๐นWanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu
๐ผ แ แแแฝแแ แ แธแแต แจแแตแแแแตแ แแ แตแแ แแแฝแ
โงMat. 21:22
โงแแดแแต 21:22
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ปQabxii lamaa ilaala
1โง1 ffaan Amata keenyan cimsinee yoo,kadhannee, jecha nama fi qorumsa dhufu jala caalisne wanta barbaduu hanga argatutti itti fufte kadhachuu
2โง2 ffaan Amanta yoo qabatee kadhaate wanti hundinuu sii,dandamu isaa ibsaa
๐๐ผ Fakkeenyaa 1 ffaa
โโงGooftaa keenya Iyyaasuus kiristoos fi barattoonni isaa
yommuu iyerikoodhaa ba'anii deeman namoonni hedduun isa duukaa bu'an
โโงYeroo kanatti namoonni
qaro dhabeeyyii taanii fi karaa qarqara taa'an lama(2) Gooftaan keenya,waaqaani keenya Iyyaasuus Kiristoos achiin darbaa akka jiru dhagaanii,
๐ผ โYaa Gooftaa,
๐ผ yaa ilma Daawit nuu
Fayyisiโ jedhanii iyyan
โโงHaata'u malee, namoonni hedduun sun isaanitti dheekkamanii akka callisan itti
himan isaan garuu
โโYaa Gooftaa,
yaa Ilma Daawit nuu fayyisi jedhanii ittuma caalchisanii iyyan
โโงKanaaf Gooftaan keenya, waaqani keenya Iyyaasuus Kiristoos dhaabatee isaan waamee, โMaali akkan isiniif
godhu barbaaddu?โ jedhe isaanis, โYaa Gooftaa ija keenya nuu baniโ jedhaniin
โโงGooftaan keenya isaaniif #gaddee ija isaanii qaqqabe agartuun isaaniis battaluma sanatti isaaniif deebie; isaanis isa duukaa bu'an (mat 20:29-34)
๐ yoo garaa kee, guutuu kadhatee, Waaqayyo baay'ee siif,gadda,
โงnamoonni baay'een akka ati fayyitu hin barbaadanii, ati garuuu kadhachuu kee,addan hin kutiin
โงyoo ati kadhannaa kee,itti fufte, akkuma namoonni kuni Gooftaa keenya akka dhabatuu goodhan, Atis akka siif, dhagamu godhi
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงFakkeenyaa 2 ffaa
๐fakkeenya 1 irra maali baratee,,, Fakkeenyaa 2 wajjin walii qabata moo,gargari
๐ผโง Gooftaan keenya, waaqaani keenyaa Kiristoos guyyaa tokko magaala Bitaaniyaa bulee Ganama barii yommuu gara iyarusaalemi magaalattiitti deebius ni beelae
Muka harbuu tokko karaa qarqaratti argee gara ishii dhaqe; garuu baala malee firii irraa hin arganne kanaaf, โKana booda firiin si irraa hin argaminโ jedheen. Mukti harbuu sunis battaluma sanatti gogde
๐ปโง Barattoonni isaas yommuu kana argan dinqisiifatanii, โMukti harbuu sun battaluma kanatti akkamitti gogde?โ jedhan.
๐ป โง Gooftaan keenyaa deebisee akkana isaaniin jedhe โDhuguman isiniin jedha, #amantii yoo qabaattanii fi yoo shakkuu baattan, wanta ani
muka harbuu kana irratti godhe qofa utuu hin tain, #gaara kanaan โAsii buqqaii #galaana keessatti darbatamiโ yoo jettan illee akkuma isin jettan ni ta'a
๐Wanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu(mat 21:17-22)
๐ปโโงkallattii hiikaa gargaara yaa,qabatuu malee amma garuu
๐ป โงamantii qabatee yoo,kadhate wanta hundumaa rawwachuu akka dandeessuu nuu,hubbachisa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
akkuma inni jedhee
๐๐๐๐๐น
๐น๐namni dubbii koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,
nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata(mat 7:24)โ๏ธ
๐น๐ แตแแแ แญแ แ แแแ แฐแแถ แจแแซแฐแญแแ แแ แคแฑแ แ แแแต แแญ แจแ แซ แแฃแ แฐแแ แญแแตแแ( แแดแแต 7:24) ๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Galani Waaqayyoof Haataโu Ameenโผ๏ธ

๐ป iji wantoota isin argaa jirtan kana argu gammadaa dha,
แจแแณแฉแตแ แจแแซแฉ แแญแแฝ แฅแแแ แแธแ
=Luq 10:23
=แแแต 10:23
โณ______________โณ
๐ ๐๐ ๐
โฌโฌโฌโฌโฌ
โ= nutti garuu iji keenya badee jira wanta tokko illee arguu hin dandeenyee,,garuu carraa nuu, qabnuu guddaa turee
โ iddoo ilaalamu qabuu dhisnee kan jireenya nuufi hin kennine ilaala jira
Koota mee, ija keenya gara Waaqa keenyatti akka ilaaluu goona
โ yoo Waaqayyo argine iji keenya kan,eebbifamee ta'a
Ija jechuun ija,qaamaa foonii kan osoo hin tanee ija laphee keenya jechuudha
๐ป Namoonni Qulqulluun maali jedhan,
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
#kiristoos waaqni keenya hoo,akka jedhu
โโSana booda gara barattoota isaatti garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate #Iji wantoota isin argaa jirtan kana argu
gammadaa dha
โโ Ani isiniin nan edha, raajonnii fi mootonni hedduun wantoota isin argaa jirtan kana
arguuf kan hawwan taus hin argine; wantoota isin dhageessan kana
dhagauuf kan hawwan taus hin dhageenye.โ
โโ #Abrahaam abbaan
keessan guyyaa koo arguuf gammachuu guddaadhaan eeggachaa ture, guyyaa koo argees gammadeera.โ
(Yoh 8:56)
โ #Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu sana ilaalchisee raajii dubbatan sun, waaee #fayyina kanaa cimsanii barbaadaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.
Affuurri isaan keessa ture dhiphina hedduu #Kiristoos irra gauu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa bau, waaee yeroo isa kamii yookiin waaee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochuu isaanii itti fufanii turan.
isaan ofii isaanii #tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulifamee ture,Kanaa mannaa, #Afuura_Qulqulluu samiidhaa ergameen karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. #Ergamonni.Maleekonni iyyuu wantoota kana xiyyeeffannaadhaan ilaaluuf hawwii guddaa qabu
(1 Phex 1:10-12)
โ Namoonni kun hundi #amantii isaanii eeganii kan duan taanis, abdiiwwan sun yommuu raawwataman
hin argine; kanaa mannaa fagootti ilaalanii isaan simatan, akkasumas biyyicha keessatti #keessummootaa
fi yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan tauu isaanii ifatti labsan
โ Namoonni wantoota akkasii lallaban kun, iddoo isa kan ofii isaanii cimsanii barbaadaa akka jiran ifatti argisiisu
(ibr 11:13-14).
โโจ Namoonni kun hundi sababii #amantii isaaniitiin dhugaa kan isaaniif baame tau illee, abdiin Waaqayyo kenne yommuu raawwatamu hin
argine
#sababiin isaas isaan nu
malee mudaa kan hin qabne akka taan kaayyoo isaa waan hin turreef, Waaqayyo waaee keenya dursee wanta caalu argeera (Ibr 11:39-40)
โ โจ Yaa ijoolle, dubbiidhaan yookiin #afaaniin
utuu hin tain, hojii fi dhugaadhaan wal jaallachuu qabna
โ Kanaan nuti kan dhugaa tauu keenya ni beekna, akka inni nu jaallatus garaa keenya ni amansiisna
โ wanta garaan keenya nutti murteessu hundumaa irrattis kana ni goona sababiin isaas #Waaqayyo garaa keenya irra ni #caala, wanta hundumaas ni beeka.
โ Yaa obboloota jaallatamo, garaan keenya nutti
hin murteessu yoo tae, Waaqayyo duratti dubbachuuf #ija jabina qabna
โ #ajajawwan isaa waan eegnuu fi wanta ija isaa duratti gammachiisaa tae waan hojjennuuf wanta
isa gaafannu hunda isa irraa akka fudhannu ni beekna
โ Dhuguma iyyuu ajajni isaa isa kana: kunis #maqaa Ilma isaa #Iyyaasuus Kiristoositti
akka amannuu fi akkuma inni ajaja nuu kennetti akka wal jaallannu dha
(1 Yoh 3:13-23)
โจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธโจ๏ธ
โจ๏ธGalani Waaqayyofโจ๏ธ
๐ผ dubro Maariyaamiifi ๐ผ
โจ๏ธโจ๏ธHaataโu โจ๏ธโจ๏ธ
โจ๏ธAmeenโจ๏ธ
โณ.......................โณ

๐นEgaa #ifni dukkana
irra akkuma caalu
akkasuma #ogummaan gowwummaa irra caaluu
isaa nan arge
=kitaaba Lallabaa 2:13
๐ป แฅแแ #แฅแญแแ แจแจแแ แฅแแฐแแ แแฅ แฅแแฒแ #แฅแ แฅ
แจแตแแแ แฅแแฒแ แแฅ แ แจแ
=แแญแฅแฅ 2 :13
๐ป yero sana isin ana
in #waammattu, anis
isiniif nan deebisa
gargaarsaaf gara
kootti in iyyattu
anis isin jalaa nan
oowwaadha
isin nama cunqursuu
yoo dhiiftan #quba
namatti qabdanii jal'ina
nama irratti dubbachuus
yoo dhiiftan isa
#beela'eef nyaata
yoo kennitan
isa #rakkates yoo
gargaartan #ifni
keessan dukkana
keessatti in ba'a
dukkanni keessanis
akka guyyaa saafaa
in ta'a #Ani Waaqayyo
yeroo hundaa isin nan geggeessa,
lafa gogaa keessatti
iyyuu isin nan quufsa, namummaa keessanis
nan jabeessa
yommus isin akka
iddoo dhaabaa
isa yeroo hundaa
#bishaan qabuu
akka #burqaa bishaan
isaa hin #hir'annees
in taatu
isa dur diigamee
ture in #deebiftu
#hundee isa abaabiliin
keessan kaa'an
irrattis in ijaartu
#isin Warra isa
caccabe #deddeebisan
warra #karaa isa
duudee ture
tottolchanis in jedhamtu
=Raaji isay 58:9-12
๐ป แจแแซแ แแ #แฅแญแแแ
แฅแแฐ แแแต แญแ แซแ
แแแตแ แ แแฅแ แญแ แ แแ
แฝแตแ แ แ แ แแตแ แญแแณแ #แจแฅแแแ แฅแแญแ แญแฅแญ
แ แแแ แแ แญแ แฅแ แแ
แจแแซแ แแ #แตแ แซแแ
แฅแแแ แฅแแญแ แญแฐแแแ
#แตแฎแปแแ แฅแญแฑแ แฅแแแ
แญแแ แจแแซแจแแ แแแ แญแ
แฅแณแญแ แฃแตแ แแ แแฅแแต
แฅแตแฐแ แฃแณแแแซแแญแ
แแแตแ แแ แแฐแซแ
แฅแณแแตแต แจแฐแจแแแแแ
แแแต แฅแณแ แแฅ #แฅแญแแแ
แ แจแแ แญแแฃแ แจแแแ แ
แฅแแฐ #แแตแญ แญแแแ
#แฅแแแ แฅแแญแ แแแแ
#แญแแซแแ แแแตแ แแ
#แ แแแซแ แแแญ แซแ แแฃแ แ แฅแแตแ แแ แซแ แแ แ แแฐแ แฅแแฐแแ แฃ แแแต
#แแแแ แฅแแฐแแซแแญแฅ
แแแญ แตแแแแ แข
แจแฑแฎ แแแ #แจแแจแฑแต
แตแแซแแฝ แญแ แซแ
แจแฅแ #แตแแแตแ แแ แจแต
แญแณแแปแแค แ แแฐแ แฐแฃแซแแ
แ แแ แจแแแชแซ แแแแตแ
แ แณแฝ แตแฃแแแ
=แขแณแญแซแต 58:8-12
๐ปNamoonni #hojii
keessan isa gaarii
arganii #Abbaa keessan
isa waaqa irraaf ulfina
akka kennaniif #ifni
keessan akkuma
kanaatti namoota
duratti haa ifu jedheen
= Maatewos 5:16
โจ๏ธ #แแแซแแ แฅแซแฝแแ
แ แญแฐแ แ แฐแแซแต แซแแแ
#แ แฃแณแฝแแ แฅแแฒแซแจแฅแฉ
#แฅแญแแแฝแ แฅแแฒแ
แ แฐแ แแต แญแฅแซ
=แแดแแต 5 :16
==//==//====
#Bagaa_Geessaan
Miseensa channeel
Kan hundii keessan
Iyyuu, Kabaja
Ayyaanna Qulqulluu
#Taklayamanootti
=24=
โ Akkuman dubbachuf
Yaale mataa duree
Sana irratti"jechi ifa
Jedhu bareeffame turee
Haataโu malee sadarkaa
Sana Namoonni jiran
Yeroo kamiyyuu
Waaqayyo fuulduraatti
Hoojiin isaanii kan
Bareduu ta'a
ifa kan jedhamee
Qulqulloota
โ Kanaafuu,nama
Hundumaf fakkeenya
Kan taโe Qulqulloota
โWarra isin gidduutti geggeessitoota taanii
fi dubbii Waaqayyoo
isinitti himan
yaadadhaa akkasumas
#buaa gaarii jireenyi
isaanii argamsiise
irratti xiinxaluudhaan
#amantii isaanii
hordofaa
=ibr 13:7
โ แจแฅแแแ แฅแแญแ #แแ
แจแฐแแแฉแ แฝแแ แแแปแฝแแ
แ แตแก แจแแฎแ แธแแแ
#แแฌ แฅแจแฐแแแจแณแฝแ
#แ แฅแแแณแธแ แแฐแแ แธแ
=แแฅแซแแซแ 13:7
==//===//===
Ayyaana gaarii
Isinif Haataโuโผ๏ธ
==\\===\\===

๐นWangeela
tokko Qofaa jira
=Galaatiyaa 1:7
โฌโฌโฌโโฌโฌโฌ
1โ=akkuma
cuuphaan
Tokko jiruu
2โ=akkuma Gooftaan
tokko jiruu
3โ=akkuma Amantan
tokko jiru
4โ=akkuma wangeeli
Tokko Jiru
5โ=hordofitooni
Tokko qofti jiruu
โqabxiiwwan 1-3 kan
ibsu ๐=Eef 4:5
โqabxiin wangeela
Tokko ibsu=Gal 1:7
โQabxin
Hordoftoota tokko
Ibsu (Ani
#ortodoksii Kana
ibsuu
๐=Eefe 1:10-13
๐=Gal 1:15
๐ผ=Qabxiwwan 5 kan
Bakka Tokkoti ilaala
โ akkuma #Phaawulos
Jedhe1Qor 13:13 irraatti
โ=jalalaa
โ=amantii
โ=abdii
โ isaan sadan iyyuu
Garagara hin Bahan
Jedhuu
โ ammas wantoonni
#Shanan(5) kuni adda
Hin Bau
โจ๏ธ Waa'ee hordofitoota
Waaqa tokko irratti
#Ani_ortodoksii dha
Kan jedhuu irratti
๐นAni #ortodoksii
Ta'e dhalee kootif
Waaqayyof Galani
Haataโu jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuโ
๐นAni ortodoksii ta'u
Kootif baayโeen
#gammada jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuโ
๐ผ kanaa irratti
Kitaabni Qulqulluun
Maali jedha
โ #isin isa gaarummaa Kiristoos isa guddaatiin
isin waame Sana irraa gara #wangeela kan #biraatti
saffisa akkasiitiin garagaluun keessan na dinqisiiseera
๐ผ=jechi #isin jedhuu yeroo
Jalqabaf Namoota warra
Galaatiyaaf jechuu isatti
โ #wangeeli kan biraan
akka hin jirre
#beekamaa dha
haa tau malee
namoonni isin jeeqanii fi
#wangeela waaee
Kiristoos ibsu #jalisuu barbaadan tokko
tokko jiru
๐ผ wangeeli kan biraa
Akka hin jire jechuun
Isaa Waangeela tokko
Qofa jira jechuu isati
Kan bira wa'e Kiristoos
Hin ibsu jedhudha
โTaus nu keessaa
namni tokko yookiin #Ergaaman//maleekaan
tokko #samii irraa dhufee
#wangeela nuti isiniif
#lallabne irraa #adda tae
yoo isiniif lallabe inni #abaaramaa haa tau
โ wangeela tokkicha
Kan irraa adda taโe
Kan laallabe Abaarama
Ni ta'a
Namas yoo,taโe
Ergamootaa yoo
Ta'es
๐ป=Haataโu malee
Ergamoonni Waaqayyo
Wangeela nama
Barsisuu ni danda'u
=Ergamaan Seexanaa
Dhufe garuu kan adda
Ta'e yoo,lallabee
Ni abaaramaa
โAkkuma kanaan dura dubbanne ammas dabalee
nan dubbadha #eenyu illee wangeela isin #fudhattan
irraa adda tae yoo isiniif
lallabe #abaaramaa haa tau
๐ป=Namas yoo taโe kan
Abaaramee ta'a
โAni amma namoota
moo Waaqayyoon amansiisuuf yaalaan jira? Moo namoota gammachiisuuf yaalaan jira? Ani amma iyyuu namoota
gammachiisuuf yaalaan
jira yoo tae #garbicha
Kiristoos miti jechuu dha
โYaa obbolootaa
#wangeela ani isiniif
lallabe #nama irraa kan
madde akka hin taane
akka beektan
nan barbaada
๐ป=wangeelich nama
Irra akka hin dhufnee
Ibse
โ sababiin isaas ani
Wangeella kana
#Iyyaasuus_Kiristoos
irraa #mulataan nan
fudhadhe malee
nama irraa hin fudhanne
yookiin namni
na hin barsiisne
๐ป=wangeeli kan
Kiristoos
Ta'u ibse jira
โAni dur #amantii
Yihudii keessatti akkamitti akkan jiraadhe
jechuunis #Kiristiyaanotaa Waaqayyoo cimsee
ariachaa fi balleessuuf dhamaaa akkan ture dhageessaniittu
๐ป= #Phaawuloos jalqabaa
Amanti yihudoota
Hordofaa akka jiruu
โakkasumas #aadaa
abbootii kootiif hinaaffaa guddaan qaba ture
saba koo keessatti
warra #hiriyoota koo
taan hedduu #caalaas
amantii Yihudii
keessatti baayee
guddachaan ture
๐ป=Phawuloos yeroo
Sanati hiriyoota isaa
Akka caaluu mul'isa
โHaatau malee
Waaqayyo inni
#gadameessa haadha
kootii jalqabee na
#filate fi karaa gaarummaa
isaa isa guddaa na
waame sun
๐ป=Akkuma Phaawuloos
Gadameessaa haadha
Isaa keessa filatame
Hordofa Kiristoos taโe
โ Ani #ortodoksii taโen
Dhaladhee yoo jeete
Sirridha,Ani ortodoksii
Ta'u kootiif,nan
gammada yoo,jeette
Sirridha
๐=Gal 1:6_17
๐ปWangeelli #dursa
Wanta hunda akka
Ta'e ifa
===========
#saqqii dhugaatiin
mudhii keessan
hidhachuu fi gaachana
#qomaa Qulqulluu uffachuudhaan
#jabaadhaa dhaabadhaa
akkasumas #wangeela
#nagaa labsuuf
qophaauudhaaf #miilla keessanitti #kophee
kaaadhaa
=Eefesoon 6:14-15
=============
๐น#Yaada yoo
qabatanii๐
๐ @Gutema123
๐ผ=link channeel
Yoo barbaadan๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐
ฐ #Deebi isaa kuno ilaala "
๐น #Qophi_kuta_6_ffยชยช
#musilimooni
Waaqayyo hin dadhabu
Kiristoosi maalif dadhabe
Jedhuu...โ
๐นYohannis 4:6๐
#Boolli bishaanii Yaaqoobi
achi jirature.
#Iyyaasus karaa deemuu
isaatiin waan #dadhabeef boolla bishaanii sana #bira
taa'e Yeroon isaas
gara saa'atii ja'aa(6) ture
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Deebin keenya
immo Kuno ilaala๐
โsababa kiristoos
Dadhabee "Qabxiwwan(5)
====//===//====
๐นโ1)= Qabxii inni tokkoffan
โ Fakkeenya Rajoota
Raawwachuufi.
โ rajoonni heddun nama
Cubbama cubbuu isaa irra
Deebisuufi dadhabani jiru
๐น=Yoh 4:38๐
Ani wanta isin itti
hin #dadhabne akka haammattan isin
ergeera
#Warri kaan itti #dadhabaniiru, isin garuu #bu'aa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.
โkan erguu Goofta keenya
โkan ergamani duuka buoota
โ warri kuni kan itti dadhabani
Inni jedhu #raajoota bara duri
Jechuu isaati
#แฎแแแต_4 :38 แฅแแ แฅแแแฐ แซแแฐแจแแฝแแ แตแ แณแญแฑ แแแต แฐแฐแตแแฝแแค #แแแฝ #แฐแจแ
แฅแแแฐแ แ แตแซแแธแ แแฃแฝแ
๐ ฐ Luqaasi 10:23-24๐
Sana booda gara
#barattoota isaatti
garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Ijji wantoota isin argaa
jirtan kana argu
gammadaa dha
Ani isiniin nan jedha,
#raajonnii fi #mootonni hedduun wantoota
isin argaa jirtan kana
arguuf kan #hawwan
taus hin argine
wantoota isin dhagaaa
jirtan kana dhagauuf
kan hawwan
ta'us hin dhageenye.
โibroota 11:13๐
#Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii du'aniiru; taus, #waadaawwan sun yommuu #raawwataman hin argine; kanaa mannaa, #fagootti ilaalanii simatan, akkasumas #biyyattii
keessatti #keessummootaa fi
yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan ta'uu isaanii
ifatti labsan.
โธ แฅแแแ แแ แ แแแ แแฑ
แจแฐแฐแฃแธแแ #แจแฐแตแ แแ แ แแแแแ แณแฉ แแ แจแฉแ แแแ แ แฉแตแ แฐแณแแแต แ แแตแชแฑแ แฅแแแถแฝแ #แแปแฐแแฝ แฅแแฒแแ แณแแ(แแฅแซแแซแ 11:13)
๐นโRaga dabalata
โMat 13:16-17
โ1Mot 19:4
โyonasi 4:3
โ kanaafuu rajjoonni
Kuni isaani #karaa keessa
#Rafaa, kuni isaani #dadbaba
Turani haaluma kan kiristoos
Akkuma isaani dadhabi sana
Irratti hirmate jira
โfakkeenya dubbi rajoota
Xumuruufi kiristoosi
Ni dadhabe.
โค๏ธ akkuma yero #fannifame
#lafeen isaa osoo hin cabini
Hafe, duubi raajota rawwate
โธ โณ Yohannis 19:36
โธ โณ Far-Daawit 34:20
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นโ2)=inni lammaffan immo
#Waaqayyo Amala
dadhaba ta'e
Namati mulachun Amala
Waaqayyooti
โโbara duri keessa
#Abrahamatti yero
Mulateti nama dadhabe
Fakkate itti mulate
๐นโser.Uum 18:1-8
๐โ #wali_fakkeenya_isa
๐ ฐโ waaqayyoo Abrahamati
Kan mulate sa'aati 6 tti
๐ ฑโ kiristoos dubarti kaniti
Kana mulate sa'aati 6 tti
๐ ฐโAbharami waaqayyotti
Deeme
๐ ฑโ dubartin gara kiristoos deemte
๐ ฐโ Abrahama nama
Dubarti 3 waajjin ciise jira
๐ ฑโ dubartin dhira 5 wajjin ciiste Jirti
โธ=lamanuu cubbu
rawwatani jiru
๐ ฐโ Abrahami bishaani
Waaqayyoof dhiyeesse jira
๐ ฑโ kiristoos jalqaba bishani
Akka isaa keenitu ishe gaafate
๐ ฐโ Abrahama xumura irrati
Gammachu argate
๐ ฑโ dubartin xumuraa irrati
Gammachu argate gara
mana ishee deemte
โ iccitti kuni maalif
Ta'e kan jeetu yoo, tate
Kan dubbisi โ(Yoh 4:2-5)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#kuta_1_ffยชยช
Kana irratti xumurama
#kuta_2_ffยชยช itti fufa
โibsa #bareeffama
#sagaleen Hordoffu
Namni barbaduu
#Link kan xuqa seena
โผ๏ธ @haadha_Waaqa_naJaladha โผ๏ธ
โผ๏ธ @haadha_Waaqa_naJaladha โผ๏ธ
=====//===//====

G))โก๏ธ gara amantii ilma jedhamta
Galatiyaa 3:7
Warri #amantiidhaan jiraatan #ilmaan Abrahaam akka taan isin akka gaariitti beektu
1ximotewos 1:2
#Ximotewos isa karaa #amantii #ilma koo isa
dhugaa taeef Waaqayyo Abbaa fi Gooftaa keenya Kiristoos
Iyyaasus(Kiristoos)biraa gaarummaa guddaan, gara laafinnii fi nagaan siif haa tau
((Galatiyaa 4:6-7))
=========
๐ณ link waldaa keenya xuqa hordofaa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

ฐ kutaa-11-ffaa
โGaaffii fi Deebii Islaama
๐๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐๐ฃ๐ ยซ Kitaabni Maarqoos fi ergaa Yohaannis wali faalleessa jedhu
๐ฅ ragaa isaanii.
โโปMaarqoos irratti yaa Qulqulluu Waaqayyo jedhani ragaa ba'u
Maarqoos 1:24
akkana jedhe; โYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha_Waaqaa!โ
โ erga Yohaannis irratti immoo #Iyyaasus kiristoos foonii akka dhufe ragaa ba'uโ:โ ^โ )
1 Yohaannis 4:2
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: Hafuurri akka #Yesuus Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baสผu hundi kan Waaqaa ti;
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นDeebii keenya hundinuu sirriidha kana jedhuu ta'a
โปjalqaba dura Seexanni ykn hafuura xuraawaan suni Ati Qulqullicha Waaqayyo kani jedhe eenyun jedheeโ
โปIyyaasuusin jedhee =ok.
โปjalqaba sagalee turee(sagaleen immoo Waaqayyo turee) sagalee sanu foonii nama uffaate.=ok.
โปYeroo kanatti maqaa Iyyaasuus jedhamu argamee.
โโปMaarqoos 1:23-24
Yeruma sana namichi mana sagadaa isaanii keessaa kan #hafuura xuraaสผaan qabame tokko iyyee akkana jedhe; โYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu #balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha Waaqaa!
โโปYohannis 1:1
Jalqabatti #sagalee ture; sagaleen Waaqa wajjin ture; sagalee sunis #Waaqa ture.
โโปMaatewos 1:21
#Isheen ilma deessi; atis #maqaa isaa #Yesuus jettee ni moggaafta; inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisaatii.
โโปRoome 8:3
Waan seerri sababii fooniitiin dadhabsiifameef hojjechuu hin dandaสผin, Waaqni #Ilma ofii isaa #bifa_foon cubbamaatiin aarsaa cubbuu akka taสผuuf erguun hojjeteeraatii. Kanaanis inni fooniin cubbuutti mure.
๐ gara Yohaannis koota immoo yeroo tokkoo.
โโป1 Yohaannis 4:1-2
Yaa michoota, #hafuuronni kan Waaqaa taสผuu fi taสผuu baachuu isaanii ilaaluuf qoradhaa malee hafuurota hunda hin amaninaa; #raajonni sobduun hedduun addunyaa seenaniiru
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: #Hafuurri akka #Yesuus_Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baสผu hundi kan Waaqaa ti;
โโปYohaannis 6:68-69
Simoon #Phexrosis akkana jedhee deebise; โYaa #Gooftaa, gara eenyuu deemna? Ati #dubbii jireenya bara baraa qabdaa. Nu akka ati #Qulqullicha Waaqaa taate #amanneerra; beekneerras.โ
โฌโฌโฌโฌ
โโปMaarqoos 1:25
#Yesuus immoo, #Calสผisii isa keessaa baสผi!โ jedhee ifate.
Kiristoos maalif calisi keesa bai jedhan โ, sababa Seexanni hooji gaarii wani hin qabneef fi maqaa Kiristoos na fayyisee jedhe osoo hin tanee calisee iyyee
โโปseera.Bau 20:7
#Maqaa Waaqayyo Waaqa keetii akkasumaan hin #dhaสผin; Waaqayyo warra #akkuma argan maqaa isaa dhaสผan utuu hin adabin hin dhiisuutii.
โโปYaaqoob 2:18-19
Namni tokko garuu, โAti #amantii qabda; ani immoo #hojii qabaโ jedha.
Ati amantii kee hojii malee na argisiisi; anis hojii kootiin amantii koo sin argisiisa. Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! #Hafuuronni_hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.
โโปLuqaas 6:46
Isin waan ani jedhu hin hojjettan; yoos maaliif, โYaa #Gooftaa, yaa Gooftaaโ naan jettu?
โซโปMaatewos 7:21
Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa #raawwatu malee namni, โYaa #Gooftaa, yaa Gooftaaโ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐.
โปKan Maarqoos irraa jiru illee Seexanaani Kiristoosif ragaa baโe kunis Kiristoos Gooftaa hunda ta'u ibsuf malee ragaa Seexanaa barbachisaa taโe miti.
(Uumamni hundi waee Waaqayyo beekuu ibsuuf)
โฌโปHoji duka bu'ota 10:36
Isin ergaa Waaqni karaa Yesuus Kiristoosiin nagaa labsuudhaan saba Israaสผelitti erge sana beektu; #Yesuus Kiristoos kun #Gooftaa_waan #hundaa ti.๐
โปkan Yohaannis irraa jiru raajoota sobduu irraa ofii eega jedha raajonni sobduun immoo humna Seexanaa fi kayyoo dhunfaa isaanii fayyadamni nama wani dogoggorisaanif.
^โ _gara telegrama_โ ^โโ โ
๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)