πΉβ‘οΈ kutaa-47 ffΒͺΒͺπΊπΊπ
π―Gaaffii fi Deebi
π³Muslimoota π³
β Yohaannis 11:41-42
isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Iyyaasuus(kiristoos) gara #samii_ilaalaa akkana jedhe Yaa #Abbaa waan na #dhageesseef sin galateeffadha.
Dhugaa dha, ati #yeroo hunda akka na dhageessu beeka;
haatau malee, #namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka #amananiifan kana dubbadhe.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πGaaffii isaanii
1=Kiristoos Alaazaari du'a kani kaase ofii isaa miti Abbaa kadhate malee jedhu..
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Deebi keenya
lakki akkasii miti kan jedhuu taβu.
π kanafuu Kiristoos sababa maalif Yaa, Abbaa akka ati na, dhageessu yeroo hunda beeka jedhe.
πΊπ»sababa #Tokkoffaa
Abbaan ilmi ani jaladhu isaa dhaga'a jedhee namoota himme turee ,Haaluma wali fakkaata immoo Kiristoos Abbaan dhagau akka barbachisu ibseera.
β΅=Matewoos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas #sagaleen
tokko, βKun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha #isa #dhagaaaβ jedhe
βΆ=Yohaannis 11:42
Dhugaa dha, ati yeroo hunda akka na #dhageessu beeka;
haatau malee, #namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka amananiifan #kana dubbadhe.β
πΊπ sababa #lammaffaa
Abbaa fi Kiristoos yeroo hundaa akka garagari hin baanee ibsuuf
1=Yohaannis 8:16_18
Abbaan inni na, erge anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees #Seeruma keessan keessatti illee, βDhugaa baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaβ kan jedhu
barreeffameera.
#Ani waaee ofii koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa.β
βkanafuu Kiristoos kophaa isaa miti ,Kiristoos Akka Alaazaar du'a kaase Abbaan illee ragaa wani taβef, Kiristoos gara samii ilaalee dubbaate.
πΊπ sababa #sadaffaa Kiristoos kan dura Ani nama du'a nan kasa #sagalee koo, qofan jedhe ture isaa dubbatee hojiin ibsuufi
β΅=Yohaannis 5:25
Dhuguma dhuguman isiniin
jedha, #saaatiin warri duan #sagalee
Ilma Waaqayyoo itti dhagaan ni dhufa; saaatiin sunis amma dha; warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu
βΆ=Yohaannis 11:43_44
Wantoota kana erga dubbatee booda #sagalee guddaadhaan, βAlaazaar asi bai!β jedhee iyye. #Namni_due sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti #gadi_bae; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture.
Iyyaasuus(Kiristoos)
βIsa irraa hiikaa haa deemuβ isaaniin jedhe
πΊπΊsababa #afuraffaan
Dubbi raajoota raawachuuf
hojji gaarii nutti argisiisi jecha turan ,kuni immoo Kiristoos qofaa (lafaa kana irraa barsiisa Ana qofa jedhe *kanafuu barsiisa ergaa tokko taβe kuni immoo Kiristoos
β΅=Far Daawit 4:6
#Namoonni baay'een, βEenyutu waan gaarii nutti argisiisa?β in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nu irratti ol kaasi
βΆ=Yohaannis 10:32
kiristoos deebisee, βAni Abbaa biraa #hojiiwwan_gaggaarii hedduu isinitti argisiiseera. Maarree hojiiwwan
kana keessaa isa kamiif dhagaadhaan ana rukuttu?β isaaniin jedhe
β·=Matewoos 23:8-10
#Isin garuu Barsiisaan
keessan tokko qofa waan taeef,
β#Rabbiiβ jedhamtanii hin waamaminaa; isin hundi keessan obbolaa dha.
Kana malees Abbaan keessan tokkicha isa samii qofa waan taeef, lafa irratti eenyuun iyyuu βabbaaβ jettanii hin waaminaa. #Geggeessaan keessanis #tokko, innis #Kiristoos qofa
waan taeef, βgeggeessaaβ jedhamtanii hin waamaminaa.
πΊπ sababa #shanaffaa nuuf #fakkeenya ta'uf gara saami ilaale ,Akkasi jedhee kanafuu.
Kiristoos barsiisa erga jedhamee #seeraa hunda sii,barsisuu qaba.
β΅=Filiphisiiyus 2:5
Isinis #ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa
βΆ=1Phexros 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊkutaa_13 ffaa Dubbisaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224
--------------------------------------
πΊlink kan xuqa hordofaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//=========

Telegram
πΉGoofoon_Qulqulloota_MaariyaamadhaπΉππ»
ππΈ kutaa-13 ffaa π»
Gaafi =Musiliimoota
β jecha wangeela Yohaannis.irraa
jiruu irratti
βYohaannis 6:11π
Iyyaasuus buddeena sana fuudhee erga galateeffatee booda warra achi tataaaniif hire
Qurxummii sanas akkasuma hamma isaan barbaadan isaaniif kenne.
β¦

π
Ύ kutaa-75-ffΒͺΒͺ.πΊ
β» gaaffii fi deebi
β» Muslimoota fi
π pheenxee
β Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin #kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
ββ»gaaffii isaanii.
1= warri Muslimaa akkasii jedhuu erga Kiristoos Waaqayyo taβe maaliif kadhachuu barbaachise jedhuuβπ
2=warri pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuβπ
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
β Deebi keenyaa.π
Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira kani jedhuu ta'a.
β΅βΈYohaannis 16:26.
Guyyaa sanatti isin #maqaa kootiin Abbaa #ni_kadhattu; kana jechuun koo garuu #Ani isiniif nan kadhadha jechuu
koo #miti. β
ββ Muslimaa fi pheenxee iddoo kana irratti immoo maali jeetu ree ?siila Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira.
Yaa #Muslimaa maali siif
waya reβ
Yaa #pheenxee maali siif
waya reβ
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ||βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
βAmma immoo hiikaa jechoota sana ilaala (Yoh 17:9) irraa kani jiruu maali ibsaa.
A))ββAni siin kadhadhaa jedha Kiristoos eenyu kadhata. βjennee yeroo gafanu immoo Muslimaa fi pheenxee ,akkasumas amantooni tokkoo tokko Kiristoos Abba kadhata nuun jedhuu.
βyeroo akkasii immoo nutti orthodoksooni Abbaan ofii isaa iyyuu hin beekuu kani geena kadhadha barbaduu jennee gaafanaβπ .
π yeroo kana immoo
deebin hin jiru π
β»amma garuu Kiristoos isiniif nan kadhacha yeroo jedhuu barattoota sanatu cubbuu hojjatee moo? Jenne gaafana Lakki barattoonni(11) Kiristoos gonkumaa cubbuu hin hojjanne.
βΆβΈYohaannis 13:10-11
Iyyasus Kiristoos βNamni qaama isaa dhiqate hundi guutummaatti #qulqulluu waan
taeef, miilla isaa dhiqachuu qofatu isa barbaachisa. #Isin qulqulluu dha,garuu #hunda keessan mitiβ jedheen Kana kan jedhe, nama dabarsee
isa kennu waan beekuuf ture. βQulqulluu kan tae hunda keessan mitiβ kan jedhes kanaaf ture.
ββ kanafuu barattoonni Kiristoos Qulqulluu dha, yihudaa Qofti Qulqulluu miti inni cubbuu qaba. Kiristoos darbarse kenne jira wani taβef.
β·β»Maatewos 26:24-25
Dhugaa dha, Ilmi namaa
akkuma waaeen isaa barreeffame
ni deema; isa Ilma namaa #dabarsee kennu sanaaf garuu #wayyoo! Namni sun utuu hin dhalanne taee isaaf
wayya ture.β #Yihudaan inni dabarsee isa kennuuf jedhus deebisee, βRabbii, ana tainnaa laata?β jedheen. Iyyaasusi βAtumti iyyuu jette kaaβ jedhee deebiseef.
βΈβ»Yohaannis 18:11
Iyyasus kirjstoos βWaaqayyo biraa utuu siif hin kennamne taee, Ana irratti #Aangoo tokko illee hin qabaattu turte. #Namichi_dabarsee sitti na
kenne, #cubbuu_guddaa kan qabu kanaafiβ jedhee deebiseef
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
Walumaagalatti barattoota 12 keessa tokko qofatti cubbuu hojjate jira
βͺ barattoonni 11 Qulqulluudha
βͺbarataa 1 immoo Qulqulluu miti.
πerga akkasii taβe immoo Yohaannis 17:9 Ani isiniif nan kadhadhaa kani jedhanii Kiristoos barattoota 11 malee yihudaa miti. Sababiin isaa yihudaan achi bahee deeme jira.
βΉβ»Yohaannis 13:30
Kanaaf, Yihudaan #buddeena daabboo cabaa sana erga #fudhatee booda, yeruma sana #gadi_bae.Yeroon isaas halkan ture.
π yihudaa erga gadi bahee hin deebinee ,kanafuu Kiristoos barattoota 11 qofaa wajjin dubbachaa akka jiruu ibsa (Yohaannis 17:9) irratti.
π ° amma immoo Kiristoos Ani Qulqullootaaf hin dhufnee cubbamaa fayyisuuf jedhee jira.
Kanafuu Barattoonni isaa immoo 11 Qulqulluudha kadhannaa maali isaanii barbachisaa reeβjennee Musiliimota fi pheenxee gaafana.ππ
βΊβ»Matewoos 9:13
Kanaaf dhaqaa, βAni aarsaa utuu hin tain gara laafina nan barbaadaβ jechuun maali jechuu akka tae hubadhaa. Sababiin isaas Ani namoota Qulqullota #utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe.β
βͺkana booda Kiristoos barattoota isa 11 isin Qulqulluudhaa erga jedhee ,Lakki isaan Qulqulluu miti jedhe kani mormuu gonkumaa hin jiruu.=ok.
B))ββ amma immoo qabxiiwwan gara oli irraa maali hubbanna ree.β
Kadhannaa inni jedhame akka dibbisa kanati cubbuu isaanii dhisii ,jedhu miti ,yookiin Ani Aarsadha jedhu miti.