π» Waaqayyo kuno
Duumeessa Ariftaan gara
biyya Gibxi Ni dhufa:
πα₯ααα α₯αα α αα£α
α°αα α₯αα α¨α¨ αα°
αα₯α ααα£α
=Raji-Isaayyaas 19:1
=α’α³αα«α΅ 19:1
πΎ========πΎ
= #kuta_4_Ffaa
Goondasa:Maariyami
πIsaayyaas jechuun
Qoricha jechuudha.
πAbbaan isaayaas
Amoosi jedhama
πbara inni Raaji dubbatee
Dhalota Kiristoos dura
Bara,688-740 tti
πKitaaba Tokko qofaa
Bareesse.Kitaabni
kuni boqonna 66 qaba
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βWaaqayyo #Dumeessa
Ariftaan gara,biyyaa
Gibxii ni Dhufa yeroo jennuu
β jalqabaa dura Waaqayyo
Maalif,Arifachuu isaa
Barbachise_____β
β Kitaba #hosee irratti
Abbaan ilma isaa
Gara,Gibxii akka wamee ni
Beekama,(hose 11:1)
β haali inni gara Gibxi
itti deemu immoo
dumeessani
βWaaqayyo jedhee kan
Wamame amma immoo
Ilma ykn Kiristoos'
=akkuma hoseen ilma
Jedhe, Isaayyaas immoo
Waaqayyo jedhee
=ilma=Waaqayyo
Jechun Tokkuma Kuni
Aangoo Waaqummaa isatti
βDumeessa kan jedhamtee #Maariyaamadha
Sababiin isaa haati fi mucaa
Fudhi deemi jedhamee.
πΉdumeessa #Ariftaa kan
Jedhu Hiika akkana qaba
β=1: Tokkoffan Ergama Waaqayyo, Herodis jala
Akka deeman yeruma sana
Tau ibsa
sababii isaa #halkanii Waani
Deemanif (Mat 2:14)
β=2:Lamaaffan guyyaan #fayyina amma wani jedhameef
Kiristoos dafee iccitii hundumaa rawwachuu qaba,
Isaan keessa dubbi
rajoota Jechudha
=2Qor 6:2:Luq 4:19-20
β Sadaffaan Maariyaami haati Kiristoos wanta hunda ariitiidhaan kan rawwatuu ta'u Ishe ibsuuf
=Luq 1:39:Yoh 2:1-8.
====||====||===
πΉWaaqayyo maalif samii
irraa iyyuu #xawoota biyya Gibxii balleessuu hin danda'u
maalif dumeessan dhaquun barbaachise____ β
βjalqabaa dura Waaqayyo
Tessoo isaa #samii irra
Inni bira immoo dumeessi Waaqayyo #gaditti
#lafa olitti Argama:
β’Kuni jalqabaa irratti
Wa'ee haadha isaa #kabaja
ishee ibsuuf.
Dubaro Maariyaami
#Namoota kani olitti
#Waaqayyo gaditti jechuu ibsa
π»Dumeessan biyya Gibxii
Qofa deemee malee biyya
Biraa dumeessan hin deemnee
Kuni immoo Guutumati
Dubaroo Maariyaami ilma
Ishee waliin akka deemtee
Ibsuuf......
Kanaafuu kan shakkii tokko
Male Amanun dirqama
β Akkuma #Eliyaas dumesaa xinnoo fayyadamee Roobaa
Gaarin Roobee bilqilche
1mot 18:45:Yaaqoobi 5:16-17
=fakkeenyummaa kan Ilmi
Ishe dummeessa dhugaa fayyadamee xaawooti
Gibxii balesse.
πΉWaaqayyo sami tae osoo
jiru Xaawooti biyya Gibxi balleessu hin dandau kan
jedhu irraati..β
βSer.Uum 11:5π
ijoolleen Addaami kan
hojjatan magaala #ijaarsa isaani ilaaluuf Waaqayyo
#gadi bu'e
π α₯ααα α₯ααα α¨α α³α ααα½ α¨α α©α΅α α¨α°αα ααα₯
ααα¨α΅ #αα¨α°
=ααα₯α¨α΅11:5
βHaaluma kan Waaqayyo ammas cubbuu biyya Gibxii balleessuuf dhaqee
Yakki biyya Gibxii fi yakki
biyya Baabilon #tokkummaa kan jechuun kallattii
kamiyyuu yoo Tae cubbuun,cubbuumaβΌοΈ
βFakkeenyaaf #sobaan cubbuu yoo,hojjate cubbuma
βhaatuun cubbuu yoo
hojjatee kunis cubbuuma
garuu fulaa duraa
Waaqayyotti murtii irratti
Gargaruma qaba =mut 22:12
π»biyyi Gibxii fi Babiloon
Wali fakkeenya qabuu akkasumas gargarummaas qabuu.
β³οΈ Walumaagalatti yaadaa
Kan ni xumura..
β³οΈ wa'ee Dumeessa qabxii
Kan qofa osoo hin tanee
Kan bira illee akka jiruu
Beekamadha..
||~~~
πΉ @haadha_Waaqa_naJaladha
====||====||=====

πΉ=1=biiftuun maalif
dukkaanofteβ
=deebi isaa (4)
β1β #kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
β Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
βαααα 19:1
#α°αα«α΅ α¨α₯ααα α₯ααα #αα₯α αααα«αα₯ α¨α°ααα #α αα α¨α₯αα α₯α« α«αα«α
2=fakkeenyi biiftuu #Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
βser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, βAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadanβjedhee obboloota isaatti hime.
Achiis abjuu kana #abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
βHiikni abjuu kee kanaa maali
dhaβ #Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaaββ isaan jedhe.
β #fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
βFakkeenyi #addeessa "Raahel"
βFakkeenyi #urjii ijoollee Yaaqoobi
βfakkeenyi #yoseefii Kiristoos
βLuq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: βKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa
eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.β
πJechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti
=3= inni bira dubbiin #rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
βRaaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma #hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni #cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.
#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
βRaaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.
=4=Kiristoos yeroo #lamaffaa
Yero dhufu #biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
βMat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana #aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu, #urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti #mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉGaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmateβ
π=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii #kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
πΌβFakkeenyi biraa #addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
βisaan guyyaa sana bayee
Akka akka #Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
βkan akka #Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉgaafi 3ffaa
3βlaftii Maalif sochateβ
βjalqabaa dura #Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni #dubbatee
β iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree β
πΉ lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
βlafatti fakkeenya #namatti
(Mat 13:1-7)
βRaaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: β #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa #gogaa nan #sochoosa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βLink kan xuqaa hordofaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha