โผ๏ธYaa ilma namaa
#Lafeen kun jireenya qabaachuu in danda'aa
ree?โ naan jedhe
ani immoo, โYaa
Waaqayyo Gooftaa
kana si qofatu
beeka na jedhe
โ แจแฐแ แแ แแญ แฅแแแ
แ แฅแแถแฝ แ แแญแแต แญแแซแแ?
แ แแ แฅแแ แแแ แคแ
แฅแแแ แฅแแญ แแญแฅ แ แแฐ
แณแแแแ แก แ แแ
=โฆRaaji_Hisqi'el 37:3
=แแแ แคแ 37:3
======+===+====
akkuma beekamu
Waaqayyo Muse iddoo boqonnaa isaatti isaa
fidee, kan Raajiin Hisqi'el
dursee dubbateera
Lafee namoota hedduu Waaqayyo akka lubbuu
itti godhee jirtan ni argatuu
โฆkan qofaa osoo
hin tanee Gooftaan
keenya iddoo #Golgootaa jedhamtutti yeroo
fannifamee namoota
du'oota bolla awwaala
keessan isaan kasee beekamadha
โโผ๏ธ#Awwaalonni ni
banaman,reeffota
qulqulloota #duaan
boqotan keessaa
hedduunis gadi
baan
Kiristoos erga duaa
kaee booda, namoonni
#awwaala gidduudhaa
baan sun gara magaalaa #qulqulluutti galan
namoota hedduuttis
ni mulatan.
๐Mat 27:52-53
๐ป #แแแฅแฎแฝแ แฐแจแแฑ
แฐแแฐแ แจแแ แฉแตแ #แจแ แฑแณแ
แฅแ แฅแแแฝ แฐแแก
๐ แจแตแแฃแคแแ แ แแ
#แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ
แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ
แแกแ แแฅแแแฝ แณแฉ
=แแดแแต 27:52-53
โKanaafuu Kiristoos
Musee du'a yoo,kaasee
isuma kan
โKiristoos jalqabaa duraa namoota guyyaa muraasa
bolla awwaala keessa turan kasee jira
โguyyaa kan immoo
du'oota yeroo dheeraa
turee kasuu isaa
โจ๏ธakkuma inni dubbate
๐ #Dhuguma dhuguman
isiniin jedha, saaatiin
warri #duan sagalee
Ilma Waaqayyoo itti
dhagaan ni dhufa
saaatiin sunis amma dha
warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu.
=Yoh 5:25
โ แฅแแแต แฅแแแต แฅแแฝแแแ
#แแณแ แจแฅแแแ แฅแแญแ #แแ
แตแแ แจแแฐแแ แต แฐแแต
แญแแฃแ แฅแญแฑแ แ แแ แแ แจแแฐแแตแ แ แแญแแต
แญแแซแ
=แฎแแแต 5 :25
๐ป sababi Kiristoos Muse du'a itti kasee kan biraa isaa
๐ Guyyuma sana
#Saduuqonni warri duaa
kauun hin jiru jedhan,
gara isaa dhufanii akkana jedhanii isa gaafatan
โBarsiisaa, #Museen
โNamni tokko utuu
dhala hin godhatin
yoo due, obboleessi isaa
haadha manaa namicha
due sanaa fuudhee
sanyii obboleessa isaa
bakka haa buusuโ jedhee ture.
Obbolaan 7 nuu wajjin
jiraatu turan Inni jalqabaa
niitii fuudhee utuu
dhala hin godhatin waan
dueef, obboleessi isaa dubartittii fuudhe Inni lammaffaan, inni
sadaffaan, hamma isa torbaffaatti ishii fuudhanii
utuu dhala hin godhatin
duan Hunduma isaanii
boodas dubartittiin ni
duute Kanaaf, hundi
isaanii ishii fuudhanii
waan turaniif, yeroo duaa kauutti torban isaanii
keessaa haadha manaa
isa kamii taati?โ
๐Kiristoos deebisee
akkana isaaniin jedhe
โIsin Kitaabota Qulqulluus
tae humna Waaqayyoo
waan hin beekneef ni dogoggortu sababiin
isaas, yeroo duaa kauutti
dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman kanaa mannaa akka
#maleekota samii irraa tau
๐ Duaa kauu warra
duanii ilaalchisee garuu
wanta Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee?
๐ Inni, โAni Waaqa
Abrahaam, Waaqa
Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobiโ jedheera
Inni Waaqa warra
jiranii ti malee Waaqa
warra duanii miti
=Mat 22:23-32
"kanafi innii ragaa kana akka ba'uf Muse wamee jira
Akkasumas Kiristoos jirta ta'u isaa ibsuuf ture
โ=ragaa dabalataa kan dubbisa
โYoh 10:18
โ1Qor 15:35
โ1Qor 15:52
โRome 5:14
โseera.Bau 3:6
โMat 13:43
=Tulluu Tabor irratti
Muuseen gara harka
mirgaanEliyaas gara
harka bitaan dhabatanii
=duuka bu'ooni gara
fulaa duraan turan
โxumuree jira
Galata Waaqayyo
Haataโu ameen
โyaada yoo qabtan๐
@Gutema123
โkan walda seenu yoo,barbadan immoo
Kan xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

โ ilaa Hoolicha
Waaqayyoo isa
cubbuu addunyaa
kanaa balleessu
โ แฅแแ แจแแแแ
แแขแ แต แจแแซแตแแแต
แจแฅแแแ แฅแแญ แ แ
=Yoh 1:29
=แฎแแแต 1:29
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#kutaa_2 ffaa
#Dubbi_fannoo
๐ปilaa hoolaa Waaqayyo
isaa cubbuu Addunya
kan balleessu
โ jecha kana Kani
Dubbaate #Yohaannis
Cuuphaa turee
โhiika jechoota
=1= ilaa hoolaa
Waaqayyo
โhoola kan jedhame
#Kiristoos(1Qor 5:7)
โWaaqayyo kani
Jedhame #Abbaa dha
(Yoh 8:54)
โ Kanaafuu akkana
Jechuu dandeenya
โผ๏ธโ ilaa #ilma
Abbaa isaa cubbuu
Addunya balleessuu
โ=Kanaafuu wanta
Sadi(3) kallattiidhaa
ni Argana
=1=Abbaa
=2=ilma
=3=cubbuu
=4=addunya
โkan biraa Affuurra
Qulqulluun jira โmoo hin jiruโ
โDeebiii Eeyyee jira
โAbbaan #Affuurra
(Yoh 4:24)
โKiristoos akkana jedhee #Dubbiin koo, Affuurra
(Yoh 6:63)
๐ป kan jechuun yoomiyyuu
Yoo,taโe Affuurri Qulqulluun
Abbaa fi ilma irraa adda
Bahee hin jiru
โHaataโu malee
#Yohaannis cuuphaan
Yeroo Tokkoti
jecha 8:dubbatee
=1=Abbaa jedhee
=2=ilma
=3=Affuurra Qulqulluu
=4=Maariyaami
=5=fannoo
=6=Adduunya
=7=cubbuu balleesuu
๐ป jechoota torban (7)
Kan keessa waa'ee
Maariyaam fi fannoo
Matadureen keenya
Ni ibsa=___โ
๐ปdeebiin Eeyyee
ni ibsaa
Akkaamitti=____โ
โhoolaa kan jedhame
#Kiristoos erga taโe
Kiristoos eessa Dhufe
Foonni Nama kan Uffaate
Dubaroo #Maariyaami
Irraa Dhufe
โ Yoh 1:14
โ Mat 1:23-24
โLuq 2:7-11
โrajii isayaas 7:14
โraaji hose 11:1
โfar.Daawit 2:7
โ Yohaannis waa'ee
#Fannoo, akkamitti ibsee
Kan jedhuu irratti ๐
โilaa hoola Waaqayyo
isa cubbuu addunyaa balleessuu jedhee jira
โKiristoos hoola
Jedhe kan wamee inni
#Fooni nama Waani
uffateef akkasii jedhee
=Namni fakkeenya
hoolota ti๐
โLuq 15:4-6
โYohaannis 10:2
โraji-Ermiyaas 23:1-2
โraji-Hisqi'el 34:11-31
โraji-Hisqi'el 34:1-10
โraji-Zakaariyaas 11:6-17
โHaataโu malee
Kiristoos cubbuu
Addunya kana,kan
balleessee guyyaa
#Jimaata iddoo
#Golgootaa yookiin
Buqe mata jedhamu
Irratti fannifamee tti
โNuuti ijoolleen
#Orthodoxi Kiristoos
Kiristoos hoola keenya
Kan jennuu yeroo
Guyya fannifamee sana
Wali qixxee lafa
Gidduuti qoricha
Hoojate inni jennu
Isaa kan, dhigaa isaan
Nuu,bitee(far.74:12)
โosoo Kiristoos
Hin fannifamuu taโe
Akkamiti hoola
Jechuu dandeenya
Kuni erga inni fannifamee
Hoola jeenna
โragaa kitaaba ๐
=1Qor 5:7๐
๐Akkuma amma
bukoo #haaraa raacitii
hin qabne taatan kana
bukoo haaraa akka
taataniif raacitii
#moofaa of gidduudhaa
baasaa Sababiin isaas
#hoolaan_Faasikaa
keenya Kiristoos
aarsaa taeera
โKanaafuu Kiristoos
Guyyaa sana akka Aarsa
Ta'e ifa godhee jira
=ragaa biraa dubbisa
=raji-isay 53:7
=HDB 8:32
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ1 Phex 1:18-19๐
๐ #bilisa kan baatan
#dhiiga Kiristoos isa
#gatii guddaa qabu
isa akka dhiiga #hoolaa
#xurii fi #mudaa hin
qabneetiin ture
๐นKanaafuu
Yohaannis cuuphaa
Yero Tokkotti waa'ee
Fannoo jecha xinnoo
Fayyadame ibseera
โ Jechi #Addunya
Jedhuu immoo baay'ee
Nama dinqisiisaa
โ Addunya Kani
Jedhame immoo
#Namoota addunyaa
Kan irra jirtan hundumaa
Ibsa
โKiristoos kanaa Dhufe
Namoota #hundumaaf
Malee #Israa'el qofaa miti
yookiin saba tokko akka
Hin tanee ibsaa
๐นFakkeenyaaf Oso
#Israa'el qofaaf Dhufe taโe
Yohaannis Addunya hin
Jedhuu turee Israa'eli
jedha malee
โ Haaluma kanaa
Fannoo Kiristoos
Adduunya hundumaaf
Ni #barbaachisaa
Jechuu keenyaa
โjecha #cubbuu jedhuu
irratti, jalqabaa dura cubbuun
Eessaa Dhufe,osoo namni
Cubbuu hin qabu tahee
Kiristoos Maalif dhufu isaa
Barbachisa reeโ
โ 1Yoh 3:5 ๐
๐ inni kan #dhufe
#cubbuu keenya
balleessuuf akka tae
isinis beektu,inni garuu
Cubbuu hin qabuu..
โแฅแญแฑแ แแขแ แตแ
แแซแตแแแต แฅแแฐ แฐแแแ
แณแแแแฝแ แ แฅแญแฑแ แแขแ แต
แจแแ =1 แฎแแแต 3:5
๐ป#hubachisa yeroo
Hunduma wa'ee Kiristoos
Dubbate yoo,taโe wa'ee fannoo
Kiristoos akka dubbannu
Yaadachu qabnaโผ๏ธ
โilaa #hoola Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Balleessu akkuma jennu
๐ilaa #fannoo Waaqayyo
Isaa cubbuu addunyaa
Baleessu yoo,jenne rakkoo
Hin qabu
๐ilaa #ilma Waaqayyo isaa
Cubbuu addunyaa balleessuu
Jechuu dandeenya
๐ilaa #ilma Abbaa isaa
Cubbu addunyaa balleessuu
Jechu dandeenya
๐น=kutaa_3-ffaa
โyaadaa yoo qabatanii
@Gutema123
==//====//====
โchanneel telegraama
Kan hordofuuf fedha yoo
Qabate immoo ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐
ฐ kutaa-82-ffยชยช _๐๐
โปgaaffii fi deebi
โปMusiliimota
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐๐
โโ fannoo Kiristoos kani
baate iddoo Golgootaati
kani geesse eenyuโ
A))โป #Kiristoos mooโ
B))โป #Simi'oon jedhuuโ
๐พ Ragaa isaanii
โ Yohaannis 19:17
#Iyyaasus_kiristoos fannoo sana #ofuma_isaatii baatee gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin #Golgootaa jedhamutti olii baสผe.
โMaatewos 27:32
Achii baสผanii utuu deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis #fannoo_Iyyaasus itti fannifamu akka #baatu isa dirqisiisan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Deebi keenya.
A)โป Kitaabni lamaan isaanii iyyuu sirriidha*.
B)โป fannoo Kiristoos illee baate jira. Iddoo Golgootaatin kani gahee Kiristoos qofaa
C)โป Simi'oon illee baate jira.Haataโu malee iddoo Golgootaatin Simi'oon
gahee hin jedhuu Kitaabni Qulqulluunโ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐บRAGAA keenya๐
โตโฉYohaannis 19:17
Iyyaasus kiristoos fanno sana ๐ค๐๐ช๐ข๐ ๐๐จ๐๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐ฉ๐๐ gara Bakka Buqqee Mataa afaan Ibrootaatiin ๐๐ค๐ก๐๐ค๐ค๐ฉ๐๐ jedhamutti ๐ค๐ก๐ baสผe.
โผ Kanaafuu Jechi ofuma isaa jedhuu iddoo Golgootaati kani fudhee bahee Kiristoos=ok.
๐บ kitaboonni sadani immoo akka ibsaanitti
โMaatewos 27:32
โทMaarqoos 15:21
โธLuqaas 23:26
๐ jalqabaa dura fannoo sanaa ๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐ฅ๐๐๐ก๐๐๐ญ๐ค๐ค๐จ biraa fudhee osoo deemuu namni ๐จ๐๐ข๐๐ค๐ค๐ฃ jedhamu ๐ ๐๐ง๐๐ irratti itti dhufe baatee jedhanii jiruu.
โป fakkii kana ilaali๐
๐Kiristoosโ Simi'oon.
๐ Kitaabni sadan Simi'oon irraa fudhee baatee jedhan
malee ,Simi'oon iddoo Golgootaattin gahee gonkumaa hin jenneeโ
๐ Walumaagalatti fakkii kana ilaali immoo ๐
๐๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ-๐จ๐๐ข๐๐ค๐ค๐ฃ-๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ
โโป๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐(-1-ffยชยช) Kiristoos ni baate fanno
โทโป๐ก๐๐ข๐๐๐๐๐(-2-ffaa) Simi'oon ni baatee fannoo
โธโป๐จ๐๐๐๐๐๐๐(-3-ffยชยช) Kiristoos ni baate fannoo.
= xumura โ ๐๐ค๐ก๐๐ค๐ค๐ฉ๐๐ โ
โถโฉMaarqoos 15:21
#Namni biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko
๐๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐๐๐ ๐ช๐ฉ๐ช๐ช ๐๐๐ช๐๐ช๐ช ๐๐ง๐๐๐ฃ๐๐ ๐๐๐ฃ๐ฃ๐ค๐ค #Iyyaasus
itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan. Namni kun abbaa Iskindirii fi abbaa Ruufos ture.
โkanafuu Simi'oon eessa dhufee Philaaxoos biraa mooโbaadiyyaa irraa โ
โ Jechi argani jedhuu hoo, duraan gonkumaa akka hin arginee ibsaa.
๐บkanafuu Philaaxoos biraa fannoo kani fidee Kiristoos akka taee Kitaabni sirriitti ibseera.
โKiristoos -โท Simi'oon jedhudha.
๐kana booda Simi'oon Golgootaan gahee kani jedhuu gonkumaa hin jiruu.
๐Yohaannis immoo Kiristoos ofuma baate Golgootaan gahee jedhee -โธ Kiristoos. Ta'a
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ-โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โKiristos-โทSimi'on-โธKiristos
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โทโฉMaatewos 27:31-33
Dhuma irrattis erga itti qoosanii booda, uffaticha irraa baasanii uffata isaa deebisanii itti uffisuudhaan #Fanno irratti akka fannifamuuf fuudhanii deeman.
Achii baสผanii #utuu_deemaa jiraniis, nama biyya Qareenaa #Simoon jedhamu tokko argatan. Namichi kunis fanno Iyyaasuus itti fannifamu akka baatu isa dirqisiisan Yommuu bakka #Golgootaa, isa Bakka Buqqee Mataa jedhamu dhufanis.
โ xumuraa irratti gaaffii tokko Muslimootafi .
โธโฉLakkii fannoo baatee iddoo Golgootaan kani gahee Simi'oon yoo, jeettanii ragaa fida....โ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ค๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐ฆ๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐ฅ๐ข๐๐๐