โก๏ธ๐นkutaa+39 ffยชยช ๐ธ๐ธ
๐ชต Gaaffii fi Deebii๐
๐Muslimoota๐
1=โYohaannis 10:34-35
Iyyaasus(kiristoos)
akkana jedhee isaaniif deebise: โ #Seera
keessan keessatti โAni โIsin #waaqayyolii dhaโ jedheeraโ jedhamee hin
#barreeffamnee ree?
inni warra dubbiin Waaqayyoo mormu โwaaqayyoliiโ jedhee kan waamuu fi Kitaabni Qulqulluun immoo kan
hin diigamne erga taee,
๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ค Gaaffii isaanii iddoo kana irratti
๐jecha #seera jedhu fi Waaqayyolii jedhu irratti ta'a.
1=jecha #Waaqayyolii jedhu #Daawit dubbate malee #Musee miti jedhuu " sababii kitaaba seera kan jedhamee kani Musee turee wani taโef jedhuu.
๐คFar_Daawit 82:6_7๐
Ani akkana nan jedhe: isin
#waaqayyolii dha,
Hundi keessanis ilmaan Isa Hundaa Olii ti.
Taus akkuma #namootaatti
ni duutu; Akkuma bulchaa kamii iyyuus ni kuftu!โโ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
kanafuu Jechi kuni kitaaba Daawit keessatti argama malee kitaaba Musee keessatti hin argamuu.
1=โ kanafuu kani Dogoggoree Dubbate Kiristoos dha moo...โโ
2=โ yookiin immoo Yohaannis yeroo barressu Dogoggoree jedhuu...โโ
๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ
โก๏ธ Deebi keenya
1=Kiristoos hin dogoggore
2=Yohaannis hin Dogoggoree kan jedhu ta'a.
๐Ragaa kitaaba Qulqulluu
๐ธ Daawiti jecha kana eessa fudhee dubbate gaaffii jedhuu beekuu qabna.
Daawit kitaaba Farfannaa
booqona 82:6_7 irraa kan jiru kitaaba Musee irraa #fudhatee. dubbate kanafuu, Waaqayyoli kan jedhamee namoota turee isaan keessa tokko Musee turee.
โ๏ธ=โseera Bau 7:1
Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe: โilaa,
ani #Faraooniif akka #Waaqaa si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taa.
(แฅแแแ แฅแแญแ แแดแ แ แแแกโ แฅแญแฅ แฅแ แแแญแแ #แ แแแญ แ แตแญแแแแแค แแแตแแ แ แ แฎแ แแขแญ แญแแแแแแข((แแธแ แต 7:1)
โฌโฌ **
โ kanafuu Jechi Waaqayyolii jechuu jalqabaa kitaaba Musee isaa kitaaba seera keessa erga jiratee.
๐ Kiristoos kitaaba seera jedhee yoo,dubbate dogoggora mitii kuni Dhugaadha malee.
๐ด Yohaannis illee hin dogoggore Jechi sunii kitaaba Musee keessa jira wanii taโef.
๐ ฑ kanafuu #Daawiti ofii isaa iyyuu kitaaba Musee keessa fudhatee dubatee malee gara bira eessa fidee ree...โโ
โก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
๐นlakki yoo, jedhanii immoo Daawiti eessaa fidee dubbatee jenne gaafii isaan gaafana..๐๐๐
========//========
โก๏ธ Ragaa lammaffaa immoo
Kitaabni hundi kani Waaqayyo wanii taโef,
rakkoo hin qabuu
maalif yoo jedhamee Kitaabni Musee fi Daawiti wali hin falleessu.
โก๏ธ 2ximotewos 3:16
#Kitaabonni_Qulqulluun hundi geggeessaa #Afuura Waaqayyootiin kan #barreeffamana yeroo tau,
barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan
leenjisuuf fayyadu
=====//.
๐ฅฅ kanafuu kitaaba Daawit yoo, jedhames rakkoo hin qabuu, kitaaba Musee isaa seera yoo, jettees rakkina hin qabu.๐ฅฅ๐ฅฅ๐ฅฅ๐๐
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
โ๏ธ=link kan xuqaa seena๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐ทkutaa-99-ffaa ๐
โง gaafii fi Deebii Muslimoota
โYohannis 1:14
sagalichi #foon_taสผee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1=gaaffii isaanii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumame jedhuu.โ
Ragaa isaanii๐
โต.Farfannaa 33:9
#Inni ni dubbate, wanti inni dubbates ni #Taโe; Inni ni ajaje, wanti inni ajajes jabaatee dhaabbate.
โถ.Farfannaa 148:5.
#Inni_ajajuu isaatiin waan #uumamaniif, Isaan maqaa Waaqayo haa jajatan.
โฌโฌโฌโฌ
๐ฅฅ Deebii keenya๐
Lakkii Waaqayyo sagalee sanani Kiristoos Uumee hin jenneeโ
๐ฅฅ inni bira osoo hoomtuu hin Uumamni dura iyyuu Kiristoos jira ture ยซ Kanaafuu jidduu kanatti maaltu dhufe re ยปโ
๐ทkani Farfannaa Daawit 33:9 fi Farfannaa Daawit 148:5 irraatti #dubbachaa jiru iyyuu #mataan isaa #Kiristoos ยป
โง wanta hundumaa kani Uumee Kiristoos.
โ #Tokkoffaa_Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu ยซ Kiristoos #Uuma_wanta hunda ta'u
isaatti ยป
โโปYohaannis 1:3
#Wanni_hundinuu isaan taสผe; waan taสผe hunda keessaas wanni isa #malee taสผe #tokko iyyuu hin #jiru.
โโปYohaannis 1:10-11
#Inni_addunyaa keessa ture; addunyaan isaan #uumame; addunyaan garuu isa hin beekne. #Innis gara #saba isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin #fudhanne
๐ฅฅ inni kuni eenyu yaa Muslimoota gara biyya lafa kan dhufee Kiristoos
โโปMulata Yohanis 22:13
Ani #Alfaa fi #Omeegaa, isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
โโปFarfannaa 102:27
#Ati garuu sanuma #waggoonni kees matumaa dhuma hin qaban.
โโปFarfannaa 115:15
Waaqayyo samii fi
lafa Uume sun isin haa eebbisu
๐น#lammaffaa Kiristoos akka #Daawiti dubbachaa turee kani nuuf #mirkaneessu ยซ isa kana๐
โโปMatewos 22:41-44
Fariisonni walitti qabamanii utuu jiranii #Iyyaasuus akkana jedhee isaan gaafate:
Waaสผee #Kiristoos maal yaaddu? Inni #ilma eenyuu ti?โ Isaanis, #Ilma_Daawitiโ isaan jedhan. Innis akkana jedhee isaan gaafate: โMaarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee akkamitti #Gooftaa jedhee isa waama?
โโGooftaan Gooftaa kootiin:
โHamma ani diinota kee
miilla kee jala siif galchutti
gara mirga koo taaสผiโ jedhe
๐amma Iddoo kanatti #Kiristoos_Ani_Gooftaa_Daawiti jedhu isaatti.
โ iddoo Daawit itti dubbate immoo hafuuraan๐
โโปFarfannaa 110:1
#Waaqayyo_Gooftaa kootiin:
Hamma ani diinota kee ejjeta miilla keetii godhutti,
karaa mirga koo taaสผiโ jedhe.
โงKanaaf Daawit Kiristoosiin Waaqayyo Gooftaa koo jedhee jira , kanaafu Daawit #dubbacha kani ture Kiristoos.
โโปMatewoos 13:34-35๐
#Iyyaasuus wantoota kana hunda #fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture; #kanas kan godhe #wanta_karaa_raajichaa, โ#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa kaasee dhokfaman nan labsaโ jedhamee dubbatame #raawwachuufi.
๐iddoo kanatti Fakkeenya kani dubbate Kiristoos, kana jechuun bara durk Kiristoos Daawitiin anii fakkeenyan nan dubbadha jedhee wani itti himeef Daawit dubbii kana kitaaba isaa irratti bareesse
โพโปFarfannaa 78:2
#Ani_fakkeenyaan_afaan koo nan banadha; waan durumaa jalqabee dhokfames nan dubbadha.
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐.
๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐.๐คโ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐