🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.42K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
Audio
🍇 Mormii Guddaa Tokko👆👆
🅰
#Orthodoks irra =
   
#Gutema-Gelana

🅱
#pheenxee irra=
    
#paasterii #Milkiyaas
▬▬▬▬▬▬
#Soba paasterii pheenxee kana ilaala😜😜😜
▬▬▬▬▬

❶➻
#Mataduree_Tokkoffaa
waee
#mana_Qulqulluuma irraatti ,mani Qulqulluummaa ni barbaachisaa moohin barbaachisu
👉Maatewoos 21:13
👉Yohaannis 2:20*4:22
👉maatewos 16:18
👉hojii-duka-buota 11:26
👉 1phex 2:5-8
👉 Yohaannis 21:10-17
👉 Hoji duka buota 2:14
👉hoji duka buota 1:15
▬▬▬▬▬
❷➻
#maataduree_lamaffaa
#Maariyaamin maali deessee.
👉Raji-isayaas 9:6
👉Mul’ata Yohaannis 19:13
👉Yohaannis 1:1*14
👉Roome 1:3
▬▬▬
❸➻
#mataduree_sadaffaa.
#Maqaan Waaqayyo inni #yahawe kitaaba Qulqulluu iddoo kami jalqabaa
👉seera.Uumama 2:4
👉 seera.Bau 6:3
▬▬▬
❹➻
#mataduree_arfaffaa
#Kiristoos guyyaa kami #fannifamee guyyaa #Roobi moo#jimataa.
👉Marqoos 15:42
👉 Yohannis 19:31
👉 Luqaas 22:1
▬▬▬▬
❺➻ Matadure-shanaffa
dibata Qulqullu kani jedhame kami...
Dibata Qulqullu fi afura Qulqullun maali
▬▬▬▬▬▬▬
link kana xuqaa hordofa👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-91-ffªª.
🥥gaaffii fi deebii
🍳Musiliimota.
𝖌𝖆𝖆𝖋𝖎𝖎 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚜𝚒 𝚝𝚞𝚛𝚎
❶➩𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus “Ani amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, ‘Ani gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baʼa’ jedhii isaanitti himi” jedheen.
➩Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuu
▬▬▬▬▬
🥝.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
«
#Iyyaasuus_Abbaa_qaba » jechudha.
👉
Kiristoos #jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedhe
=deebii isaa 👇
,
#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
❶➻Raaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((🍳Raji-milkiyaas 1:6)) dubisi
sababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
❷➻Yohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
➩iddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi ❝ isa isin ❞ Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
▬▬▬▬▬▬
🌻 Amma
Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii - #Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_💯.
Kiristoos 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚔𝚘𝚘 𝚋𝚒𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚊𝚝𝚎
➩jalqabumaa
Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
❸➻Yohaannis 6:62
Yoos,
#Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baʼuu yoo argitan maal jettu ree?
❹➻Yohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
❺➻Yohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; “ isin utuu
#Waaqni abbaa keessan taʼee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baʼeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
❻➻Yohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: “
#Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaʼee ofii koo yoon dhugaa baʼe illee, dhugaa baʼiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
❼➻Yohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
❽➻Yohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: “
#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
❾➻Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf
#samii_irraa_gadi hin buuneetii.
❿➻Yohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
🥝 ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
▬▬▬▬▬
❤️Kani
#Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
Abbaa fi
Kiristoos
-𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑎 𝑤𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢.
-𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑢𝑚𝑚𝑎 𝑤𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢
-𝑢𝑙𝑓𝑖𝑛𝑎 𝑤𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢.
-𝑔𝑎𝑙𝑎𝑎𝑡𝑎,𝑤𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢.
-ℎ𝑢𝑚𝑛𝑎 𝑤𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢
⓵➻Yohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
⓶➻Mul’ata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, “ #Isa_teessoo irra taaʼe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taʼu” yommuu jedhan nan dhagaʼe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, “Ameen!” jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
🥥 𝑔𝑎𝑟𝑎 link waldaa👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🥥 𝙤𝙗𝙗𝙤𝙡𝙤𝙤𝙩𝙖 🥥👇
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin
#αδελφοίς (Adelfoiis) jedhama.
𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙤𝙩𝙖𝙛 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙠𝙪𝙣𝙤👇
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....
🍳 Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii
#obboloota_kootiin, ‘Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baʼa’ jedhii isaanitti himi” ishiidhaan jedhe.
🥥 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖👇
𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙨𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙩𝙞𝙛 𝙤𝙗𝙗𝙤𝙡𝙡𝙤𝙩𝙖 𝙠𝙤𝙤 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖 𝙢𝙚
⓵➻
#𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚒_𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏
⓶➻𝚐𝚊𝚛𝚊
#𝚏𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏𝚒
⓷➻
#𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒𝚏

🌹
#T𝚘𝚔𝚔𝚘𝚏𝚏𝚊 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏𝚒 𝚛𝚊𝚓𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚍𝚞𝚛𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚊 𝚋𝚊𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞.
❶➻Sera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.
❷➻Faarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee
#obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.

🌹
#L𝚊𝚖𝚊𝚊𝚏𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚐𝚊𝚛𝚊_𝚏𝚘𝚘𝚗𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚢𝚒(𝚑𝚒𝚍𝚍𝚊)𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏 « kana  ibsuuf akkasii jedhee »
❸➻Ibroota 2:14
ijoolleen” sun
#foonii fi #dhiiga waan taʼaniif, #innis_foonii fi dhiiga taʼe; kanas kan godhe, duʼa isaatiin Diyaabilos isa duʼa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
❹➻Ibroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taʼuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf,
#gama hundumaatiin #obboloota” isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
❺➻Mul’ata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaʼee wantoota kanaa isiniif dhugaa baʼuuf Ergamaa koo ergeera. Ani
#hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
❻➻Roome 1:3
waaʼee
#Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
❼➻1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaʼeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaʼe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
❽➻Roome 8:29
sababiin isaas,
#Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taʼuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.

🌹
#S𝚊𝚍𝚊𝚏𝚏𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 #𝚋𝚊𝚛𝚊𝚝𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚏𝚒 𝚗𝚊𝚖𝚘𝚘𝚗𝚒 #𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚐𝚊𝚗𝚒 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒.
❾➻Maatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, “Haati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faʼi?” jedhe.  Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana!  Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
▬▬▬▬▬
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu  ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos « #samii irraa irra dhufee » kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
⓵➻Yohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓶➻Yohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti;  #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.

🥥rajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
👇𝔤𝔞𝔯𝔞 T𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌷kutaa-99-ffaa 👇
➧ gaafii fi Deebii Muslimoota
Yohannis 1:14
sagalichi #foon_taʼee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1=gaaffii isaanii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumame jedhuu.
Ragaa isaanii👇
⓵.Farfannaa 33:9
#Inni ni dubbate, wanti inni dubbates ni #Ta’e; Inni ni ajaje, wanti inni ajajes jabaatee dhaabbate.
⓶.Farfannaa 148:5.
#Inni_ajajuu isaatiin waan #uumamaniif, Isaan maqaa Waaqayo haa jajatan.
▬▬▬▬
🥥 Deebii keenya👇
Lakkii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee hin jennee
🥥 inni bira osoo hoomtuu hin Uumamni dura iyyuu Kiristoos jira ture « Kanaafuu jidduu kanatti maaltu dhufe re »
🌷kani Farfannaa Daawit 33:9 fi Farfannaa Daawit 148:5 irraatti #dubbachaa jiru iyyuu #mataan isaa #Kiristoos »
➧ wanta hundumaa kani Uumee Kiristoos.
#Tokkoffaa_Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu « Kiristoos #Uuma_wanta hunda ta'u
isaatti »

➊➻Yohaannis 1:3
#Wanni_hundinuu isaan taʼe; waan taʼe hunda keessaas wanni isa #malee taʼe #tokko iyyuu hin #jiru.
➋➻Yohaannis 1:10-11
#Inni_addunyaa keessa ture; addunyaan isaan #uumame; addunyaan garuu isa hin beekne. #Innis gara #saba isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin #fudhanne
🥥 inni kuni eenyu yaa Muslimoota gara biyya lafa kan dhufee Kiristoos
➌➻Mulata Yohanis 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
➍➻Farfannaa 102:27
#Ati garuu sanuma #waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.
➎➻Farfannaa 115:15
Waaqayyo samii fi
lafa Uume sun isin haa eebbisu
🌹#lammaffaa Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu « isa kana👇
➏➻Matewos 22:41-44
Fariisonni walitti qabamanii utuu jiranii #Iyyaasuus akkana jedhee isaan gaafate:
Waaʼee #Kiristoos maal yaaddu? Inni #ilma eenyuu ti?” Isaanis, #Ilma_Daawiti” isaan jedhan. Innis akkana jedhee isaan gaafate: “Maarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee akkamitti #Gooftaa jedhee isa waama?
 ‘Gooftaan Gooftaa kootiin:
“Hamma ani diinota kee
miilla kee jala siif galchutti
gara mirga koo taaʼi” jedhe
👉amma Iddoo kanatti #Kiristoos_Ani_Gooftaa_Daawiti jedhu isaatti.
iddoo Daawit itti dubbate immoo hafuuraan👇
➐➻Farfannaa 110:1
#Waaqayyo_Gooftaa kootiin:
Hamma ani diinota kee ejjeta miilla keetii godhutti,
karaa mirga koo taaʼi” jedhe.
➧Kanaaf Daawit Kiristoosiin Waaqayyo Gooftaa koo jedhee jira , kanaafu Daawit #dubbacha kani ture Kiristoos.

➑➻Matewoos 13:34-35👇
#Iyyaasuus wantoota kana hunda #fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture; #kanas kan godhe #wanta_karaa_raajichaa, “#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa kaasee dhokfaman nan labsa” jedhamee dubbatame #raawwachuufi.
👉iddoo kanatti Fakkeenya kani dubbate Kiristoos, kana jechuun bara durk Kiristoos Daawitiin anii fakkeenyan nan dubbadha jedhee wani itti himeef Daawit dubbii kana kitaaba isaa irratti bareesse
❾➻Farfannaa 78:2
#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; waan durumaa jalqabee dhokfames nan dubbadha.
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
👉𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚞𝚖𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚞𝚞𝚖𝚎𝚎 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜
👉𝚍𝚊𝚊𝚠𝚒𝚝𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚊𝚌𝚑𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜
👉𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚞 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚊𝚖𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎𝚎𝚗 𝚜𝚊𝚗𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚞𝚞𝚖𝚎𝚎 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞 𝚍𝚊𝚗𝚍𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚗 𝚜𝚒𝚒𝚕𝚊 𝚞𝚞𝚖𝚊𝚗 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚊 𝚒𝚢𝚢𝚞𝚞 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚖𝚊𝚝𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚎𝚛𝚐𝚊 𝚝𝚊𝚎.🤏

𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-101-ffaa👇
➻Gaafi fi Deebi Muslimoota
Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taʼee fi Abbaa bira jirutu waaʼee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaʼamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taʼu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
▬▬▬
👋 Deebi keenya👇
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
➻Abrahaam
➻Isayaas
➻Iyyoobi
➻Yohaannis
➊➻Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaʼee jiruu #Waaqayyo isatti #mulʼate.
➋➻Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duʼe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaʼee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
▬▬▬▬▬
👉Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa ta’e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti 👇
➊➻Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taʼee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;

Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa ta’e #Kiristoos
➋➻Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaʼamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaʼe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaʼaa jiru turan.
uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
➌➻Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife;  #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
❤️ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
➍➻Mul’ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture;   miilli isaa sibiila diimaa baʼeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture.  Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taʼee fi karaa lamaan qara qabu ni baʼe,  #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas 👉#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duʼaa fi Awwaalaa qaba.
dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.


🌹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
➎➻1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taʼe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulʼisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaʼamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taʼu. Ameen.
🌹kutaa-102-ffaa.👈
➻Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
Yohaannis 1:25
isaan “Ati #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan.
1=➻ #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu😂
➧sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa 👇
➊➧ #Kiristoos dhufee jira💯
➋➧ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu💯
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.” Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taʼuu isaa hubatan
➧kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
🙋‍♀ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi 👈
➌➻ #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuu
▬▬▬▬
🌷Deebii keenya👇
➊➻Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jira❣️
➋➻Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jira❣️
➌➻Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos ❣️

🌷 #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Moo Muhammadi kani jedhuu irratti

#Qabxiwwan_Tokkoffaan
#Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani « Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi 👈
🌹Kanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
➊➻Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)📍#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
➻inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
➋➻ bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)📍#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
➌➻Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne
😳 kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok👌
▬▬▬
#Qabxiiwwan_lammaffaan
❣️Kanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
➻Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)

➋➻ Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo «Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.👇
C)📍#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.

➌➻Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa👇
D)📍#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaʼuu qabda.
👆👉 dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1➻Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).📍#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)📍 #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaʼee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2➻lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)📍 #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaʼelin argee, “Isa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaʼee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaʼee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerra” jedheen.
➌➻ Sadaffaan inni suni kiristoos jedhe jira #Pheexiroos
H)📍#Hoji_Duka_buota 3:20-22
kunis akka inni #Kiristoos isiniif filatame sana jechuunis #Iyyaasus erguuf. Innis hamma yeroon Waaqni itti waan hunda iddootti deebisu sun gaʼutti #samii_irra_turuu_qaba; Waaqnis bara dheeraadhaan dura karaa #raajota isaa #qulqullootaatiin waan kana dubbatee ture.

#Museen akkana jedheeraatii; ‘Waaqni keessan Gooftaan #sabuma keessan keessaa #raajii akka #kootii tokko isinii kaasa; isinis waan inni isinitti himu hunda dhagaʼaa.
➍➻afuraffaa immoo inni suni Kiristoos jedhee #Isxifaanos
I)📍 #Hoji_Duka_Buota 7:37
#Museen kun isuma saba Israaʼeliitiin, ‘Waaqni sabuma keessan keessaa raajii akka kootii tokko isinii kaasa’ jedhe sanaa dha.
❣️hanga ammatti dhimmi kuni Kiristoosif akka ta’e hubbanne jira raajicha kani jedhame Kiristoos.💯💯💯
🔈 kuni hundii isaa waee muhammadi osoo hin tanne waa'ee Kiristoos akka ta’e ifa
▬▬▬▬▬▬

🔺amma immoo #soba_Muslimoota isaanii ni saaxila🔖🛥👇
1= #Muhammadi iddoo sanatti Musee anaafi dubbate hin jennee ⚠️
2= #Namoonni yeroo muhammad keessa jiraatan illee Musee waee muhammad dubbate iddoo kanatti hin jennee ⚠️
3= #Kitaabni Musee iyyuu badee hin jiruu jedhanii *amma immoo kitaaba keenyaa fudhatan akkamitti akkasii jedhama⚠️
4= #Allaha maatan isaa iyyuu muhammadin Musee waee kee siif bareesse hin jennee ⚠️
5=muhammadi eenyu #cuuphe beeka yookiin yoomi cuuphame mee ⚠️
▬▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚒𝚍𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒.
➊➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚊𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 (𝚢𝚘𝚑 17:5). Kanaafuu rajooni bira kami addunyaa duraa kani ture
➋➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚜𝚊𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚎 (𝚢𝚘𝚑 6:62)
Raajoota keesaa kami samii irraa kani dhufee
➌➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚞𝚖𝚊 #𝚞𝚞𝚖𝚖𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊 (𝚢𝚘𝚑 1:10)
Raajoota keessa eenyu hunda kani Uumee
➍➻Kiristoos #Alfa fi omegadha (Mul’ata 22:13)
Raajoota keessa eenyu alfa fi omega kani jedhamee
❝ 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞𝙙𝙝𝙖 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙣 𝙛𝙖𝙠𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙚𝙚 ,𝙙𝙖𝙖𝙣𝙞𝙚𝙡.. 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙪 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙮𝙤𝙤𝙠𝙞𝙣 #𝙗𝙪𝙧𝙦𝙖𝙖 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖.

𝑔𝑎𝑟𝑎 #𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌷kuta-1-ffaa 👇
Gaafi fi deebi Musiliimota
➧ Wangeela Maarqoosi irraa
Maarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
➻gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.👆
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu
▬▬▬▬
➧ Deebii keenya👇
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #εὐαγγελίου ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.

amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.➧waa'ee Kiristoos
2.➧waee Namoota
3.➧waa'ee Ergamoota
4.➧waa'ee wanta samii fi  lafa irratti  ni dubbata.
erga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha reewangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi
🅰 deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taʼe; waan taʼe hunda keessaas wanni isa malee taʼe tokko iyyuu hin jiru.
➻ musiliimonni lakkii yoo jedhan Qur’aanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qur’aanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.😜

➧ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaa❗️ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaa❗️
🅱 Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo  " muhammad immoo Qur’aanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam du’e  eessa fidee dhiyeenya kana bareesee 😜


Muslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu

Muhammad Qur’aanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse ree😜

👉Walumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
▬▬▬▬▬▬▬
akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel  jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.

Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
➊.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii

❤️Maarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)

➋.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taʼuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna

➌.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
➻Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
▬▬▬▬▬
🌷soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qur’aanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laata

➊.Suura.2:127
بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

وَاِذۡ يَرۡفَعُ اِبۡرٰهٖمُ الۡقَوَاعِدَ مِنَ الۡبَيۡتِ وَاِسۡمٰعِيۡلُؕ رَبَّنَا تَقَبَّلۡ مِنَّا ‌ؕ اِنَّكَ اَنۡتَ السَّمِيۡعُ الۡعَلِيۡمُ

#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.

➧Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee « gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka » jedhee
🐐akka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qur’aanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudha😜

Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha ta’e ree😜

Allaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira 😁 yaa Muslimaa amma maali siif waaya ree
▬▬▬▬▬▬▬
❤️ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎 👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹Gaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii 😁

➻ yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
➻erga akkasii ta’e kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii 😁😁😜

Yeroo kana #deebii fidu didee caalise 😁


🌹gaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.

Du’aa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.

Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,akkamitti boqonnaa cubbuu ta'a


🌹yaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.
Audio
💞Mormii Orthodoksi fi Muslimaa. Jidduu ta’e
🕹Gutema,Gelana(orthodoksi
🕹seyfedin Abdelah(Muslima


Gaaffii Kiristiyaanaa (orthodoksif) dhiyaatee

🛜 #Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa qabxii ibsuu
❶.Yohannis 1:9-11
➋.Maarqoos 12:28-29


Gaafii Muslimaaf dhiyaate

❶.➧ Waaqni Muslimoota Allah #Qullaa ta'u isaa qabxi ibsuu
Sahi Al- Bukari 6524👈


➋.➧ Amantaa Muslimaa #aadaadha

Ashi-Shamali-Al-Muhammadiyah 417👈


➌➧ #Dhukkee namni miilla isaa irratti yoo naqee jeenata moosiol Lixa

Sahi Al- Bukari 2811👈


𝙜𝙖𝙧𝙖 𝙩𝙚𝙡𝙚𝙜𝙧𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙤𝙤𝙩𝙖👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇kutaa-9-ffaa:-
📍Gaafii fi Deebii Muslimoota.
1=𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙞 𝙩𝙪𝙧𝙚"« #Kiristoos gara #Qifirnaahom kani deemee kophaa isaa moobarattoota isaa wajjiin jedhuu
𝙧𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙞𝙢𝙢𝙤 𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙩𝙪𝙧𝙚.
➊➛Maarqoos 1:21
Achiis gara #Qifirnaahom #deeman. Akkuma guyyaan Sanbataa gaʼeenis mana sagadaa seenee barsiisuu jalqabe
=➛iddoo kanatti jechii «#Deeman » jedhuu #Kiristoos fi #barattoota ibsa.

➋➛Luqaas 4:31
#Innis gara #Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buʼe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise
=➛iddoo kanatti jechi «#inni» jedhu #Kiristoos qofa ibsa.

🕹𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖.
jechi #Qifirnaahom jedhuu jechoota #Ibraayisxiitti lama irraa kani argamee sii ta’u " #Qifir " jechuun #ganda jechudha.
" #Naahom jechun immoo #mijataa(#qananii) jechuudha.
walitti immoo =Ganda mijata ykn Ganda Qanani qabdu jechudha. ykn magaalaa qanani qabdu jedhudha.

ganda Qifirnaahom Kiristoos fi barattootni dhaqanii jiruu. Maarqoos Kiristoos fi barattoota jedhe ibse, Luqaas immoo Kiristoos  jedhee malee barattootnii hin jiran hin jenne.akka barattootni wajjin jiran qabxii ibsu.

💞 jecha #guyyaa_Sanbataas #mana_sagadaa jedhuu Maarqoos(Mar 1:21) fi Luqaas(Luq 4:31) irratti ni argama.   ❝ kana booddee mana sagadaa keessa yeroo gadi bahan eessaa dhaqanii

⓵➛Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma #mana #sagadaatii baʼaniin #Yaaqoobii fi #Yohannis wajjin mana #Simoonii fi #Indiriiyaas dhaqan. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; #isaanis yommusuma waaʼee ishee Iyyaasusitti(kiristoos) himan.
=➛eenyudha Kiristoositti kan himme barattoota 💯


⓶➛Luqaas 4:38
#Iyyaasuus #mana sagadaatii #baʼee mana #Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; #isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa #kadhatan.
=➛eenyuudha Kiristoos kani kadhatan barattoota💯.

𝑘𝑎𝑛𝑎𝑓𝑢𝑢 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑢𝑚𝑎 𝑏𝑎ℎ𝑎𝑛𝑖 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑖𝑚𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑎𝑎, « 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑤𝑎𝑗𝑗𝑖𝑛 𝑚𝑎𝑛𝑎 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑡𝑢𝑟𝑎𝑛 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎, 𝑖𝑛𝑛𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑠𝑢 𝑤𝑎𝑗𝑗𝑗𝑛 𝑞𝑖𝑓𝑖𝑟𝑛𝑎𝑎ℎ𝑜𝑚 𝑑ℎ𝑎𝑞𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑑ℎ𝑎.

Fakkeenyaaf.-
Luqaas yeroo ibsuu Adaam jalqabee hanga Kiristoos jiruu dhaloota jiru Luqaas ibsee jira (luq 3:26-38).
Maarqoos garuu hin ibsinee. Kiristoos akka foonii nama uffatee walalle miti Maarqoos

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
yaada dabalataa tokkoo yoo bareesse tokkoo immoo bareessu dhisuu danda'a. 

⓷➛Yohaannis 20:30-31
Iyyaasuus(kiristoos) barattoota isaa duratti mallattoowwan biraa kanneen #kitaaba kana keessatti #hin barreeffamin hedduu hojjete. Wantoonni kunneen garuu akka #Iyyaasus inni Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼe akka amantaniif, amanuudhaanis akka #maqaa isaatiin #jireenya qabaattaniif barreeffame.

⓸➛Yohaannis 21:25
Kana malees Iyyaasus(kiristoos) waan biraa #baayʼee hojjeteera. Utuu #tokkoon tokkoon isaanii barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf  #iddoo gaʼu qabdu hin seʼu.


💯𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚞👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha