๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ’’kutaa-31 ffยชยช๐Ÿ“๐Ÿ‘‡
โžง Gaaffii fi Deebi

โŒMusiliimota๐Ÿ‘ˆ

โœYohaannis 9:3
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee deebise: โ€œ
#Hojiin_Waaqayyoo isa irratti akka mulatuuf kun ta'e malee, namichi kunis tae warri(maatiin) isaa cubbuu hin hojjenne.
-------------------------
๐Ÿ“โžงGaaffii isaanii Kiristoos
#hojii_Waaqayyo irratti yaa,mulatu jedhee malee #hojiin_kiyyaa irratti haa, mulatu hin jennee
#kanafuu ija namicha kani fayyee humna Kiristoosiin mitii
jedhu..โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐Ÿ“โžงDeebi keenya
โœlakki ija namicha kani fayyise Abbaa qofa mitii
Kiristoos illee fayyisee jira
kan jedhuu ta'a. yeroo kamiyyuu wanta Abbaan hojjatu Kiristoos illee ni hojjata.

โ“ต=โœYohaannis 5:19

Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise #Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #Ilmi(Kiristoos) #waanuma Abbaan isaa #yeroo_hojjetu arge qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu hin dandau.
#Sababiin isaas waanuma Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma #wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta.

๐Ÿ’’kanafuu hojjin Abbaa ni mulataa yoo, taโ€™e kan ilma ni mulata jechudha.
kanafuu hojiin Waaqayyo irraatti yaa,mulatu,jechuun
hojjin ilma illee irratti yaa,mulโ€™atu jechudha.

โ“ถ=โœYohaannis 16:15

#Wanti_Abbaan qabu hundi kan koo ti. Inni wanta kan koo tae #irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi
โžง
#แˆˆแŠ แ‰ฅ แ‹ซแˆˆแ‹ แˆแˆ‰ แ‹จแŠฅแŠ” แŠแ‹ แˆตแˆˆแ‹šแˆ…แก แˆˆแŠฅแŠ” แŠซแˆˆแŠ #แ‹ˆแˆตแ‹ถ แ‹ญแŠแŒแˆซแ‰ฝแŠ‹แˆแก แŠ แˆแˆ
(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 16:15)
=================
๐Ÿ“fakkeenya tokkoo
ilaala๐Ÿ‘‡
#Pheexiroos namicha tokkoo ni fayyisee maqaa Kiristoos qofaa fayyadame.
kanafuu humnaa eenyutin fayyee
namichi kuni...โ“

โ“ท=HDB 3:6
#Pheexiros garuu, โ€œAni
meetii fi warqii hin qabu; wanta ani qabu garuu siif nan kenna.
#Maqaa
Iyyaasus Kiristoos nama Naazireetiitiin kaiitii deemi!โ€ jedhe.

โ“ธ=HDB 3:12

Pheexiros yommuu kana argu,namoota sanaan akkana jedhe: โ€œYaa namoota Israaeli akka waan nuti #humna keenyaan yookiin namoota
Waaqayyoof bulan tauu keenyaan namichi kun akka adeemu goonetti
maaliif dinqisiifattu? Maaliifis fajajjanii
nu ilaaltuโ“

๐Ÿ“โžงakka dubbii kanatti namichi kuni humna Kiristoosiin akka fayyee ni ibsaa, Pheexiroos fi Yohaannis maqaa Kiristoos ni Fayyisaan.

๐ŸŒนโžง
#Kiristoos garuu maqaa eenyu waamee namicha ija isa jaamaa taโ€™e sana fayyisee
ree...โ“
โžง=lakki Kiristoos humna isaan fayyisee malee wanta biraa mitii, ergaa humna isaan fayyisee immoo Kiristoos Waaqayyo dha jechudha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Dubbi kitaaba namoota kana illachise akkasi jedha (
#Musiliimota)
fi
#shakitota hundumaa dabalatee

โถ=Roome 3:13

Laagaan isaanii #awwaala banamaa dha; arraba isaaniitiinis gowwoomsaniiru.โ€
โ€œ
#Summiin bofaa afaan isaanii keessa jira.โ€
แŒ•แˆฎแˆฎแŠ แ‰ธแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ฐแŠจแˆแ‰ฐ
#แˆ˜แ‰ƒแ‰ฅแˆญ แŠแ‹แฅ แ‰ แˆ˜แˆ‹แˆณแ‰ธแ‹แˆ แˆธแŠ•แŒแˆˆแ‹‹แˆแค แ‹จแŠฅแ‰ฃแ‰ฅ #แˆ˜แˆญแ‹ แŠจแŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ปแ‰ธแ‹ แ‰ แ‰ณแ‰ฝ แŠ แˆˆ
(แˆฎแˆœ 3:13).

โž‹=Roome 11:8
Waaqayyo
#ija arguu hin dandeenyee fi #gurra dhagauu hin dandeenye isaaniif kennee hanga #guyyaa haraatti hirriba hafuuraa cimaa isaanitti buuseโ€ jedhamee barreeffametti dha.(Raji isayaas 29:10)
#แ‹“แ‹ญแŠ–แ‰ปแ‰ธแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ซแ‹ฉ #แŒ†แˆฎแ‰ปแ‰ธแ‹แˆ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแˆฐแˆ™ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ #แ‹จแŠฅแŠ•แ‰…แˆแ แˆ˜แŠ•แˆแˆตแŠ• แŠฅแˆตแŠจ แ‹›แˆฌ แ‹ตแˆจแˆต แˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แก แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‰ฐแŒฝแŽแŠ แˆ
(แˆฎแˆœ 11:8)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqa
hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====
๐Ÿ…พ kutaa-71-ffยชยช .๐ŸŒบ
     ๐ŸŒปโž›Gaaffii fi Deebi
     ๐ŸŒปโž›Musiliimota
โœYohaannis 15:10
Akkuma
#Ani_ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉgaaffii isaanii.
1=Kiristoos Waaqayyo mitii inni ajajaa Waaqa eegga malee jedhuโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“deebii isaa :
Jalqabaa Kiristoos Waaqayyo dha, ajajaa kani basuu Abbaa qofaa mitii ,Kiristoos illee ajaja ni baasa. Sababiin isaa Kiristoos akkasi wani jedheefi
ยซ akkuma Abbaan hojjatu ilmi irree Haaluma walifakkaatan ni hojjata jedhee.
โœ…Fakkeenyaaf*
Ajajaa gosa tokko yoo,taโ€™e.
Kiristoos illee kani biraa hin fidu tokkummaa malee. Yoo,Lakki ajaja gargaara jedhete immoo dubbii Kiristoos faalleessaa deemta jechuudha, โ sababin isa Haaluma wali fakkataan hojjadha jedhee malee ,kani biratti(gosa birati) hin jennee  inniโžโŒ
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:19
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise: โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha,
#Ilmi waanuma Abbaan isaa #yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaสผee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaสผu. Sababiin isaas waanuma #Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma
#wal_fakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
๐Ÿ“kanafuu Kiristoos jalqabumaa ajaja Abbaa wajjiin basa malee kophaa isaa mitii.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:16.
Abbaan inni na erge
#Anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
โžฉ erga Kiristoos ajaja basee immoo ajaja sana eeggu qaba.

โ™ˆ๏ธ Jechi Ani akkuma ajajaa Abbaa
#eeggu jedhuu"
immoo Kiristoos nuufi
#fakkeenya ta'uf gadi ofi qabe hiyyeessaa taโ€™e. Akkasii jedhe.malee Wanta birafi miti.

โ“ท๐Ÿ‘‰2.Qorontos 8:9
#Sababiin isaas, isin #gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taสผus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa taสผe.

๐Ÿ…ฑ inni bira immoo Ani jalala abbaa keessa, isin immoo jalala koo,keessa jiradha yero jedhuu immoo
*Fakkeenyaaf.
Yoo,Kiristoos jalate ,abbaa jalate jechudha Haaluma wali fakkaata yoo Kiristoos jibbitee Abbaa jibbitee jechudha.
โžฉqabxiiwwan nuuti hubbaannu jalali abbaa kana biraa taโ€™e ,jalali Kiristoos nuu,jalate  gosa kani biratti jechuu miti โŒ.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Yohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba.

๐Ÿ…ฐ Kiristoos Abboommii yookiin ajjaja koo, eegga jedhe jira.
โ“น๐Ÿ‘‰Yohaannis 14:15.
 โ€œIsin yoo na
#jaallattan #ajajawwan_koo(Abboommii koo) ni eegdu.
โš› ergaa akkasii taโ€™e immoo Kiristoos Waaqayyo jechudha. Yohaannis akkasi jedhee.jira Waaqayyo jalachu jechuun ajaja isaa yookiin abboomi isaa eeggudha jedhee.
โ“บ๐Ÿ‘‰1 Yohaannis 5:3.
#Waaqayyoon jaallachuu jechuun #ajajawwan isaa #eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baสผaa ulfaatoo miti;
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
waldaa keenyaa hordofuu
Yoo,barbada kan xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha