โก๏ธ๐นkutaa+39 ffยชยช ๐ธ๐ธ
๐ชต Gaaffii fi Deebii๐
๐Muslimoota๐
1=โYohaannis 10:34-35
Iyyaasus(kiristoos)
akkana jedhee isaaniif deebise: โ #Seera
keessan keessatti โAni โIsin #waaqayyolii dhaโ jedheeraโ jedhamee hin
#barreeffamnee ree?
inni warra dubbiin Waaqayyoo mormu โwaaqayyoliiโ jedhee kan waamuu fi Kitaabni Qulqulluun immoo kan
hin diigamne erga taee,
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ค Gaaffii isaanii iddoo kana irratti
๐jecha #seera jedhu fi Waaqayyolii jedhu irratti ta'a.
1=jecha #Waaqayyolii jedhu #Daawit dubbate malee #Musee miti jedhuu " sababii kitaaba seera kan jedhamee kani Musee turee wani taโef jedhuu.
๐คFar_Daawit 82:6_7๐
Ani akkana nan jedhe: isin
#waaqayyolii dha,
Hundi keessanis ilmaan Isa Hundaa Olii ti.
Taus akkuma #namootaatti
ni duutu; Akkuma bulchaa kamii iyyuus ni kuftu!โโ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
kanafuu Jechi kuni kitaaba Daawit keessatti argama malee kitaaba Musee keessatti hin argamuu.
1=โ kanafuu kani Dogoggoree Dubbate Kiristoos dha moo...โโ
2=โ yookiin immoo Yohaannis yeroo barressu Dogoggoree jedhuu...โโ
๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ
โก๏ธ Deebi keenya
1=Kiristoos hin dogoggore
2=Yohaannis hin Dogoggoree kan jedhu ta'a.
๐Ragaa kitaaba Qulqulluu
๐ธ Daawiti jecha kana eessa fudhee dubbate gaaffii jedhuu beekuu qabna.
Daawit kitaaba Farfannaa
booqona 82:6_7 irraa kan jiru kitaaba Musee irraa #fudhatee. dubbate kanafuu, Waaqayyoli kan jedhamee namoota turee isaan keessa tokko Musee turee.
โ๏ธ=โseera Bau 7:1
Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe: โilaa,
ani #Faraooniif akka #Waaqaa si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taa.
(แฅแแแ แฅแแญแ แแดแ แ แแแกโ แฅแญแฅ แฅแ แแแญแแ #แ แแแญ แ แตแญแแแแแค แแแตแแ แ แ แฎแ แแขแญ แญแแแแแแข((แแธแ แต 7:1)
โฌโฌ **
โ kanafuu Jechi Waaqayyolii jechuu jalqabaa kitaaba Musee isaa kitaaba seera keessa erga jiratee.
๐ Kiristoos kitaaba seera jedhee yoo,dubbate dogoggora mitii kuni Dhugaadha malee.
๐ด Yohaannis illee hin dogoggore Jechi sunii kitaaba Musee keessa jira wanii taโef.
๐ ฑ kanafuu #Daawiti ofii isaa iyyuu kitaaba Musee keessa fudhatee dubatee malee gara bira eessa fidee ree...โโ
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
๐นlakki yoo, jedhanii immoo Daawiti eessaa fidee dubbatee jenne gaafii isaan gaafana..๐๐๐
========//========
โก๏ธ Ragaa lammaffaa immoo
Kitaabni hundi kani Waaqayyo wanii taโef,
rakkoo hin qabuu
maalif yoo jedhamee Kitaabni Musee fi Daawiti wali hin falleessu.
โก๏ธ 2ximotewos 3:16
#Kitaabonni_Qulqulluun hundi geggeessaa #Afuura Waaqayyootiin kan #barreeffamana yeroo tau,
barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan
leenjisuuf fayyadu
=====//.
๐ฅฅ kanafuu kitaaba Daawit yoo, jedhames rakkoo hin qabuu, kitaaba Musee isaa seera yoo, jettees rakkina hin qabu.๐ฅฅ๐ฅฅ๐ฅฅ๐๐
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
โ๏ธ=link kan xuqaa seena๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)