๐
ฑ kutaa-74-ffยชยช.๐
ฑ
๐gaafii fi deebi
๐Muslimoota
โYohaannis 17:8
Ani #dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
แฎแแแต 17:8
แจแฐแ แธแแ #แแ แฐแฅแปแธแแแแ แฅแแญแฑแ แฐแแ แแตแฅ #แจแ แแฐแ_แแแต แฅแแฐ แแฃแ แ แฅแแแต แ แแแฅ แ แแฐแ แฅแแฐ #แแญแธแ แ แแ.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉgaaffii isaanii.
1๐ dubbii Kiristoosi Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ.
๐ Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
โตโธYohaannis 16:30
Ati wanta #hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.โ
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
๐gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaaโ
๐A))๐ dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefiโlaata Kiristoos.
๐deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana โKiristoos Abbaa bira dhufuu #beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"โ
๐ค sababiin isaa Jechi #Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani taโef.
๐kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi bira mitii, โ โ
๐barattoonni Kiristoos isaa kana #Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
โถโธYohaannis 17:8

โฉRagaa Dabalataa.
โทโธYohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon bira akkan #dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
โฉJechi #Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
โธโธYohaannis 11:27
Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos, #Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amanaโ jetteen.
โนโธYohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun ana taสผuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.โ
โบโธYohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ
๐jecha #beekuu ๐jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐B))โฉJechi Ani Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsaโ
๐Kuni immoo Kiristoos #qofti Abba bira jirachuu ibsa.
โปโธYohaannis 6:46-47
Isa Abbaa biraa dhufe sana malee #namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
โผโธYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taสผee fi #Abbaa_bira jirutu waaสผee Isaa nuu ibse.
๐นkanafuu Kiristoos qofti erga Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐C))โฉKiristoos maalif Ergamee โ namoota fayyisuu.
โฝโธYohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โKana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa taสผuu isaas #beekneerraโ jedhan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐D)โฉKiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
๐kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
โพโธYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baสผuu yoo argitan
maal jettu ree?
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฃโ waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas #fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
๐ พ,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
โค link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐บ kutaa-77-ffยชยช.๐บ
๐ฅฅ.gaafii fi deebi
๐ฅฅ.Muslimoota
โYohaannis 17:14
#Ani_dubbii kee isaaniif kenneera; taสผus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan #jibbe.
-----------------------
๐gaaffii isaanii.
1โช Dubbiin kani Kiristoos mitii , inni Abba irraa fudhee dubbata jedhuu.โ
===========
Deebi keenya๐
Lakkii dubbii Kiristoos
illee jira kani jedhuu taโa.
โถโYohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni #dubbii_koo eegu hundi matumaa hin duสผu (Mat7:26)๐dubbisi.
โ kanafi Jechi dubbii koo, jedhuu kani Kiristoos ta'u ibsa guutuummaatti =(my word)
jechi Afaani Girikki jalqaba kitabani kuni ittin bareeffame iyyuu akkasi jedha (แผฮผแฝธฮฝ ฮปฯฮณฮฟฮฝ) #แผฮผฯฯ_ฮปฯฮณฮฟฯ.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐บ gaaffii Tokko Muslimoota gaafana " erga dubbii hundi kani Kiristoos miti jettanii dubbii kuni kani eenyutti ๐
โทโMaatewoos 27:46
Gara saสผaatii sagaliitti Iyyaasuu Kiristoos sagalee guddaadhaan,โEelii (ืึตืึดึฃื) Eelii(ืึตืึดึฃื) laamaa(ืึธืึธึฃื) saabaaqtaanii?โ jedhee iyye; hiikni isaas โYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif na dhiiste?โ jechuu dha.
๐ dubbii kuni kani eenyutti kani Abba mooโkani Kiristoosโ
๐บlakki kani Abbati yoo, jeete Abbaan yoomi dubbatee fannoo irratti.โ๐
โฃโชkani Kiristoos yoo,jeete immoo dubbii Kiristoos akka taโe hubbate jirta.
โชโชโชโชโชโชโช
Eli Eli jechuun Afaanii Ibraayisxiitti ืึตืึดึฃื ืึตืึดึฃื
Lama Sabaqatani jechuun Afaani Aramic fi Afaan Ibraayisxiitti wajjiin tokko
ืึธืึธึฃื ืฉึฐืืึปึืงืึผ
โชAfaanii Giriikiitiin immoo.
แผจฮปแฝถ แผ ฮปแฝถ ฮปฮตฮผแฝฐ ฯฮฑฮฒฮฑฯฮธฮฌฮฝฮน
Kanafi yeroo dubbisa eloye eloye lama sabaqatan
*
Walumaagalatti dubbii kee,kennafi inni jedhu irratti.
Kiristoos dubbii isaa kami kennafi isaa jedhuu โbeekuu qabna.
๐dubbii Abbaa kani jedhamee.
1๐ Abbaan Kiristoos ergu isa beeku
2๐ Kiristoos ilma Abba ta'u beekuu.fi amanu
3๐ Kiristoos nama fayyisuu isa beekuu dha.
โ isaanii sadan sanii dubbi abbaa kani jedhamee.
โ ragaa keenya
โธโYohaannis 17:8
Ani #dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani #sii bira akkan #dhufes sirriitti #beekaniiru; akkasumas akka ati na ergite #amananiiru.
โนโYohaannis 6:69
#Nuti ati #Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra; #beekneerras.โ
โบโYohaannis 6:38-40
#Ani_samii irraa kanan dhufe, #fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti. Fedhiin isa na ergee immoo, warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti akka ani #duสผaa kaasuuf malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti. #Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ
โปโYohaannis 11:27
Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ jetteen.
โผโYohaannis 16:29-31
barattoonni isaa akkana jedhan: โKunoo, ati amma fakkeenyaan utuu hin taสผin ifatti dubbachaa jirta. Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma #beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo #biraa_akka dhufte #amanneerra.โ Iyyasus,Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: โAmma #amantaniif?
โโโโโโโโโโโโโโ
โชโ namoonni gowwaan tokko tokko Kiristoos dubbii Abba yoo, jedhuu wanta bira godhanii oddeesaa ooluu.
๐Haataโu malee osuma taโe iyyuu Abbaan ilmaan deemi namoota fayyisi malee wani bira maali jechuun danda'a. Kiristoos immoo Tole deeme nan fayyise jedhee dhufee.
โโYohaannis 3:35
Abbaan Ilma ni jaallata, wanta #hundumaas_harka isaatti dabarsee kenneera.
โโYohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee #harka_koo
keessaa isaan hin butatu.
๐ พ amma iddoo kanatti Kiristoos afaani isaatin harka kiyyaa keessa hoomtuu hin basu jedhee jira. โ kanafuu Kiristoos Waaqa โ Sababiin
isa๐
โโIyyoobi 12:9-10
#Harki_Waaqayyo kana akka hojjete,Wantoota kana hundumaa gidduudhaa kan hin beekne eenyu? #Jireenyi_uumama jiraataa hundumaa, Hafuurri nama hundumaas #harka isaa_keessa jira
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)