๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐ŸŒผ kutaa-16ffยชยช=hordofa๐ŸŒผ
โ—ˆGaafi fi Deebi
โ—ˆโŒMusiliimootaโŒโ—ˆ

โœYohaannis 6:57๐Ÿ‘‡
#Akkuma Abbaan
inni
#jiraataa tae na
ergee fi Anis sababii
Abbaatiin jiraadhu,
#namni foon koo nyaatus
sababii kootiin ni jiraata.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ.
๐ŸŒผ Musiliimoonni akkasii
jedhuu Abbaan jirta,yoo,
taโ€™e Male Kiristoos
Ofi danda'e jirachuu
hin danda'u Jedhu
....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Deebi keenya.๐Ÿ‘‡

๐Ÿ…พ jalqaba dura Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratu
Ragaa kitaaba Qulqulluu

โœMulโ€™ata Yohaannis 22:13๐Ÿ‘‡
#Ani Alfaa fi Omeegaa
isa duraa fi isa boodaa
isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

โœRaaji isayaas 44:6๐Ÿ‘‡
Waaqayyo Mootiin Israael,
inni isa furu(inni Fayyisu)
Waaqayyo Gooftaan
#Hunduma danda'u
akkana jedha:
Ani isa
#jalqabaa fi isa #xumuraa ti
Ana malee
#Waaqni kan
biraan hin jiru.

โœRaaji_isayaas 48:12-13๐Ÿ‘‡
Yaa,Yaaqoob, yaa Israael
isani waame na, dhagai.
#Ani_isuma sana
Ani isa jalqabaa ti
isa xumuraa tis.

Bu'uura lafaa kan
kaa'e harkuma koo ti
#Samiiwwan kan diriirses
harka
#mirgaa koo ti
Yeroon isaan waamu
isaan waliin ni dhaabbatu

โœ-Ibroota 13:8๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus Kiristoos
#kaleessa, hara, bara
baraanis
#isuma sana

โœQabxiwwan Kuni Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratuu ibsuu
โœโœโœโœโœโœโœโœ
Erga akkasii taโ€™e Kiristoos
Sababa maalif Abbaan jirata yoo Ta'e Kiristoos immoo sababaAbbaan jirata
isa jedhuufi..โ“

๐Ÿ…พ Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u ibsuuf
Yoo, Abbaan jiratee
ilmi Ni jirata,

๐Ÿ…พKiristoos ani ilmaa
Waaqayyo jedhee erga
Dubbate, amma immoo
Ani qoftii jirata jechuu hin
Dandau, maalif Abbaan yoo
Jirata,taโ€™e ilmis jirata
Wani taโ€™efi

โœ 1Yohaannis 2:23
#ilma kan ganu hundi
#Abbaas immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu
hundi garuu
#Abbaas qaba

โ—ˆyeroo kamiyyuu yoo
Ta'e Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u qabxii ibsudha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…ฐ inni biraa Kiristoos
eessa Akka Dhufe ibsuuf
Fakkeenyaaf Waaqayyo
jirata Bira dhufuu isa
ofii isa Raga kana
Nuuti himme

โœ namoonni tokko tokko Kiristoos
#ilma_Maariyaamidha
Akkuma keenya nama Male
Waaqayyo mitii, jedhanii
akka isan Hin dubbaanef
innii garuu Ani ilma Abbaa
jirata ta'u Isaa ofuma
ragaa bahee jira
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…พ innii biraa Kiristoos
sababa Abbaatin jirata
ergaa taโ€™e Nuuti immoo
sababa Fooni Fi dhiga isa fudhanuuf jirata
Ni jedhama, kanafuu
Nutis Waaqayyo ta'u ni
Dandeenya....โ“โ“โŒ

๐ŸŒผ lakki nutti Waaqayyo
Ta'u hin dandeenyu
Sababin isaa nutti jirachuu
Kani Qabnu yoo,
#Fooni fi dhiga isa fudhannee, kanafuu sadarkaa keenya sababa
Kanaa Dha

๐ŸŒผnuuti Kiristoos wajjin
Bara baraa jirana yeroo
jennuu
#Du'a booda
jireenya isa dhufuu
sana ibsuf Male,,

Yero sana du'u fi dulloomuu
....hin jiruu akka ergamoota
Qulqulluutti jirana Male

โœMatewoos 22:30-32๐Ÿ‘‡
#yeroo du'aa ka'uutti
#dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman
kanaa mannaa akka
#Ergamoota(maleekota)
samii irraa ta'u.

Du'aa ka'uu warra du'anii ilaalchisee garuu wanta
#Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisneeโ“

inni, โ€˜
#Ani Waaqa #Abrahaami Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobiโ€™ jedheera
Inni Waaqa warra
#jiranii ti
malee, Waaqa
warra
#du'anii miti.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœHaaluma kana amma
Kiristoos
#Ani Waaqa keessanii
Jechufi, ani jiratadha jedhee

Maalif yoo, jennee
#Namoota du'an du'a Kani
Kasu, ana jedhe jira.
โœYohaannis 6:54๐Ÿ‘‡
#Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa
qaba
#Anis guyyaa dhumaatti
#du'aa isa nan kaasa.

โœYohaannis 6:46-47๐Ÿ‘‡
#isa Abbaa biraa dhufe
sana malee namni
tokko illee Abbaa hin argine
#Abbaa kan arge isa #qofa dha.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#anatti kan amanu
#hundi jireenya bara
baraa qaba .
โœYohaannis 6:39-40๐Ÿ‘‡
#Fedhiin isa na ergee
immoo, warra inni natti
kenne hunda guyyaa
#dhumaatti akka ani #duaa kaasuuf malee, isaan
keessaa tokko illee
akka na jalaa baduuf miti.

Sababiin isaas fedhiin
#Abbaa koo namni #ilma beekee isatti amanu #hundi jireenya bara
baraa akka qabaatuufi
anis guyyaa dhumaatti
duaa isa nan kaasa.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœYohaannis 11:23-27
#Kiristoos โ€œ #Obboleessi kee
ni kaaโ€ ishiidhaan jedhe.

#Maartaanis, โ€œ #Guyyaa #dhumaa yeroo #duaa
ka'uutti akka inni ka'u
beekaโ€ jetteen.

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ…พLink kan xuqa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====๐ŸŒน===๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†=====
๐ŸŒน๐Ÿƒโžงkutaa-30ffยชยช๐Ÿ‘ˆ๐ŸŒน
๐Ÿ‘‰Gaaffii fi Deebi
โŒMuslimootaโŒ

โœYohaannis 8:50
Ani ofii kootiif ulfina hin barbaadu; inni ulfina barbaaduu fi murtii godhu
#Tokko jira.
---------------------------
Gaaffii isaanii
1=โžง
#ulfina kan barbaduu Abbaa qofaa jedhuu..โ“
2=โžง
#murtii kani kennuu Abbaa qofa jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Deebii keenya=lakki Abbaa qofa miti kan jedhu ta'a.

๐Ÿ“โžง.Deebi=1ffยชยช
โถ=โœYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo #gatii hin qabu. #Inni(Abbaan) ulfina Anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha .

โท=โœYohaannis 5:23
namni hundi
#akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, #Ilmaafis(kiristoos) ulfina
akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.

โธ=โœ1Yohaannis 2:23
#Ilma kan ganu hundi Abbaas immoo hin qabu.
Ilma amanee kan fudhatu hundi garuu Abbaas qaba.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžง.Deebi=2ffยชยช
โ“ต=โœYohaannis 5:27
Ilma namaa waan taeefis
#murtii akka kennu Aangoon isaaf kennameera.

โ“ถ=โœYohaannis 5:22
#Abbaan matumaa eenyuutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa #hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf Aangoo kenneera;

โ“ท=โœ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo duratti, akkasumas Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulachuu isaa fi
#Mootummaa isaatiin
warra
#jiranii fi warra #duan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen
si ajaja
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนโžงsababa maalif Kiristoos ulfinni fi murtii Abbaa qofa jedhee reeโ“yeroo jennuu
namoonni dubbii Kiristoos fudhachuu wani didaniif
isaan Abbaas guutumaatti hin beekaani akkasumas kiristoos illee hin beekani guutummatti

1๏ธโƒฃ=โœYohaannis 8:55
Taus isin isa hin
beekne, ani garuu isa beeka.
#Ani isa hin beeku yoon jedhe, akkuma keessan sobduun taa. Haatau malee ani isa beeka, dubbii isaas
eegaan jira.

2๏ธโƒฃ=โœYohaannis 15:21-25
isaan isa na erge Sana waan
#hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu. Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa
#cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
#Namni na jibbu
hundi Abbaa koos ni
#jibba. Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture; amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, #Abbaa koos jibbaniiru. Haatau malee, kun kan tae, wanti Seera isaanii keessatti, โ€˜Isaan #sababii malee na jibbanโ€™ jedhamee #barreeffame akka raawwatamuufi (far 35:19)

โžงแŠฅแŠ”แŠ• แ‹จแˆšแŒ แˆ‹ แŠ แ‰ฃแ‰ดแŠ• แ‹ฐแŒแˆž แ‹ญแŒ แˆ‹แˆ(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 15:23)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
0๏ธโƒฃโžงlink kan xuqa seena๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
====โจณโจณโจณ====