🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
50 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌷kutaa-99-ffaa πŸ‘‡
➧ gaafii fi Deebii Muslimoota
✍Yohannis 1:14
sagalichi #foon_taΚΌee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1=gaaffii isaanii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumame jedhuu.❓
Ragaa isaaniiπŸ‘‡
β“΅.Farfannaa 33:9
#Inni ni dubbate, wanti inni dubbates ni #Ta’e; Inni ni ajaje, wanti inni ajajes jabaatee dhaabbate.
β“Ά.Farfannaa 148:5.
#Inni_ajajuu isaatiin waan #uumamaniif, Isaan maqaa Waaqayo haa jajatan.
β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ₯₯ Deebii keenyaπŸ‘‡
Lakkii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee hin jennee❌
πŸ₯₯ inni bira osoo hoomtuu hin Uumamni dura iyyuu Kiristoos jira ture Β« Kanaafuu jidduu kanatti maaltu dhufe re »❓
🌷kani Farfannaa Daawit 33:9 fi Farfannaa Daawit 148:5 irraatti #dubbachaa jiru iyyuu #mataan isaa #Kiristoos »
➧ wanta hundumaa kani Uumee Kiristoos.
✍ #Tokkoffaa_Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu « Kiristoos #Uuma_wanta hunda ta'u
isaatti Β»

➊➻Yohaannis 1:3
#Wanni_hundinuu isaan taΚΌe; waan taΚΌe hunda keessaas wanni isa #malee taΚΌe #tokko iyyuu hin #jiru.
βž‹βž»Yohaannis 1:10-11
#Inni_addunyaa keessa ture; addunyaan isaan #uumame; addunyaan garuu isa hin beekne. #Innis gara #saba isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin #fudhanne
πŸ₯₯ inni kuni eenyu yaa Muslimoota gara biyya lafa kan dhufee Kiristoos
➌➻Mulata Yohanis 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
➍➻Farfannaa 102:27
#Ati garuu sanuma #waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.
➎➻Farfannaa 115:15
Waaqayyo samii fi
lafa Uume sun isin haa eebbisu
🌹#lammaffaa Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu Β« isa kanaπŸ‘‡
➏➻Matewos 22:41-44
Fariisonni walitti qabamanii utuu jiranii #Iyyaasuus akkana jedhee isaan gaafate:
WaaΚΌee #Kiristoos maal yaaddu? Inni #ilma eenyuu ti?” Isaanis, #Ilma_Daawiti” isaan jedhan. Innis akkana jedhee isaan gaafate: β€œMaarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee akkamitti #Gooftaa jedhee isa waama?
β€†β€˜Gooftaan Gooftaa kootiin:
β€œHamma ani diinota kee
miilla kee jala siif galchutti
gara mirga koo taaΚΌi” jedhe
πŸ‘‰amma Iddoo kanatti #Kiristoos_Ani_Gooftaa_Daawiti jedhu isaatti.
✍ iddoo Daawit itti dubbate immoo hafuuraanπŸ‘‡
➐➻Farfannaa 110:1
#Waaqayyo_Gooftaa kootiin:
Hamma ani diinota kee ejjeta miilla keetii godhutti,
karaa mirga koo taaΚΌi” jedhe.
➧Kanaaf Daawit Kiristoosiin Waaqayyo Gooftaa koo jedhee jira , kanaafu Daawit #dubbacha kani ture Kiristoos.

βž‘βž»Matewoos 13:34-35πŸ‘‡
#Iyyaasuus wantoota kana hunda #fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture; #kanas kan godhe #wanta_karaa_raajichaa, β€œ#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa kaasee dhokfaman nan labsa” jedhamee dubbatame #raawwachuufi.
πŸ‘‰iddoo kanatti Fakkeenya kani dubbate Kiristoos, kana jechuun bara durk Kiristoos Daawitiin anii fakkeenyan nan dubbadha jedhee wani itti himeef Daawit dubbii kana kitaaba isaa irratti bareesse
❾➻Farfannaa 78:2
#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; waan durumaa jalqabee dhokfames nan dubbadha.
𝙭π™ͺ𝙒π™ͺ𝙧𝙖 π™žπ™§π™§π™–π™–π™©π™ž.
πŸ‘‰πš πšŠπš—πšπšŠ πš‘πšžπš—πšπšžπš–πšŠ πš”πšŠπš—πš’ πšžπšžπš–πšŽπšŽ πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ
πŸ‘‰πšπšŠπšŠπš πš’πšπš’ πš”πšŠπš—πš’ πšπšžπš‹πš‹πšŠπšŒπš‘πšŠ πšπšžπš›πšŽ πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ
πŸ‘‰πš”πšŠπš—πšŠπšŠπšπšž πšŠπš”πš”πšŠπš–πš’πšπšπš’ πšŠπš–πš–πšŠ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πšœπšŠπšπšŠπš•πšŽπšŽπš— πšœπšŠπš—πšŠπš—πš’ πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ πšžπšžπš–πšŽπšŽ πš“πšŽπšŒπš‘πšž πšπšŠπš—πšπšŽπšŽπšœπšœπšŠπš— πšœπš’πš’πš•πšŠ πšžπšžπš–πšŠπš— πš πšŠπš—πšπšŠ πš‘πšžπš—πšπšŠπšŠ πš’πš’πš’πšžπšž πš”πš’πš›πš’πšœπšπš˜πš˜πšœ πš–πšŠπšπšŠπšŠ πš’πšœπšŠπšŠ πšŽπš›πšπšŠ 𝚝𝚊𝚎.πŸ€β“

πšπšŠπš›πšŠ πšπšŽπš•πšŽπšπš›πšŠπš–πšŠ πš”πš˜πšπšŠπŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha