🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…° kutaa-11-ffaa
✍Gaaffii fi Deebii Islaama
π™œπ™–π™–π™›π™žπ™ž π™žπ™¨π™–π™–π™£π™ž Β« Kitaabni Maarqoos fi ergaa Yohaannis wali faalleessa jedhu

πŸŽ₯ ragaa isaanii.
➊➻Maarqoos irratti yaa Qulqulluu Waaqayyo jedhani ragaa ba'u
Maarqoos 1:24
akkana jedhe; β€œYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha_Waaqaa!”

βž‹ erga Yohaannis irratti immoo #Iyyaasus kiristoos foonii akka dhufe ragaa ba'u❓:⁠^⁠)
1 Yohaannis 4:2
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: Hafuurri akka #Yesuus Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baΚΌu hundi kan Waaqaa ti;
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ•ΉDeebii keenya hundinuu sirriidha kana jedhuu ta'a

➻jalqaba dura Seexanni ykn hafuura xuraawaan suni Ati Qulqullicha Waaqayyo kani jedhe eenyun jedhee❓
➻Iyyaasuusin jedhee =ok.
➻jalqaba sagalee turee(sagaleen immoo Waaqayyo turee)  sagalee sanu foonii nama uffaate.=ok.
➻Yeroo kanatti maqaa Iyyaasuus jedhamu argamee.

➊➻Maarqoos 1:23-24
Yeruma sana namichi mana sagadaa isaanii keessaa kan #hafuura xuraaΚΌaan qabame tokko iyyee akkana jedhe; β€œYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu #balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha Waaqaa!

βž‹βž»Yohannis 1:1
Jalqabatti #sagalee ture; sagaleen Waaqa wajjin ture; sagalee sunis #Waaqa ture.

➌➻Maatewos 1:21
#Isheen ilma deessi; atis #maqaa isaa #Yesuus jettee ni moggaafta; inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisaatii.

➍➻Roome 8:3
Waan seerri sababii fooniitiin dadhabsiifameef hojjechuu hin dandaΚΌin, Waaqni #Ilma ofii isaa #bifa_foon cubbamaatiin aarsaa cubbuu akka taΚΌuuf erguun hojjeteeraatii. Kanaanis inni fooniin cubbuutti mure.

πŸ›‘ gara Yohaannis koota immoo yeroo tokkoo.

➎➻1 Yohaannis 4:1-2
Yaa michoota,  #hafuuronni kan Waaqaa taΚΌuu fi taΚΌuu baachuu isaanii ilaaluuf qoradhaa malee hafuurota hunda hin amaninaa;  #raajonni sobduun hedduun addunyaa seenaniiru
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma:  #Hafuurri akka #Yesuus_Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baΚΌu hundi kan Waaqaa ti;

➏➻Yohaannis 6:68-69
Simoon #Phexrosis akkana jedhee deebise; β€œYaa #Gooftaa, gara eenyuu deemna? Ati #dubbii jireenya bara baraa qabdaa. Nu akka ati #Qulqullicha Waaqaa taate #amanneerra; beekneerras.”
β–¬β–¬β–¬β–¬
➐➻Maarqoos 1:25
#Yesuus immoo, #CalΚΌisii isa keessaa baΚΌi!” jedhee ifate.

Kiristoos maalif calisi keesa bai jedhan ❓, sababa Seexanni hooji gaarii wani hin qabneef fi maqaa Kiristoos na fayyisee jedhe osoo hin tanee calisee iyyee

βž‘βž»seera.Bau  20:7
#Maqaa Waaqayyo Waaqa keetii akkasumaan hin #dhaΚΌin; Waaqayyo warra #akkuma argan maqaa isaa dhaΚΌan utuu hin adabin hin dhiisuutii.

βž’βž»Yaaqoob 2:18-19
Namni tokko garuu, β€œAti #amantii qabda; ani immoo #hojii qaba” jedha.
Ati amantii kee hojii malee na argisiisi; anis hojii kootiin amantii koo sin argisiisa. Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha!  #Hafuuronni_hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.

βž“βž»Luqaas 6:46
Isin waan ani jedhu hin hojjettan; yoos maaliif, β€˜Yaa #Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jettu?
β“«βž»Maatewos 7:21
Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa #raawwatu malee namni, β€˜Yaa #Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.

𝙭π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖 π™žπ™§π™§π™–π™–π™©π™ž.
➻Kan Maarqoos irraa jiru illee Seexanaani Kiristoosif ragaa ba’e kunis Kiristoos Gooftaa hunda ta'u ibsuf malee ragaa Seexanaa barbachisaa ta’e miti.
(Uumamni hundi waee Waaqayyo beekuu ibsuuf)

β“¬βž»Hoji duka bu'ota 10:36
Isin ergaa Waaqni karaa Yesuus Kiristoosiin nagaa labsuudhaan saba IsraaΚΌelitti erge sana beektu; #Yesuus Kiristoos kun #Gooftaa_waan #hundaa ti.πŸ‘ˆ

➻kan Yohaannis irraa jiru raajoota sobduu irraa ofii eega jedha raajonni sobduun immoo humna Seexanaa fi kayyoo dhunfaa isaanii fayyadamni nama wani dogoggorisaanif.

^⁠_gara telegrama_⁠^β€”β β˜†

πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha