๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ€kuta-24ffยชยช๐Ÿ€๐Ÿ€
โŒGaaffii fi Deebii โŒ
๐Ÿ“Musiliimoota๐Ÿ“
----------------------------
โœ Yohaannis 8:21

Kiristoos akkasi jedhe
โ€œ
#Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus
#cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu
hin dandeessanโ€ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf
hin
Dhufne ,..โ“
โ—ˆ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....โ“jedhuu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti
hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duโ€™u

โฉKiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii
hin amanee
Wani jiraniif

๐Ÿ“Ragaa kitaaba
โ“ต=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu
hin dandeessanโ€™ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?โ€ jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: โ€œisin
#gadi irraa ti;
ani garuu
#olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani
#cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
=
#inni dhufu
sun
#Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu


โ“ถ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa
#addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.โ€

โ“ท=Yohaannis 12:34-41
Achiis
#namoonni
hedduun sun deebisanii, โ€œNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti
#ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ€ jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: โ€œIfni
sun yeroo
#gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin
hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin
#ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.โ€Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti
#Isaayyaas raajichi, โ€œYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?โ€ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
โ€œIsaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan
#hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.โ€
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.

โ“ธ=Yohaannis 5:40

isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu
hin barbaaddan.

โ“น=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa
hin #moone

โ“บ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa
#keessa ture, addunyaanis
karaa isaa
#argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.

#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis
#Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.

โ“ป=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan
#amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.

โ€œIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka
hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa
#tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.

Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka
#fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti
hin #murteeffamu. Isatti
kan
hin amanne hundi,

#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.
โžก๏ธ๐ŸŒบ kutaa_50 ffยชยช โคต๏ธ                
  ==================
โžก๏ธ Gaaffii fi Deebi
โžก๏ธ musiliimota.
โœ Yohaannis 12:44
Iyyaasuus(kiristoos) sagalee isaa guddisee,
#Namni Anatti Amanu, isa Ana erge sanatti Amana malee, anatti Amana #miti.* แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŒฎแŠธแฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ…แˆ แŠ แˆˆแฆ #แ‰ แŠฅแŠ” แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• แ‰ แˆ‹แŠจแŠ แˆ›แˆ˜แŠ‘ แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‰ แŠฅแŠ” แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆ(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต12:44)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaafii isaani
A.)) kani itti Amanamu Abbaa qofa ykn kani ergee sanatti malee .Kiristoositti
hin Amanamu...โ“
B.)) kunoo Kiristoos Anati
hin Amanana jedhe jedhuu.....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ Deebii keenya
A.)) Lakki lamaanitti iyyuu ni Amanama.
๐ŸŒบRagaa keenya.โฌ‡๏ธ

โ“ต=๐Ÿ‘‰Yohaannis 14:1
Kiristoos itti dabalee akkana jedhe: โ€œGaraan keessan
hin raafamin. #Waaqayyotti Amanaa, #Anattis amanaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžžErga lamanuu itti Amanuu taโ€™e maalif Kiristoos ,Abbaati Amana jedhee ree.?
โ–ฌ Deebii isaa
Kiristoos gara olitti yihudoota dubbachaa turee isaanii garuu Kiristoos Amanuu yeroo didanii akkasii jedhee ยซKeeyyataan  lakkoofsa 44(12:44)) oli kanuma ibsaa Fakkeenyaaf.

โ“ถ=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:37-43
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taus, isaan garuu isatti
#hin_amanne kunis kan tae, wanti #Isaayyaas
raajichi, โ€œYaa waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu? Irreen Waaqayyo hoo eenyutti mulifame?โ€ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.
Sababii isaan amanuu itti
hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheeraโ€œIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi anis akka isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaa isaaniis jabeesseera.โ€

#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate,
#ulfina isaa waan argeef ture; waaee isaas dubbateera.Taus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti #amananii turan; haatau malee, mana sagadaa keessaa akka hin ariamneef sababii Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa ifatti hin dubbatan turan;
sababiin isaas, ulfina Waaqayyo biraa argamu caalaa, ulfina namoota biraa argamu waan jaallataniif ture.
๐ŸŒบakka dubbisaa kanatti Kiristoos Amanuu isaanitti rakkoo yeroo ta'u ,Kiristoos immoo kanuma isaan beekan Abbaatti iyyuu yoo, Amananii jedhetti.

๐ŸŒนkanaa jechuun immoo kani Abbaa kani taโ€™e kani ilmatti,kani ilma kani taโ€™e hundi kani Abbaatti.(Yohaannis 16:15))

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10.
wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadhee

โžžkanafuu namoonni kuni Abbaatti ykn ilmatti yoo ,Amananii rakkoo tokko
hin qabuu *sababa kanafi Kiristoos Abbaati Amana jedhe.

โ“ธ=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:45
namni na argu
#hundi, isa na erge Sanas ni arga.
แŠฅแŠ”แŠ•แˆ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ญ แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ• แ‹ซแ‹ซแˆ
(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 12:45))
โžก๏ธ kana jechuun Abbaa fi ilmi tokkummaa wani ta'aniif akkasii jedhe ,ati Abbaa ati amantee jechuun ilmatti illee Amantee jedhu ta'a.
๐ŸŒบ lakkoofsa gara gadi irratti immoo Kiristoos maali
jedheeโ“

โ“น=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:46
Namni anatti
#amanu hundi #dukkana keessa akka hin jiraanneef, ani ifa taee gara addunyaa dhufeera.

๐Ÿ”ณYaadaa xumura๐Ÿ”ณ
โ“บ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 5:12-13
Namni
#Ilma sana qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana
hin qabu.
Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa
Ilma Waaqayyootti
#amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifi.

#แˆแŒ แ‹ซแˆˆแ‹ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ แˆˆแ‹ แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแŒ… แ‹จแˆŒแˆˆแ‹ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‹จแˆˆแ‹แˆ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‰ณแ‹แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแŒ… แˆตแˆ แˆˆแˆแ‰ณแˆแŠ‘ แ‹ญแˆ…แŠ• แŒฝแŒแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆ(1แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 5:12-13))
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบlink waldaa kani kunoo
Namni barbaduu hundaaf๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ