๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.61K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ ilaa Hoolicha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
โœ แŠฅแŠแˆ† แ‹จแ‹“แˆˆแˆแŠ•
แŠƒแŒขแŠ แ‰ต แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‹ˆแŒแ‹ต
แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ แŒ
=Yoh 1:29
=แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 1:29
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo

๐ŸŒปilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
โ—ˆ jecha kana Kani
Dubbaate
#Yohaannis
Cuuphaa turee

โœhiika jechoota

=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
โž›hoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
โž›Waaqayyo kani
Jedhame
#Abbaa dha
(Yoh 8:54)
โ—ˆ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
โ€ผ๏ธโœ ilaa
#ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
โœ=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
โœkan biraa Affuurra
Qulqulluun jira โ“moo hin jiruโ“
โ—ˆDeebiii Eeyyee jira

โœAbbaan
#Affuurra
(Yoh 4:24)
โœKiristoos akkana jedhee
#Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
๐ŸŒป kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,taโ€™e Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
โ—ˆHaataโ€™u malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu

๐ŸŒป jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___โ“
๐ŸŒปdeebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____โ“

โž›hoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga taโ€™e
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo
#Maariyaami
Irraa Dhufe
โœ Yoh 1:14
โœ Mat 1:23-24
โœLuq 2:7-11
โœrajii isayaas 7:14
โœraaji hose 11:1
โœfar.Daawit 2:7

โ—ˆ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti ๐Ÿ‘‡
โœilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
โž›Kiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti๐Ÿ‘‡
โœLuq 15:4-6
โœYohaannis 10:2
โœraji-Ermiyaas 23:1-2
โœraji-Hisqi'el 34:11-31
โœraji-Hisqi'el 34:1-10
โœraji-Zakaariyaas 11:6-17

โœHaataโ€™u malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
โž›Nuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
โ—ˆosoo Kiristoos
Hin fannifamuu taโ€™e
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna

โœragaa kitaaba ๐Ÿ‘‡
=1Qor 5:7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Akkuma amma
bukoo
#haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera

โœKanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ1 Phex 1:18-19๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰
#bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka dhiiga
#hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
๐ŸŒนKanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera

โ—ˆ Jechi
#Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa

โœ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa

โ—ˆKiristoos kanaa Dhufe
Namoota
#hundumaaf
Malee
#Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa

๐ŸŒนFakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe taโ€™e
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee

โœ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni
#barbaachisaa
Jechuu keenyaa

โœjecha
#cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa reeโ“

โœ 1Yoh 3:5 ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ inni kan
#dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
โœแŠฅแˆญแˆฑแˆ แŠƒแŒขแŠ แ‰ตแŠ•
แˆŠแ‹ซแˆตแ‹ˆแŒแ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ฐแŒˆแˆˆแŒ 
แ‰ณแ‹แ‰ƒแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แŠƒแŒขแŠ แ‰ต
แ‹จแˆˆแˆ =1 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3:5

๐ŸŒป
#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,taโ€™e wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabnaโ€ผ๏ธ

โœilaa
#hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
๐Ÿ‘‰ilaa
#fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
๐Ÿ‘‰ilaa
#ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
๐Ÿ‘‰ilaa
#ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya

๐ŸŒน=kutaa_3-ffaa
โœyaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
โœchanneel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha