πΊ kutaa-77-ffΒͺΒͺ.πΊ
π₯₯.gaafii fi deebi
π₯₯.Muslimoota
βYohaannis 17:14
#Ani_dubbii kee isaaniif kenneera; taΚΌus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan #jibbe.
-----------------------
πgaaffii isaanii.
1βͺ Dubbiin kani Kiristoos mitii , inni Abba irraa fudhee dubbata jedhuu.β
===========
Deebi keenyaπ
Lakkii dubbii Kiristoos
illee jira kani jedhuu taβa.
βΆβYohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni #dubbii_koo eegu hundi matumaa hin duΚΌu (Mat7:26)πdubbisi.
β kanafi Jechi dubbii koo, jedhuu kani Kiristoos ta'u ibsa guutuummaatti =(my word)
jechi Afaani Girikki jalqaba kitabani kuni ittin bareeffame iyyuu akkasi jedha (αΌΞΌα½ΈΞ½ Ξ»ΟΞ³ΞΏΞ½) #αΌΞΌΟΟ_Ξ»ΟΞ³ΞΏΟ.
β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£
πΊ gaaffii Tokko Muslimoota gaafana " erga dubbii hundi kani Kiristoos miti jettanii dubbii kuni kani eenyutti π
β·βMaatewoos 27:46
Gara saΚΌaatii sagaliitti Iyyaasuu Kiristoos sagalee guddaadhaan,βEelii (ΧΦ΅ΧΦ΄Φ£Χ) Eelii(ΧΦ΅ΧΦ΄Φ£Χ) laamaa(ΧΦΈΧΦΈΦ£Χ) saabaaqtaanii?β jedhee iyye; hiikni isaas βYaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif na dhiiste?β jechuu dha.
π dubbii kuni kani eenyutti kani Abba mooβkani Kiristoosβ
πΊlakki kani Abbati yoo, jeete Abbaan yoomi dubbatee fannoo irratti.βπ
β£βͺkani Kiristoos yoo,jeete immoo dubbii Kiristoos akka taβe hubbate jirta.
βͺβͺβͺβͺβͺβͺβͺ
Eli Eli jechuun Afaanii Ibraayisxiitti ΧΦ΅ΧΦ΄Φ£Χ ΧΦ΅ΧΦ΄Φ£Χ
Lama Sabaqatani jechuun Afaani Aramic fi Afaan Ibraayisxiitti wajjiin tokko
ΧΦΈΧΦΈΦ£Χ Χ©Φ°ΧΧΦ»ΦΧ§ΧΦΌ
βͺAfaanii Giriikiitiin immoo.
αΌ¨Ξ»α½Ά αΌ Ξ»α½Ά λΡμὰ ΟΞ±Ξ²Ξ±Οθάνι
Kanafi yeroo dubbisa eloye eloye lama sabaqatan
*
Walumaagalatti dubbii kee,kennafi inni jedhu irratti.
Kiristoos dubbii isaa kami kennafi isaa jedhuu βbeekuu qabna.
πdubbii Abbaa kani jedhamee.
1π Abbaan Kiristoos ergu isa beeku
2π Kiristoos ilma Abba ta'u beekuu.fi amanu
3π Kiristoos nama fayyisuu isa beekuu dha.
β isaanii sadan sanii dubbi abbaa kani jedhamee.
β ragaa keenya
βΈβYohaannis 17:8
Ani #dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani #sii bira akkan #dhufes sirriitti #beekaniiru; akkasumas akka ati na ergite #amananiiru.
βΉβYohaannis 6:69
#Nuti ati #Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra; #beekneerras.β
βΊβYohaannis 6:38-40
#Ani_samii irraa kanan dhufe, #fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti. Fedhiin isa na ergee immoo, warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti akka ani #duΚΌaa kaasuuf malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti. #Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duΚΌaa isa nan kaasa.β
β»βYohaannis 11:27
Ishiinis, βEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaβ jetteen.
βΌβYohaannis 16:29-31
barattoonni isaa akkana jedhan: βKunoo, ati amma fakkeenyaan utuu hin taΚΌin ifatti dubbachaa jirta. Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma #beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo #biraa_akka dhufte #amanneerra.β Iyyasus,Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: βAmma #amantaniif?
ββββββββββββββ
βͺβ namoonni gowwaan tokko tokko Kiristoos dubbii Abba yoo, jedhuu wanta bira godhanii oddeesaa ooluu.
πHaataβu malee osuma taβe iyyuu Abbaan ilmaan deemi namoota fayyisi malee wani bira maali jechuun danda'a. Kiristoos immoo Tole deeme nan fayyise jedhee dhufee.
ββYohaannis 3:35
Abbaan Ilma ni jaallata, wanta #hundumaas_harka isaatti dabarsee kenneera.
ββYohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee #harka_koo
keessaa isaan hin butatu.
π Ύ amma iddoo kanatti Kiristoos afaani isaatin harka kiyyaa keessa hoomtuu hin basu jedhee jira. β kanafuu Kiristoos Waaqa β Sababiin
isaπ
ββIyyoobi 12:9-10
#Harki_Waaqayyo kana akka hojjete,Wantoota kana hundumaa gidduudhaa kan hin beekne eenyu? #Jireenyi_uumama jiraataa hundumaa, Hafuurri nama hundumaas #harka isaa_keessa jira
πππππππππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ||βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)