β‘οΈπ
± kutaa_37ffΒͺΒͺπ₯₯β οΈπ
β‘οΈGaaffii fi Deebi βοΈ
π§Musiliimotaπ
βYohaannis 10:29
Abbaan koo inni anaf kenne isaan kana hundumaa ni #caalaa homtuu harka abbaa koo keessaa isaan basu hin danda'u
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffiiin isaan Abbaan Kiristoos ni caalaa jedhuu...π€β.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β§Deebii keenya
kuni dogogora isaanitti akka #hiika iddoo kanati Abbaan hunduma ni caala kan jedhe kiristoos Abbaa fi #Uumamtoota kani wali bira qabe malee, wanta bira mitti *
πΌ Ragaa_kitaaba
π Ύ kanafu Abbaan koo,hundumaa ni caalaa yoo,jedhee Kiristoos kuni sirriidha β kanafuu kabajaa Abbaa ibsaa jira iddoo kana irratti
β΅=π₯₯ Yohaannis 17:4_6
Ani hojii akkan hojjedhu Anaaf kennite xumuree, #lafa irratti #ulfina(kabaja)sii kenneera.
Kanaaf, yaa #Abbaa ulfina #Ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
βAni namoota ati addunyaa keessaa anaaf kennitetti #maqaa kee
muliseera. Isaan kan kee turan; ati anaaf isaan kenniteetta; isaanis dubbii kee eeganiiru.
βοΈAbbaa hunda ni caalaa jedhuun guutummaatti kabaja yookiin ulfina Abbaa ibsuuf ture, Jechi #maqaa ke Ani mulβiseera jedhuu kanuma ture.
πΈ Jechi immoo Ani lafaa irratti kabaja//ulfina siif kenne jedhu kuni illee akkamitti ibsa yoo,jedhamee β Abbaan koo, hundumaa caala kan jedhuu kana ta'a malee wanta biraa maali ibsa:ree.βΒ»
πJechi immoo #Addunyaa keessatti maqaa kee,mulise jedhuu
Addunyaa kan jedhame nama malee biyyaa Israa'el ykn biyyaa Amerikaa ykn biyya Ethiopia miti.
kuni kallattiin namoota ibsa jechudha. Abbaan koo,hundumaa ni caalaa jechuu namoota//Uumamtoota akka caaluu ibsuuf akkasii jedhee.(Yohaannis 3:17)
π ± Haataβu malee qofa kabaja barbaachisaa akka hin jennee Kitaabni sii,dhorkaa hubbachu Kiristoos illee kabajni ni barbaachisaa.
πYohaannis 5:23
#namni_hundi akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina
hin kennu.
(( #kutaa_30_ffaa dubbisa waee ulfina Abbaa fi Kiristoos maali akka taβe))
π Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύ
βKiristoos fi namoota lafa kana (Uumamtoota wali biraa qabu hin dandeessuu
maalif yoo, jennee #Kiristoos immoo samii irraa akka dhufee nutti garuu samii irraa hin dhufne, akkasumas addunyaa dura hin turee. π
β=Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa #ulfina Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati #ofii biratti ulfina anaaf kenni
βosoo namni, ergamoonni, lafa fi samiin hin Uumamni kabajin ykn ulfinni Kiristoos maali turee..... π₯₯
β§ kanafuu Kiristoos addunyaa kan dura turee.
β·=1Qorontoos 15:47
#Namni inni #jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame; #namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe
βΈ=Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.
β=Ibroota 1:3
#Inni_ulfina_Waaqayyoo
ni #calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan #hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni #cubbuu keenya erga
qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.
(( #α₯αα±α α¨αα₯α© #αααΈα£α¨α α α¨α£ααα© αα³α ααα₯ #ααα α α΅αα£α αα α₯α¨α°ααα₯ #αα’α α³α½αα α α«α± α«αα» α αα α α°αα«α΅ α αααα #αα α°ααα β§(αα₯α«αα«α 1:3)
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βkanafuu Walumaa galatti Abbaan hundumaa caalaa kan jedhu kabaja Abbaa ibsuudhaaf Kiristoos kana dubbate iddoo kana irrati kani jedhu ta'a.
β οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈ
β§link kan xuqaa ππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//==