πΉπkutaa_15ffΒͺΒͺββπΊ
π£ Gaafi fi Deebi
ββ Musilimootaββ
β Yohaannis 6:38π
#Ani samii irraa kanan
dhufe, #fedhii isa na erge
sanaa #raawwachuuf
malee, fedhii #ofii _koo raawwachuuf miti
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Ύ Muslimooni akkasii
jedhanii, #Kiristoos_Ergamadha.
Osoo #Waaqayyo taβe jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....β
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΌ=Deebi.......ππ
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
π Ύ πYoh 6:38πYoh 3:13ππ Ύ
πΉAbbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.
πΉ Kiristoos Ani #fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa
π ° osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu taβe, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.
πΉKitaabni #Qulqulluun
akkasii Jedha,"
βYohaannis 8:39π
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: βisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.
πΉ akkuma #namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.
π Ύ Haaluma #walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba
βYohaannis 5:19π
πΉ#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise: #Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge #qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas #waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
βYohaannis 6:38π
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu
β Yohaannis 6:40
Amma garuu #ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βYohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β #Ani nyaata jireenyaa ti. πNamni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.
Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.
Warri #Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
π Kiristoos Waaqayyo
Wani taβefi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa
π osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,β
π Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
π€mee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,π€
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βYohaannis 16:15π€
Wanti Abbaan qabu #hundi
kan koo ti. #inni wanta kan
koo ta'e irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
βYohaannis 6:27-29π
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.β
isaanis, β #Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna reeββ jedhaniin
Iyyaasuus βHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dhaβ jedhee
isaaniif deebise
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Link kan xuqaa
hordofaa...πππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
π’πΌβ«οΈπΌπ€πΌπ€πΌππΌπ΄

πΉπkutaa-22ffΒͺΒͺββπΉ
β―,Gaaffii fi Deebi
β Musiliimoota.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β΅=Yohaannis 8:14
βΆ=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
β Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. β
β kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani taβe jedhuu...β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β© Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.
β΅=Yohaannis 8:14
#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
βAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee #ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
β―Kiristoos waee ofii dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan koo,dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti
βΆ=Yohaannis 5:31
#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon dhugaa bae
Dhugaa koo, sirrii mitii
Jedhe
β©kanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee
πkanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, taβe garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
β―Ragaa kitaaba
βYohaannis 8:13-19
Kanaan kan kaes #Fariisonni, βAti waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
mitiβ jedhaniin.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
βAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, #dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees Seeruma keessan keessatti illee, #Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaβ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee #koo dhugaa ni baa.β
Isaanis, βAbbaan kee eessa jira?βjedhaniin Iyyaasuus, βIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanβ jedhee deebiseef.
β© iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka taβe ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.
βΆ=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
βAni qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan
ani dhugaa bau
dhugaa hin tau.
Haatau malee, waaee koo kan dhugaa bau kan #biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun dhugaa akka
tae beeka.
β·=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa dhugaa kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
kanafuu Kiristoos ani qofti koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni koo dhugaa
Mitti hin jennee inni.
βΈ=Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
πΉlink kan xuqaaπ
π @haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====

β‘οΈπΊkutaa _ 52 ffΒͺΒͺ πΈπΈ
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
β‘οΈ Gaaffii fi Deebii
π―musiliimota π―
β Yohaannis 12:49
wanta ani jedhuu fi wanta ani dubbadhu #Abbaa isa ana erge sanatu na ajaje malee ani #ofii kootiin kakaee hin dubbanne.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β«οΈ Gaafii isaanii
β΅=wanta dubbatuu hunda kani Abbaatti malee kani Kiristoos mitii jedhuu....β
====================
π³ Deebi keenya.
βlakki dubbii kani qaamaa lamanuu iyyuu itti kan jedhuu ta'a.
βjalqabaa irratti dubbii Kiristoos ta'u ragaa keenya kitaaba Qulqulluu dha.
β΅πYohaannis 8:31
Achiis Iyyaasus(Kiristoos )Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: βIsin #dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti;
βΆπYohaannis 8:43
Wanta ani dubbachaa jiru maaliif hin hubattan? #Dubbii_koo fudhachuu waan
hin dandeenyeefi.
β·πYohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni #dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.β
βΈπYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: βYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? #Ati_dubbii jireenya bara baraa qabda
βΉπYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #hafuura; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti
dubbadhe hafuura, akkasumas jireenya.
πΊGara mataa duree keenya yeroo deebinuu immoo Dubbiin kuni kani Abbaatii malee kiyyaa mitii kani jedhee Kiristoos ,yihudoonni barumsa isaa fi dubbii isaa fudhachuu wani didaniif ,akkasumas Kiristoos ni tuftani ,sababaa Kanaaf dubbii Abbaa jedhee ,yihudoonni immoo Abbaa akka waaqati wani ilaalaniif ,ni Amanuu jedhee itti dubbate.
βRaaga kitaaba Qulqulluu
β΅βYohaannis 12:48
Nama ana #tuffatuu fi
#dubbii_koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa
βΆβYohaannis 5:31_32.
βAni qofti waaee #ofii_koo yoon
dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau. Haatau malee,waaee koo kan dhugaa bau kan biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau sun dhugaa akka tae beeka.
β·βYohaannis 5:40_44
Taus, isin jireenya argachuuf
gara koo #dhufuu hin barbaaddan.Ani nama irraa #ulfina argachuu hin barbaadu; taus, akka isin jaalala Waaqayyoo of keessaa hin
qabne akka gaariitti nan beeka.
Ani maqaa Abbaa kootiin Nani
dhufe; isin garuu na #hin_simanne.Namni kan biraan maqaa ofii isaatiin yoo dhufe garuu isa ni simattu Isin walii keessaniif ulfina kan kennitan, ulfina isa #Waaqa_tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaadne erga taatanii, akkamitti amanuu dandeessu ree?
βΈβYohaannis 6:29_30
Iyyaassus(Kiristoos) βHojiin Waaqayyoo, isin isa inni ergetti akka amantaniifi dhaβ jedhee isaaniif deebise. Yeroo kanatti isaan akkana jedhaniin: βAkka nuti arginee si amannuuf, #mallattoo maalii argisiifta? Hojii akkamii hojjetta?
βΉβYohaannis 8:18-19
#Ani waaee ofii #koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa. Isaanis, βAbbaan kee eessa jira?β jedhaniin Iyyaasuus(Kiristoos), βIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanβ jedhee deebiseef
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
kutaawwan darban dubbisa
A.))β Kutaa _ 12 ffaa
B.))β Kutaa _ 15ffaa
C.))β kutaa _ 17 ffaa
D.))β Kutaa _ 25 ffaa
E.))β kutaa _ 26ffaa
F.))β kutaa _ 28ffaa
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
Link waldaa kana kuno namni fedhii qabduu seenu dandaβaβ
πΉ@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
‴οΈβ€΄οΈβ€΄οΈβ€΄οΈβ€΄οΈβ€΄οΈβ€΄οΈβ€΄οΈβ€΄οΈβ€΄οΈ