πΉπkutaa-22ffΒͺΒͺββπΉ
β―,Gaaffii fi Deebi
β Musiliimoota.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β΅=Yohaannis 8:14
βΆ=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
β Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. β
β kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani taβe jedhuu...β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β© Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.
β΅=Yohaannis 8:14
#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
βAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee #ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
β―Kiristoos waee ofii dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan koo,dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti
βΆ=Yohaannis 5:31
#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon dhugaa bae
Dhugaa koo, sirrii mitii
Jedhe
β©kanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee
πkanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, taβe garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
β―Ragaa kitaaba
βYohaannis 8:13-19
Kanaan kan kaes #Fariisonni, βAti waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
mitiβ jedhaniin.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
βAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, #dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees Seeruma keessan keessatti illee, #Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaβ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee #koo dhugaa ni baa.β
Isaanis, βAbbaan kee eessa jira?βjedhaniin Iyyaasuus, βIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanβ jedhee deebiseef.
β© iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka taβe ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.
βΆ=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
βAni qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan
ani dhugaa bau
dhugaa hin tau.
Haatau malee, waaee koo kan dhugaa bau kan #biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun dhugaa akka
tae beeka.
β·=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa dhugaa kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
kanafuu Kiristoos ani qofti koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni koo dhugaa
Mitti hin jennee inni.
βΈ=Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
πΉlink kan xuqaaπ
π @haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====