbisaπŸ‘ˆ
➻akka dubbisaa kitaaba maatewos fi galumsa isatti fi (adverb and tense) isaati jalqaba dhufa.

β“΅βž»Maatewos 28:1.
Kunoo maleekaan(Ergaman) waaqayyo samii irraa waan gadi buΚΌeef kirkirri lafaa guddaan ni taΚΌe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaΚΌe.
✍ kuni taate yeroo jalqabaa ibsaa ,Sababiin kirkirri lafaa yeroo ta'u sana , akkasumas yeroo ergamaan samii irraa gadi bu'uu arga jiruu wani ta’ef.
➻wangelonni kuni garuu ergamoonni iddoo awwaala sanatti dursanii dubartoota Egaa turanii jedha, kuni immoo erga samii irraa gadi bu'ani jalqabee akka taeedha.
Fakkeenyaaf.
β“Άβž»Maarqoos 16:4
Yommuu ol jedhanii ilaalan garuu, dhagichi akka malee guddaa taΚΌus, afaan awwaalichaa irraa gangalfamee
#ture.
β“·βž»Luqaas 24:2
HaataΚΌu malee, dhagichi awwaala sana irraa garagalfamee
#argan
β“Έβž»Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee dhagichi awwaalicha irraa
#kaafamuu isaa argite.

🌺xumura irratti.
Wangeloonni sadan akka dubbachaa jiranitti erga awwali banamee ta'u ibsaa.
🌺 kani maatewos garuu yeroo jalqabaa banamuu ibsa.
✍erga kanaa mirkaneessine immoo Maariyaami magdalan yeroo lama akka Kiristoos argitee ibsina ❝ inni jalqabaa kani maatewos irraa jiru, inni lammaffaa immoo kan Yohaannis irra jiruu ❞.
----------------
❢-Maatewos
❷-Yohaannis
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‡link kana xuqaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha.
=======//======