๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ Ulfina #Waaqayyo biraa argamu caalaa
ulfina
#namoota biraa
argamu waan jaallataniif ture
=
#แŠจแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠญแ‰ฅแˆญ
แ‹ญแˆแ‰…
#แ‹จแˆฐแ‹แŠ• แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ˆแ‹ฐแ‹‹แˆแŠ“
=Yohaannis 12:43
=แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 12 :43
====//=====
#sirna_qidase guyyaa
Kan =6/1/2014)
โ—ˆkitaaba Yohaannis
12:36-50
=Haataโ€™u malee, nuuti
Lakkoofsaa 34 irraa
eeggala,
โœ Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
โ€œNuti
#Kiristoos bara
baraan akka jiraatu
Seericha irraa
dhageenyeerra

โœMaarree ati akkamitti
Ilmi namaa olii kaafamuu
qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ€ jedhaniin

โœ Kanaaf
#Iyyaasuus
akkana isaaniin jedhe
โ€œ
#Ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira
ni tura
Kanaaf
#dukkanni sun akka
isin hin liqimsine
#yeroo ifa qabdanitti deemaa

#namni dukkana keessa
deemu hundi
#garamitti
akka deemu hin beeku

โœ isin
#ilmaan ifaa
akka taataniif, yeroo ifa
qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.โ€

#Iyyaasus wantoota kana
erga dubbatee booda achii deeme isaan jalaas ni dhokate.

โœ inni
#dinqii hedduu
isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti hin amanne;

โœkunis kan tae
wanti
#isaayyaas_raajichi
โ€œYaa Waaqayyo wanta nu
irraa
#dhagaetti kan amane eenyuโ“
#irreen Waaqayyo hoo
eenyutti mulifameโ“ jedhee dubbate akka
raawwatamuuf ture

โœ
#Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee #Isaayyaas
ammas akkana jedheera

โœ โ€œ
#isaan_ija isaaniitiin arganii
#garaa isaaniitiin hubatanii,
akka hin deebinee fi
#anis akka
isaan hin
#fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera
#garaa isaaniis #jabeesseera.โ€

โœ
#isaayyaas wantoota kana
kan dubbate
#ulfina isaa waan argeef ture
#waaee isaas dubbateera

โœTaus
#bulchitoota
keessaa illee
hedduun isaanii isatti
amananii turan
haa tau malee
#mana_sagadaa
keessaa akka hin
#ariamneef sababii #Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa
#ifatti hin dubbatan turan

โœ sababiin isaas
#ulfina Waaqayyo biraa argamu
#caalaa, ulfina #namoota
biraa argamu waan
#jaallataniif ture

โœ
#Iyyaasuus garuu
sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
โ€œ
#Namni anatti amanu
hundi, anatti qofa utuu
hin tain isa na ergettis ni amana;

โœ
#namni na argu hundi
isa na erge Sanas ni
#arga

โœ
#Namni anatti amanu
hundi
#dukkana keessa
akka hin jiraanneef
#ani ifa taee gara
addunyaa dhufeera

โœ Haa tau malee
namni tokko
#dubbii koo dhagaee yoo eeguu baate
ani isatti hin murteessu
sababiin isaas ani
addunyaa
#fayyisuuf malee addunyaatti murteessuuf
hin dhufne

โœ
#Nama ana tuffatuu fi
dubbii koo hin fudhannetti
kan murteessu tokko jira
#Dubbii ani #dubbadhetu #guyyaa dhumaatti isatti murteessa

Sababiin isaas, wanta ani
jedhuu fi wanta ani
dubbadhu Abbaa
isa ana erge sanatu
na ajaje malee
ani ofii kootiin kakaee hin dubbanne

โœ
#Ajajni isaas jireenya bara baraa akka tae ani beeka Kanaaf, ani
wantan dubbadhu hunda akkuma Abbaan anatti himettan dubbadha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=hiikkaa jechoota
Bareeffama kana
Keessatti fayyadamnee
Hundi isaa hiika qaba.
=ijoollee
#Muslimaa
Hundi isaanii jecha
Kitaaba kan irraatti
Ni guufatuu
=akkuma isaayaas jedhee
iji fi lapheen ijoollee
#Musiliimaa hundi duudaa
Ta'e jira.

= mee, ijoolleen ortodoksii
Yeroo tokko Dubbisa
Yeroo biraa bakka Muslimoonni
Itti dogoggora jiran kan ilaala
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ—ˆโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Nagaan Tura

๐ŸŒน=channeel kan irratti๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒน๐Ÿƒโžงkutaa-30ffยชยช๐Ÿ‘ˆ๐ŸŒน
๐Ÿ‘‰Gaaffii fi Deebi
โŒMuslimootaโŒ

โœYohaannis 8:50
Ani ofii kootiif ulfina hin barbaadu; inni ulfina barbaaduu fi murtii godhu
#Tokko jira.
---------------------------
Gaaffii isaanii
1=โžง
#ulfina kan barbaduu Abbaa qofaa jedhuu..โ“
2=โžง
#murtii kani kennuu Abbaa qofa jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Deebii keenya=lakki Abbaa qofa miti kan jedhu ta'a.

๐Ÿ“โžง.Deebi=1ffยชยช
โถ=โœYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œ
#Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo #gatii hin qabu. #Inni(Abbaan) ulfina Anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha .

โท=โœYohaannis 5:23
namni hundi
#akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, #Ilmaafis(kiristoos) ulfina
akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.

โธ=โœ1Yohaannis 2:23
#Ilma kan ganu hundi Abbaas immoo hin qabu.
Ilma amanee kan fudhatu hundi garuu Abbaas qaba.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โžง.Deebi=2ffยชยช
โ“ต=โœYohaannis 5:27
Ilma namaa waan taeefis
#murtii akka kennu Aangoon isaaf kennameera.

โ“ถ=โœYohaannis 5:22
#Abbaan matumaa eenyuutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa #hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf Aangoo kenneera;

โ“ท=โœ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo duratti, akkasumas Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulachuu isaa fi
#Mootummaa isaatiin
warra
#jiranii fi warra #duan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen
si ajaja
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนโžงsababa maalif Kiristoos ulfinni fi murtii Abbaa qofa jedhee reeโ“yeroo jennuu
namoonni dubbii Kiristoos fudhachuu wani didaniif
isaan Abbaas guutumaatti hin beekaani akkasumas kiristoos illee hin beekani guutummatti

1๏ธโƒฃ=โœYohaannis 8:55
Taus isin isa hin
beekne, ani garuu isa beeka.
#Ani isa hin beeku yoon jedhe, akkuma keessan sobduun taa. Haatau malee ani isa beeka, dubbii isaas
eegaan jira.

2๏ธโƒฃ=โœYohaannis 15:21-25
isaan isa na erge Sana waan
#hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu. Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa
#cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
cubbuu isaaniitiif
sababii dhiheessan hin qaban. #Namni na jibbu
hundi Abbaa koos ni
#jibba. Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture; amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, #Abbaa koos jibbaniiru. Haatau malee, kun kan tae, wanti Seera isaanii keessatti, โ€˜Isaan #sababii malee na jibbanโ€™ jedhamee #barreeffame akka raawwatamuufi (far 35:19)

โžงแŠฅแŠ”แŠ• แ‹จแˆšแŒ แˆ‹ แŠ แ‰ฃแ‰ดแŠ• แ‹ฐแŒแˆž แ‹ญแŒ แˆ‹แˆ(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 15:23)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
0๏ธโƒฃโžงlink kan xuqa seena๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
====โจณโจณโจณ====