โก๏ธ๐
ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ๏ธ
โจ๏ธGaaffii fi Deebiiโจ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐ผ
โYohaannis 11:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti affuurran gadde, ni #jeeqames.
แขแจแฑแตแ แฅแญแตแ แตแณแแ แต แจแฅแญแตแแ แแญ แจแแกแต แ แญแแต แฒแซแแ แฑ แ แญแถ แ แแแแฑ แ แแแก แ แซแฑแ แณแแจ
((แฎแแแต 11:33)).
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ค Gaaffii isaanii
1= Kiristoos erga Waaqayyo taee akkamitti
Afuurraan,gaddaโโ
2= Kiristoos Erga Waaqayyo taโe akkamitti jeeqamaa jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya
๐Kiristoos sababa inni Affurran gaddeef fi jeeqame
1=tokkoffa isaa #dubbii kitaaba raawachuu fi
2=lammaffaan fakkeenya nufi ta'uf
Ragaa kitaaba
โต=Roome 12:15-16
#Warra_gammadanii wajjin gammadaa; #warra_booanii wajjin booaa. ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha #gadi of qabuu qabaadhaa malee, of
hin #tuulinaa. #Ogeeyyii akka taatanitti of hin lakkaainaa
๐ซฑkanafuu Kiristoos ,yihudoota fi Maariyaamin gaddina wajjin gadde akkuma Kitaabni jedhuu.
โถ=1 Pheexiroos 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan #isiniif jedhee dhiphateera
โท=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa Gooftaa keenya #Iyyaasus_Kiristoos isa guddaa beektu; inni #sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa_tae.
โkanafuu nuuf jedhee akka namati gadde akkasumas afuurran gade malee wanta biraaf mitii.
+++++++++++++++
Kiristoos Fakkeenyaaf nuuf tauu fi dubbii kitaaba rawwachu qofa malee. #Jalqabaa Kiristoos yeroo #Yordaanosi dhufuu du'a isaa kasuf dhufee male
Maalif afuuraan gaddu fi jeeqamuu isaa barbaachise ree..jennee yoo,ilaallee kana nuu,hubbachisa.
โธ=Yohaannis 11:11
Iyyaasus(kiristoos))wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, โ #Michuun keenya Alaazaar #rafeera, anis isa #dammaqsuuf achi nan dhaqaโ jedhe.
โก๏ธ Kanafuu akka jecha
Musiliimota miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โช๏ธlink kan xuqa hordofaโคต๏ธ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โโโโโโโโโโโ

๐นโฌ๏ธ kutaa_ 55 ffยชยช ๐บโฌ๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บGaaffii fi Deebi
๐Muslimoota
โYohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu, #inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ Gaaffii isaanii
โต= Abbaan Kiristoos ni #caalaa jedhuu.โ
=inni Erge #Abbaadha
=inni Ergamee #Kiristoos.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya
โต=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...โ
โก๏ธ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.
๐RAGAA KITAABA๐
๐A.))๐ #Abbaan Alfaa fi Omega dha
โต=Mulโata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dhaโ jedha #Waaqayyon, โinni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.โ.
๐B.))๐ #Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
โถ=Mulโata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti
๐นkanafuu erga #lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ
๐Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
โก๏ธ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..โyeroo jennuu.
๐ธ Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee #milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo #yoomi milaa nama dhiqee โlakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
๐ Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedhee๐
โท=Yohaannis 13:14_16
Ani #Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu
๐ธ yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin #Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
โธ=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka #isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.
๐ Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
๐C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
๐D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.โkani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.
๐นKiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa #uffatee #hiyyeessaa taโe ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
๐E.)) Abbaan hiyeessaa miti
๐F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
โน=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
โบ=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa #duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
โก๏ธ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama taโe Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota #sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ

๐
พ kutaa-71-ffยชยช .๐บ
๐ปโGaaffii fi Deebi
๐ปโMusiliimota
โYohaannis 15:10
Akkuma #Ani_ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉgaaffii isaanii.
1=Kiristoos Waaqayyo mitii inni ajajaa Waaqa eegga malee jedhuโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐deebii isaa :
Jalqabaa Kiristoos Waaqayyo dha, ajajaa kani basuu Abbaa qofaa mitii ,Kiristoos illee ajaja ni baasa. Sababiin isaa Kiristoos akkasi wani jedheefi
ยซ akkuma Abbaan hojjatu ilmi irree Haaluma walifakkaatan ni hojjata jedhee.
โ Fakkeenyaaf*
Ajajaa gosa tokko yoo,taโe.
Kiristoos illee kani biraa hin fidu tokkummaa malee. Yoo,Lakki ajaja gargaara jedhete immoo dubbii Kiristoos faalleessaa deemta jechuudha, โ sababin isa Haaluma wali fakkataan hojjadha jedhee malee ,kani biratti(gosa birati) hin jennee inniโโ
โต๐Yohaannis 5:19
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise: โDhuguma dhuguman isiniin jedha, #Ilmi waanuma Abbaan isaa #yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaสผee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaสผu. Sababiin isaas waanuma #Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma
#wal_fakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
๐kanafuu Kiristoos jalqabumaa ajaja Abbaa wajjiin basa malee kophaa isaa mitii.
โถ๐Yohaannis 8:16.
Abbaan inni na erge #Anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
โฉ erga Kiristoos ajaja basee immoo ajaja sana eeggu qaba.
โ๏ธ Jechi Ani akkuma ajajaa Abbaa #eeggu jedhuu"
immoo Kiristoos nuufi #fakkeenya ta'uf gadi ofi qabe hiyyeessaa taโe. Akkasii jedhe.malee Wanta birafi miti.
โท๐2.Qorontos 8:9
#Sababiin isaas, isin #gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taสผus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa taสผe.
๐ ฑ inni bira immoo Ani jalala abbaa keessa, isin immoo jalala koo,keessa jiradha yero jedhuu immoo
*Fakkeenyaaf.
Yoo,Kiristoos jalate ,abbaa jalate jechudha Haaluma wali fakkaata yoo Kiristoos jibbitee Abbaa jibbitee jechudha.
โฉqabxiiwwan nuuti hubbaannu jalali abbaa kana biraa taโe ,jalali Kiristoos nuu,jalate gosa kani biratti jechuu miti โ.
โธ๐Yohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba.
๐ ฐ Kiristoos Abboommii yookiin ajjaja koo, eegga jedhe jira.
โน๐Yohaannis 14:15.
โIsin yoo na #jaallattan #ajajawwan_koo(Abboommii koo) ni eegdu.
โ ergaa akkasii taโe immoo Kiristoos Waaqayyo jechudha. Yohaannis akkasi jedhee.jira Waaqayyo jalachu jechuun ajaja isaa yookiin abboomi isaa eeggudha jedhee.
โบ๐1 Yohaannis 5:3.
#Waaqayyoon jaallachuu jechuun #ajajawwan isaa #eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baสผaa ulfaatoo miti;
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
waldaa keenyaa hordofuu
Yoo,barbada kan xuqi๐๐