๐น๐โงkutaa-30ffยชยช๐๐น
๐Gaaffii fi Deebi
โMuslimootaโ
โYohaannis 8:50
Ani ofii kootiif ulfina hin barbaadu; inni ulfina barbaaduu fi murtii godhu #Tokko jira.
---------------------------
Gaaffii isaanii
1=โง #ulfina kan barbaduu Abbaa qofaa jedhuu..โ
2=โง #murtii kani kennuu Abbaa qofa jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#Deebii keenya=lakki Abbaa qofa miti kan jedhu ta'a.
๐โง.Deebi=1ffยชยช
โถ=โYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ #Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo #gatii hin qabu. #Inni(Abbaan) ulfina Anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha .
โท=โYohaannis 5:23
namni hundi #akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, #Ilmaafis(kiristoos) ulfina
akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
โธ=โ1Yohaannis 2:23
#Ilma kan ganu hundi Abbaas immoo hin qabu.
Ilma amanee kan fudhatu hundi garuu Abbaas qaba.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โง.Deebi=2ffยชยช
โต=โYohaannis 5:27
Ilma namaa waan taeefis #murtii akka kennu Aangoon isaaf kennameera.
โถ=โYohaannis 5:22
#Abbaan matumaa eenyuutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa #hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf Aangoo kenneera;
โท=โ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo duratti, akkasumas Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulachuu isaa fi #Mootummaa isaatiin
warra #jiranii fi warra #duan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen
si ajaja
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นโงsababa maalif Kiristoos ulfinni fi murtii Abbaa qofa jedhee reeโyeroo jennuu
namoonni dubbii Kiristoos fudhachuu wani didaniif
isaan Abbaas guutumaatti hin beekaani akkasumas kiristoos illee hin beekani guutummatti
1๏ธโฃ=โYohaannis 8:55
Taus isin isa hin
beekne, ani garuu isa beeka. #Ani isa hin beeku yoon jedhe, akkuma keessan sobduun taa. Haatau malee ani isa beeka, dubbii isaas
eegaan jira.
2๏ธโฃ=โYohaannis 15:21-25
isaan isa na erge Sana waan #hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu. Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa #cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban. #Namni na jibbu
hundi Abbaa koos ni #jibba. Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture; amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, #Abbaa koos jibbaniiru. Haatau malee, kun kan tae, wanti Seera isaanii keessatti, โIsaan #sababii malee na jibbanโ jedhamee #barreeffame akka raawwatamuufi (far 35:19)
โงแฅแแ แจแแ แ แ แฃแดแ แฐแแ แญแ แแ(แฎแแแต 15:23)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
0๏ธโฃโงlink kan xuqa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
====โจณโจณโจณ====

โก๏ธ๐
ฑ kutaa_37ffยชยช๐ฅฅโ ๏ธ๐
โก๏ธGaaffii fi Deebi โ๏ธ
๐งMusiliimota๐
โYohaannis 10:29
Abbaan koo inni anaf kenne isaan kana hundumaa ni #caalaa homtuu harka abbaa koo keessaa isaan basu hin danda'u
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Gaaffiiin isaan Abbaan Kiristoos ni caalaa jedhuu...๐คโ.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงDeebii keenya
kuni dogogora isaanitti akka #hiika iddoo kanati Abbaan hunduma ni caala kan jedhe kiristoos Abbaa fi #Uumamtoota kani wali bira qabe malee, wanta bira mitti *
๐ผ Ragaa_kitaaba
๐ พ kanafu Abbaan koo,hundumaa ni caalaa yoo,jedhee Kiristoos kuni sirriidha โ kanafuu kabajaa Abbaa ibsaa jira iddoo kana irratti
โต=๐ฅฅ Yohaannis 17:4_6
Ani hojii akkan hojjedhu Anaaf kennite xumuree, #lafa irratti #ulfina(kabaja)sii kenneera.
Kanaaf, yaa #Abbaa ulfina #Ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โAni namoota ati addunyaa keessaa anaaf kennitetti #maqaa kee
muliseera. Isaan kan kee turan; ati anaaf isaan kenniteetta; isaanis dubbii kee eeganiiru.
โ๏ธAbbaa hunda ni caalaa jedhuun guutummaatti kabaja yookiin ulfina Abbaa ibsuuf ture, Jechi #maqaa ke Ani mulโiseera jedhuu kanuma ture.
๐ธ Jechi immoo Ani lafaa irratti kabaja//ulfina siif kenne jedhu kuni illee akkamitti ibsa yoo,jedhamee โ Abbaan koo, hundumaa caala kan jedhuu kana ta'a malee wanta biraa maali ibsa:ree.โยป
๐Jechi immoo #Addunyaa keessatti maqaa kee,mulise jedhuu
Addunyaa kan jedhame nama malee biyyaa Israa'el ykn biyyaa Amerikaa ykn biyya Ethiopia miti.
kuni kallattiin namoota ibsa jechudha. Abbaan koo,hundumaa ni caalaa jechuu namoota//Uumamtoota akka caaluu ibsuuf akkasii jedhee.(Yohaannis 3:17)
๐ ฑ Haataโu malee qofa kabaja barbaachisaa akka hin jennee Kitaabni sii,dhorkaa hubbachu Kiristoos illee kabajni ni barbaachisaa.
๐Yohaannis 5:23
#namni_hundi akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina
hin kennu.
(( #kutaa_30_ffaa dubbisa waee ulfina Abbaa fi Kiristoos maali akka taโe))
๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ
โKiristoos fi namoota lafa kana (Uumamtoota wali biraa qabu hin dandeessuu
maalif yoo, jennee #Kiristoos immoo samii irraa akka dhufee nutti garuu samii irraa hin dhufne, akkasumas addunyaa dura hin turee. ๐
โ=Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa #ulfina Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati #ofii biratti ulfina anaaf kenni
โosoo namni, ergamoonni, lafa fi samiin hin Uumamni kabajin ykn ulfinni Kiristoos maali turee..... ๐ฅฅ
โง kanafuu Kiristoos addunyaa kan dura turee.
โท=1Qorontoos 15:47
#Namni inni #jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame; #namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe
โธ=Yohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.
โ=Ibroota 1:3
#Inni_ulfina_Waaqayyoo
ni #calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan #hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni #cubbuu keenya erga
qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.
(( #แฅแญแฑแ แจแญแฅแฉ #แแแธแฃแจแ แ แจแฃแแญแฉ แแณแ แแแฅ #แแแ แ แตแแฃแ แแ แฅแจแฐแแแฅ #แแขแ แณแฝแแ แ แซแฑ แซแแป แ แแ แ แฐแแซแต แ แแญแแ #แแ แฐแแแ โง(แแฅแซแแซแ 1:3)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โkanafuu Walumaa galatti Abbaan hundumaa caalaa kan jedhu kabaja Abbaa ibsuudhaaf Kiristoos kana dubbate iddoo kana irrati kani jedhu ta'a.
โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ
โงlink kan xuqaa ๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//==

๐
ฐ kutaa-91-ffยชยช.
๐ฅฅgaaffii fi deebii
๐ณMusiliimota.
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
โถโฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
โYohaannis 20:17
#Iyyaasuus โAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, โAni gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ jedheen.
โฉKanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuuโ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ฅ.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,โ
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
โ Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
ยซ #Iyyaasuus_Abbaa_qaba ยป jechudha.
๐ Kiristoos #jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedheโ
=deebii isaa ๐
โ,#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
โถโปRaaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((๐ณRaji-milkiyaas 1:6)) dubisi
โsababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
โทโปYohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: โAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
โฉiddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi โ isa isin โ Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ป Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii - #Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_๐ฏ.
โ Kiristoos ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ โ
โฉjalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
โธโปYohaannis 6:62
Yoos, #Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baสผuu yoo argitan maal jettu ree?
โนโปYohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
โบโปYohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; โ isin utuu #Waaqni abbaa keessan taสผee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baสผeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
โปโปYohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: โ #Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaสผee ofii koo yoon dhugaa baสผe illee, dhugaa baสผiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
โผโปYohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
โฝโปYohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: โ#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
โพโปYohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii_irraa_gadi hin buuneetii.
โฟโปYohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
๐ฅ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
โฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธKani #Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
โAbbaa fi Kiristoos
-๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข.
-๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข
-๐ข๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข.
-๐๐๐๐๐๐ก๐,๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข.
-โ๐ข๐๐๐ ๐ค๐๐๐-๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ข
โตโปYohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
โถโปMulโata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, โ #Isa_teessoo irra taaสผe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taสผuโ yommuu jedhan nan dhagaสผe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, โAmeen!โ jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
๐ฅฅ ๐๐๐๐ link waldaa๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)