๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐ŸŒบ kutaa_50 ffยชยช โคต๏ธ                
  ==================
โžก๏ธ Gaaffii fi Deebi
โžก๏ธ musiliimota.
โœ Yohaannis 12:44
Iyyaasuus(kiristoos) sagalee isaa guddisee,
#Namni Anatti Amanu, isa Ana erge sanatti Amana malee, anatti Amana #miti.* แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŒฎแŠธแฅ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ…แˆ แŠ แˆˆแฆ #แ‰ แŠฅแŠ” แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• แ‰ แˆ‹แŠจแŠ แˆ›แˆ˜แŠ‘ แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‰ แŠฅแŠ” แŠ แ‹ญแ‹ฐแˆˆแˆ(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต12:44)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Gaafii isaani
A.)) kani itti Amanamu Abbaa qofa ykn kani ergee sanatti malee .Kiristoositti hin Amanamu...โ“
B.)) kunoo Kiristoos Anati hin Amanana jedhe jedhuu.....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ Deebii keenya
A.)) Lakki lamaanitti iyyuu ni Amanama.
๐ŸŒบRagaa keenya.โฌ‡๏ธ

โ“ต=๐Ÿ‘‰Yohaannis 14:1
Kiristoos itti dabalee akkana jedhe: โ€œGaraan keessan hin raafamin.
#Waaqayyotti Amanaa, #Anattis amanaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžžErga lamanuu itti Amanuu taโ€™e maalif Kiristoos ,Abbaati Amana jedhee ree.?
โ–ฌ Deebii isaa
Kiristoos gara olitti yihudoota dubbachaa turee isaanii garuu Kiristoos Amanuu yeroo didanii akkasii jedhee ยซKeeyyataan  lakkoofsa 44(12:44)) oli kanuma ibsaa Fakkeenyaaf.

โ“ถ=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:37-43
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taus, isaan garuu isatti
#hin_amanne kunis kan tae, wanti #Isaayyaas
raajichi, โ€œYaa waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu? Irreen Waaqayyo hoo eenyutti mulifame?โ€ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.
Sababii isaan amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheeraโ€œIsaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi anis akka isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaa isaaniis jabeesseera.โ€

#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate,
#ulfina isaa waan argeef ture; waaee isaas dubbateera.Taus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti #amananii turan; haatau malee, mana sagadaa keessaa akka hin ariamneef sababii Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa ifatti hin dubbatan turan;
sababiin isaas, ulfina Waaqayyo biraa argamu caalaa, ulfina namoota biraa argamu waan jaallataniif ture.
๐ŸŒบakka dubbisaa kanatti Kiristoos Amanuu isaanitti rakkoo yeroo ta'u ,Kiristoos immoo kanuma isaan beekan Abbaatti iyyuu yoo, Amananii jedhetti.

๐ŸŒนkanaa jechuun immoo kani Abbaa kani taโ€™e kani ilmatti,kani ilma kani taโ€™e hundi kani Abbaatti.(Yohaannis 16:15))

โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10.
wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadhee

โžžkanafuu namoonni kuni Abbaatti ykn ilmatti yoo ,Amananii rakkoo tokko hin qabuu *sababa kanafi Kiristoos Abbaati Amana jedhe.

โ“ธ=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:45
namni na argu
#hundi, isa na erge Sanas ni arga.
แŠฅแŠ”แŠ•แˆ แ‹จแˆšแ‹ซแ‹ญ แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ• แ‹ซแ‹ซแˆ
(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 12:45))
โžก๏ธ kana jechuun Abbaa fi ilmi tokkummaa wani ta'aniif akkasii jedhe ,ati Abbaa ati amantee jechuun ilmatti illee Amantee jedhu ta'a.
๐ŸŒบ lakkoofsa gara gadi irratti immoo Kiristoos maali
jedheeโ“

โ“น=๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:46
Namni anatti
#amanu hundi #dukkana keessa akka hin jiraanneef, ani ifa taee gara addunyaa dhufeera.

๐Ÿ”ณYaadaa xumura๐Ÿ”ณ
โ“บ๐Ÿ‘‰1Yohaannis 5:12-13
Namni
#Ilma sana qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana hin qabu.
Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa
Ilma Waaqayyootti
#amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifi.

#แˆแŒ แ‹ซแˆˆแ‹ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ แˆˆแ‹ แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแŒ… แ‹จแˆŒแˆˆแ‹ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แ‹จแˆˆแ‹แˆ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‰ณแ‹แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แˆแŒ… แˆตแˆ แˆˆแˆแ‰ณแˆแŠ‘ แ‹ญแˆ…แŠ• แŒฝแŒแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆ(1แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 5:12-13))
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบlink waldaa kani kunoo
Namni barbaduu hundaaf๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ