๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ’’kutaa-31 ffยชยช๐Ÿ“๐Ÿ‘‡
โžง Gaaffii fi Deebi

โŒMusiliimota๐Ÿ‘ˆ

โœYohaannis 9:3
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee deebise: โ€œ
#Hojiin_Waaqayyoo isa irratti akka mulatuuf kun ta'e malee, namichi kunis tae warri(maatiin) isaa cubbuu hin hojjenne.
-------------------------
๐Ÿ“โžงGaaffii isaanii Kiristoos
#hojii_Waaqayyo irratti yaa,mulatu jedhee malee #hojiin_kiyyaa irratti haa, mulatu hin jennee
#kanafuu ija namicha kani fayyee humna Kiristoosiin mitii
jedhu..โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐Ÿ“โžงDeebi keenya
โœlakki ija namicha kani fayyise Abbaa qofa mitii
Kiristoos illee fayyisee jira
kan jedhuu ta'a. yeroo kamiyyuu wanta
Abbaan hojjatu Kiristoos illee ni hojjata.

โ“ต=โœYohaannis 5:19

Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise #Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #Ilmi(Kiristoos) #waanuma Abbaan isaa #yeroo_hojjetu arge qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu hin dandau.
#Sababiin isaas waanuma Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma #wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta.

๐Ÿ’’kanafuu hojjin Abbaa ni mulataa yoo, taโ€™e kan ilma ni mulata jechudha.
kanafuu hojiin Waaqayyo irraatti yaa,mulatu,jechuun
hojjin ilma illee irratti yaa,mulโ€™atu jechudha.

โ“ถ=โœYohaannis 16:15

#Wanti_Abbaan qabu hundi kan koo ti. Inni wanta kan koo tae #irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi
โžง
#แˆˆแŠ แ‰ฅ แ‹ซแˆˆแ‹ แˆแˆ‰ แ‹จแŠฅแŠ” แŠแ‹ แˆตแˆˆแ‹šแˆ…แก แˆˆแŠฅแŠ” แŠซแˆˆแŠ #แ‹ˆแˆตแ‹ถ แ‹ญแŠแŒแˆซแ‰ฝแŠ‹แˆแก แŠ แˆแˆ
(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 16:15)
=================
๐Ÿ“fakkeenya tokkoo
ilaala๐Ÿ‘‡
#Pheexiroos namicha tokkoo ni fayyisee maqaa Kiristoos qofaa fayyadame.
kanafuu humnaa eenyutin fayyee
namichi kuni...โ“

โ“ท=HDB 3:6
#Pheexiros garuu, โ€œAni
meetii fi warqii hin qabu; wanta ani qabu garuu siif nan kenna.
#Maqaa
Iyyaasus Kiristoos nama Naazireetiitiin kaiitii deemi!โ€ jedhe.

โ“ธ=HDB 3:12

Pheexiros yommuu kana argu,namoota sanaan akkana jedhe: โ€œYaa namoota Israaeli akka waan nuti #humna keenyaan yookiin namoota
Waaqayyoof bulan tauu keenyaan namichi kun akka adeemu goonetti
maaliif dinqisiifattu? Maaliifis fajajjanii
nu ilaaltuโ“

๐Ÿ“โžงakka dubbii kanatti namichi kuni humna Kiristoosiin akka fayyee ni ibsaa, Pheexiroos fi Yohaannis maqaa Kiristoos ni Fayyisaan.

๐ŸŒนโžง
#Kiristoos garuu maqaa eenyu waamee namicha ija isa jaamaa taโ€™e sana fayyisee
ree...โ“
โžง=lakki Kiristoos humna isaan fayyisee malee wanta biraa mitii, ergaa humna isaan fayyisee immoo Kiristoos Waaqayyo dha jechudha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Dubbi kitaaba namoota kana illachise akkasi jedha (
#Musiliimota)
fi
#shakitota hundumaa dabalatee

โถ=Roome 3:13

Laagaan isaanii #awwaala banamaa dha; arraba isaaniitiinis gowwoomsaniiru.โ€
โ€œ
#Summiin bofaa afaan isaanii keessa jira.โ€
แŒ•แˆฎแˆฎแŠ แ‰ธแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ฐแŠจแˆแ‰ฐ
#แˆ˜แ‰ƒแ‰ฅแˆญ แŠแ‹แฅ แ‰ แˆ˜แˆ‹แˆณแ‰ธแ‹แˆ แˆธแŠ•แŒแˆˆแ‹‹แˆแค แ‹จแŠฅแ‰ฃแ‰ฅ #แˆ˜แˆญแ‹ แŠจแŠจแŠ•แˆแˆฎแ‰ปแ‰ธแ‹ แ‰ แ‰ณแ‰ฝ แŠ แˆˆ
(แˆฎแˆœ 3:13).

โž‹=Roome 11:8
Waaqayyo
#ija arguu hin dandeenyee fi #gurra dhagauu hin dandeenye isaaniif kennee hanga #guyyaa haraatti hirriba hafuuraa cimaa isaanitti buuseโ€ jedhamee barreeffametti dha.(Raji isayaas 29:10)
#แ‹“แ‹ญแŠ–แ‰ปแ‰ธแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ซแ‹ฉ #แŒ†แˆฎแ‰ปแ‰ธแ‹แˆ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแˆฐแˆ™ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ #แ‹จแŠฅแŠ•แ‰…แˆแ แˆ˜แŠ•แˆแˆตแŠ• แŠฅแˆตแŠจ แ‹›แˆฌ แ‹ตแˆจแˆต แˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แก แ‰ฐแ‰ฅแˆŽ แ‰ฐแŒฝแŽแŠ แˆ
(แˆฎแˆœ 11:8)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqa
hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====
โžก๏ธ๐Ÿ…ฑ kutaa _ 53 ffยชยช โ˜˜๐Ÿ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒปGaaffii fi Deebii
๐Ÿ…ฐMusiliimota๐Ÿšท
โœ Yohaannis 12:50๐Ÿ‘‡
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
โœjalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo๐Ÿ‘‡

โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โ€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
๐Ÿ“โž›kanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka taโ€™e ibsine jira.
โœ Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee
Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โ“น๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
โž›akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka taโ€™e guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
โ“บ๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, โ€œ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ€ isaan jechuu jalqaban
โ“ป๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dhaโ€jedhan. Kaan immoo, โ€œ #Kun_Kiristoosiโ€ jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: โ€œKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?โ€ Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœWalumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka taโ€™e beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
โžก๏ธ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,
Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

โ“ผ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
๐ŸŒบ akkuma Dubbiin Abbaa jireenya taโ€™e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo ๐Ÿ‘‡
โ“พ๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
โ“ซ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedhaโ€ jedhee isaaniif
deebise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ link kan xuqa sena๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณโจณโจณ============