โผ๏ธFiroottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
โจ๏ธ แจแแแแฝ แแแ แ แแ แตแ แจแฐแ แซ แจแแ
โ=Luq 1:61
โ=แแแต 1:61
โฌโฌโฌโฌโโฌโฌโฌโฌ
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen
๐ป dhaloota isaa
akkana ture๐ป
๐ผ #Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan #maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan
๐ป #Haati isaa garuu deebistee, โHin tau! Yohaannis jedhamuu qabaโ jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beekuโ jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan
๐ป innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa #Yohaannisiโ jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate
๐ป #Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi, #Mucaan kun
maali taa laata?โ jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas #Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture
๐ป Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa #Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1โyaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif #xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2โ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa #fayyinaa nuu kaaseera
3โ kunis akkuma #afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha
4โ #Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5โAkkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti #gara_laafina nutti argisiisa
6โ kakuu isaa isa #Qulqulluus ni yaadata
7โ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya #Abrahaamiif kakate dha
8โ akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9โ sodaa malee #tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna
10โ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya #hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11โ Ati garuu yaa mucaa
nana, #daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12โ sabni isaa dhiifamni #cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13โKunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis #ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14โ inni warra #dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15โ Mucaan sunis ni guddate, #Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
โฌโฌโฌโฌโโฌโฌโฌโฌ
Galani Waaqayyof Haataโu
Ameen

๐น=1=biiftuun maalif
dukkaanofteโ
=deebi isaa (4)
โ1โ #kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
โ Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
โแแแแญ 19:1
#แฐแแซแต แจแฅแแแ แฅแแญแ #แญแฅแญ แญแแแซแแฅ แจแฐแแญแ #แ แแญ แจแฅแแ แฅแซ แซแแซแ
2=fakkeenyi biiftuu #Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
โser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, โAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadanโjedhee obboloota isaatti hime.
Achiis abjuu kana #abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
โHiikni abjuu kee kanaa maali
dhaโ #Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaaโโ isaan jedhe.
โ #fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
โFakkeenyi #addeessa "Raahel"
โFakkeenyi #urjii ijoollee Yaaqoobi
โfakkeenyi #yoseefii Kiristoos
โLuq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: โKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa
eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.โ
๐Jechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti
=3= inni bira dubbiin #rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
โRaaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma #hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni #cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.
#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
โRaaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.
=4=Kiristoos yeroo #lamaffaa
Yero dhufu #biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
โMat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana #aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu, #urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti #mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmateโ
๐=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii #kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
๐ผโFakkeenyi biraa #addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
โisaan guyyaa sana bayee
Akka akka #Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
โkan akka #Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นgaafi 3ffaa
3โlaftii Maalif sochateโ
โjalqabaa dura #Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni #dubbatee
โ iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree โ
๐น lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
โlafatti fakkeenya #namatti
(Mat 13:1-7)
โRaaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: โ #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa #gogaa nan #sochoosa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โLink kan xuqaa hordofa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐ kutaa-10-ffaa:
๐Gaafi fi Deebii Muslimota
๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐๐ฃ๐ ๐๐ ๐ ๐๐จ๐ ๐๐๐๐๐ โ Kitaabni #Maarqoos fi #Maatewos wali faallessu jedhu โ
Ragaan Islaamoonni dhiyeessan immoo kunooti ๐
โตโป๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐, ๐๐ข๐๐ amaatiin(Simoon (๐โ๐๐๐ฅ๐๐๐๐ fayise ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐โ๐.
๐ฅฅMaarqos 1:30
#Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte isaanis yommusuma waaสผee ishee Yesuusitti himan
๐ฅฅMaarqoos 1:40
Namichi lamxaaสผaan tokko gara isaa dhufee jilbeenfatee Yoo fedhii kee taสผe ati na qulqulleessuu ni dandeessa jedhee isa kadhate
โถโป๐๐๐๐ก๐๐ค๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐, ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ amaatiin Simoon ๐โ๐๐๐ฅ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐
๐Maatewos 8:2
Kunoo namichi lamxaaสผaan tokkos dhufee fuula isaa duratti jilbeenfatee Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taสผe, ati na qulqulleessuu ni dandeessa jedheen
๐Maatewos 8:14
Yesuus yommuu mana Phexros seenetti, haati niitii Phexros dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciiftee arge.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โDeebii keenya
hundi isaa iyyuu sirriidha.
๐นjalqaba #Amaati Pheexiroos fayise isaa boodde namicha lamxiin fayyise
Ragaa keenya.
โโปMaarqoos 1:31_33
Innis dhaqee harka qabee ishee kaase Dhagna gubaan sunis ishee dhiise isheenis isaan tajaajiluu jalqabde Namoonnis #galgala sana erga biiftuun lixxee booddee dhukkubsattootaa fi warra hafuurota hamoon qabaman hunda Yesuusitti fidan #Magaalaan sun guutuunis balbala duratti walitti qabame
๐ฅ Jechi galgala jedhuu guyyaa Kiristoos mana amaati Pheexiroos oolle, iddoo inni jira magaalaa akka taโe achumatti ibsa.
๐ergaa galgala jedhee immoo ganama sana hoo Kiristoos eessa dhaqee?
โโปMaarqoos 1:35-38
Yesuus #ganama_barii dimimmisaan kaสผee manaa baสผee iddoo namni hin jirre tokko dhaqee achitti kadhate. Simoonii fi warri isa wajjin turan isa barbaaduu deeman isaanis yommuu isa argatanitti, โNamni hundinuu si barbaadaa jira!โ jedhaniin Yesuus immoo deebisee, โAkka ani achittis lallabuuf #kottaa_gara #magaalaawwan dhiสผoo jiran kaanii dhaqnaa. Sababiin ani dhufeefis kanumaโ jedhe.
๐Kanaafuu ganama Kiristoos eessatti lallabna jedhee Maagaala jedhee =ok.
โโปLuqaas 5:12
Utuu Yesuus #magaalaawwan sana keessaa isa tokko keessa jiruu #namichi #dhagni isaa guutuun #lamxaaสผe tokko gara isaa dhufe. Innis yommuu Yesuusin argetti adda isaatiin lafatti gombifamee Yaa Gooftaa yoo fedhii kee taสผe, ati na qulqulleessuu ni dandeessaโ jedhee isa kadhate
๐ฉธgara Maatewos yeroo deebinuu immoo maatewos illee magaaluma akka taโe qabxii ibsuu jira namichi lamxiin suni.
Fakkeenyaaf.
โโปMaatewos 8:3-4
Yesuusis harka isaa hiixatee namicha qaqqabee Fedhii koo ti qulqullaaสผi jedheen Lamxiin isaas yeruma sana qulqullaaสผe. Ergasiis Yesuus, โNama tokkotti illee akka hin himne beekkadhu. Garuu dhaqiitii akka isaaniif ragaa taสผuuf lubatti of argisiisi kennaa Museen ajaje sana illee dhiสผeessi jedheen
Kiristoos namaa tokkotti illee hin himmni jedhanii =ok.
Namichi immoo didee magaalaa keessatti dubbachuu jalqabee, Kanaafuu Kiristoos magaalaa sana dhisee bahee deemee.
โโปMaarqoos 1:45
#Namichi garuu achii baสผee baayสผisee #odeessuu jalqabe. #Kanaafis #Yesuus ergasii #magaalaan #ala, lafa #namni hin jirre ture malee ifaan ifatti #magaalattii_seenuu hin dandeenye. Namoonni garuu iddoo hundatti isa bira dhufaa turan.
โปKanaafuu Maatewos illee gochaa hunda kana barressu yaa dhisuu malee namichi nama magaalaa akka taโe ifa.
โป๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐.
๐๐๐โ๐ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐'๐๐ ๐ค๐๐๐ ๐ก๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐ข๐ข ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐๐
โโป๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐.ยซ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ ๐ก๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐ขยป
๐ค๐ฏ๐ ๐ฑ๐ข๐ฉ๐ข๐ค๐ฏ๐๐ช๐ ๐จ๐ฌ๐ฌ๐ฑ๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐kuta-12-ffaa
โฑgaafi fi deebi Musilimoota.
๐ญgaafi isaani pheexiros duuka bu'a ta'e kani wamame erga kiristoos (Amaati) isaa fayyise ยซDura moo?Booda?ยป jedhu.
Ragaa islamoota immoo kuno๐
โค๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ก๐ ยซ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ข ๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐ข'๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐ ๐.ยป
โโLuqaas 4:38-39
Iyyaasus(kiristoos) mana sagadaatii baสผee mana #Simoon dhaqe. #Haati_Niitii(Amaati) Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa kadhatan. Innis isheetti gad jedhee, dhagna gubaa sana ifate; dhagna gubaan sunis ishee dhiise. Isheenis yeruma sana kaatee isaan tajaajiluu jalqabde.
โโLuqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan Iyyaasus(kiristoos) Simสผooniin, โHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu #namootaa ni taataaโ jedhe
โค๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐ฅ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐ข'๐ ๐ก๐๐,๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ ๐๐๐โ๐ยป
โโMarqoos 1:16-17
Iyyaasus(kiristoos) utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii. Iyyaasus, โKottaa, na #duukaa buสผaa; anis akka isin qabduu #namootaa taataniif isin nan ergaโ jedheen.
โโMaarqos 1:30-31
#Haati_Niitii (Amaati) #Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; isaanis yommusuma waaสผee ishee #Iyyaasusiti himan. Innis dhaqee harka qabee ishee kaase. Dhagna gubaan sunis ishee dhiise; isheenis isaan tajaajiluu jalqabde.
โฌโฌโฌ
Deebi keenya.
Hundi isaa iyyuu sirridha.
Haali bareeffama jalqaba, jidduu yookin xumura yoo, bareeffame rakina hin qabu (๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐'๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐.)
๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ .
โซPheexiros duuka bu'a ta'e, isaa booda immo Amanti pheexiros fayyise kiristoos.
๐Ragaa keenya๐
Yohaannis 1:40-42
Warra waan Yohannis dubbate dhagaสผanii Iyyaasus(kiristoos) #duukaa buสผan #lamaan keessaa inni tokko #Indiriiyaas obboleessa Simoon Phexros ture. Innis duraan dursee obboleessa isaa Simoonin argatee, โNu Masiihicha arganneerraโ jedheen; Masiihii jechuun Kiristoos jechuu dha. Indiriiyaasis #Simสผoonin gara Iyyaasus(kiristoositti) fide Iyyaasus isa ilaalee, โAti #Simoon ilma Yohannis, Keefaa jedhamtee ni waamamtaโ jedheen. Keefaa jechuun #Phexros jechuu dha.
๐ฉธhubachisa guyya kana garuu kiristoos pheexiroos ยซisin qabduu #namootaa taataniif isin nan ergaยป hin jeneeni.
๐ฉธkuni guyya biratti malee.
Maarqoos 1:16-17
Iyyaasus utuu qarqara Galaana Galiilaa irra deemaa jiruu Simoonii fi obboleessa isaa Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii IyyaasusโKottaa, na duukaa buสผaa; anis akka isin qabduu namootaa taataniif isin nan ergaโ jedheen.
๐นErga isaan wanta hunda dhisaani isaa duuka bu'ani booda gara Amaati pheexiros deeme kiristoos ishi fayyise.
Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma mana sagadaatii baสผaniin #Yaaqoobii fi Yohannis wajjin mana #Simoonii fi Indiriiyaas dhaqan. #Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; isaanis yommusuma waaสผee ishee Iyyaasusitti himan.
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐.
haali bareeffama akkana iyyuu kitaaboota islama keessati ni argama.
Fakkeenyaf:-
Sahi-Al-Bukhari 894
I heard Allah's Messenger (๏ทบ) saying, " #Anyone of you coming for the Jumua prayer should take a bath."
Sahi-Al-Bukhari 895
Allah's Messenger (๏ทบ) said, "The taking of a bath on Friday is #compulsory for #every Muslim who has attained the #age of #puberty."